Luba Soorii Guddatoo barsiisaa Amantaa humnoota waraanaan hidhaman.
Lubni soorii Guddataa Faarfannaa afaan Oromoon kan qabu yoo tahu namoota mana amantaa Ortodoksii keessatti jaallatamummaa qabanidhas jedhameera.
Lubni Soorii Guddataa guyyaa Kaleessa Adoolessa 13/2023 humnoota waraanaa mootummaa dhaan qabamanii hidhamanii jiru.
Lubni kun tajaajila Afaan Oromoon nama sodaa tokko malee hordoftoota Amantaa Ortodoksii Luugama diinaa jala taa'ee waggoota hedduuf Mana kiristiyaanaatti barsiisaa turanidha.

Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Aanaa #Saxxamaa fi magaalaa #Aggaarootti qaamolee mootummaafi polisiin haleellaan lammiilee nagaa irratti raawwatame.
๐๐๐๐ฌ๐จ๐จ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ๐ญ๐ญ๐ข ๐
๐๐ฅ๐๐ฑ๐๐ ๐๐ฎ๐ฎ๐ซ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐๐จ๐จ๐ซ๐๐ ๐๐๐๐ฌ๐จ๐จ ๐๐ข๐ฅ๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ (๐๐๐) ๐๐ข๐ข๐ ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐๐ก๐๐๐๐๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ ๐๐๐๐.
๐๐ฃ๐จ๐จ ๐๐ฎ๐๐๐ข๐ข ๐๐๐ - ๐๐๐ ๐๐ฒ๐ฒ๐ ๐๐, ๐๐๐๐
Abukaatoo Impaayira dulloomtee fi bututtee tahuun teessoo caccabaa baraan Impeeriyalistoota jalatti tiksuun, Qabsoo Bilisummaa Oromoo (QBO) Oromoon ilmaan isaa kumii kitiliin itti gabbaree, ammallee itti duโaa jiru kolaasuun dhaabbachuu qaba.
Oromoon akka sabaatti of ijaaree, wal ijaaree jaarmiyaa siyaasaa akeekaa fi kaayyoo isaa tarkanfachiisaa turee fi jiru jalatti akka hin ijaaramnee fi hooggana-maleessa tahee akka hafu gochuun, hooggana qeenxee Impaayira dulloomte jala mataa suuqqatee teessoo Imeeriyaalistootaa tiksu jala akka hiriiruuf kanneen abukaatoo tahan ergamtoota dantaan macheessee maraachee dha.
Kanneen baraan mooraa Qabsoo Bilisummaa Oromoo diiguun, qabsoo Oromoo rarraga Bilisummaa fi Walabummaa irra gahe galii isaa hanqisuun, injifannoo ummanni dhiigaa fi lafee ilmaan isaa itti gabbare gatachiisan gantoota mooraa Qabsoo Bilisummaa Oromoo, ayyaanlaallattoota dantaaf jiraatan, warra miidhamnii fi mirga dhabuun ummata Oromoo homaa isaanitti hin fakkaannee dha.
Dhiiga ilmaan hiyyeessaa irraan tarkaanfatanii, baraan mooraa Qabsoo Bilisummaa Oromoo hoongessaa, mooraa Impaayira Itophiyaa gabbisuuf jecha โHiriirri Siyaasaaโ isaan bixxiluun dhalchaa oolan baabura qabsoo Oromoo fudhatee qiletti dhidhimuun, qabsoo Oromoo of duubatti harkisee akeeka diinaa galiin gahe malee, qabsoo Oromoo taakkuu tokko hin tarkaanfachiifne.
Addi Bilisummaa Oromoo (ABO)n ayaanlaaltatoota, gantoota, xawalwaallota Impaayira Itophiyaa jala mataa suuqqatanii afaaniin waan jibbiinsa impaayirattii qaban fakkaachuun dantaa fedhan qofaaf jecha, mooraa Qabsoo Bilisummaa Oromoo diiganii Qabsoo Oromoo kolaasan gadi jabeessee balaaleffata; dura dhaabbata.
Umanni keenya bakka jiruttii fi akka itti jirrutti of dagatuun isa irra hin jiraatu. Af-colloonni dantaaf jiraatan abukaatota Impaayira Itophiyaa tahuun waan qabsoo Oromoof dhimmaman fakkaatanii sobaa fi sossobbaan Oromoo tapha siyaasaan ala baasanii mooraa Qabsoo Bilisummaa Oromoo hongessuun baraan ummanni keenya akka waanjoo gabrummaa jalaa boquu ol hin qabanne godhan irratti dammaquun of irraa qolachuu qaba.
Impaayirri Itophiyaa dahoo fi dahannoo gabroomfattootaa taate tun hanga Oromoon haqummaa isii hin barinitti, Biyya taatee hin jiraattu; Biyyees taatee lafa irraa hin baddu. Ajandaa impaayira jiraachisuu ofitti fudhatanii kanneen tarkaanfachiisan ammoo Af-colloota, Abukaattota Itophiyaa kanneen baraan ajandaa ummata balโaa gabroomsu bixxiluun, Oromoon โHiriira siyaasaaโ akkanaa fi akkasii jalatti masakamuu qabaan carraa argatan cufatti fayyadamanii lallabaa oolanii dha.
Lolli dhaabbataan (Strategical war) Oromiyaatti waggoota Shan dura eegalee qeโee fi qabeenya daaressee, lubbuu lammiilee Oromiyaa akka baalaatti harcaase, Kaaba Impaayerattiitti tarkaanfachuun waggoota lamaaf naannicha daaresse. Inni ammas gar-tokkee Kaaba Impaayerattii goolaa jiru lola Team Lammaan qabsiisan, lola abukaatonni maqaa Oromoon daldalan qilleensa itti hafarsaa turan Biltsiginnaanis xumura itti gochuuf ijibbaataa jiruu dha.
Kan lolamaa jiruu fi kan irratti wal lolaa jiran Oromiyaa dha. Lolichi lola Itophiyaa fi Oromiyaa giddutti barootaaf deemaa turee dha. Hanga Oromoon eenyu akka isa lolaa jiru of irratti baree of irraa hin qolatinitti lola dhaabbatuu miti.
Lolichi keessa keessa fiiguun al tokko, Tigraay, yeroo biraa Affaar, ala itti aanu Amaara, takka utaalanii ammoo Gambeellaa rukutanii deebi'an, yoo itti tole ammoo daangaa Suudan jedhan cufti isaa lola tooftaa dhageettii addunyaa horachuun golgaa fi dahoo waraanaan galii maddisiifachuu ykn madda galii godhachuu ti.
Gaggeesitootni impaayira Itophiyaa fi daldaltoonni maqaa Oromoon keessaa fi alaan wal ijaaran cuftinuu ajandaan waloo isaanii inni ijoo fi guddaan Itophiyaa jiraachisuu dha.

