🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.38K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
πŸ’’ sagaleen tokko
samii irraa, β€œKun Ilma
koo isa jaallatamaa
isa ani itti
gammadu dha” jedhe

πŸ”ŠαŠ₯αŠαˆ†αˆ,α‹΅αˆα… αŠ¨αˆ°αˆ›α‹«α‰΅
መαŒ₯α‰Ά α‰ αŠ₯ርሱ α‹°αˆ΅ α‹¨αˆšαˆˆαŠ
α‹¨αˆα‹ˆα‹°α‹ αˆαŒ„ α‹­αˆ… αŠα‹α‘ አለ
=Maatewoos 3:17
=αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 3 :17
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
β—ˆ
#Bagaa_Geessan
-Ayyaanna cuuphaa-
πŸ”ˆπŸ”ˆπŸ”ˆπŸ”ˆπŸ”ˆπŸ”ˆ

β—ˆ sadumma Sillaasee
Qabxiiwwan ibsan.
1=Mat 3:16-17

#Iyyaasuus erga
cuuphamee booda
battaluma sanatti
bishaanicha keessaa
bae yeroo
kanatti samiiwwan
ni banaman
Afuurri Waaqayyoos
akka gugeetti gadi buee
utuu isa irra
qubatuu arge
sagaleen tokkoo samii
Irraa Dhufe
= Jechi
Waaqayyo jedhuu
Abbaa jechuudha
= ilma kan jedhamee Iyyaasuus
=Affuurri Qulqulluun ni bu'ee
Kanaafuu
➒Abbaa
➒ilma
➒Affuurra Qulqulluu
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
Saduma inni jedhamuu
Isuma kan.

β—ˆTokkumma kan ibsan
✍Far-Daawit 113/114:3-7
#Galaanni argee in
baqate lagni
#Yordaanosis
gara booddeetti in
deebi'e Tulloonni akka korbeeyyii hoolaa
gaaronnis akka ilmoolee
in quruphisan
Yaa galaana nana
maal taatee baqatte?
Yaa laga Yordaanos
maaliif gara booddeetti deebite?

Yaa tullootaa maaliif
akka korbeeyyii hoolaa
yaa gaarotaa, maaliif
akka ilmoolee quruphiftan?

Yaa lafaa
fuula
Gooftaa duratti
#fuula_Waaqayyo isa kan #Yaaqoobii duratti holladhu

αŠ¨α‹«α‹•α‰†α‰₯ αŠ αˆαˆ‹αŠ­ αŠα‰΅
αŠ¨αŒŒα‰³ αŠα‰΅ αˆα‹΅αˆ­ α‰°αŠ“α‹ˆαŒ α‰½
=αˆ˜α‹αˆ™αˆ­ 114 :7
➒akkuma beekamu
Kiristoos kan cuuphame
Laga Yordaanositi
Daawit laga Yordaanos
Maqaa kan waamee
Kanaafi

➹jechii yaa, galana
Fuula Waaqa Yaaqoobi
Jala maalif dubbati
deebitee Kan jedhuu
irratti "Tokkuma
Ibse jira
πŸ”ˆ "Abbaa, ilma
affuura Qulqulluu
Bakka tokkootti Waaqa
Yaaqoobi jedhee jira
Kuni dirqama
tokkummaa ibsaa

πŸ’’ Maalif yoo,jennee
kan Cuuphame ilma
Ture laga Yordaanositi Akkumas Affuuri
Qulqulluun fi Abbaan hin cuuphamne
➒ Kanaafuu ilmi, Abbaan, Affuuri Qulqulluun Waaqa
Tokko Waani ta'aniif,akkasii
Jedhe Daawiti
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
β—ˆ=Mat 3:17
ilmi koo inni jalatama
Jedhe jira Abbaan
samii irraa

➒ Abbaan ilma Maariyaami
Hin jennee, ilma koo, jedhee
Kan jedhuun Kiristoos
Amala lama irraa
amala tokko
Qabachu ibsa.
Kiristoos Abba isaa
wajjin walii qixa Wani ta’ef Abbaan ilma koo, jedhee
Kunis tokkummaa ibsaa

✍ Qabxi
#Waaqummaa
Kiristoos ibsu

β—ˆ Mat 3:3
Kunis isa Isaayyaas
raajichi waaee isaa
β€œLafa onaa keessaa
#sagaleen, β€˜Daandii
#Waaqayyo qopheessaa
Karaa isaas qajeelchaa
jedhu tokko ni dhagaame” jechuudhaan
dubbate sana dha.

➹Dandii kan qopheessuu
#Yohaannis cuuphaa
➹
#Waaqayyo kan
jedhamee
Kiristoos (Yoh 1:1)

β—ˆ Mat 3:10
Ammuma iyyuu
#qottoon
hidda mukeetii muruuf qophaaeera Kanaaf
#mukti firii gaarii
hin godhanne hundi
muramee ibiddatti gatama.

➒ Qottoo kan jedhamee
Aangoo Kiristoos
(isayaas 10:34
➒muka kan jedhamee
namoota
Luqaas 13:6-9)
➒Kanaafuu Kiristoos
Nama gaarii fi yakkamaa
Adda, ni basa
Kuni immoo
#Amala
Waaqa Keessa tokko

β—ˆMat 3:11
#inni Affuura qulqulluu
fi ibiddaan isin cuupha
✍=inni kan jedhamee
#Kiristoos
= Affuura fi ibiddan
Isin cuuphaa kan jedhamee
Ni rawwatamee
#Duuka_bu'oota isaa
cuuphee jira

HDB 2:3-4
Wantoonni akka
arraba ibiddaas
isaanitti mulatan
faffacaanii tokkoon
tokkoon isaanii irra tataaan
hundi isaaniis Afuura
Qulqulluu-dhaan guutaman akkuma Afuurri dubbachuu isaan dandeessisettis
qooqa adda addaatiin dubbachuu jalqaban

β—ˆ Raaji_Iyu'eel 2:28
#Waaqayyo ammas
Bara booddeetti
#ani_Afuura koo nama hundumaa irratti nan dhangalaasa
<<<<<<<<<<<<<<<<
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
πŸ‘‰link kan xuqaaπŸ‘‡
🌹
@haadha_Waaqa_naJaladha
~||===||~~~~
Ayyaanna Gaari
isiniif Haata’u..