πΉ=1=biiftuun maalif
dukkaanofteβ
=deebi isaa (4)
β1β #kabajaa Kiristoos ibsuuf Ture,biiftuun qaama Kiristoos hin mul'isne, yihudoonni garuu uffaata Kiristoos carraa godhani fudhatan
β Far 19:1
#Samiiwwan ulfina Waaqayyoo ni dubbatu #Hawaan hojii harka
isaa ni lallaba.
βαααα 19:1
#α°αα«α΅ α¨α₯ααα α₯ααα #αα₯α αααα«αα₯ α¨α°ααα #α αα α¨α₯αα α₯α« α«αα«α
2=fakkeenyi biiftuu #Dubaro
#Maariyaamidha, akkuma biiftuun dukkanoofte, gadi Maariyaami baay'ee cimaa
Ta'u ibsaa..
βser.Uum 37:9-10
#Yooseef abjuu tokko arge; achiis, βAni #abjuu kan biraas argeera. Yeroo kanatti
#aduun, #addeessii fi
#urjiileen 11 anaaf ni sagadanβjedhee obboloota isaatti hime.
Achiis abjuu kana #abbaa
isaa fi obboloota isaatti hime;
abbaan isaas isatti dheekkamee,
βHiikni abjuu kee kanaa maali
dhaβ #Anii fi #haati tee, akkasumas #obboloonni kee dhugumadhufnee lafatti gombifamnee
siif sagaduuf jennaaββ isaan jedhe.
β #fakkeenyi Aduu(biiftuu) #Yaaqoobi ta'e Akkuma kan dubaro #Maariyaami Aduun ni fakkeessina.
βFakkeenyi #addeessa "Raahel"
βFakkeenyi #urjii ijoollee Yaaqoobi
βfakkeenyi #yoseefii Kiristoos
βLuq 2:34-35
#Simioon isaan eebbise; #Maariyaam haadha mucichaatiinis akkana jedhe: βKunoo, mucaan kun #Israael keessatti #kufaatiif fi
#kaumsa_namoota hedduutiif sababa ta'a;akkasumas mallattootuffatamu ni taa
eeyyee,sii,immoo
#goraadee(seefi) dheeraan si keessani darba kunis kan tau, yaadni garaa namoota hedduu keessa jiru ifatti akka bauufi.β
πJechi goraadee jedhuu
Gadi guddaan sii,irraa gaha Jechu isatti
=3= inni bira dubbiin #rajoota akkaRaawatamuufi
#Biiftun dukkanoofte
βRaaji-Isaayyaas 24:22-23
Akkuma #hidhamtoonni
#boolla keessatti walitti qabamanitti,
Isaanis walitti ni qabamu,
#Mana_hidhaa keessattis
isaan irratti ni #cufama;
#Guyyoota hedduu boodas
#xiyyeeffannaan isaaniif ni
kennama.
#Addeessi guutuun hin kennitu
#Aduun iftus ni salphatti,
Sababiin isaas, Waaqayyo
Gooftaan Raayyaa Gaara
#Tsiyoon irrattii fi #iyerusaalemi keessatti #Mootii ta'eera, Maanguddoota saba isaa durattis #ulfina
qabeessa taeera.
βRaaji Amos 8:9
#Waaqayyo Gooftaa Oli Aanaan akkana jedha:
#Guyyaa sanatti #aduun guyyaa #saafaa(sa'aati 6 tti) akka lixxu nan godha,
Utuma ifni guyyaa jiruus
#biyyattii nan dukkaneessa.
=4=Kiristoos yeroo #lamaffaa
Yero dhufu #biiftuun akka dukkanooftuu ibsuuf ammas
Akkasi godhee.
βMat 24:29-30
#Rakkina guyyoota sanaa
booda yeruma sana #aduun nidukkanoofti,
#addeessis ifa ishii
hin kennitu, #urjiileen samii irraa ni kukkufu, #humnoonni samiis ni raafamu.
