Heilig School 1-4 division
2.32K subscribers
4.17K photos
62 videos
362 files
48 links
Download Telegram
Kabajamoo Maatii fi Guddistoota barattootaa,
Sirna eebba daa'immanii (Kindergarten) Mana Barumsaa Heilig irratti argamuun waan nu kabajjaniif galata onnee irraa madde isiniif dhiyeessuu barbaadna. Argamuun keessan, jajjabina fi deeggarsi keessan eebbifamtoota keenya xixinnoof guyyaa kana baay'ee adda taasiseera!
Milkaa'ina babbareedaa barattoonni keenya bara kana galmeessisanitti baay'ee boonna.
Suuraawwan eebbaa ifa ta'an ammaan tana waan qophaa'aniif (update ta'aniif) ilaaluuf qophii ta'uu isaa yommuu isinitti himnu gammachuutu nutti dhaga'ama! Yeroo ijoolleen gaawanii eebbaa uffatanii, waraqaa ragaa isaanii fudhatan fi hiriyoota isaanii wajjin gammadan suuraa babbareedaa kaafneerra.
:
Bara barnootaa haala gaariin xumurame kanaaf irra deebi'uun isin galateeffanna. Isinii fi maatii keessaniif boqonnaa gannaa nagaa, boqochiisaa fi gammachiisaa akka ta'u hawwina, akkasumas ijoollee keessan kutaa 1ffaa keessatti arguuf hawwiidhaan eegna!
Nageenya kabajaa wajjin,
Mana Barumsaa Healing
 
የተከበራችሁ ወላጆች እና አሳዳጊዎች፣
በሃይሊግ ትምህርት ቤት (Heilig School) የመዋዕለ ሕፃናት የምርቃት ስነ-ስርዓት ላይ ስለተገኛችሁ ከልብ የመነጨ ምስጋናችንን ልናቀርብ እንወዳለን። የእናንተ መገኘት፣ ማበረታታት እና ድጋፍ ለትንንሽ ተመራቂዎቻችን ቀኑን እጅግ ልዩ አድርጎታል።
ተማሪዎቻችን በዚህ ዓመት ባስመዘገቡት ውብ ስኬት እና እርምጃ በጣም እንኮራለን።
ይፋዊ የምርቃት ፎቶዎች አሁን የተጫኑ እና ለእይታ ዝግጁ መሆናቸውን በደስታ እንገልጻለን! ልጆቹ የምርቃት ልብሳቸው ን(ጋውን) ለብሰው፣ የምስክር ወረቀታቸውን ሲቀበሉ እና ከጓደኞቻቸው ጋር ሲያከብሩ የሚያሳዩ ብዙ አስደሳች ጊዜያትን በፎቶ አያይዘናል።
ላለፈው አስደናቂ የትምህርት ዘመን በድጋሚ እናመሰግናለን። ለእናንተ እና ለቤተሰባችሁ ደህንነቱ የተጠበቀ፣ እረፍት የሚሰጥ እና አስደሳች የክረምት እረፍት እንመኛለን፤
ልጆቻችሁንም በአንደኛ ክፍል ለማየት በጉጉት እንጠብቃለን!
ከልብ ላቀ ሰላምታ ጋር፣
የሃይሊግ ትምህርት
 
 
Dear Parents and Guardians,
We would like to take a moment to express our heartfelt gratitude to you for attending the Heilig School Kindergarten Graduation Ceremony. Your presence, cheers, and support made the day incredibly special for our young graduates!
We are so proud of our students and the beautiful milestones they have achieved this year.
We are excited to announce that the official graduation photos have now been updated and are ready for you to view! We captured many wonderful moments of the children in their gowns, receiving their certificates, and celebrating with their friends.
 
Thank you once again for a fantastic academic year. We wish you and your family a safe, restful, and joyful summer break, and we look forward to seeing your children in Grade 1!
Heilig School