🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.38K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
πŸ“πŸŒΉkutaa +26ffΒͺΒͺπŸ’’πŸ“
➧Gaafii fi Deebi
πŸ›… MuslimootaπŸ‘ˆ

✍ Yohaannis 8:28
Iyyaasus(Kiristoos) akkana jedhe: β€œIlma namaa
Fannoo irratti erga fanniftanii booda, Ani isa ta'uu koo fi ofii kootiin
kakaee
#homaa akkan hin goone, kanaa mannaa wantoota kana kanan
dubbadhu akkuma
#Abbaan na #barsiisetti tauu isaa yeroo sana ni beektu.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
🌸gaaffii isaanii
akkasii turee
1=Anii ofii kootin
hoomaa gochuu hin danda'u jedhe jira.
kanafuu inni Waaqayyo
mitti jedhu....❓
2=dubbiin kani Kiristoos
mitii Abbaa irraa baratee
dubbata malee jedhuu..❓
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ’’deebi keenya

🌹link Kan fayyadama
barumsa hedduu ilaalaπŸ‘‡
β“΅βž£kutaa+12ffΒͺΒͺ
=Yohaannis 5:30
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/197

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/198

πŸ’’Ani ofii kiyyaa
hoomaa hin godhu
yeroo jedhuu
Kiristoos maalif...❓


β“Άβž£kutaa+17ffΒͺΒͺ
=Yohaannis 7:16
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/293

πŸ’’barumsi kuni kiyyaa
mitii yeroo jedhuu
maali ibsa.❓
----------------------------
🌹=deebii=β“΅ffaa
Kiristoos maalif
#Anii ofi kooti hoomaa
gochuu hin danda'u jedha
ree,? yeroo jennuu,wa'ee
abbaa namoota ibsuf turee

πŸ“ragaa kitaaba
1=✍ Yohaannis 8:27
isaan garuu inni
waaee
#Abbaa isaanitti dubbachaa akka jiru
hin hubanne.
πŸ“kanafuu namoonni
Abbaa wani hin beekneef
Kiristoos immoo wae
abbaa hubachiisuuf
ture.

2=✍Yohaannis 5:23-24
namni hundi akkuma
#Abbaa dhaaf ulfina
kennu, Ilmaafis ulfina
akka kennuufi.
Namni
#Ilmaaf ulfina
hin kennine, Abbaa
isa isa ergeefis
ulfina hin kennu.

Dhuguma dhuguman isiniin jedha,
#namni dubbii koo dhagauu fi isa na erge Sanatti amanu hundi #jireenya bara baraa qaba; akkasumas dua jalaa gara
jireenyaatti darba malee isatti hin murteeffamu.

πŸ“=kanafuu Kiristoos Abbaan akka ulfina
argatu yoo,godhee Kiristoos immoo Abbaa wajjin ulfina argata.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
🌹=deebii=β“Άffaa
barumsa hundi
kan Kiristoosi.
1=➧Yohaannis 17:10
#wanti kan koo tae
hundi kan kee ti;

#wanti kan kee tae
hundis kan koo ti
anis isaan gidduutti
ulfina argadheera.

✍Kiristoos akka isaan
amananiif barumsi kani
abbaatti jedhe malee
=barumsi kunuma
Kiristoos dha.

🌹sababa
dubbii
kanatin namooni
baayeen Kiristoositti
amananii jiruu

2=✍Yohaannis 8:29-31
Inni ana erge Sun
anaa
#wajjin jira
Ani yeroo hunda
wanta isa gammachiisu waanan godhuuf, inni
kophaatti ana hin dhiisu.”

Yeroo inni wantoota
kana dubbatu,
#namoonni hedduun
isatti amanan.
Achiis Iyyaasus
(Kiristoos) Yihudoota isatti
amananiin akkana jedhe:
isin
#dubbii_kootti yoo jiraattan dhuguma barattoota koo ti

3=✍Yohaannis 8:38
Ani wantoota yommuun
#Abbaa_koo wajjin turetti argen #dubbadha;
isin garuu wantoota abbaa keessan irraa dhageessan
#hojjettu.”
➧Kiristoos Abbaan wajjin
kan jiruu Addunyaa kan
dura fi booda illee akka
ta’e ibsee jira