Ummanni keenyaa keessaa fi alaan ajandaan isaa inni guddaan ajandaa mooraa Qabsoo Bilisummaa Oromooijaaruu, tumsuu, itichuu fi tikfachuu tahuu qaba. Gaanfa Afrikaa kana keesaatti qe'een ormaaf bal'oo Oromootti dhiphatte, gabromfattootaa fi ergamtoonni isaanii itti wal gahan dirreen lolaa Oromiyaa dha.
Ummanni Oromoo qe'ee kee ormaan sitti dhiphate bal'ifattee keessa jiraachuuf, akeekaa fi kaayyoo itti dadhabaa turte galiin gahachuun Bilisummaa, Mirga abbaa Biyummaa, Dimokiraasii fi walqixummaan sabaa fi sablammootaa barbaadamu mirkaneeffachuuf yeroon kun, yeroo kam iyyuu caalaa yeroo barbaachisaa fi murteessaa dha.
Waan taheef, ummanni keenya dammaqiinaan quba wal qabaatee, afanfajjii fi burjaajii ergamtoota diinaa irraa fagaachuun qeโee isaa tikfachuu qaba.
Kanneen ergamni isaanii Itophiyaa kufte lafaa kaasuu taโee fi qabsoo Oromoo laamshessuu irratti fuulleffatan maqaa Oromoo dhahataa, Dhiiga ilmaan hiyyeessaa irraan tarkaanfatanii, baraan mooraa Qabsoo Bilisummaa Oromoo hoongessaa, mooraa Impaayera Itophiyaa gabbisuuf jecha โHiriirri Siyaasaโ jechuun afanfajjii uumaa oolan cufti isaanii baabura qabsoo Oromoo geessanii qiletti dhidhimsanii, qabsoo Oromoo of duubatti harkisuun akeeka diinaa galiin gahan malee, qabsoo Oromoo taakkuu tokko illee hin tarkaanfachiifne.
Kanaaf, jarri kunneen warra qabsoo Oromootti falaxaa guuruun mooraa Qabsoo Bilisummaa Oromoo diigan tahuu baruun ummanni keenya dammaqinaan irraa akka of tiksu gadi jabeessinee dhaamna.
Injifannoo Ummata Balโaaf!
Adda Bilisummaa Oromoo
Hagayya 16, 2023

