🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
πŸŒΉπŸ€kutaa_15ffΒͺΒͺ☘☘🌺
πŸ’£ Gaafi fi Deebi
β–βŒ MusilimootaβŒβ–

✍ Yohaannis 6:38πŸ‘‡
#Ani samii irraa kanan
dhufe,
#fedhii isa na erge
sanaa
#raawwachuuf
malee, fedhii
#ofii _koo raawwachuuf miti
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ…Ύ Muslimooni akkasii
jedhanii,
#Kiristoos_Ergamadha.
Osoo
#Waaqayyo ta’e jiratee
fedhi koo,rawwachu qaba jedha ture.....❓
kanafuu inni homaa
gochuu
Hin danda'u jedhu...❓
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
🌼=Deebi.......πŸ‘‡πŸ‘‡
=jalqabaa dura Kiristoos
eessaa Dhufe, yoo, jennee
Sami irra akka Dhufe namni
Kamiyyu Amanu qaba
πŸ…Ύ πŸ‘‰Yoh 6:38πŸƒYoh 3:13πŸ‘ˆπŸ…Ύ

🌹Abbaan Kiristoos Ergee
Yero jennuu samii irraa gara
Lafati gadi dhufe namoota
akka inni Fayyisuuf.

🌹 Kiristoos Ani
#fedhii
Abbaa koo, rawwachuun
Dhufe,jedhee jira, Kuni yaada
Sirridha =fedhii Abbaa isaa rawwachuun immoo Kiristoos
Dhuguma ilma Waaqayyo
ta'u isa mul'isa

πŸ…° osoo Kiristoos fedhii Abbaa isaa
hin rawwatuu ta’e, Kiristoos ilma Waaqayyo miti, maalif
Yoo, jennee, fedha Abbaa
Rawwacha
hin jiruu kaa.

🌹Kitaabni
#Qulqulluun
akkasii Jedha,"

✍Yohaannis 8:39πŸ‘‡
#Iyyaasuus akkana isaaniin jedhe: β€œisin #ijoollee
#Abrahaam utuu taatanii
#hojii Abrahaam hojjettu turtan.

🌹 akkuma
#namni tokko anii
ilma Abrahaami jedhamuf, hojji Abrahaami gaarii sana hojjachuu qaba,Male hojji biraa
Hojjachu
hin qabuu.

πŸ…Ύ Haaluma
#walii_fakkaatu immoo Kiristoos ani ilma Waaqayyoti erga,jedhee hojja #Abbaa isaa rawwachu qaba

✍Yohaannis 5:19πŸ‘‡
🌹
#Iyyaasuus akkana jedhee
isaaniif deebise:
#Dhuguma dhuguman isiniin jedha
#ilmi waanuma #Abbaan
isaa yeroo hojjetu arge
#qofa
malee, ofii isaatiin kakaee wanta tokko illee hojjechuu
hin dandau. Sababiin isaas #waanuma Abbaan #hojjetu hunda, Ilmis haaluma #walifakkaatuun
wantootuma sana hojjeta.

✍Yohaannis 6:38πŸ‘‡
#Ani wantoota yommuun #Abbaa_koo_wajjin turetti
argen dubbadha;
isin garuu wantoota abbaa keessan irraa dhageessan hojjettu

✍ Yohaannis 6:40
Amma garuu
#ana isa
#nama dhugaa Waaqayyo
#irraa #dhagae isinitti hime ajjeesuu barbaaddu.
Abrahaam kana
hin goone.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
✍Yohaannis 6:35-37
#Iyyaasuus akkana isaaniin jedhe: β€œ #Ani nyaata jireenyaa ti. πŸ‘‰Namni #gara koo dhufu
#hundi matumaa hin
#beelau; #namni anatti
#amanu hundis matumaa
#hin_dheebotu.

Haata'u malee, akkuma
ani isinitti hime isin na
argitanii illee
hin amantan.

Warri
#Abbaan anaaf kennu #hundi gara koo ni dhufu
anis isa gara koo dhufu matumaa of irraa
hin ariu
πŸ‘‹ Kiristoos Waaqayyo
Wani ta’efi Abbaan nama
Hunduma Kiristoosi kennaa

πŸ– osoo inni Abbaa isaa
Wajin walii qixaa
hin tanee
Akkami, namoota isatti kennuu
Qaba ree,❓

πŸ‘‹ Kiristoos Waaqayyo Wani
Ta'ef Nama gara isaa dhufuu
Akka,inni
hin beelofne fi dhobne
Godhe,,,,
🀌mee,rajoota keessa Kani
Akkasi jedhee Eenyu gara koota
Lamata
hin dhobtani,hin beeloftan kan jedhee hin jiru,🀌
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
✍Yohaannis 16:15🀏
Wanti Abbaan qabu
#hundi
kan koo ti.
#inni wanta kan
koo ta'e irraa
#fudhatee isinitti beeksisa kanan jedhes kanumaafi.

✍Yohaannis 6:27-29πŸ‘‡
#Nyaata baduuf hin hojjetinaa kanaa mannaa nyaata hin #badnee fi #jireenya
bara baraa argamsiisuuf, isa ilmi namaa isiniif kennu
sanaaf hojjedhaa;
sababiin isaas, Waaqayyo Abbaan chaappaa isaa Ilma irratti godhee mirkaneesseera.”

isaanis, β€œ
#Hojii Waaqayyoo hojjechuuf maali gochuu qabna ree❓” jedhaniin
Iyyaasuus β€œHojiin Waaqayyoo, isinii isa inni ergetti akka
amantaniifi dha” jedhee
isaaniif deebise
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
✍ Link kan xuqaa
hordofaa...πŸ‘‡πŸ‘‹πŸ‘‹
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
πŸŸ’πŸŒΌβš«οΈπŸŒΌπŸŸ€πŸŒΌπŸŸ€πŸŒΌπŸ”˜πŸŒΌπŸ”΄