๐ผkutaa+27ffยชยช.๐๐
=gaaffii fi deebii
โ Muslimootaโ
โYohaannis 8:40๐
Amma garuu ana isa
#nama dhugaa Waaqayyo irraa dhagae isinitti hime ajjeesuu barbaaddu. Abrahaami kana
hin goone.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โงgaafi isaani
Kiristoos Ani Nama
ofiin jedhee jira
kanafuu inni nama
malee Waaqa
mitii jedhuu โ
โตโตโตโตโตโตโตโตโต
โงDeebii keenya
lakki inni Waaqa.
Raga kitaaba
โต=โYohaannis 1:1
Jalqaba logoosi (jecha) ture logoosi (jechi) Waaqayyoo wajjin ture;
logoosi (jechi) waaqayyo ture.
โงlogoosi (jecha) kani
jedhame Kiristoos.
๐ Kitaabni Yohaannis
kuni jalqabaa dura Afaani
Giriikiitiin bareffame
=hiika logoosi jechu achi irraa fudhe,
๐ #ฮฯฮณฮฟฯ๐
Jechi kuni Qube 5 qaba
โงAfaan Ingiliffaatiin immoo
word jedhama.
โงgaruu kuni immoo
dogoggora ture
maalif #word jechuun
afaanii Giriikiin immoo
leksi jedhama
๐ #ฮปฮญฮพฮท๐
kanafu logoosi
yeroo jennu jecha qaama
qabu ta'u qaba.
yoo,*akkasii taโe malee
hiika jedha leksi fi logoosi
jedhu wali hin madaluu.
โถ=โLuqaas 21:14-15
akkamitti falmanna jettanii dursitanii hin yaadinaa
sababiin isaas,
#Ani_dubbii fi #ogummaa mormitoonni keessan hundi mormuu yookiin falmuu hin dandeenye #isiniif_nan_kenna.
โงoggummaa kani
nama keenuu Waaqayyo
qofaa kanafuu Kiristoos
Waaqayyo dha.
๐โ iyyob 12:13
#Ogummaanii fi guddinni isa bira jira;
Inni #Waaqa kaayyoo ti, hubannaas qaba.
แ แฅแแแ แฅแแญ แแแต #แฅแ แฅแ #แแญแ แ แแค แแฅแญแฑ แแญแญแ แแตแฐแแ แ แแ
=(แขแฎแฅ 12 :13)
๐โ 1Motoota 4:29
#Waaqayyos_ogummaa fi
hubannaa guddaa, Akkasuma gara balina akka cirracha qarqara galaanaa tae #Solomooniif ni kenne.
โ kanafuu Kiristoos Waaqayyo dha.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โค๏ธ๐Waaqni nama hin
tauu jedhu
โRaajii_Hose 11:9
Ani dheekkamsa
koo isa bobau hin dhangalaasu.
Lammata Efreemiin hin balleessu,
Sababiin isaas
#Ani_Waaqa
dha malee #nama_miti,
Ani Isa Qulqulluu si gidduu
jiru dha;Aariidhaan
sitti hin dhufu.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โงkanafuu Waaqayyo Ani
Waaqa malee nama mitii
ergaa jedhe, Kiristoos immoo Ani nama
jedhe jira, akkamitti inni
Waaqa ta'a jedhuu โ
โdeebi akka Jecha Raji hoseti, ani Waaqa malee nama miti jedhe male
#Ani_Foonii hin uffachu
hin jennee,
โsababa immoo Ani Waaqa malee nama
mitii jechuun isa
yaada nama fi Waaqayyo
gargarii wanii taโefi
๐ Ragaa kitaaba
โท=โRaaji isayaas 55:8-9
#yaanni koo yaada keessanii wajjin,
#Daandiin koos daandii keessanii wajjin tokko mitiโ jedha Waaqayyo
Akkuma samiin
lafa irraa olii fagaatu,
Daandiin koo daandii keessan irraa,
Yaanni koos yaada keessan irraa fagoo dha.
โธ=โYohaannis 8:14-15
#Kiristoos akkasi jedhee
isaanif deebisee โAni eessaa akkan dhufee fi Eessa akkan dhaqu waanan beekuuf, waaee ofii koo yoon dhugaa bae illee, dhugaa baiinsi koo dhugaa dha.
#isin garuu Ani eessaa akkan dhufee fi eessa
akkan dhaqu hin beektan. Isin akka ilaalcha
#fooniitti_murteessitu;
ani garuu matumaa eenyutti iyyuu
hin murteessu.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โงkanafu Jechi raajii hose dubbatee Ani Waaqayyo male,namatti inni jedhuu fi
isin akka ilaalcha fooniitti murtesitu jedhu.
maali ibsa yeroo jenu Waaqayyo fi Nama jidduu
garagarummaa jirudha
kanafuu Kiristoos Ani akka fooniitti hin murtessuu ergaa jedhee Kiristoos Waaqayyo jechudha.
