๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.36K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒน๐Ÿ€kutaa-23ffยชยช๐Ÿ“๐Ÿ“
๐Ÿ‘‰ Gaafi fi Deebi๐Ÿ‘ˆ
โŒMusiliimotaโŒ

โœYohaannis 8:20
#Iyyaasuus(Kiristoos)
kana kan dubbate,
mana qulqullummaa keessa naannoo qodaan buusii ta'autti utuu barsiisaa,jiruu ture.
Haatau malee
#sa'aatiin
isaa amma iyyuu
waan hin geenyeef
eenyu illee isa
hin qabne.
-------------------------------
โฉGaafii isaanii
Kiristoos Hin
fannifamne jedhu...โ“
โฏ namni kamiyyuu isa
Hin qabne jedhu...โ“

โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โœDeebi keenya
#Lakki fannifamee jira
Kan jedhuu ta'a.
๐Ÿ“sa'aatiin isa hin geenye
Jedhee malee ,Kiristoos
Gonkumaa hin fannifamu
Hin jennee.

=hanga sa'aatiin isaa
Hin geenyetti hoomtuu
Isa qabu hin danddenye
Yoomuu sa'atii isaa
Gahuu garuu Kiristoos
Fannifamee jira

โฉ ragaa kitaaba
Qulqulluu

โ“ต=matewoos 26:45
gara
#barattoota isaatti
deebiee akkana isaaniin jedhe: โ€œ
#Yeroon kun
yeroo itti raftanii fi yeroo
itti boqottan miti
Kunoo,
#sa'aatiin
#Ilmi namaa #harka cubbamootaatti
dabarfamee itti
kennamu dhihaateera.

โ“ถ=Luqaas 22:14-15
Iyyaasus(Kiristoos)
#yeroo sa'aatiin
isaa
#gau ergamootaa wajjin nyaatatti dhihaate.

Yeroo kanatti
akkana isaaniin jedhe: โ€œ
#Dhiphinni ana irra gauu isaa dura, #Faasikaa kana isinii wajjin nyaachuuf
baayee hawwaan ture;

โ“ท=Yohaannis 12:23-24
Iyyaasus(Kiristoos)garuu akkana jedhee
isaaniif deebise:
โ€œ
#Saaatiin_Ilmi namaa ulfina itti argatu gaeera.
Dhuguma dhuguman isiniin jedha,
#firiin qamadii tokko lafa buutee
yoo duuu baatte, firii tokkittii taatee hafti; yoo duute garuu, sana booda firii hedduu godhatti.

โ“ธ=Yohaannis 16:30-32
#Ati wanta hunda
akka
#beektuu fi eenyu illee si gaafachuun akka isa hin barbaachisne amma beekneerra. Kanaanis ati Waaqayyo biraa akka dhufte amanneerra.โ€
Iyyaasus deebisee akkana isaaniin jedhe: โ€œAmma amantanii?

#Kunoo_saaatiin hundi
keessan kophaatti na dhiistanii gara mana
mana keessaniitti itti
#faffacaatan dhufaa jira; ammuma iyyuu kunoo gaeera. Taus #Abbaan
anaa wajjin waan jiruuf,
ani kophaa koo miti.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
=kutaa-19ffaa dubbisa

๐Ÿ“
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/300

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/301

โฉYohaannis 7:30
Irra kan jiru dubbisaa
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒนlink channeel kan
Yoo, barbadani๐Ÿ‘‡
๐Ÿ’’
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====//=====
๐Ÿฅฅ๐Ÿ…ฑ kutaa=40 ffยชยช โฌ‡๏ธ
โ™จ๏ธGaafii fi Deebiโ™จ๏ธ
๐Ÿ…พ * Musiliimota*๐Ÿ…พ

