This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
የተጋሩዎች አለመግባባት እንደቀጠለ ሲሆን ወደ ደም መፋሰስ እየሄደ ነው። ተጋሩዎች መሬታቸውን ወልቃይት ሳያስመልሱ በዚህ ልክ እርስ በርስ መጓተታቸው የሚጠቅመው ሌላውን ነው።
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
ተጋሩዎች ለጠላቶቻቸው ተመችተዋል እንግዲህ ስራችሁ ያውጣችሁ!....
Save Oromia 💪
Photo
#Ayyaantuu jedhamti.
Magaalaa Naqamteetti Torban lama dura bakka hojiitti haala suukkanneessaan ajjeefamtee akka waan of ajjeeftee fakkeeffame. Erga Hospitaala geeffamtee boodas ogeessi fayyaa "Kun harka namaati malee waan of ajjeefte miti " jedhe tokko daqiiqaa soddoma booda achi buuteen isaa dhabame. Maatiin reeffi akka qoratamuuf Finfinneetti naaf ergaa jennaan warri ajjeese jaarsolii fudhatee kadhaa deeme.
Saanduqa reeffaa qarshii 50,000n biteetu "Ni awwaallaa hin dhama'inaa" jedheen. Maatiin ni didani. Namichi ajjeechaa kana irratti raawwate abbaa qabeenyaati. Finfinnee jala deemeetu reeffa gara dabarsuuf yaale. Haadhaaf abbaa ilmoon jalaa ajjeefamte poolisiin tumsiise. Kun kan ta'e torbee lama dura. Yeroo sana fbn namni sagalee tahe hin turre BBC News Afaan Oromoo gabaasa sana hojjetu illee namni dubbate hin jiru.
Obboleettii keenya Qananii Addunyaa yeroo kalee of darbitee of ajjeeste jedhamu namootni baay’een dubbii burjaajjii waliin dhahaa jiru malee dhugaa Qananii kan beeku hin jiru.
Warri har'a asirraa lafa dhiphisu kun Gaafa Ayyaantuun Naqamtetti ajjeefamtu miidiyaa kanarra turan garuu hin dubbanne.
Warra akka #Hana_Adamu fa'as jechuudha. Lubbuun namaa wal hin caalu. Osoo dhuguma namummaaf ta'ee. Osoo naatoo qabaannee!
Sobdee boossa hundikee!

የትግራይ ክልል ጊዜያዊ አስተዳደር ፕሬዝዳንት ጌታቸው ረዳ የፌደራል መንግሥት በክልሉ ጣልቃ መግባትን ጨምሮ "የትኛውንም ዓይነት ድጋፍ ለማድረግ" በቂ ምክንያት እንዳለው ተናገሩ። አቶ ጌታቸው የፕሪቶሪያው ስምምነት አካል የሆኑት የፌደራል መንግሥት እና የዓለም አቀፉ ማኅበረሰብ "በትግራይ ያለው ሁኔታ እያሽቆለቆለ መምጣቱን እና የፕሪቶሪያ ስምምነት መፍረስ የሚያስከትለውን ትልቅ ችግር ከግምት ውስጥ ማስገባት አለባቸው" ብለዋል
https://www.bbc.com/amharic/articles/cy4vx3d17j7o?at_format=link&at_bbc_team=editorial&at_link_type=web_link&at_link_origin=BBC_News_Amharic&at_campaign=Social_Flow&at_medium=social&at_ptr_name=facebook_page&at_campaign_type=owned&at_link_id=7C7FAD22-FF2A-11EF-B2F8-C47007C44D8B&fbclid=IwZXh0bgNhZW0CMTEAAR0bVzCZ3ejtknYR8nMrSqnhXt-CVNLG7kTxH1hGg1bDMhi3Ez9fiBnn0Q0_aem_OdYXp_qvsKezI_JZxulSLw

