๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.36K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
โœ #Kutaa_2_ffaa
โžขkitaaba Iyyaasuu 4:15-24๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰Achiis Waaqayyo Iyyaasuudhaan
akkana jedhe
#Luboonni taabotaa
Dhugaa Baatuu
baatan sun Yordaanos
keessaa
akka baan isaan ajaji
Kanaafuu Iyyaasuun โ€œYordaanos
keessaa as baaaโ€ jedhee luboota ajaje
Luboonni taabota
kakuu Waaqayyo baatan walakkaa Yordaanosii
yommuu baanii
fi faanni miila isaanii
lafa #gogaa irra yommuu ejjetutti, bishaan Yordaanos akkuma duraanii deebiee
yaauu fi guutee
dhangalauu jalqabe

๐Ÿ‘‰Sabichis jia isa
jalqabaa keessaa
guyyaa kurnaffaatti
Yordaanosii baee Gilgaali
ishii kallattii bahaatiin
daangaa IYerikootti argamtu keessa buufate.

Iyyaasuunis dhagoota 12n
warra isaan Yordaanos
keessaa baasan sana
Gilgaal keessa ni dhaabe
Achiis Israaelotaan
akkana jedhe
๐Ÿ”Š๐Ÿ‘‰โ€œ #Gara_fuulduraatti
#ijoolleen keessan,
โ€˜Dhagoonni kun maali dhaโ“
jedhanii yommuu isin
gaafatan akkana jedhaatii ijoollee keessaniif ibsaa
โ€˜Israael lafa gogaag irra Yordaanosiin ni cee
Waaqni keessan
Waaqayyon hamma nuti ceenutti bishaan Yordaanos
nu duratti ni gogse
Waaqni keessan
Waaqayyon hamma isaan ceanitti galaanicha gogsuudhaan akkuma
Galaana #Diimaa irratti
godheh sana nuufis
ni godhe
Inni kana kan godhe
saboonni lafa
irraa hundi #harki Waaqayyo hammam #jabaa akka
tae akka beekaniif
akkasumas isin yeroo
hunda Waaqa keessan
Waaqayyo
akka sodaattaniifi
โ—ˆWalumaagalatti
Yaadanno fi humna
Waaqayyo jaba akka
Ture,akkasumas, ajaja
Inni nun jedhee hanga
Bara baratii ni rawwana
Abboota irraa, gara ijoolleetii
Gara fuulduraatti itti fufaa

3โœ inni sadaffaan
Sababa Taabooni
Gara laga deemuufi
Taboonni fakkeenya Kiristoos
Wani ibsuufi...

Kuni Kiristoos Gaalilaa
irraa Gara Yordaanos
Waani deemiif
โ—ˆragaa kitaaba
Mat 3:13๐Ÿ‘‡

Yeroo sanatti Kiristoos #Yohaannis akka isa cuuphuuf #Galiilaadhaa gara
#Yordaanos ni dhufe.
โœMar 1:9๐Ÿ‘‡

Bara sanatti Kiristoos
#Naazireet ishii Galiilaatti argamtu irraa dhufee
#Laga_Yordaanositti #Yohaannisiin cuuphame
โžขฮ•ฮบฮตฮฏฮฝฮตฯ‚ ฯ„ฮนฯ‚ ฮผฮญฯฮตฯ‚ ฮฎฯฮธฮต ฮฟ ฮ™ฮทฯƒฮฟฯฯ‚ ฮฑฯ€ฯŒ ฯ„ฮท ฮฮฑฮถฮฑฯฮญฯ„ ฯ„ฮทฯ‚ ฮ“ฮฑฮปฮนฮปฮฑฮฏฮฑฯ‚ ฮบฮฑฮน ฮฒฮฑฯ†ฯ„ฮฏฯƒฯ„ฮทฮบฮต ฯƒฯ„ฮฟฮฝ ฮ™ฮฟฯฮดฮฌฮฝฮท ฮฑฯ€ฯŒ ฯ„ฮฟฮฝ ฮ™ฯ‰ฮฌฮฝฮฝฮท
โ—ˆ Taaboonni fakkeenya
Kiristoos ni ta'a jechuf dura
Mee, wanta tokko ilaala
โžขbara Muse keessa Israa'eloni
Yero bishaan dhugaan dhaban
Muuseen Waaqayyo kadhatee
Isaa booda kattaa dhagaa
Tokko keessa bishaanii akka
Bahuufi godhee Waaqayyo
(-Ser.Bau 17:16)

โœ #Phaawuloos yeroo
kitaaba Musee hiikuu akkanaa
Jedhe Ture, dhagaa kattaan
Israa'elota bishaanii basee
Suni fakkeenya Kiristoos
Jedhe dubbatee

โ—ˆ 1 Qor 10:1-4๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰Yaa obbolootaa
#abbootiin keenya hundi duumessa jala akka
turanii fi hundi isaanii
galaana keessa #darbuu
isaanii akka beektan
nan barbaada
๐Ÿ‘‰hundi isaanii Musee hordofanii duumessichaa fi galaanichaan cuuphaman
๐Ÿ‘‰hundi isaanii #nyaata
#Afuuraa tokko
irraa nyaatan
๐Ÿ‘‰hundi isaanii #bishaan
#Afuuraa tokko irraa
dhugan Sababiin isaas
isaan #kattaa Afuuraa
isaan duukaa deemu
sana irraa #dhugu turan
kattaan sun #Kiristoosiin argisiisa

โžน kanafuu Kiristoos
Bara Muse yoomi
Fooni nama
Uffate, kuni bara dhiyoo
Keessa dubaroo Maariyaami
Irraa foonii fi lubbuu fudhatee
Dhalate (Luq 1:31)
โžขHaaluma walii fakkatuu
Dhagan sunii erga fakkeenya
Kiristoos taโ€™e
Taaboonnis fakkeenya Kiristoos
Yoo, jeenne ni dandama.
โ—ˆakkamitti fakkachuu
Danda'a kan jedhuu irratti
Immoo
โžขWaaqayyo dhagaa
Irratti ajjaja 10n bareesse
Muuseetii kenneera
โœser.Bau 34:29)
โœser.Bau 31:18)
-fakkeenyi ajaja kurnanii
Fakkeenyaa ilma
Waaqayyotti
Ajajaani 10n samii irraa
Dhufe tsillati sanaa irratti
Bareeffame
-tsillatin immoo dhagaa irra
Tolfame kuni immoo
Fakkeenyaaf dubaro Maariyaami
Ibsa,Kuni sanyii namoota
Bakka bu'a
=akkuma ajajani 10n tsillatti
Irrati barreeffame ibsamuu
Kiristoos dubaro Maariyaami
Irra dhalate namoota hundumaaf ifaa ta'e
โ—ˆKiristoos samii irraa
Dhufu isaa kan ibsuu
๐Ÿ”ˆ Yoh 3:13
๐Ÿ”ˆ Yoh 3:16
๐Ÿ”ˆ 1 Qor 15:47
โ—ˆโ—ˆโ—ˆโ—ˆโ—ˆโ—ˆ
dubaroo Maariyaami
Sanyi namoota irraa
Argamu kan ibsuu
โœ Mat 1:1
โœ Ibroota 2:16.
โœ Luqaas 2:4-5
Haaluma kana Taabooni
Fakkeenya Kiristoos
Wani qabuuf ni baha'a
.....................................
Wali fakkeenyi Taaboota fi kiristoos inni bira