โงdeebii salphaa ani Waaqayyo malee nama
mitii jechuun. sadarkaa yaadan akka taโe ifa,
๐๐ #sababa Kiristoos foonii nama uffateef wanti inni akka waaqa hin tanee dhowwuu gonkumaa
hin jiruu
โงsababa inni foonii nama uffatefi innii Waaqa mitii
kan jedhuu kitaaba keessa
gonkumaa hin jiruu
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โค๏ธ๐โงkanafuu Kiristoos sababa maaliif #nama ofiin jedhe ree,โyeroo jennu
โinni foonii nama uffachu isaa #Afaan isaan dubbatee ragaa bahuuf.
โงakkuma Phawuloos
dubbate ๐
โnamoonni tokkoo tokko lakki inni foonii nama hin uffane jedhanii akka mormii hin Uumneef
jala muree dubbate. akkasumas namni kaamiyu shakkii male dhugumaa Kiristoos fooniin nama uffata jedhanii akka Amaniniif.
โน=โIbroota 2:14-16
Kanaaf, โijoolleenโ sun #fooni fi dhiiga waan taaniif, innis foonii fi
dhiiga #tae; kunis kan tae, dua isaatiin #Diyaabilos isa dua fiduuf humna qabu sana akka balleessuufi;
akkasumas, warra jireenya isaanii guutuu garbummaa sodaa duaatiin qabamanii turan bilisa baasuufi.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ธlink kan xuqaa ๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
*******

โก๏ธ๐
ฐ kutaa_42 ffยชยชโฌ๏ธ
โจ๏ธGaaffii fi Deebiiโจ๏ธ
โคด๏ธMusiliimota ๐ผ
โYohaannis 11:33๐
Iyyaasuus(Kiristoos),ishiini fi Yihudoonni ishii wajjin dhufan
#boouu isaanii yommuu argu, #keessa isaatti affuurran gadde, ni #jeeqames.
แขแจแฑแตแ แฅแญแตแ แตแณแแ แต แจแฅแญแตแแ แแญ แจแแกแต แ แญแแต แฒแซแแ แฑ แ แญแถ แ แแแแฑ แ แแแก แ แซแฑแ แณแแจ
((แฎแแแต 11:33)).
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ค Gaaffii isaanii
1= Kiristoos erga Waaqayyo taee akkamitti
Afuurraan,gaddaโโ
2= Kiristoos Erga Waaqayyo taโe akkamitti jeeqamaa jedhuu.โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐Deebii keenya
๐Kiristoos sababa inni Affurran gaddeef fi jeeqame
1=tokkoffa isaa #dubbii kitaaba raawachuu fi
2=lammaffaan fakkeenya nufi ta'uf
Ragaa kitaaba
โต=Roome 12:15-16
#Warra_gammadanii wajjin gammadaa; #warra_booanii wajjin booaa. ilaalcha ofiif qabdan warra kaaniifis qabaadhaa; ilaalcha #gadi of qabuu qabaadhaa malee, of
hin #tuulinaa. #Ogeeyyii akka taatanitti of hin lakkaainaa
๐ซฑkanafuu Kiristoos ,yihudoota fi Maariyaamin gaddina wajjin gadde akkuma Kitaabni jedhuu.
โถ=1 Pheexiroos 2:21
Dhugaa dubbachuuf isin jireenya akkasiitiif waamamtan; sababiin isaas, #Kiristoos faana isaa dhiheenyatti akka hordoftan #fakkeenya isiniif dhiisuudhaan #isiniif jedhee dhiphateera
โท=2 Qorontos 8:9
isin gaarummaa Gooftaa keenya #Iyyaasus_Kiristoos isa guddaa beektu; inni #sooressa taus, isin karaa hiyyummaa isaa sooreyyii akka taataniif isiniif jedhee #hiyyeessa_tae.
โkanafuu nuuf jedhee akka namati gadde akkasumas afuurran gade malee wanta biraaf mitii.
+++++++++++++++
Kiristoos Fakkeenyaaf nuuf tauu fi dubbii kitaaba rawwachu qofa malee. #Jalqabaa Kiristoos yeroo #Yordaanosi dhufuu du'a isaa kasuf dhufee male
Maalif afuuraan gaddu fi jeeqamuu isaa barbaachise ree..jennee yoo,ilaallee kana nuu,hubbachisa.
โธ=Yohaannis 11:11
Iyyaasus(kiristoos))wantoota kana erga dubbatee booda itti dabalee, โ #Michuun keenya Alaazaar #rafeera, anis isa #dammaqsuuf achi nan dhaqaโ jedhe.
โก๏ธ Kanafuu akka jecha
Musiliimota miti.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐โช๏ธlink kan xuqa hordofaโคต๏ธ๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
โโโโโโโโโโโ

๐นโฌ๏ธ kutaa_ 55 ffยชยช ๐บโฌ๏ธ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐บGaaffii fi Deebi
๐Muslimoota
โYohaannis 13:16
Dhuguma dhuguman isiniin jedha, garbichi gooftaa isaa irra hin caalu, #inni_ergames isa
#isa_erge irra #hin_caalu
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐บ Gaaffii isaanii
โต= Abbaan Kiristoos ni #caalaa jedhuu.โ
=inni Erge #Abbaadha
=inni Ergamee #Kiristoos.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐Deebii keenya
โต=Erga Abbaan Kiristoos ni caalaa jettanii maalidhan caalaa jennee gaafachuu qabnaa...โ
โก๏ธ Jalqabaa dura Abbaa fi Kiristoos akka walii hin caalee ibsu qabna.
