๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.38K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒน Duaa ka'uu fi jireenyi
Ana Namni anatti amanu
yoo du'e illee deebiee
ni jiraata.
๐Ÿ”ป
#แ‰ตแŠ•แˆฃแŠคแŠ“ แˆ•แ‹ญแ‹ˆแ‰ต แŠฅแŠ” แŠแŠ แ‹จแˆšแ‹ซแˆแŠ•แ‰ฅแŠ แ‰ขแˆžแ‰ต
แŠฅแŠ•แŠณ แˆ•แ‹ซแ‹ แ‹ญแˆ†แŠ“แˆ.
โžขYohaannis 11:25
โžข แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 11 :25
"""""""""""""""""""""""""""
๐Ÿ”ป Bagaa Geessan ๐Ÿ”ป
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ–ณGuyyaa Boqonna
Qulqulleti Dubaroo
Maariyaami
โ–ฌ bara Luqaas
Amajjii 21 tti
โžขbara Kuni 49 D.K.B
Yookin imoo hanga ammatti
=2014-49=1965 E.C
โ—ˆkana booda qabxiiwwan
Murasa ni ilaala
โ—ˆ boqonnaa Qulqullota
(1)โ–ฌFakkeenyaaf
Henok fi Eliyaas
Osoo foonii hin
Osoo hin du'in
Boqonnaf gara
Sami oli bahanii
โžขseera. Uum 5:24
โžข 2 Mot 2:12
(2)โ–ฌfakkeenya
Bira foonii boqachuu
โžข Musee
โ– ser.kees.deebi 34:5-7
โžข Abrahaami
โ–ser.Uum 25:7
โžข Yaaqoobi
โ–HDB 12:2
โžข Isxifaanosi
โ– HDB 7:60
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
=du'a ka'u irratti
Immoo Yaada jiruu
๐Ÿ”ปQulqullooni
Namni tokko erga
Boqate Waaqayyo
Kadhatani du'a ni
Kasuu
Fakkeenyaaf
โžขEliyaas kan
Godhe jira
โ–ฌ 1Mot 17:21-22
โžข Pheexiroos
Kan godhee jira
โ–ฌ HDB 9:40-41

๐Ÿ”ปkan biraa immoo
Ulfana fi kabajanii
Goofta keenyaaf
Haataโ€™u
Nama du'e guyyaa 4 booda
Du'a kasee jira
=Yoh 11:17-43
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ– namoonni Kuni
immoo Waaqayyo
Aangoo isaniif
Kenne ni jiruu
Akkasumas hanga
Kiristoos dhuftii ni turuu
โžขMaatewoos 16:28
โžขYohaannis 21:22
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
haatii Gooftaa keenya
Guyya kan boqote
Iddoo muka jireenya
Jala turte,
Yeroo sanaa kan ture
Yohaannis qofaa
Duuka bu'oonni Kuni
Hin jiranii ture
Sababa barumsa nannoo
Gargara deemanii jiruu
Yero dhaga'anitti
Giifti keenya arguuf jedhanii
Ji'a 12 f, keessa guyyaa 1 irra
Eeggalani sooman eeggalani
Jiruu.

Haaluma kan xumura
Irratti Waaqayyo haadha
Kana isaanii kenneera
Isaa booda gara samiirratti
Oli bahate jirti

Kunis dubbiin Raji
Akka rawwatamuuf
Ture
(1)๐Ÿƒ Raji_Amos 3:7
Waaqayyo Gooftaa
Oli Aanaan
#iccitii isaa
raajota warra
#tajaajiltoota
isaa taanitti utuu hin
#mulisin Waan tokko
illee hin raawwatu....
โ–kanafuu duukaa
Buota isaa hundumaa
Waliti qabe, hadhaa
Isaa kenneefii, isaa
Booda gara samii
Yero olii bahatu akka
Toomaasi arguu sababa
Kanaafi godhee