โœ=Yohaannis 10:39
kanaaf isaan ammas isa
#qabuuf yaalan; inni garuu isaan
jalaa
#miliqe , (แŠฅแŠ•แŒแ‹ฒแˆ… แ‹ฐแŒแˆ˜แ‹ แˆŠแ‹ญแ‹™แ‰ต แˆแˆˆแŒ‰ แŠจแŠฅแŒƒแ‰ธแ‹แˆ #แ‹ˆแŒฃ//แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 10:39)
โ˜ชโ˜ชโ˜ชโ˜ชโ˜ชโ˜ชโ˜ช
๐Ÿ“Gaaffii isaanii.
1=Kiristoos hin fannifame harka bahee jira.// immoo hin dunne jedhu...โ“โ“
๐Ÿ“ฅ๐Ÿ“ฅ๐Ÿ“ฅ๐Ÿ“ฅ๐Ÿ“ฅ๐Ÿ“ฅ๐Ÿ“ฅ๐Ÿ“ฅ
Deebi keenya
๐Ÿ†š jalaa miliqee jechuun hin fannifamee jechuudha....โ“๐Ÿ˜
โ™ˆ๏ธ jalaa miliqee jechuun hin dunne jechudha...moo..โ“๐Ÿ˜œ๐Ÿ˜œ

โ˜ฆ kanafuu warri Musiliimaa sobaa dubbatu jechuudha.

๐Ÿ—ณ๐Ÿ—ณ๐Ÿ—ณ๐Ÿ—ณ๐Ÿ—ณ๐Ÿ—ณ๐Ÿ—ณ
Raga keenya jalaa miliqee jechuun hanga sa'aatiin isaa gahutti hoomtuu isaa hin qabnee jechuudha

โ“ต=Yohaannis 8:20.
Iyyaasus(kiristoos) kana kan dubbate, mana
qulqullummaa keessa naannoo qodaan buusii taautti utuu barsiisaa
jiruu ture. Haatau malee
#saaatiin isaa amma iyyuu waan hin geenyeef
eenyu illee isa
#hin_qabne.
#แŠขแ‹จแˆฑแˆต แ‰ แˆ˜แ‰…แ‹ฐแˆต แˆฒแ‹ซแˆตแ‰ฐแˆแˆญ แ‰ แŒแˆแŒƒ แ‰คแ‰ต แŠ แŒ แŒˆแ‰ฅ แ‹ญแˆ…แŠ• แŠแŒˆแˆญ แ‰ฐแŠ“แŒˆแˆจแค #แŒŠแ‹œแ‹ แŒˆแŠ“ แŠ แˆแ‹ฐแˆจแˆฐแˆแŠ“ แˆ›แŠ•แˆ #แŠ แˆแ‹ซแ‹˜แ‹แˆ//แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 8:20
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
โœด๏ธ yeroo sa'aatiin isaa gahuu. ni faanifamee

โ“ถ=Luqaas 22:14-15
Iyyaasuus(kiristoos) yeroo
#saaatiin isaa #gau ergamootaa(12) wajjin maaddiitti dhihaate. Yeroo kanatti akkana isaaniin jedhe: โ€œ #Dhiphinni ana irra gauu isaa dura, Faasikaa kana isinii wajjin nyaachuuf baayee hawwaan ture #แˆฐแ‹“แ‰ฑแˆ_แ‰ แ‹ฐแˆจแˆฐ แŒŠแ‹œ แŠจแŠ แˆฅแˆซ แˆแˆˆแ‰ฑ แˆแ‹‹แˆญแ‹ซแ‰ต แŒ‹แˆญ แ‰ แˆ›แ‹•แ‹ต แ‰ฐแ‰€แˆ˜แŒ  แŠฅแˆญแˆฑแˆ #แŠจแˆ˜แŠจแˆซแ‹ฌ แ‰ แŠแ‰ต แŠจแŠฅแŠ“แŠ•แ‰ฐ แŒ‹แˆญ แ‹ญแˆ…แŠ• #แ‹แˆฒแŠซ แˆแ‰ แˆ‹ แŠฅแŒ…แŒ แŠฅแˆ˜แŠ แŠแ‰ แˆญ.//แˆ‰แ‰ƒแˆต.22:14-15

โ™จ๏ธkanafuu fanifamuf sa'aatiin isaa yoo, gahu dubbate jira
#Kiristoos
๐Ÿ”ฑ
#kutaa_23 ffaa Dubbisaa๐Ÿ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/329 ๐Ÿ‘ˆ

โ“ท=Yohaannis 19:14
Guyyaan isaa
#yeroo
Qophii
#Faasikaa ture; yeroon isaas gara #saaatii ja'aa(6) ture. Innis Yihudootaan, โ€œilaa, mootii keessan!โ€ jedhe.
#แˆˆแ‹แˆฒแŠซแˆ แ‹จแˆ›แ‹˜แŒ‹แŒ€แ‰ต #แ‰€แŠ• แŠแ‰ แˆจแค #แˆตแ‹ตแˆตแ‰ต แˆฐแ‹“แ‰ตแˆ แ‹จแˆšแ‹ซแˆ…แˆ แŠแ‰ แˆจแค แŠ แ‹ญแˆแ‹ตแŠ•แˆ แŠฅแŠแˆ† แŠ•แŒ‰แˆฃแ‰ฝแˆแก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹//แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 19:14)
๐Ÿšผ kanafuu Kiristoos fanifame jira jechuudhaa

