🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
πŸ…± kutaa-69-ffΒͺΒͺ🌺
β–²βž© gaaffii fi Deebi
β–²βž© Muslimaa
✍Yohaannis 15:1
Ani muka wayinii isa dhugaa ti, kan dhaabe immoo
Abbaa koo ti.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
1=gaaffii isaani Kiristoos muka waynii malee Waaqayyo miti jedhuu...❓
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬//
➩Deebi keenya.
βž›jalqabaa duraa hiika waynii ergaa xumuree booda gaaffii isaanii deebi itti kennina.
============
πŸ…°βž©hiikaa waynii ❓
1))βž›waynii
#biqiltuu lafa biqiltuudha.
Ser.Uumama 9:20-24
2))βž›wayni kana
#dhugamu dha.
Sera.uumama 9:24 * ser.Uumama 27:25
3))βž›wayni muka
#guddaa ,kani humna qabuu
seera.Uumama 40:11
*49:11,seera.Bau 23:11
4))βž›Wayni
#Aarsaaf kani dhiyyatu.
Sera.uumama 14:18
sera Bau 22:29
ser.lakkoofsa 15:5-10 .
1Samu'eel 1:24
5))βž›Wayni kani nama
#macheessu.
seera Lewwota 10:9
sera.lakkoofsa 6:3
Kitaba-fakkeenya 20:1* 21:17 * 23:20*
6))βž›waynii
#Dimaa ta'u isaa
Sera.keessa.deebi 32:14 , kitaba-fakkeenya 23:31.
7))βž›guyyaa
#Ayyaana kani dhugaanii
Kitaaba-murtii 9:27
8))βž›waynii
#nyaatafi ni fayyada
1sena.bara 12:40 *
1sena.bara 16:3* isayaas 16:7 * hoose 3:1
9))βž›waynii
#gosti_gargaara jirachuu isaa.
Kitaba-Nahimiiyaa 5:18
10) waynii
#dhanga'an jirachuu isaa.
Ruuti 2:14 *Ermiyaas 31:29 , Hisqi'el 18:2, Maatewos 27:48, Maarqoos 15:36
Luqaas 23:36 ,Yohaannis 19:29
11))βž›waynii
#garaa_Qulqulluun dhuguma ,kitaaba-lallabaa 9:7
12)βž›Waynii nama
#gammachiisaa
Kitaaba-Aster 1:10
Farfannaa104:15
kitaaba-lallabaa 2:3
13)βž›
#uffaanni waynii jiraachuu isaa
isayaas 63:2
14)βž›
#Naaziroonni waynii gonkumaa hin dhuganii.
Amosi 2:12 * ser.lakk 6:2-3
15)βž›waynii
#qorichaf ni fayyadamuu.
Luqaas 10:34
1ximotewos 5:23
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ…±,fakkeenya waynii
β“΅)➩
#namni jalaan waynii ni fakkaata.iyyoob 15:33* 24:18
isayaas 5:2 * iyyuel 3:13
β“Ά)➩
#Rakkinni wayni fakkaata
Farfannaa 60:3
β“·)➩
#dheekkamsi Waaqayyo wayniin ni fakkeeffama.
Farfannaa 75:8 , Ermiyaas 25:15
Mul’ata 14:10
β“Έ)➩
#sabni Israa'el waynii ni fakkeeffama .
Farfannaa 80:8 ,hoose 10:1
β“Ή)➩
#dubartiin ykn haati mana wayniin ni fakkeefati
Farfannaa 128:3 *Hisqi'el 19:10
β“Ί)➩
#jalali waynii ni fakkeefama
Kitaaba-weddu 1:4
β“»)➩
#namni waynii ni fakkaata
Isayaas 5:4_7 * Ermiyaas 2:21
Ermiyaas 8:13 * hoose 14:7
sefoniyaa 1:12.
Maatewoos 21:34-41
β“Ό)➩
#Seexanni wayniin ni fakkaata.
Isaayaas 34:4
β“½)➩
#cubbuun wayniin ni fakkata.
Ermiyaas 51:7 Mul’ata 14:8_10
Mul’ata 17:2* Mul’ata 18:3.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
βš› waldaa keena hordofuu yoo,barbade link kana xuqaa
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