(2)๐Ÿƒ Far.Dawaatti 131/132:8
Maaloo gara boqonnaa keetii ka'i, Ati fi Taabooni mana Qulqulluuma kee,
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
ati kan jedhamee
Waaqayyo Ture
Kanaafuu ka'uufi jalqabaa
Dura du'u jirachuu qaba
Haaluma kan Kiristoos
Due, du'a dige ka'e
Jira (1 Qor 15:54-57)
โžขTaaboota mana
Qulqulluuma kan
Jedhame Qulqulleeti Maariyaamidha..
โžขjalqabaa ka'u Ishe
Dura boqachu qabdii
Wani taโ€™ef...
(3)โœYoh 12:24
Dhuguma dhuguman isiniin jedha, firiin
#qamadii
tokko lafa buutee yoo
du'uu baatte, firii tokkittii
taatee hafti
yoo du'e garuu,
firii hedduu godhatti.
(4)โœ Roome 6:5
#Du'a akka isaa duโ€™uudhaan
isaa wajjin
#tokkummaa
yoo qabaanne duaa
kauu akka isaa argachuudhaanis isaa
wajjin tokkummaa
akka qabaannu
beekamaa dha.
โžขRoome 6:8
Kiristoosii wajjin yoo
#duune isaa wajjin akka
jiraannu ni amanna.

โ–โ–โ–โ–โ–โ–
Akkuma Nami kenna
gara Gara qabuu
Kabaja innii qabus
Isuma kana.
(" 1 Qor 12:1)
(" 1Qor 15 :41)
=Haaluma kan
Dhala nama keessa
Akkuma ilma ishii
Boqate, olii bate Kunis
Tau kan danda'u
โœ ser.Uum 18:14๐Ÿ‘‡
Wanti Waaqayyoodhaaf
hin dandaamne jiraaโ“
โœ Luqaas 1:37
wanta Waaqayyo
dubbatee utuu hin
raawwatamin hafu tokko
illee hin jiru
Yookin wanti Waaqayyof
Hin danda'amne tokko
Illee hin jiruu...

โ–Walumaagalatti
#Maariyaamin
Eliyaas, Muse,
Abrahaami, Yaaqoobi
Pheexiroos,Henok
Isxifaanos,,,,
Hunduma ni caalti.
(Luq 1:48) irratti, akka
Hunduma Caaltuu ni
Ibsa kunis dhaloni
Hundi Eebbifamtu
Kan jedhuu irratti
#Dhalota kan jedhame
Addaami jalqabaa
Hanga xumura Addunya
Kan namoota jiratani
๐Ÿ”ปkabajaan Waani
isaan Caaltuuf
Eebbifamtu jedhuu.
๐Ÿƒlink kan xuqaa๐Ÿ”ˆ
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
๐ŸŒนseena kan irraa
Maali hubbatan... โ“

โœ Achiis
#Iyyaasuus
barattoota isaatiin akkana jedhe: โ€œNamni
#sooressi
tokko bulchaa tokko qaba
ture; bulchaan sunis
qabeenya isaa
jalaa bittinsaa akka
jiru itti himame.

โœ Kanaaf, namichi isa waamee, โ€˜Wanti ani waa'ee
kee dhagau kun
maali dha? Kana booda manicha bulchuu waan hin dandeenyeef, galmee
#herregaa ittiin hojjechaa turte ilaalchisee gabaasa
anaaf dhiheessiโ€™ jedheen

โœ Bulchaan sunis garaa
isaatti akkana jedhee yaade: โ€˜Gooftaan koo hojii koo
irraa na ariuuf
jedha, egaa maal gochuu
anaaf wayya?
#Qotuuf humna hin qabu; #kadhachuu immoo nan qaanaa.

โœYommuu ani hojii
koo irraa ariamu
namoonni mana isaaniitti
akka na
#simataniif waanan godhu anuu beeka.

