🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.59K subscribers
54 photos
2 videos
10 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
β—ˆLakki Kiristoos raajjiidha yeroo jeetu,,, Raajin bara baraan
Jiratu hin jiru
β—ˆbara baraan jirta kan ta’e
Waaqayyo qofaa
Kanaafuu Kiristoos Waaqayyo kanafuu kitaaba Qulqullu keessa oli fi gadii figu osoo hin
Tane jecha kitaaba sirriitti hubbachu barbachisaa

✍Yoh 12:45-46πŸ‘‡
#namni na argu hundi,
isa na erge
Sanas ni #arga
#Namni anatti amanu hundi dukkana keessa akka hin jiraanneef, ani #ifa taee gara addunyaa dhufeera

=Namni Kiristoos arge
Abbaa ni Arga
Jechi jedhuu Akkamitti
Hubbatan‼️

β—ˆyeroo dhaf fuula namaa
Dura kan jiruu Kiristoos mitti
Ree❓
β—ˆAbbaan siila foonii nama
Uffate fuula nama dura hin dhufnee akkamitti Abba
Arguu danda'an.

🌹kanaa jechuun
#Aangoon yookiin #mooloktin
Waaqummaa inni foonii Uffate
Suni Aangoo ykn moolokti
#Abbaan waajin waliqixxee
Wani ta’ef
=Kanaafuu mooloktin sunii fuula nama duraa wajjin jiruuf
Akkasi jedhee
β—ˆosoo waliqixxee hin tanii ta’e
Akkamitti namni ana argee, abba argee jedha ree❓
Sababi inni akkasii jedhee
Abbaa wajjin waliqixa wani
Ta'ef
=Kanaafuu Aangoo yookiin moolokti Abbaa fi Ilma jeette
Adda qoodu hin dandeessu
β—ˆAangoo tokko jette
fudhata Malee
β—ˆkana immoo ragaan
Keenya Kiristoos
=Namni ana, arge
=Abbaa argee


✍yoo Kiristoos ifaa ta’e
✍Abbaan ifaa ta'a
✍Affuurri Qulqulluun ifa ta'a

✍yoo Kiristoos jireenya kan
Keenu ta'u
✍Abbaan, affuurri Qulqulluunis
Jireenya ni keennuu
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
=kitaaba Yohaannis
#Yoh 12:44 irraa kan jiruu
Kitaba Yohaannis
#Yoh 12:1-50 kan jirutti
Deebi isaa deebisa
Osoo garaa biraa yookiin
Boqonna biraa irraa hin
Fudhatin jechuu kooti.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
β—ˆGalani Waaqayyof
Haata’u Ameen
===//====/===


πŸ”΄ https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

πŸ”΄ #Gutema123