โ“ธ=Yohaannis 19:30
Kiristoos
#wayinii dhangaggaaaa sana erga dhamdhamee booda, โ€œNi #xumuramee jedhe; achiis #mataa isaa gadi qabee #lubbuu isaa kenne.
#แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แˆ†แˆแŒฃแŒคแ‹แŠ• แŠจแ‰ฐแ‰€แ‰ แˆˆ แ‰ แŠ‹แˆ‹ #แ‰ฐแˆแŒธแˆ˜แก แŠ แˆˆ แˆซแˆฑแŠ•แˆ แŠ แ‹˜แŠ•แ‰ฅแˆŽ #แŠแแˆฑแŠ• แŠ แˆณแˆแŽ แˆฐแŒ //แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 19:30

โ“น=Mulโ€™ata.Yoh 1:18
isa jiraatu dhas,
#Ani_dueen ture; garuu kunoo, baraa hamma bara baraatti nan #jiraadha,
ani
#furtuuwwan duaa fi Awwaalaa qaba.
#แˆžแ‰ผแˆ แŠแ‰ แˆญแˆ แŠฅแŠแˆ†แˆแฅ แŠจแ‹˜แˆ‹แˆˆแˆ แŠฅแˆตแŠจ แ‹˜แˆ‹แˆˆแˆ แ‹ตแˆจแˆต แˆ•แ‹ซแ‹ แŠแŠแฅ แ‹จแˆžแ‰ตแŠ“ แ‹จแˆฒแŠฆแˆแˆ #แˆ˜แŠญแˆแ‰ป แŠ แˆˆแŠ//แˆซแŠฅแ‹ญ 1:18)
๐Ÿˆ‚๐Ÿˆ‚๐Ÿˆ‚๐Ÿˆ‚๐Ÿˆ‚๐Ÿˆ‚๐Ÿˆ‚๐Ÿˆ‚
๐ŸŒนโžก๏ธ kutaa-47 ffยชยช๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ‘‡
          ๐ŸšฏGaaffii fi Deebi
๐Ÿ”ณMuslimoota ๐Ÿ”ณ

โœ Yohaannis 11:41-42
isaan dhagicha irraa kaasan. Achiis Iyyaasuus(kiristoos) gara
#samii_ilaalaa akkana jedhe Yaa #Abbaa waan na #dhageesseef sin galateeffadha.
Dhugaa dha, ati
#yeroo hunda akka na dhageessu beeka;
haatau malee,
#namoonni as dhaabatan ati akka ana ergite akka #amananiifan kana dubbadhe.โ€
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“Gaaffii isaanii
1=Kiristoos Alaazaari du'a kani kaase ofii isaa miti Abbaa kadhate malee jedhu..
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ”€ Deebi keenya
lakki akkasii miti kan jedhuu taโ€™u.
๐Ÿ”˜ kanafuu Kiristoos sababa maalif Yaa, Abbaa akka ati na, dhageessu yeroo hunda beeka jedhe.

๐ŸŒบ๐Ÿ”ปsababa
#Tokkoffaa
Abbaan ilmi ani jaladhu isaa dhaga'a jedhee namoota himme turee ,Haaluma wali fakkaata immoo Kiristoos Abbaan dhagau akka barbachisu ibseera.