Seman Sherif: Tortured and killed
Au
Family of Seman Sharif Heydar who passed away after being tortured by members of the Oromia police force.
Seman Sharif Hayder 38, was born in East Hararghe Zone, Bedeno District, Dodota mojo Village. He was a civil servant and is the father of six children โ four sons and two daughters. He was a distinguished MA graduate in Agriculture. For over a decade, he has worked as a civil servant in the Bedeno District office of agriculture, serving his community at various levels from expert to leadership roles. He is well known for putting the needs of the community above his own.
According to our informant, the ruling party of the Bedeno district has been interrogating him since 2020 because he disagreed with the policies of the government. In 2021, Seman was arrested and sent to Bedeno District prison twice for a total of three months where he was beaten badly by the government security forces. Though they released him on bail they suspended his three months salary without any reason and starved his family.
In the final detention that resulted in his death, the three Oromia police officers took him from the Woreda Administration Office where he was at work and brought him to the Bedeno Police station while beating him on the way. After his imprisonment, they transferred him to a solitary house where they tortured and severely assaulted him. He became severely ill in prison as a result of the torture. Three days later, his wife Manzaraa Mahammad paid a policeman 3,000 Birr to release him. His family immediately brought him to the Bedeno Hospital once he was released from custody, but he passed away before receiving medical care.
In the meantime, his relatives moved his remains to Dire Dawa Dilchora hospital so that a postmortem examination could be performed. His lungs developed water buildup as a result of the beatings, according to the results of the autopsy.
International Law
The duty to protect citizens from violations of human rights, such as the rights to life, liberty, and a fair trial, lies on state parties to international human rights treaties including the UDHR, ICCPR, CAT, and ACHPR. Citizens are protected by the right to liberty from arbitrary detention and arrest, as well as the freedom from torture and other cruel treatment. The countryโs Constitution recognised this right as well. In this instance, Seman endured torture that ultimately resulted in his death. It is necessary to hold the Bedeno prison administration and the Ethiopian government accountable as signatories to the aforementioned.
Source :OLLAA

Eegdonni daangaa Sa'udii godaantota Itoophiyaa hedduu ajjeesan - gabaasa HRW
Dhaabbati mirga namaaf falmu- Human Rights Watch gaabaasa haaraa baaseen, eegdonni Sa'udii daangaa Yaman irratti godaantota Itoophiyaa jumlaan ajjeesuu himeera.
Gabaasni kun akka jedhutti namoonni dhibbaan lakkaaโaman, baayโeen isaanii lammiilee Itoophiyaa kan taโan, Yaman - biyya waraanaan miidhamte, qaxxaamuranii Saโudii Arabiyaa galuuf yemmuu yaalan rasaasaan ajjeefaman.
Godaantonni qaamni isaanii sababa rasasaan muramee akka jiraanii fi reeffa namootaa daandii irratti hafe arguu isaanii BBCtti himaniiru.
Godaantonni addatti BBCn dubbise haala sodaachisaa yemmuu halkaniin daangaa qaxxamuruuf imalaa turanitti, dubartootaa fi daaโimman hedduu dabalatee lammileen Itoophiyaa hedduu jireenyaa isaanii foyyesuuf jecha gara biyya bobaโaan dureetti taatetti seenuf yemmuu yaalanitti dhukaasaa irratti baname himaniiru.
Dargaggeessi ganna 21 Mustafaa Soofiyaa Mohaammad, ''Dhukaasni utuu addaan hin citiin itti fufe,'' jechuun BBC'tti himeera.
Waxabajjii bara darbe keessaa gartuu godaantota 45 taโanii utuu daangaa ceโuuf iamalanii gariin isaanii dhukaasa irratti banameen ajjeefamuu isaanii himeera.
"Rasaasaan akkan rukutamellee hin hubanneen ture, garuu yeroon ol ka'ee deemuuf yaalu miilli koo gar tokko narra hin turre" jedha.
"Jireenya maatii koo fooyyessuuf jechan gara Saawuudii deeme,โ kan jedhu abbaan ijoollee lamaa kun โ wanti ani abdadhe aruu hin dhugoomne. Amma abbaa fi haadhakootu waan hunda naaf godha," jedha.
Magaalaa kaabaa Saadaatti suuraan BBCn arge akka agarsiisutti, godaantotni daangaa irratti miidhaman Jimaata galgala hospitaala seenaa turani. Bakka awwaalchaa dhiyoo jiru keessatti awwaalchi raawwatamaa ture.
Gabaasni kan BBCti.

