#Taajjabbii, #Galata, #Gorsa_Faarfattootaaf!
Ajandaan giddu kanaa dhimma irratti dubbatamuufi mari'atamuu qabu ta'uu namuu ni fudhata!
Darbee darbees namoonni kaasaa turan jiru, faarfattootni gameeyyiin fi namoonni hinaaffaa qulqulluu faarfannaa mana keenyaaf qaban dhimma kana dubbachuuf koomee irra of ta'aa jiran ni jiru!
Faarfataa Sanbato Go-far af gaaffii Furtuu dhugaa irratti taasisee tureen waan baay'een hubadhe!
Waggoottan muraasaa darbaniif yaada kana namootan qoodaa ture jira, yaadichi ka'uu akka qabu, nama hundumaa keessaan dubbisuun waan ulfaatuuf akkasumas dhaloonni fulduratti faarfataa ta'uuf deeman hubannoo akka fudhataniif cimsamee wanti dubbatamu dubbatamuu qaba kan jedhan baayyeedha!
Na caala dhimmi kun kan ilaallatu faarfattootaafi namoota gurra qabna jedhan turan, har'a yeroo dhimmi faarfannaa ka'u garuu qooda ishoo jedhanii furmaataaf yaada barreessuu qaban maqaa nutti maxxansan!
Ani shiras dabas hin beeku, ergamnis akka na duuba hin jirre namni akkas naan jedhuyyuu ni beeka sababni guddaan yaadi kun balaalleffatameef garuu Yaadichi karaa koo maaf ka'uu dideedha. Dhoksaa guddaan an arge kanadha
Utuu yaadicha isaan kaasaniiru ta'ee yaada eebbifamaa, yaada dhugaaf sirrachuu qabudha, yoona qaata mariif dhiyaata.
Kana jechuun yoo an eebbise qofa eebbifamaa ta'a, yoon an dubbadhe qofa dhugaaf sirrii ta'a, yoon an ifadhe qofa ifatama akka jechuuti.
Ani yaada biraaf hin maxxansine waanuman qajeelaadha jedhe utuu irra hin dibiin katabe malee, qulqulluun qullaa hin dhokfatu jedhan.
Waa'ee ajandaa gidduu kanaaf waaqayyoon nan galateeffadha, sababni isaas barnoota eessattuu hin argannen argadhe!
Tokkummaa har'aa kana jabeeffadhaa, fuldurattis yeroo dantaan waldaa xuqamu akkuma kana balaaleffadhaa!
Qaawwi faarfattootaa maaf dubbatama akkuma jettanii dhoksuuf gamtaa uumtan, Qaawwa gaggeessitootaa, lallabdootaa, fi dhaabbataas duuchuufis gamtaa uumaa!
Ani maafan xuqamaa qofa utuu hin taane obboleessikoos maaf xuqama jechuuttis haa guddannu!
Namoota waggaa waggaan ergama diinaa fudhatanii , aangoo, barnoota, fi hojii argachuuf hamilee faarfattootaa buusuuf yaalii godhan dura ni dhaabbanna!
#Galata!
Namoota hafuura gad of deebisummaan, gorsa ana nama wallaalaa kana fudhatanii jijjiramaaf hojjechuu qabna jettan guddaa galatoomaa!
Faarfattootni fi namoonni keessaan yaada naaf laattan marti ulfaadhaa
Hundumaa caalatti immoo namoota qaawwi faarfattoota keenyaa maaf mul'ata jechuun tokkummaa uumtanii yaada kana balaalleffattan marti guddaa galatoomaa, boruufis sin abdanna!
#Dhiifama
Namoota barreeffama kiyya akka walii galaatt barreesse dhuunfaatti fudhachuun natti gadditan
Mata duree biraan haga walitti deebinutti nagaan turaa!
#Xumureera!
Guyyaa qophaa'ummaa Gaarii!
Sanbata gaarii
✍️ Melkamu Leta Abdisa

❤2
Manni Barumsaa Adventistii Qormaata biyyooleessaa akkamiin dabarsaa jira?
Achumaan #Subscribe tolchaa
👇
https://youtu.be/XhcvqeVoCEI?si=lOUWu_3A5ng9K6rx

❤3
🕊️ Oduu gaddaa
Presidentiin Yuuninee baha Itiyoophiyaa duraanii Pr Xurunee Waldasillaasee Onkololeessa 14 bara 2019 du'aan addunyaa kanarraa boqotaniiru
Lubni Xirunee Waldasillaasee, tajaajilaa Wangeelaa beekamaa fi umrii dheeraa tajaajila keessatti dabarsan fi Bara jireenya isaanii guutuu amanamummaadhaan Waldaa Adventistii Guyyaa Torbaffaa fi hojii Wangeelaa keessatti kan tajaajilaa turanidha
Luba keenya baay'ee jaallannuuf kabajnu du'aan of biraa dhabuu keenyaaf gadda nutti dhaga'ame ibsachaa, maatiiwwan , firoottaan hiriyyootaa fi waldaa isaa hundumaaf jajjabina kadhanna
“Yesus garuu, "Du'aa ka'uun, jireenyis ana; namni anatti amanu yoo du'e iyyuu in jiraata.” Yoh. 11:25
Yuuniyen Misiyoonii Itoophiyaa Bahaa irraa
@haftuvoice