โœAchiis namoota
gooftaa isaa irraa
#liqeeffatan tokko tokkoon
ofit ti waamee isa jalqabaatiin, โ€˜Gooftaan koo liqii hammamii
si irraa qaba?โ€™ jedheen. Namichis deebisee,

#Zayitii ejersaa 100 jedheen. Innis, โ€˜ #Waraqaa walii
galtee kee hoou,
taaiitii dafii 50 jedhii barreessiโ€™ jedheen

โœItti aansees isa tokkoon,
โ€˜Ati hoo hammamtu si irra jira?โ€™ jedheen. Namichis,
#Qamadii safartuu
guguddaa 100โ€™ jedhe
Innis, โ€˜Waraqaa walii
galtee kee irratti 80
jedhii barreessiโ€™ jedheen

โœ Gooftaan isaas
bulchaan kun jalaa yoo
tae iyyuu,
#ogummaadhaan #tarkaanfii waan fudhateef
isa galateeffate;
ilmaan sirna kanaa
walitti dhufeenya
dhaloota yeroo isaaniitti argamuu wajjin qabaniin
ilmaan ifaa caalaa
#ogeeyyii dha.

โœโ€œAnis isiniin nan jedha, yommuu
#qabeenyi kun
dhumu isaan bakka jireenyaa bara baraatti akka isin
simataniif, qabeenya
#jalinaa #addunyaa kanaatiin ofii keessaniif
#michoota horadhaa

โœNamni wanta
xinnoo irratti amanamaa
tae, wanta
guddaa irrattis amanamaa taa; namni wanta
#xinnoo irratti amanamaa
hin taane, wanta guddaa
irrattis amanamaa hin tau

โœ Kanaaf, qabeenya jalinaa addunyaa kanaa wajjin haala wal qabateen yoo amanamoo tauu baattan, qabeenya isa
#dhugaa #eenyutu amanee isinitti kenna ree?

โœ Qabeenya nama kan biraa wajjin haala wal qabateen yoo
amanamoo tauu baattan,
#badhaasa isiniif qophaae eenyutu isiniif kenna?

#Tajaajilaan gooftolii lamaaf
garbicha taee bitamuu dandau hin jiru; isa tokko jibbee
isa kan biraa
jaallata, yookiin isa tokkotti maxxanee isa kan biraa tuffata.Waaqayyoo
fi qabeenyaaf bitamuu hin dandeessan.โ€

โœ Yeroo kanatti
#Fariisonni qarshii jaallatan, wanta kana hunda dhagaaa waan turaniif isatti #qoosuu jalqaban

โœKanaaf, akkana
isaaniin jedhe:
โ€œ
#isin namoota duratti #Qulqulluu akka taatan dubbattu
#Waaqayyo garuu
garaa keessan
beeka. Sababiin isaas,
#wanti #namoota duratti
bakki guddaan kennamuuf
Waaqayyo duratti
#jibbisiisaa dha.
(โ—ˆLuqaas 16:1-15)



โœแˆ‰แ‰ƒแˆต 16:15

แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ…แˆ แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แก
#แˆซแˆณแ‰ฝแˆแŠ• แ‰ แˆฐแ‹ แŠแ‰ต แ‹จแˆแ‰ณแŒธแ‹ตแ‰ แŠฅแŠ“แŠ•แ‰ฐ แŠ“แ‰ฝแˆ
แŠแŒˆแˆญ แŒแŠ•
#แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ_แˆแ‰ฃแ‰ฝแˆแŠ• แ‹ซแ‹แ‰ƒแˆแค แ‰ แˆฐแ‹ แ‹˜แŠ•แ‹ต แ‹จแŠจแ‰ แˆจ แ‰ แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แŠแ‰ต #แˆญแŠตแˆฐแ‰ต แŠแ‹แŠ“

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
๐Ÿ”ˆ๐Ÿ”ˆ๐Ÿ”ˆ๐Ÿ”ˆ๐Ÿ”ˆ๐Ÿ”ˆ
โœโœโœโœโœโœโœ