ODUU HIDHAA
Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Ona Guduruu jiraattota Ganda Waltaanee Gubbaa dambii kan ta'ani Obbo Mulaatuu Iddoosaa fi haadha mana isaanii aadde Bashaatuu Ejjetaa kan jedhamani guyyaa har'aa Hagayya 22 bara 2023 A.L.A tti ganama sa'a 2:00 tti Humni addaa Oromiyaa mana jireenyaa isaaniitti ol seenanii WBO nyaachiftu meeshaan waraanaa mana kana jira,ilmi keessan bosona jira jechuudhaan mana sakatta'anii osoo waan tokko hin argatiin isaan fuudhanii badii tokko malee qabanii maatii isaaniirraa gara mana hidhaa Magaalaa Kombolchaatti geeffamaniiru.
Akka maddeen naannichaa nuuf dhaamanitti Guyyaa dhuma kana ganama Ganda isaaniitti Uummata walitti qabanii yeroo mariisisaa oolan kana ilmi isaanii bosona jira kan jedhani Leencoo Mulaatuu akkuma jiraataa ganda sanaatti wal gahii hirmaatee kan tureefi erga maatiisaa fudhatanii demanding daanddiirra gahanii ilmi keessan WBO waliin bosona jira fidaa jedhanii odeeffannoo dogoggoraatiin maatii hiraarsaa jiru.
Naannoo Tulluu Habiib gabaa Kamisaa kan jiedhamu har'a guyyaa gabaa waan ta'eef dargaggoota Gabaa bakka garaa garaarta dhufanii jirani waltti qabanii gara namoota 100 olii ukkaamsanii duulaaf kootaa Ona Guduruu guuttachuuf akka waliin fuudhanii Magaalaa Kombolchaa geessani maatiin isaaniif jiraattonni ganda Sanaa eeraniiru.

ABO kallacha Oromoon si qabna
Qoochoo kee jalatti tokkoommee argamna
Si qabaachuu keenyaan mataa olqabannee
Ni jiraanna kunoo of irratti abdannee
Akka qaroo ijaatti hogguu si tikfanna
Heeraa fi sagantaa keen yoomuu masakamna
Amantii fi naannoodhaan tasa adda hin baanu
Gosaa fi balbalaan gonkuma hin qoodamnu
Nu dammaqsiteetta akka rafnee hin hafne
Firaa fi diina keenya amma addaan baafanne
Oromummaa dagaagsuun tokkummaa leellisnee
Ilmaan Oromoodhaa walfaana hiriirsite
Alagaan nuun ciifnee fi gantootni bitamtuun
Mirga keenya sarbuuf bineeyyiin bololtuun
Abdii haa murattuu hin dandeessu wilii
Gaachanni Oromoo ABOn nuuf buli
Gumaachaaf qooda keef ni galateeffanna
Guyyaa dhaloota kee gammachuun kabajna
Faajjii fi Alaabaa kee ol fuunee mulโifna
Oromiyaa biyya Abbaa ni Walaboomsina.
โฆ.,,,,,โฆ.
Walaloon armaan olii Kitaaba Jalqabbee Seenaa ABO fi Qabsoo Oromoo jedhu kan Jaal Dhugaasaa Bakakkoon barreeffame keessaa fudhatame

Naannoolee Itiyoophiyaa Keessatti Namoonni Miliyoona Sadii Fi Walakkaa Ol Buqqaafamuu Isaanii Dhaabbatni Godaantota Addunyaa Beeksise
Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti waajjirri dhimma godaantoota Idil Addunyaa akka beeksiseetti Itiyoophiyaa naannolee 11 keessaa namoonni miiliyoona 4.3 ol biyyuma keessatti qeโee isaaniirraa buqqaโaniiru jedhe. Ragaa jiโa Sadaasaa bara 2022 irraa hanga jiโa waxabajjii bara 2023 tti fudhatameen akka taโes ifoomseera.
Gabaasichi kaleessa kan ifoomsame namoota buqqaโan keessaa dhibbeentaan 66 sababaa walitti buโinsaan, dhibbeentaan 18 sababa gogonsaan, dhibbeentaan 7 immoo sababa dhiphina hawwaasummaan kan dhufedhas jedheera. Kanneen keessaas namoonni miiliyoona 3.24 tti tilmaaman Naannoolee 10 irraa gandoota 2,700 tti deebifamaniirus jedha gabaasichi. Naannoo Amhaaraa keessatti namoonni qeโee isaaniirraa buqqaโanii turan dhibbeentaan 44, naannoo Tigiraay keessatti dhibbeentaan 39 fi naannoo Affaaritti dhibbeentaan 6 gara qeโee isaaniitti deebiโuu isaanii gabaasichi ifoomseera.