โ“ต=Matewoos 17:5
Utuma inni kana dubbachaa jiruu, duumessi ifa of keessaa qabu tokko dhufee isaan haguuge; duumessicha keessaas
#sagaleen
tokko, โ€œKun Ilma koo isa jaallatamaa, isa ani itti gammadu dha
#isa #dhagaaaโ€ jedhe

โ“ถ=Yohaannis 11:42
Dhugaa dha, ati yeroo hunda akka na
#dhageessu beeka;
haatau malee,
#namoonni as dhaabatan ati akka ana ergite akka amananiifan #kana dubbadhe.โ€

๐ŸŒบ๐Ÿ”˜ sababa
#lammaffaa
Abbaa fi Kiristoos yeroo hundaa akka garagari hin baanee ibsuuf

1=Yohaannis 8:16_18
Abbaan inni na, erge anaa wajjin waan jiruu fi
#Ani_kophaa koo waanan hin taaneef, utuma ani murteessee illee murtiin koo dhugaa dha.
Kana malees
#Seeruma keessan keessatti illee, โ€˜Dhugaa baiinsi namoota #lamaa dhugaa dhaโ€™ kan jedhu
barreeffameera.
#Ani waaee ofii koo dhugaa nan baa; Abbaan inni na erges waaee koo dhugaa ni baa.โ€
โžžkanafuu Kiristoos kophaa isaa miti ,Kiristoos Akka Alaazaar du'a kaase Abbaan illee ragaa wani taโ€™ef, Kiristoos gara samii ilaalee dubbaate.

๐ŸŒบ๐Ÿ”˜ sababa
#sadaffaa Kiristoos kan dura Ani nama du'a nan kasa #sagalee koo, qofan jedhe ture isaa dubbatee hojiin ibsuufi

โ“ต=Yohaannis 5:25
Dhuguma dhuguman isiniin
jedha,
#saaatiin warri duan #sagalee
Ilma Waaqayyoo itti dhagaan ni dhufa;
saaatiin sunis amma dha; warri xiyyeeffannaadhaan dhaggeeffatanis ni jiraatu

โ“ถ=Yohaannis 11:43_44
Wantoota kana erga dubbatee booda
#sagalee guddaadhaan, โ€œAlaazaar asi bai!โ€ jedhee iyye. #Namni_due sunis miilli isaa fi harki isaa akka kafanametti #gadi_bae; fuulli isaas huccuudhaan maramee ture.
Iyyaasuus(Kiristoos)
โ€œIsa irraa hiikaa haa deemuโ€ isaaniin jedhe

๐ŸŒบ๐Ÿ”บsababa
#afuraffaan
Dubbi raajoota raawachuuf
hojji gaarii nutti argisiisi jecha turan ,kuni immoo Kiristoos qofaa (lafaa kana irraa barsiisa Ana qofa jedhe *kanafuu barsiisa ergaa tokko taโ€™e kuni immoo Kiristoos

โ“ต=Far Daawit 4:6
#Namoonni baay'een, โ€œEenyutu waan gaarii nutti argisiisa?โ€ in jedhu; yaa Waaqayyo, ati ifa fuula keetii nu irratti ol kaasi

โ“ถ=Yohaannis 10:32
kiristoos deebisee, โ€œAni Abbaa biraa
#hojiiwwan_gaggaarii hedduu isinitti argisiiseera. Maarree hojiiwwan
kana keessaa isa kamiif dhagaadhaan ana rukuttu?โ€ isaaniin jedhe

โ“ท=Matewoos 23:8-10
#Isin garuu Barsiisaan
keessan tokko qofa waan taeef,
โ€˜
#Rabbiiโ€™ jedhamtanii hin waamaminaa; isin hundi keessan obbolaa dha.
Kana malees Abbaan keessan tokkicha isa samii qofa waan taeef, lafa irratti eenyuun iyyuu โ€˜abbaaโ€™ jettanii hin waaminaa.
#Geggeessaan keessanis #tokko, innis #Kiristoos qofa
waan taeef, โ€˜geggeessaaโ€™ jedhamtanii hin waamaminaa.

๐ŸŒบ๐Ÿ”˜ sababa
#shanaffaa nuuf #fakkeenya ta'uf gara saami ilaale ,Akkasi jedhee kanafuu.
Kiristoos barsiisa erga jedhamee
#seeraa hunda sii,barsisuu qaba.

โ“ต=Filiphisiiyus 2:5
Isinis
#ilaalcha Kiristoos Iyyaasuus qabu sana qabaadhaa
โ“ถ=1Phexros 2:21
Dhugaa dubbachuuf isin jireenya akkasiitiif waamamtan; sababiin isaas, Kiristoos faana isaa
dhiheenyatti akka hordoftan fakkeenya isiniif dhiisuudhaan isiniif jedhee dhiphateera
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒบkutaa_13 ffaa Dubbisa๐Ÿ‘‡

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/224

--------------------------------------
๐ŸŒบlink kan xuqa hordofa๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
  =========//=========