Yeroo sanatti #mallattoon #Ilma namaasamii irratti ni mulata; #gosoonni lafa irraa hundi gaddaanqoma isaanii ni rurrukutu;isaan Ilmi namaa humnaa fi ulfina guddaadhaan #duumessa samiitiin yommuu dhufu ni argu.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πΉGaafi 2 ffaa
2=Addeessi fi urjiin maalif dimmateβ
π=deebi isaa
Jalqaba akkuma biiftuu
Addeesi fi urjiin diimachu isanii #kabaja Kiristoos ibsuuf
Far 19:1
πΌβFakkeenyi biraa #addeessi fi urjii, fakkeenya #Qulqulloota Yoomu ta'u, Qulqulloota Yoomu jennuu immoo #duukaa bu'oota Kiristoos fi kan biraa
βisaan guyyaa sana bayee
Akka akka #Gadaan ibsaa #ija isaani keessa, hanga #dhigni bahuuti boo'uu ibsuufi
βkan akka #Yohaannis, Pheexiroos, #Henok, Eliyaas, Muse fa'a. Jechudha.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πΉgaafi 3ffaa
3βlaftii Maalif sochateβ
βjalqabaa dura #Kiristoos #Waaqayyo Ishe ta'u ibsuu
-yihudaani wa'ee Kiristoos hin beeknee Ture, amma garuu
Lafi ni beektee ni #dubbatee
β iyoob 12:9-10
#Lafatti dubbadhu! innis si #barsiisa; yookiis #qurxummiin galaanaa akka sitti himu godhi!
#Harki Waaqayyoo akka isaan tolche, isaan kana #hundumaa keessaa eenyutu waaqayyo hin beeknee ree β
πΉ lafti sochate inni jedhamee
#Namoota_cubbadhan
Jiraatan Kiristoos bilisa basuu fi garummaa Kiristoos lafaa irratti baay'achuu ibsa
βlafatti fakkeenya #namatti
(Mat 13:1-7)
βRaaji Hagee 2:6-7
#Waaqayyo Gooftaan akkana jedha: β #Yeroo_muraasa booda #al_tokko dabalee #samiiwwanii fi#lafa, akkasumas galaanaa fi lafa
isa #gogaa nan #sochoosa
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
βLink kan xuqaa hordofaπ
@haadha_Waaqa_naJaladha

π£ Baga Geesaan (27)
βMulata-Yohannis 1:7-8
Kunoo, inni duumessaa wajjin ni dhufa, #ijji hundinuu isa ni arga, warri isa #waraananis isa ni argu; #gosoonni lafa irraa hundinuu sababii isaatiin gaddaan #qoma isaanii ni #rurrukutu. Eeyyee, Ameen.
#Ani Alfaa fi Omeegaa, isa jiru, isa turee fi isa dhufu, isa Hundumaa DandaΚΌu dhaβ jedha Waaqayyo
βYohannis 19:34
#Loltoota sana keessaa inni tokko garuu #eeboodhaan_cinaacha isaa #waraane; yeruma sana #dhiignii fi #bishaan baΚΌe.
βYohannis 20:27-28
Innis Toomaasiin, β #Quba kee as fidi; harka koo ilaali. Harka kee diriirfadhuutii #cinaacha koo keessa kaaΚΌi. Amani malee amantii hin dhabinβ jedhe.
Toomaas immoo, #Gooftaa koo! #Waaqa koo!β jedheen.
βRaaji-Zakariyas 12:10
Ani mana Daawitii fi jiraattota Yerusaalem irratti hafuura surraatii fi kadhannaa nan dhangalaasa. Isaan #Ana isa #waraanan sana ni ilaalu; isaan akkuma nama ilma tokkichaaf booΚΌuutti ni booΚΌuuf; akkuma nama ilma hangafaaf baayΚΌisee gadduuttis ni gadduuf.
βMaatewos 24:30-31
Ergasii #mallattoon Ilma Namaa samii irratti ni mulΚΌata; #saboonni addunyaa hundinuus ni booΚΌu. Isaanis utuu Ilmi Namaa duumessa samiitiin humnaa fi ulfina guddaadhaan dhufuu ni argu. Innis #ergamoota isaa sagalee malakataa guddaa isaatiin erga; isaanis filatamtoota isaa kanneen handaara samiiwwanii tokko irraa hamma isa kaaniitti jiran bubbeewwan afran irraa walitti qabu.
π¬οΈAyyaanna gaari isinif haatau