BBC News አማርኛ
አቶ ጌታቸው የፌደራል መንግሥት በትግራይ ክልል ጣልቃ ለመግባት በቂ ምክንያት እንዳለው ተናገሩ
የትግራይ ክልል ጊዜያዊ አስተዳደር ፕሬዝዳንት ጌታቸው ረዳ የፌደራል መንግሥት በክልሉ ጣልቃ መግባትን ጨምሮ "የትኛውንም ዓይነት ድጋፍ ለማድረግ" በቂ ምክንያት እንዳለው ተናገሩ። አቶ ጌታቸው የፕሪቶሪያው ስምምነት አካል የሆኑት የፌደራል መንግሥት እና የዓለም አቀፉ ማኅበረሰብ "በትግራይ ያለው ሁኔታ እያሽቆለቆለ መምጣቱን እና የፕሪቶሪያ ስምምነት መፍረስ የሚያስከትለውን ትልቅ ችግር ከግምት ውስጥ ማስገባት…
~`• አንገት ቆሬጩ ፋኖ አማራ ከወልድያ ባንክ በርካታ ገንዘብ መዝረፉ ሲሰማ መዳረሻውን ደሴ ካደረገ አንድ ባስ መኪና ሙሉ ተሳፍረው የነበሩ ከ60 በላይ ተሳፋሪዎች ላይም የስልክና የገንዘብ ዘረፋ አካሂደዋል።
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
እልልታ እልልታ እልልታ
ጌታቸው ረዳ ሲጠቀምበት የነበርውን ቻፓ ደብረፂ ለትግራይ ህዝብ ጥቅም ሲል ተቆፃፅሮታል 😂
ጌታቸው ረዳ ሲጠቀምበት የነበርውን ቻፓ ደብረፂ ለትግራይ ህዝብ ጥቅም ሲል ተቆፃፅሮታል 😂
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
ቪድዮ እየቀረፁ የሚደበድቡት፣ የሚገድሉት እኮ ህዝቡ ተመልክቶ እንዲፈራ፡ ለመብቱ እንዳይቆም ነው። ሆኖም ውጤቱ የተገላቢጦሽ እየሆነ ነው የእናንተ ፀሀይ እለት እለት እያዘቀዘቀች ነው። አዲሱ ኦሮሚያ 💪 በነፃነት ታጋዩ ከቡልጉ የፀዳ ይሆናል ❤💚❤
#Oduu_Gammachiisaa
Lubni Sanbatoo Sinoodosii Oromiyaa fi ummata A/Hoomaa Dhifaama Gaafatan
#Godina Wallaggaa lixaa
Aanaa Homaati Yeroo darbe Akkuma barreessa turree Lubni Geetachoo Geggessaa mana Lubumaa Aanaa Homaarra Akka ka’uu Luba Sanbatoo dirqaaman Sinoodosii Ixoophiyaa bakkaa buusuf akkaa turee ibsine turun keenyaa ni yaadatama
Haata’uu ta’ii murtii Ummanni Naannoo sana biyyaa keenyaa nuuf lakkifta moo Lubota fi Daaqoonota keenyaa dhifaama Gaafatee nuu duukaa jiraata jedhe ummanni Aanaa Hoomaa gaaffiin inni Luba Sanbatoo gaafaten lubni Sanbatoos Ani Ummata koorra Adda bahee jiraachu hin danda’uu jechun Xalayaa Abune Rufaa’el Finfinnee ta’ee itti erge ciree manaa Fincaa’anitti darbe Luba Geetacho,Tajaajiltoota Aanaa hoomaa fi ummata Dhifaama Gaafate Sinoodosii Oromiyaa wajjin Hojechuf murteesse Jira heddun itti Gammaade Galatoma jechun barbaada Ummata Homaa fi Geggeesitota Aanaa Hoomaadhan
Kaayyoon Sabicha itti Fufaa
Ani Abbaa Sabboontuu
#Maddi Oddeeffannoo koo
kutaa midiyaa Aanaa Hoomaarrati
Naga