AU HHC STUDENT'S UNIONS /Gamtaa Barattootaa KHH
869 subscribers
161 photos
3 videos
10 files
12 links
Information ,education ,sport..
Download Telegram
๐Ÿ“ข Qophii Simannaa Barattoota Haaraa! ๐ŸŽ“
Barattoota haaraa gara Yuunivarsiitii keenyaa dhufaniif sagantaa simannaa qopheessuuf, Gamtaan Barattootaa barattoota duraanii fi gumiilee garaagaraa Kaampaasii keenyaa waliin ta'uun hojii qophii barbaachisaa ta'e xumureera.
Qophii kana milkeessuuf kan nu waliin hojjetan hundaaf garaa guutuudhaan galata guddaa qabna. ๐Ÿ™โค๏ธ
Tokkummaan keenya bu'uura milkaa'ina keenyaa dha! ๐Ÿค๐ŸŽ“

๐Ÿ“ข แˆˆแŠ แ‹ฒแˆต แ‰ฐแˆ›แˆชแ‹Žแ‰ฝ แ‹จแŠ แ‰€แ‰ฃแ‰ แˆ แ‹แŒแŒ…แ‰ต! ๐ŸŽ“
แ‹ˆแ‹ฐ แ‹ฉแŠ’แ‰จแˆญแˆฒแ‰ฒแ‹ซแ‰ฝแŠ• แˆˆแˆšแ‰€แˆ‹แ‰€แˆ‰ แŠ แ‹ฒแˆต แ‰ฐแˆ›แˆชแ‹Žแ‰ฝ แ‹จแŠ แ‰€แ‰ฃแ‰ แˆ แ•แˆฎแŒแˆซแˆ แˆˆแˆ›แ‹˜แŒ‹แŒ€แ‰ตแฃ แ‹จแ‰ฐแˆ›แˆชแ‹Žแ‰ฝ แ‰กแ‹ฒแŠ• แŠจแАแ‰ฃแˆญ แ‰ฐแˆ›แˆชแ‹Žแ‰ฝแŠ“ แŠจแŠซแˆแ“แˆณแ‰ฝแŠ• แ‹จแ‰ฐแˆˆแ‹ซแ‹ฉ แˆ›แˆ…แ‰ แˆซแ‰ต แŒ‹แˆญ แ‰ แˆ˜แ‰ฐแ‰ฃแ‰ แˆญ แ‹จแ‹แŒแŒ…แ‰ต แˆฅแˆซแ‹แŠ• แŠ แŒ แŠ“แ‰‹แˆแข
แˆˆแ‹šแˆ… แ‹แŒแŒ…แ‰ต แ‹จแ‰ฐแ‰ฃแ‰ แˆฉแŠ•แŠ• แˆแˆ‰ แŠจแˆแ‰ฅ แŠฅแŠ“แˆ˜แˆฐแŒแŠ“แˆˆแŠ•แข ๐Ÿ™โค๏ธ
แŠ แŠ•แ‹ตแАแ‰ณแ‰ฝแŠ• แˆˆแˆตแŠฌแ‰ณแ‰ฝแŠ•! ๐Ÿค๐ŸŽ“
โค9๐Ÿ‘2
Happening now

Orientation program for Natural freshman students (Hacaluu Hundessa cumpus)
โค5
Forwarded from Yoobsan B Begi
2019 Freshman 1st sem Class Schedule.pdf
538.8 KB
Dears, This is Natural Science Freshman Class Schedule. Please share it for your respective Instructors, and from Monday 23/02/2019 E.C we will follow class and report to you! For any correction or suggestion contact us via telegram or phone. Thank You!
โค3๐Ÿ‘1