🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.42K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
Forwarded from Gutema Gelana
‼️ Deebii=2 ffaa
1=Taabota moo,
Tsillaatitu Museef
Kename=___ ❓
2=Akkamiti bayyachu
Danda'e=___❓
β–¬β–¬β—ˆβ–¬β–¬

Taabota fi Tsillaati
Gargagari basuu
Hin dandeenyu
=kuni seeraa
Waaqayyotti
=Haata’u malee
Gaafi jalqabaa
Deebisuuf πŸ‘‡

=Tsillaatti jalqaba
dura kani hojjatee
Eenyuu=___
➊=Musee moo ❓
βž‹=Waaqayyo ❓
✍ deebin isaa
Waaqayyo
=ser.Bau 31:16
Kanaafuu erga
Jalqaba hojjatee
Muuseen irra
Fudhate jechuudha

🌻Taaboota jalqabaa
Dura kan hojjatee
Eenyu=____❓
➊=Waaqayyo moo❓
βž‹=Museedha
✍deebi=Muse
=ser.Bau 25:10
==//==//===

Haata’u malee
Akkuma jalqabaa
Jedhe
Tsillaati.fi
Taaboonni qofa.
Ta'u waani hin
dandeenyaf
Tsillaatin jiratu
Malee,Taboonni
Jirachu hin
Danda'u
Akkasumas,Taaboota
Malee Tsilaatin qofa
Isa hin ibsamuu

Haaluma kana
Waaqayyo ofuma isaan
Tsillaati hojjatee
Afaanni isaanii Musedhan
Taaboota muka Laaftoota
Irra,tolchi jedhee ajajee

β—ˆerga kuni hundi
Seera isaa waani ta’ef
Kan Waaqayyo biraa
dhufuu kanuma isaa
Wani ta’ef namnii
Meesha,ta’e Waaqayyo
Tajajila wanii ta’ef.
Ykn dubbin Waaqayyo
Nama keessa ta’e, akka
Dadarbuu dha
Kanaafuu
#Tsillaatins
Taaboonnis Waaqayyo
Bira keename malee
Yaada Musen mitti

β—ˆ faakeenyaaf Waaqayyo
Jalqaba,samii fi lafaa
Uummee jedha
=ser.Uum 1:1
kanaa lafa,jiruuf
Kan samii irraa jiruu
Hundinuu kan Waaqayyotti
=Musee kan Waaqayyo
=mukti Laaftoota kan
Taaboonni irra hojjatamee
Kan Waaqayyotti
=wanti hundinuu kan
Isaati,sababa Kanaafi
Tsillaati fi Taaboonni
Lamanu kan Waaqayyoti
Waaqayyootu Musef
Kenne. Jechu ni dandeenya
Museen Taaboota
wani tolche Kan Musee
qofaa hin jennuu

🌹Waaqayyo sababa
Qaba malee ofii isaa
Iyyuu
#Taaboota tolchuu
Dadhabee mitii ykn
Tufate mitti sababa
Wani qabuuf Museen
Akka hojjatuu tasise
Malee.

β—ˆfakkeenya bira
kitaaba Qulqulluu
#maatewos
Yoo,fudhane Kitaabni
Dubbi Waaqayyotti
=garuu maqaa maatewos
Ni waamana kuni
Inni waani bareessef.
Maaqa Qulqulluu
Maatewoos ittin
Yaadachuf ta'a
=Haaluma kan Tsillaati
Musee jedhama

🌹Waaqayyo ergaa.
Tsillaatin
Dura cabee lamata akka
Isaa dura sanatti hojjadhuu
Jedheen =
Kanaafuu Museef
Aangoon lamanuu
Kennamef jira
=kan Tsillatis
=kan Tabootasi
=ser.keesa.deebi 10:1
=Kanaafuu amma
Immoo Tsillatins.Taboonis
Harka Muse seene jira
Lamanu kan hojjatee
Muusee turee..


♨️Deebi isaa 2 ffaa
Akkamit bayyachu
Danda'ee=___❓
=baay'achun
Hin qabu bakka seera
tokko kenameti
Wanti itti dabalamuu
Hin jiru kan hir'atu hin
Jiru seeri Waaqayyo hin Jijjiramuu.
Tsillatuu bakka mana
Kiristiyaanaa gargaara
Keessa jiruu illalle
Baayate miti.
Tsillatu wali fakkaatu
Bakka hundumaatti
Argama malee.

✍Fakkeenyaaf
Kitaabni Qulqulluun
Tokko qofa,garuu
Namooni kitaaba.
Qulqulluu ofi harka qaban
Yeroo kan gadi xiqeesine
Miliyoon 4444 haa,jennu.
Namoota kan hundafi
Yaadani kitaaba.
Tokkoo qofaa.
Kitaabni yaa,baayyatu
Maale kaayyoo tokko
Qofa qaba
waqayyo tokko
Qabna
=Amalota mana
Kiristiyaanaa
Keessa tokko
Immoo mani
Kiristiyaanaa Tokkatti
Jedhamitti.....
=Mat 23:8-10
=Eefe 4:5

β—ˆ maqaa Qulqulloota
Mani Kiristiyaanaa
Ni waamamatti kunis
Sababa qaba malee
Tsillaatin gargaara
Jira jechuu mitti
==//==//=====
🌻xumura Isaati
==\\===\\====