๐RAGAA KITAABA๐
๐A.))๐ #Abbaan Alfaa fi Omega dha
โต=Mulโata Yohaannis 1:8
Ani Alfaa fi Omeegaa dhaโ jedha #Waaqayyon, โinni jiru, inni turee fi inni dhufu, inni Hundumaa Dandau Sun.โ.
๐B.))๐ #Kiristoos Alfaa fi omega jedhama
โถ=Mulโata Yohaannis 22:13
#Ani Alfaa fi Omeegaa, isa
duraa fi isa boodaa, isa jalqabaa fi isa xumuraa ti
๐นkanafuu erga #lamaan isaan iyyuu Alfaa fi Omega tani wali hin caalanii Tokko jechudha yookiin waliqixxa jedha.
๐ณ๐ณ๐ณ๐ณ๐ณ๐ณ๐ณ
๐Gara mataa Duree keenya yeroo deebinuu immoo.
โก๏ธ Kiristoos maalif inni Ergamee isa Erge irraa hin caaluu jedhee ree..โyeroo jennuu.
๐ธ Kiristoos sababa isa ofuma isaan ibsee jira, Fakkeenyaaf
akkasii jedhe isa erge fi ergame jedhe )) inni ergamee gara lafaa kana dhufee #milaa namoota dhiqee.
Inni erguu immoo #yoomi milaa nama dhiqee โlakki Abbaan Gonkumaa hin dhiqine.
๐ Kiristoos sababa mila nama dhiqeefi inni argame isaa ergee irraa hin caaluu kani jedhee kanafi (Yoh 13:16) irratti , garaa olitti gochaa hunda erga rawate akkasii jedhee๐
โท=Yohaannis 13:14_16
Ani #Gooftaa fi Barsiisaa taee utuun jiruu #miilla keessan ergan dhiqee, isinis miilla keessan waliif dhiquu qabdu.
#Akkuma ani isiniif godhe, isinis akkanuma akka gootan
#Ani_fakkeenya isiniif taeera Dhuguma dhuguman isiniin jedha, #garbichi gooftaa isaa irra hin #caalu, inni ergames isa isa erge irra hin caalu
๐ธ yookin immoo Kiristoos kunis Anii isin #Tajajiluf dhufee jedhee dubbatee jira,Abbaan garuu akkana #gonkumaa hin jennee.
โธ=Maarqoosi 10:45
#ilmi_namaa iyyuu, warra kaan #tajaajiluu fi lubbuu isaa namoota hedduudhaaf furii godhee kennuuf dhufe
malee, akka #isa_tajaajilaniif_hin_dhufne.
๐ Qaabxiwwan hubbachu qabnuu wanta lama jira
๐C.)) Kiristoos namoota Tajajiluf akka dhufee.
๐D.)) Jechi akka isanii isaa Tajaajilaatiinif hin dhufnee jedhu immoo Kiristoos Waaqa ta'u ibsuuf ,
_ sila dhali nama hundi isa tajaajiluu qaba ,kanafu Kiristoos kuni Eenyu ree.โkani namoonni hundi isaa tajaajilini kun deebii isa waaqa jechuudhaa.
๐นKiristoos gara namoota dhufee ,foonii keenyaa #uffatee #hiyyeessaa taโe ,Abbaan garuu
Gonkumaa foonii nama wani hin uffanef hiyyeessaa jedhamee hin beekuu.
๐E.)) Abbaan hiyeessaa miti
๐F.)) Kiristoos sababa keenyaaf hiyeessa jedhamee.
=yeroo kana Abbaan Kiristoos ni caalaa.
โน=2 Qorontos 8:9
isin gaarummaa #Gooftaa keenya Iyyaasuus
#Kiristoos isa guddaa beektu; #inni_sooressa taus, isin karaa hiyyummaa isaa sooreyyii akka taataniif #isiniif jedhee #hiyyeessa tae.
โบ=Filiphisiiyus 2:6_7
#inni bifa Waaqayyootiin kan ture taus, #Aangoo Waaqayyoo saamuuf, jechuunis Waaqayyoo #wajjin_qixxee tauuf hin
yaadne. Kanaa mannaa #duwwaa ofi godhe; #bifa garbummaa fudhatee #nama tae
โก๏ธ kanafuu sababa foonii keenyaa kana uffatee nama taโe Waaqayyo wajjiin ofii qixxeessu hin dandeenye Abbaan Kiristoos ni caala jechuudhaa.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐บ link waldaa keenyaa Goofoon Qulqulloota Maariyaamidha jedhuu irratti
Koota #sagalee fi #barreffamaa barachuu dandeessu๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