๐นkasala nyaati jinni jedhu?
โ๏ธRagaa isaa๐
โงSunan-Abu-Dawud -39
โงVolume-1: Hadisa -39
โงfuula -47.
โงkitaba bara 2008 maxanfamee irraa.
๐๐๐๐ ๐ ๐๐จ๐๐:-jinni gara #muhammad dhuftee akkasii jetteen , yaa muhammad lammii(saba) kee kana #lafee, #udaan bineensota fi #cillee yookiin (#kasala) yookiin ( #daaraa) ofii qulqulleessuun dhorkaa jetteeni
Ammas jinni itti fuftee Allah guddichi isaanii kana #nyaataa keenyaaf nuuf hojjatee jettani, Kanaaf muhammad wantoota kana dhorkee (lafee irraa, udaan bineensota irraa fi cilee irraa).
๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐ฃ๐ฎ๐.
โ.kuni soba #jinni #cillee nyaatee hin beektuu, yoo nyaatee jettani photo kasa yeroo isheen nyaatu fida...?.
โ. cillee #vitamina ofii keessa hin qabuu maalif nyaati...?
โ. #Muhammad barumsa kana eenyu irraa dhagee...?

๐ jaldeessi gara namatti jijjiirame โ
โ๐ง๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐ฃ๐ฎ๐.
โMusnad-Imam-Ahmad-3254
โVolume-3
โISBN 978-603-500-107-6
โFulaa-160.
๐๐๐๐ ๐ ๐๐จ๐๐:- Ibn Abbas akkasii jedhee #Bofti_xixiqqoon gara #jinni tti jijjiramee akkuma #jaldeessoonni gara #Ummata yookin (saba) #Israaโel jijjiramee.
Ergamaan Allah #muhammad akkasii jedhee ยซ #bofni hundi gara #jinniiti jijjiramee jedheeยป
๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐ฃ๐ฎ๐.
๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐ข๐ข๐๐ ๐๐๐๐.
โ.Bofti xixiqqoo qoftii gara jinnii jijjiramee bofti gurguddaa moo maalif dide.โ
โโ kuno bofti nannoo keenya du'e lafti bada yookiin allaattiin isaa nyaati eessatti gara jinni jijjiramee โ
โโsabni Israa'el jaldeessa irra dhufee โ, kunoo jaldeessi naannoo keenya jira yoo saba Israa'el taโe โ
โ.Rajoota durii keessa eenyu akkasii jedhe barsisee โ
๐ด ๐ข๐๐ก๐ค๐ค ๐๐ฃ๐ฃ๐ ๐ฃ๐ ๐จ๐ค๐๐ ๐ก๐ช๐๐๐ช ๐ ๐๐๐จ๐จ๐๐ฃ ๐๐๐ฎ๐๐จ๐๐ด