Hora official channel
983 subscribers
200 photos
3 videos
2 files
43 links
Best Information
Download Telegram
Atileetiin Sifan Hasan riikardii Olompikii cabsuun maaraatoonii injifatte

Atileetiin Nezarlaandiif fiigduu Sifan Hasan sa'aatii 02:22.55 galuun medaaliyaa warqee argattee jirti.

Atileetiin Itoophiyaa Tigist Asaffaa walmorkii cimaa taasisun sa'aatii 02:22.58 xumuruun 2ffaa baatee jirti.

Atileetiin Siifan Olompikii Paaris irratti fiigicha meetira 5000 fi 10,000 irratti 3ffaa bahuun medaaliyaa argachuun ishee ni yaadatama.

@horainformation
Punto commerce jedhama Kan hundeeffame biyya keeniya keessatti yeroo tahu
License Kan qabuufi faayidaan isaallee baay'ee Kan Nama ajaayibudha.

Punto commerce Kan hojjechaa jiru beeksisa yeroo tahu, maamiltootaaf omishaalee ads1,ads2,ads3,ads4
Jedhamu qabatee dhiyaateera.

Ads1--------+++++qarshii 300
Ads2--------+++++qarshii 1000
Ads3--------+++++qarshii  3000
Ads4--------+++++qarshii 8000

Guyyaa guyyaatti galiinkee
Ads1-----20
Ads2-----45
Ads3-----134
Ads4-----338

🏘Bu'aa dabalataa argachuu danddeessan

Garee ijaarrattee boonesiifi komishinii argatta.

🤽Manager miseensa 20 qabu
💸Miindaa torbee qarshii 1000
🤽Manager miseensa 60 qabu
💸Miindaa torbee qarshii 7000
🤽Manager miseensa 150 qabu
💸Miindaa torbee qarshii 60,000
🤽Manager miseensa 500 qabu
💸Miindaa torbee qarshii 200,000

Yeroo Abbaa manager miseensa 150 ol' dabartan

Travel agency ji'a tti takkaa
Bilbila smartphone
Motorcycle
➡️Akkasumas mana bitachuu Yoo barbaadde 40% sin deeggara

Miseensota keessan waliin marii yeroo taasistan dhaabbatichi fund ni gadhiisa.

Galmooftee hojii kana eegaluu Yoo barbaadde linkii kana gadii tuquudhaan odeeffannoo jiru hundaa guuti
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.puntocommercial.com/#/pages/register/register?Code=PXV38N

More info 👉 @dani_dejene
Warri itti amantan keessan na quunnamaa baayyee amanamaadha itti gammaddu!
1👍1
Jara keenya hojii kana hojjedha isin fayyada
Warri hojii kana hojjechaa jirtan jabaadha code bonus keessan na gaafadhaati fudhadha
Chaayinaa keessatti shamarreen sababa baayyina hojiitiin dadhabe jechuudhaan gara giddu gala tursiisa Manguddootaa seente.

Chaayinaa keessatti dubartiin ganna 38 tokko saffisa jireenya ishee hojiin itti baay'atu tasgabbeessuuf gara giddu gala tursiisa maanguddoo seente.

Aadde Yaang waggoota 11f indaastirii fiilmii fi televijiinii keessatti barreessituu seeneffamaa ta'uun hojjechaa turte; Hojiin ulfaataa ta'uun fayyaa ishee irratti dhiibbaa geessisaa tureera. Dhukkubni jalqaba bara kanaa mudateen hospitaala akka galtu ishee taasiseera.

Doktooronnis dubartii ganna 38 kanaan of kunuunsuu akka qabdu fi yoo hin ta'e, ammo rakkoon fayyaa hamaan akka ishee muudatu itti himan.

warri ishee lamaanuu waan du'aan boqotaniif maatii dhiyoo kan biraa akka hin qabdu. Bakka itti boqottu fi fayyuu dandeessu  bakki sirrii ta'e mana kunuunsaa ta'uu murteessiti.
@horainformation
1
Namoonni hedduun yoo recharge gochuun isin rakkise keessan na dubbisaa malee
Rakkoo baayyeen akka isin hin muudanne sin gargaaru Nan danda'a
👍1
#Itoophiyaa

Ministeerri Maallaqaa meeshaalee kaffaltii sharafa alaa malee galchuu ilaalchisee Komishinii Gumurukaa fi qaamolee dhimmi ilaallatu biroof saarkiyuulaarii dabarseera.

Saarkiyulaari Kanaanis:- mootummaan tibbana kan ifoomse, fooyya'iinsa diinagdee guutuu maallaqa sharafaa alaa karaa gabaatiin akka murtaa'uu fi kunis karaa Baankii Biyyaalessaa Itiyoophiyaan hojiirra oolchuu isaa yaadachiiseera.

Fooyya’iinsi kun meeshaaleen seeraan alaa biyyatti akka hin seenne dhorkaman, konkolaattota boba’aa fi meeshaalee nageenyaan alatti meeshaalee biroo, kaffaltii maallaqa sharafa alaa malee akka galfaman waan hayyamameef kunis hojii irra akka ooluu hubachiiseera.