4=✍Yohaannis 17:5
yaa Abbaa ulfina ani
#addunyaan uumamuu isaa dura si, biratti qabu sanaan, ati of biratti
ulfina anaaf kenn i
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
🌹link kan xuqaa hordofa
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
-----------//------------
➑️🌺kutaa _ 52 ffΒͺΒͺ 🌸🌸
"""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""
➑️ Gaaffii fi Deebii
🚯musiliimota 🚯
✍ Yohaannis 12:49
wanta ani jedhuu fi wanta ani dubbadhu
#Abbaa isa ana erge sanatu na ajaje malee ani #ofii kootiin kakaee hin dubbanne.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
⚫️ Gaafii isaanii
β“΅=wanta dubbatuu hunda kani Abbaatti malee kani Kiristoos mitii jedhuu....❓
====================
πŸ”³ Deebi keenya.
✍lakki
dubbii kani qaamaa lamanuu iyyuu itti kan jedhuu ta'a.
✍jalqabaa irratti
dubbii Kiristoos ta'u ragaa keenya kitaaba Qulqulluu dha.
β“΅πŸ‘‰Yohaannis 8:31
Achiis Iyyaasus(Kiristoos )Yihudoota isatti amananiin akkana jedhe: β€œIsin
#dubbii_kootti yoo jiraattan dhuguma barattoota koo ti;
β“ΆπŸ‘‰Yohaannis 8:43
Wanta ani dubbachaa jiru maaliif hin hubattan?
#Dubbii_koo fudhachuu waan
hin dandeenyeefi.
β“·πŸ‘‰Yohaannis 8:51
Dhuguma dhuguman isiniin jedha, namni
#dubbii_koo eegu
hundi matumaa hin duu.”
β“ΈπŸ‘‰Yohaannis 6:68
Simoon Pheexirosis akkana jedhee isaaf deebise: β€œYaa Gooftaa, gara eenyuu dhaqna?
#Ati_dubbii jireenya bara baraa qabda
β“ΉπŸ‘‰Yohaannis 6:63
Jireenya kan kennu
#hafuura; foon faayidaa tokko illee hin qabu. #Dubbiin ani isinitti
dubbadhe hafuura, akkasumas jireenya.

🌺Gara mataa duree keenya yeroo deebinuu immoo Dubbiin kuni kani Abbaatii malee kiyyaa mitii kani jedhee Kiristoos ,yihudoonni barumsa isaa fi
dubbii isaa fudhachuu wani didaniif ,akkasumas Kiristoos ni tuftani ,sababaa Kanaaf dubbii Abbaa jedhee ,yihudoonni immoo Abbaa akka waaqati wani ilaalaniif ,ni Amanuu jedhee itti dubbate.

✍Raaga kitaaba Qulqulluu
β“΅βœYohaannis 12:48
Nama ana
#tuffatuu fi
#dubbii_koo hin fudhannetti kan murteessu tokko jira. Dubbii ani dubbadhetu guyyaa dhumaatti isatti murteessa
β“ΆβœYohaannis 5:31_32.
β€œAni qofti waaee
#ofii_koo yoon
dhugaa bae, waan ani dhugaa bau dhugaa hin tau. Haatau malee,waaee koo kan dhugaa bau kan biraan jira; anis wanti inni waaee koo dhugaa bau sun dhugaa akka tae beeka.
β“·βœYohaannis 5:40_44
Taus, isin jireenya argachuuf
gara koo
#dhufuu hin barbaaddan.Ani nama irraa #ulfina argachuu hin barbaadu; taus, akka isin jaalala Waaqayyoo of keessaa hin
qabne akka gaariitti nan beeka.
Ani maqaa Abbaa kootiin Nani
dhufe; isin garuu na
#hin_simanne.Namni kan biraan maqaa ofii isaatiin yoo dhufe garuu isa ni simattu Isin walii keessaniif ulfina kan kennitan, ulfina isa #Waaqa_tokkicha biraa dhufu garuu kan hin barbaadne erga taatanii, akkamitti amanuu dandeessu ree?
β“ΈβœYohaannis 6:29_30
Iyyaassus(Kiristoos) β€œHojiin Waaqayyoo, isin isa inni ergetti akka amantaniifi dha” jedhee isaaniif deebise. Yeroo kanatti isaan akkana jedhaniin: β€œAkka nuti arginee si amannuuf,
#mallattoo maalii argisiifta? Hojii akkamii hojjetta?
β“ΉβœYohaannis 8:18-19
#Ani waaee ofii #koo dhugaa nan baa; Abbaan inni na erges waaee koo dhugaa ni baa. Isaanis, β€œAbbaan kee eessa jira?” jedhaniin Iyyaasuus(Kiristoos), β€œIsin anas tae Abbaa koo hin beektan. Utuu ana beektaniittu taee, Abbaa koos ni beektu turtan” jedhee deebiseef
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
kutaawwan darban dubbisa
A.))βž› Kutaa _ 12 ffaa
B.))βž› Kutaa _ 15ffaa
C.))βž› kutaa _ 17 ffaa
D.))βž› Kutaa _ 25 ffaa
E.))βž› kutaa _ 26ffaa
F.))βž› kutaa _ 28ffaa
🌺🌺🌺🌺🌺🌺
🌺🌺
Link waldaa kana kuno namni fedhii qabduu seenu danda’a❓
🌹
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
‴️‴️‴️‴️‴️‴️‴️‴️‴️‴️