🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.4K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
β—‰β—‰β—‰β—‰β—‰β—‰β—‰β—‰
Bagaa geessaan.
=============
❖Ayyaanna Ergama.
❖Gabra'el Qulqulluuttin

β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
1=||ፒbiyya bahuu
akka Addaamii
sababa cubbuuttif
Ture ser Uum 3:22-24

2=||ፒYaaqoob saba beelafi ser.Uum 46:17//47:4

3=||ፒakka Muse sababa siyaasan ser.Bau 2:15

4=||ፒakka Israa'elota
sababa lolaaf 2Mot 25:16
Akka duuka bu'oota
Sababa amantaaf Yoh 15:20
HDB 8:4
=Mat 10:23

β—‰β—‰β—‰β—‰β—‰β—‰
πŸ‘‰booijamuu
β—‰β—‰β—‰β—‰β—‰β—‰β—‰
1=*Jalqaba booji'amuu
#Daani'el, #Ananiyaa,
#Alaazariya
#misahel
Bara 605 =Dani'eel 1:6

2=*booji'amuu lamaaffaan
bara Hisqiyaas Ture
bara 597 tti

3=*|| booji'amuu sadaffaan
Bara,686 ture bara kanati
mani qulqulluma Solomon
kan gubbaate fi iyarusalemi guutumati kan badedha


β—‰β—‰β—‰β—‰β—‰β—‰.
#hiikaa maqaa
β—‰β—‰β—‰β—‰β—‰β—‰

1=
#daaniel jechuun
Waaqayyo ni murtessaa jechuudhaa

maqaa itti
#jjijjirame immoo #bilxaasoori
Bilxaasoori jechuun baali
#mooticha kan eeggu jechuudhaa,maaqa
xaawoti Mootittii

2=
#Anaaniyaa jechuun #Waaqayyo tolumaa isaa ni argisiisa jechuudhaa
=maqaa
#jijjiramee
#siidiraaqi jedhamee
Hiika isaa Akuu ajaja jechuudhaa,kan jechuun urjiin Waaqayyo jechudha

3=
#Azaariyaa jechuun Waaqayyo gargaraa dha jechuudhaa
=maqaa jijjiramee
#Abaadanago jedhame
Hiika isaa tajaajila neeboo jechudha

4=
#misaaheel=jechuun kan,akka Waaqayyo Eenyu jechudha
Maqaa haaraa
#misaqi jedhame
Hiikni isa Waaqani akka urjii keenya Eenyu jedhuudha
ykn xaawooti akka urji jechuus ni ta'a

β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
Mootichi maqaa isaanii
isaa alaa jijjijiruuf yaalee
malee, maqaa isa laphee
irraa jijjiruu hin dandeenye.
Isaan gaaru alaa fi keessan
Yaanni isaanii tokkoodha.

Iddoon Kuni itti ta’e
#duura jedhama (maqaan xaawotti kan
Naabuu jedhama,yaa naabuu ijoollee eeggi,daari lafaa keenya eeggi jechudha.

ayyaana eebbaa
xaawotti kan irratti
kan didanii ijoolleen 3n

β–³=Ayyaanna gaarii