#MinisteeraMaallaqaa

@horainformation
#VeechuwaalViizaa

Itiyoo Telekoom Kaampaanii Viizaa waliin ta’uun Itiyoophiyaatti kan jalqabaa kan ta’e kaardii “Verchuwaal Viizaa” tajaajila viizaa fooyya’aa ta’e Viizaa daarektiifi Teelee birriin dhiheesseera.

Viizaa Daarekt lakkoofsa kaardii Verchuwaal Teelee birriin biyyoota 190 caalan waliin tajaajila maallaqa daddabarsuu salphaa ta’e kan si’eessu ta’a.

Tajaajilli haaraan kun maamiltoota miliyoona 47.55 tajaajiluu danda’a.

Maamiltonni tajaajila kana argachuuf aappii Telebirrii haromsuu ("Update" ) gochuun Viizaa kan jedhu akka dhufuuf gochuu ni danda'u.

@horainformation
👍4
#kutaa_12ffaa
#Oduu_Ammee

Bu’aan qormaata kutaa 12ffaa wiixata qaammee 4/2016 akka ifoomu ministeerri barnoota beeksiseera.

https://haurouja.net/4/6246757

@horainformation
👍5
#Kutaa12ffaa
Bara kana bu'aa  akkamiitu galmaa'a?

Bu'aan qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2016 boru ni ifooma. Ministeerri Barnootaa waa'ee bu'aa qormaataa boru waaree booda ibsa ni kenna. Miidiyaa Haqaa Boru Ibsa ni Godha

👉Kanaan dura akka odeeffannoo Ministirri Barnootaa, Prof. Birhaanuu Naggaan kennaniin, barattoota qormaata Biyaalessaa kutaa 12ffaa bara kanaa fudhachuuf galmaa’an 701,749 keessaa barattoonni 684,205 ykn dhibbeentaa 97.5 qormaata fudhataniiru.

👉Kanneen hafan immoo sababoota adda addaa fi barnoota isaanii yeroon booda waan eegalaniif qormaata kana hin fudhanne. Dorgomtoota keessaa barattoonni 29,718 qormaata kana karaa qormaata onlaayinii yeroo jalqabaaf fudhataniiru.

Bu'aan qormaata biyyaalessaa boru Wixata Hagayya 4, 2016 ni ifooma jedhamee eegama. Waggoota darban keessaa keessumaa yeroo barattoonni dhaabbilee barnoota olaanoo (yuunivarsiitii) seenanii qormaata Fudhachuu eegalan irraa eegalee bu'aan baay'ee gadi aanaa / baay'inaan barattoonni bu'aa darbiinsaa hin galmeessan ta'uun ni beekama.

Fakkeenyaaf, bara 2015 barattoota qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhatan 845,099 keessaa %50 fi isaa ol galmeessuu kan danda’e 27,267/3.2% qofa. Sana dura bara 2014 qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa irratti barattoonni 896,520 qoratamanii qabxii dhibbeentaa 50 fi isaa ol kan argatan yoo ta’u, dhibbeentaa 30,034 / 3.3 qofatu darbe. Ministeerri Barnootaa barattoonni darban sun yunivarsiitii akka seenan hayyamuuf lakkoofsi barattoota kallattiin darban xiqqaa ta’uu hordofee sagantaa sirreeffamaa hojjechaa tureera.

Hojiin kun "yeroo tokko qofa" ta'uu qaba jedhamee kan yaadame yoo ta'u, bara 2015 sababa lakkoofsi namoota kallattiin darban muraasa ta'uu isaatiin Ministirri Barnootaa waadaa gale cabsuu isaanii ifatti dhiifama gaafachuun sagantaa sirreeffamaa akka itti fufu hayyameera.

👉Bara kana bu'aan akkamii galmaa'a?
👉Barattoonni meeqa qabxii darbiinsaa galmeessa?

Hundaa isaanii waliin ni argina. Bu'aan qormaata kanaa boru waaree booda Ministeera Barnootaatiin ni ifooma.

@horainformation
👍1
#Kutaa12ffaa
Bara kana bu'aa  akkamiitu galmaa'a?

Bu'aan qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2016 hara ni ifooma. Ministeerri Barnootaa waa'ee bu'aa qormaataa boru waaree booda ibsa ni kenna. Miidiyaa Haqaa Boru Ibsa ni Godha

👉Kanaan dura akka odeeffannoo Ministirri Barnootaa, Prof. Birhaanuu Naggaan kennaniin, barattoota qormaata Biyaalessaa kutaa 12ffaa bara kanaa fudhachuuf galmaa’an 701,749 keessaa barattoonni 684,205 ykn dhibbeentaa 97.5 qormaata fudhataniiru.

