Finfinnee kutaa Magaalaa Nifaas Silki laaftootti siidaan Artist Dr Alii Birraaf hojjetame guyyaa har'aa bakka Kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee argamanitti eebbisamee jira.
Artist Alii Birraa aartii Oromoo guddisuu fi Addunyaatti beeksisuuf gaheen inni taphate dorgomaa kan hin qabnee fi artistoota Oromoo calqabaas tahee tola ooltummaan manneen barnootaa Dirree Dhawaatti banuun ilmaan hiyyeessaa akka baratan taasisee ture.

Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
"Harroomanii jiraachuurra dhabamanii baduu wayya".Asilii Oromoo
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
ABOn isiniif maal?
Hojiin ABOn hanga ammaa hojjete akkamiin ilaalama

#Oduu_Gaddaa
Shaggar kibba lixaa Aanaa Qarsaa Maallimmaatti waraanni mootummaa namoota 8 bakka tokkotti rashane.
Kibba Lixa Shaggar aanaa Qaarsaa Maallimmaa ganda Gibbisoo keessatti waraanni pp gara jabinaan namoota nagaa manaa gadi baasuudhaan namoota 8 iddoo tokkotti halkan Waxabajji 22, 2023 haala suukanneessaa taheen ajjeesuun dhagahame.
Akka maddeen naannichaa nuuf dhaamanitti namootni waraana mootummaa biyya bulchuun manaa gadi baafamuun rashanaman tarrisni maqaa isaanii kanneen armaan gadiiti.
1. Takiluu Mokonnin
2. Tsaggaayee Mokonnin
3.Fissahaa Mokonnin
4. Abbabaa Tasammaa
5. Kafanii Mul'ataa
6. Damisuu Takkuu
7. Abbonaa Dassee fi
8. Habtaamuu Naggasaa kanneen jedhaman tahuu beekameera.

Godina Horroo Guduruu wallaggaa aanaa Guduruu keessatti waraanni mootummaa dargaggoota 5 rasaasaan ajjeese.
Oromiyaa bakkoota adda addaa keessatti ajjeechaan waraana mootummaa biyya bulchuun ilmaan oromoo guyyaa irraa gara guyyaatti rasaasaan ajjeefamaa jiru.
Haaluma kanaan guyyaa kaleessaa waxabajji 25/2023 Godina Horro Guduruu wallaggaa Aanaa Guduruu Ganda Tulluu Habibii jedhamutti waraanni mootummaa dargaggoota ol adeemoo 5 rasaasaan ajjeesuu maddeen naannichaa nuuf gabaasaniiru.
Akka maddeen naannichaa nuuf himanitti dargaggoota ajjeechaan irratti raawwatame keessaa dargaggootni lama obbolaa Maatii tokko keessaa akka tahes nuuf himaniiru.
Dargaggoota rasaasa waraana mootummaa irraa itti dhukaafameen ajjeefaman kunneen maqaan isaanii:
1, Warquu Tayyee
2, Gammee Maammoo
3,Nagaroo Jabeessaa
4, Fayisaa Tashoomaa
5, Eliyaas Tashoomaa kanneen jedhaman yoo tahu Eliyaas tashooma afi Fayyisaa Tashoomaa obbolaa lameen maatiin tokko ijoollee isaa rasaasa waraana mootummaan dhabe tahuunis beekameera.

Mana amantaa kiristaanaa guyyaa har'aa waxabajjii 29/2023 Bishooftuutti Abuna Gorgooryoos, phaaphaasii Shawaa Bahaa ofirraa deebiisanii jiru. Ayyaana Maaramii uummata waliin kabajuu waan sodaataniif isa dhiisanii shira xaxuuf Iyyasuusii Bishooftuu deemanillee hordoftoota amantaa kiristaanaa 02 jalaa bahuu hin dandeeye akka isaan if duuba deebi'an taasifamaniiru.
Qaamooleen nageenyaas deemanii nageenya eegsiisanii jiru. Abuna Gorgoryoosiis otoo homaa hin jedhiin Adaamaatti deebi'anii jiru.
Kuni godina kamittuu bal'achuu akka qabaatu hordoftoonni Amantaa kiristaanaa dhaammatanii jiru.
Phaaphaasii qofa miti, bulchaa Mana Kiristaanaa fi lallabaa Wangeelaa Mana Kiristaanaaf hin fayyadne seeraa fi nagaadhaan ofirraa gaggeessuun dirqamas jedhaniiru.
Abbaan uummataan hin fudhatamne seera Waaqaatiiniis ta'ee, seera lafaatiin tajaajiiluu hin danda'us jedhaniiru.
Humnaan abbaan tajaajiilu ammoo uummata koolaneessaa jira malee, Kirstaaneessaa hin jirus jechuun hordoftoonni amantii kiristaanaa ni dubbatu.

Gaachana Wabii Ummata Oromoo WBO!