😭6
Forwarded from RAY Ministry (Raise up Adventist youth)
#Konfiraansii_addaa
Ashamaa akkam jirtu? nagaan waaqayyoo bakkaaf haala jirtan hundumaatti siniif haa baayyatu jechaa,
Sagantaan Garee Tajaajila RAY Ministry jechuunis Raise up Adventist youth guyyaa Roobii irraa eegalee sagantaa dadammaqinsaa guddaa siniif qopheessee waan jiruuf, obboloonni fagoofi dhiyoo, biyyaa hambaaf biyyaa keessa jirtan, bakkuma jirtan teessanii fuula telegram @RAYMinistry join gochuu qofaan dhangaa eebbaa guddaa kana akka sin hin darbine kabajaaf jaalala gooftaan sin yaadachisna
RAY MINISTRY
Dargaggoota Adventistii ol kaasuuf
Waldaa haaroomsuuf
Wangeela Addunyaa dhaqqabsiisuuf garee hidhatee kahera
Irraa hin hafnuu irraa hin hafiinaa
Wal argaan Roobii galgaala sa'a 2 : 00 tti fuula telegram kana irratti nuuf haa ta'u
👇👇
https://t.me/RAYministry

❤4
Forwarded from RAY Ministry (Raise up Adventist youth)
Har'a Galgala irraa hin hafamu
Armaan dura gareen tajaajila RAY Ministry Sagantaalee dadammaqinsaa gaggeessaa turuun isaa ni yaadatama
Maarree har'as konfiraansii guyyaa sadiif turu, Mata duree YEROO YESUUS HUNDUMAA CAALA BARBAACHISAA TA'E, jedhuun tajaajiltoota biyya keessaaf alaan gaggeessuuf qophiin xumuramee jira
Kanaafuu har'a galgala eegalee haga jimaataatt fuula telegram RAY Ministry irratti hirmaattoota eebba kanaa akka taatan kabaja guddaan sin affeerra
Wal argaan sa'a 2 irratti haa ta'u
Linkii kanaan seenaa join godhaa

Daqiiqaa muraasa qofaatu hafe
Kabajamoo maatii waaqayyoo, sagantaan keenya eegaluuf waan jiruuf qophii akka gootan sin yaadachiisna
Namootaaf qoodaa
https://t.me/RAYministry
Kabajamoo maatii waaqayyoo, sagantaan keenya eegaluuf waan jiruuf qophii akka gootan sin yaadachiisna
Namootaaf qoodaa
https://t.me/RAYministry
❤1
Forwarded from RAY Ministry (Raise up Adventist youth)
Eegaleera!
Sagantaan keenya eegalee waan jiruuf linkii armaan gadiin seenaa, hiriyyoota keessan itti affeeraa
Eebbi kun sin hin darbiin
👇
https://t.me/RAYministry?videochat=872fc4e8c90038bcb6

❤1👍1
Forwarded from RAY Ministry (Raise up Adventist youth)
Guyyaa 2ffaa eegalee jira
Akkam ooltan maatiiwwan keenya, baga nagaan gara sagantaa RAY Ministry'iitti dhuftan jechaa, har'allee sagantaan keenya bifa adda ta'een waan itti fufuuf, hiriyyoota keessan itti affeeraa
👇👇
https://t.me/RAYministry?videochat=0926684e9e82d22ede

Eegalee jira
Nagaan waaqayyoo siniif haa baayyatu maatiiwwan keenya, baga nagaan guyyaa eebbifamaa kana geessan jechaa sagantaan keenya eegalee waan jiruuf,
Koottaa seenaa itti wal affeeraa
👇
https://t.me/RAYministry?videochat=0dc646e3395c928f3c

Telegram
RAY Ministry (Raise up Adventist youth)
Raise.Revive.Reach
Email -
rayministry7@gmail.com
Contact us @RAYoffice7
Call 📞0962151311
Email -
rayministry7@gmail.com
Contact us @RAYoffice7
Call 📞0962151311
Forwarded from Ayantu Wondyrad
🔷️🅰YBAR GRAPHICS
🔶️ORDER YOURDESIGN
+251902960772
+251947215463
✴BANNER DESIGN
✴POSTER DESIGN
✴SOCIAL MEDIA DESIGN
✴FLYER DESIGN
✴STICKER DESIGN
✴ALBUM COVER DESIGN
🔥HBD sticker
🔥Quote Graphics
🔥Song lyrics
For any advertisement DM us !!
🔥Quality is our identity ✌️🔥
🔶️ORDER YOURDESIGN
+251902960772
+251947215463
✴BANNER DESIGN
✴POSTER DESIGN
✴SOCIAL MEDIA DESIGN
✴FLYER DESIGN
✴STICKER DESIGN
✴ALBUM COVER DESIGN
🔥HBD sticker
🔥Quote Graphics
🔥Song lyrics
For any advertisement DM us !!
🔥Quality is our identity ✌️🔥
🔥1
Facebooker Marty Sda kana baay'een dinqifadha, hojiishees baayyeen jaalladha!
Durbi akkasitti social media tajaajila qofaaf itti fayyadamtu nuuf warqee najjoo caala qaalii dha
Maarree Marty hojiishee duraa caala kutannoo guddaan hojjechuuf qabiyyee haaraa akka mana keenyaatti hin xuqamne qabattee as baatee jirti. Hojii ishee kana daawwadhaati, subscribe tolchaaf ariitiin 1K galuu qabdi

https://youtu.be/jaEeROjm-RI?feature=shared

YouTube
Seenaa dhaloota musee || kutaa 1ffaa || seera ba'uu 2 irratti kan xiyyeeffate
Enjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.
❤5🎉1