👉Kanneen hafan immoo sababoota adda addaa fi barnoota isaanii yeroon booda waan eegalaniif qormaata kana hin fudhanne. Dorgomtoota keessaa barattoonni 29,718 qormaata kana karaa qormaata onlaayinii yeroo jalqabaaf fudhataniiru.

Bu'aan qormaata biyyaalessaa hara Wixata Hagayya 4, 2016 ni ifooma jedhamee eegama. Waggoota darban keessaa keessumaa yeroo barattoonni dhaabbilee barnoota olaanoo (yuunivarsiitii) seenanii qormaata Fudhachuu eegalan irraa eegalee bu'aan baay'ee gadi aanaa / baay'inaan barattoonni bu'aa darbiinsaa hin galmeessan ta'uun ni beekama.

Fakkeenyaaf, bara 2015 barattoota qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhatan 845,099 keessaa %50 fi isaa ol galmeessuu kan danda’e 27,267/3.2% qofa. Sana dura bara 2014 qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa irratti barattoonni 896,520 qoratamanii qabxii dhibbeentaa 50 fi isaa ol kan argatan yoo ta’u, dhibbeentaa 30,034 / 3.3 qofatu darbe. Ministeerri Barnootaa barattoonni darban sun yunivarsiitii akka seenan hayyamuuf lakkoofsi barattoota kallattiin darban xiqqaa ta’uu hordofee sagantaa sirreeffamaa hojjechaa tureera.

Hojiin kun "yeroo tokko qofa" ta'uu qaba jedhamee kan yaadame yoo ta'u, bara 2015 sababa lakkoofsi namoota kallattiin darban muraasa ta'uu isaatiin Ministirri Barnootaa waadaa gale cabsuu isaanii ifatti dhiifama gaafachuun sagantaa sirreeffamaa akka itti fufu hayyameera.

👉Bara kana bu'aan akkamii galmaa'a?
👉Barattoonni meeqa qabxii darbiinsaa galmeessa?

Hundaa isaanii waliin ni argina. Bu'aan qormaata kanaa hara waaree booda Ministeera Barnootaatiin ni ifooma.
👍2
Qormaata dhabuun jireenya dhabuu miti.

📢Qormaata darbuuf dhiisuun jireenyakee borii hin murteessu.

📢Qormaanni murtee jireenyaa miti, adeemsa ittiin waa argatanidha.

📢Yoomiyyuu taanaan waa'ee isa darbee osoon taane waa'ee isa dhufuutti xiyyeeffadhu.

📢Warreen qormaata darbanii jireenya hadhooftuu jiraatan hedduutu jira.

📢Jireenyi ilma namaa mataansaa qormaata waan ta'eef sana darbuuf dandeetti kennaakee ta'etti dhimma ba'i.

📢Dandeettii amma qabdutti fayyadamnaan wanti qabee si dhaabu hin jiru.

📢Wanti ati amma ilaaltee gaddite kun siif barnootadha.

📢Har'a dhabuunkee bor dhabuu miti, har'a boo'uunkee bor boo'i jechuu miti.

📢Waan amma of harkaa qabdutti dhimma ba'i malee eenyuyyuu sin dursu.

📢Mo'amuuf carraan laatiin mo'uuf carraa kenni.

📢Haalakee keessatti Abdiin kutiin, obsan dhabiin, ogummaan dhabiin, dandeettiwwan keessa kee jiru hubadhu.

📢Ati har'a keessaayyuu amma hojiitti jirta, hojiis eegali.

📢Nagaaf fayyaa qabdutti gammadi.
Karaan ittiin bu'aa qormaata kutaa 12ffaa ilaalan ifoomeera

Bara barnootaa 2016 bu’aa Xumura mana barumsaa sadarkaa 2ffaa Itiyoophiyaa (kutaa 12) ilaaluuf hidhi ifoomeera.

Barattoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa 2016 bu’aa isaanii karaa filannoowwan armaan gadiititiin sa’aatii 6:00 irraa eegalee ilaaluu ni danda’u.

Haaluma kanaan

1. Poortaala: https://result.eaes.et
2. Bot Telegiraamii:- https://t.me/EAESbot
3. Ergaa gabaabaa (SMS) 6284 irratti 'R' dursuun registration number galchuudhaan. Filannoon kun kaffaltii ni qabaata.

https://haurouja.net/4/6246757

https://haurouja.net/4/6246757

@horainformation
👍2
Bu’aan qormaata kutaa 12 ffaa ifoomeera

Haaluma kanaan

1. Poortaala: https://result.eaes.et
2. Bot Telegiraamii:- https://t.me/EAESbot
3. Ergaa gabaabaa (SMS) 6284 irratti 'R' dursuun registration number galchuudhaan. Filannoon kun kaffaltii ni qabaata.

https://haurouja.net/4/6246757

https://haurouja.net/4/6246757

@horainformation
👍1
Baga Bara Haaraan isin ga’e.

Bara haaraa , bara haaromaa, bara milkii isiniif haa ta’u!
Ayyaàna gaarii!

@horainformation