๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
โžก๏ธ๐Ÿ…ฑ kutaa _ 53 ffยชยช โ˜˜๐Ÿ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒปGaaffii fi Deebii
๐Ÿ…ฐMusiliimota๐Ÿšท
โœ Yohaannis 12:50๐Ÿ‘‡
#Ajajni isaas #jireenya bara baraa akka tae ani beeka. Kanaaf, Ani wantan dubbadhu hunda akkuma #Abbaan anatti #himettan dubbadha.โ€
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ”บGaaffii isaanii.
1= Dubbii Abbaa Qofa jireenya kani kenuu ,Kiristoos ofii isaatti hooma gochuu hin danda'u jedhuu.โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ”ณ Deebii keenyaa
Lakkii dubbii Kiristoos illee jireenya kani isaanii lamanuu iyyuu jireenya kan jedhuu ta'a
โœjalqabaa irratti dubbii Kiristoos dhugumaan jireenya ta'u ragaa kitaaba kunoo๐Ÿ‘‡

โ“ต๐Ÿ‘‰Yohaannis 6:63
Jireenya kan kennu
#Afuura ; foon faayidaa tokko illee hin qabu. #Dubbiin ani isinitti dubbadhe Afuura, akkasumas #jireenya.
โ“ถ๐Ÿ‘‰Yohaannis 6:68
Simoon Pheexirosis akkana jedhee isaaf deebise: โ€œYaa Gooftaa, gara eenyuu dhaqna? Ati
#dubbii_jireenya bara baraa qabda.
โ“ท๐Ÿ‘‰Yohaannis 10:28
#Ani_jireenya bara baraa isaaniif nan kenna; isaan matumaa hin balleeffaman; eenyu illee harka koo
keessaa isaan hin butatu.
๐Ÿ“โž›kanafuu dubbii Kiristoos illee jireenya akka taโ€™e ibsine jira.
โœ Fakkeenyaaf dubbii kuni osuma kan Abbaatti jenne iyyuu Kiristoos akkasii jedhee Abbaan kani koo,keessa fudhee jedhee jira.
โ“ธ๐Ÿ‘‰Yohaannis 16:15
#Wanti Abbaan qabu #hundi kan koo ti. #Inni wanta kan #koo tae irraa #fudhatee isinitti beeksisa kanan jedhes kanumaafi.
โ“น๐Ÿ‘‰Yohaannis 17:10
#wanti kan koo tae hundi kan kee ti; wanti kan kee tae hundis kan koo ti; anis isaan
gidduutti ulfina argadheera
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžก๏ธ gara maata duree keenya yeroo deebinuu
โž›akkuma kutaa_52 ffaa keessaatti illaalle yihudoonni dubbii Kiristoos gonkumaa fudhachuu wani didaniif. Dubbii kuni kani Abbaatti jireenya kenna jedhee.
Yihudoonni kunis Kiristoos eenyu akka taโ€™e guyyaa tokko ni walalani wali mormii eeggalani
โ“บ๐Ÿ‘‰Yohaannis 10:24
Yeroo kanatti
#Yihudoonni isatti marsanii, โ€œ #Hanga yoomiitti qalbii nu rarraasta? Ati Kiristoos yoo taate ifatti nutti himiโ€ isaan jechuu jalqaban
โ“ป๐Ÿ‘‰Yohaannis 7:40_43
Namoota sana keessaa
warri kana dhagaan tokko tokko, Dhuguma iyyuu
kun #Raajicha dhaโ€jedhan. Kaan immoo, โ€œ #Kun_Kiristoosiโ€ jedhu turan. #Tokko_tokko garuu akkana jedhu turan: โ€œKiristoos #Galiilaadhaa ni dhufaa?
Kitaabni Qulqulluun Kiristoos
sanyii
#Daawit keessaa, akkasumas Beetaliheem ganda Daawitii akka dhufu ni dubbata mitii?โ€ Kanaaf, isa ilaalchisee namoota sana #gidduutti wal qoqqooduun ni #uumame
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โœWalumaagalatti yihudoonni Kiristoos eenyu akka taโ€™e beekuu dhabuu isaaniifi ,dubbii Kiristoos gonkumaa fudhachuu diduu isaaniitti kani kae Kiristoos wa'ee Abbaa qofa itti himme jira.
โžก๏ธ sababaa inni biraa immoo
Abbaa isaa kabajuu akkasii jedhee ,Fakkeenyaaf dubbi Abbaa jireenya ,Abbaan koo,hundumaa caala, yeroo jedhu kabaja Abbaa ibsuufi

โ“ผ๐Ÿ‘‰Yohaannis 17:4_5
Ani hojii akkan hojjedhu anaaf kennite xumuree,
#lafa irratti #ulfina sii kenneera.
Kanaaf, yaa
#Abbaa ulfina ani addunyaan uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, ati of biratti ulfina anaaf kenni.
โ“ฝ๐Ÿ‘‰Yohaannis 5:23
Namni
#hundi akkuma Abbaadhaaf #ulfina kennu, #Ilmaafis ulfina akka kennuufi. Namni Ilmaaf ulfina hin kennine, Abbaa isa isa ergeefis ulfina hin kennu.
๐ŸŒบ akkuma Dubbiin Abbaa jireenya taโ€™e kani ilma jireenya
Abbaa fi Kiristoos tokko.sababa isaanii tokkoo tanif immoo kunoo ๐Ÿ‘‡
โ“พ๐Ÿ‘‰Yohaannis 12:45
Namni na
#argu hundi, isa na erge Sanas ni #arga
โ“ซ๐Ÿ‘‰Yohaannis 5:17
#Abbaan koo hanga ammaatti #hojjechaa jira #anis nan #hojjedhaโ€ jedhee isaaniif
deebise
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒบ link kan xuqa sena๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
======โจณโจณโจณ============
๐Ÿ…พ kutaa-83-ffยชยช ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
    โ—ˆโž›gaaffii fi Deebii
    โ—ˆโž›Muslimoota.
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
gaaffii isaanii.
โžŠโžป isaa kami sirriin jedhuu
โ€œbareeffama mataa Kiristoos olitti barreeffame irratti โ“โŒ

โžŠโžปYohaannis 19:19
Phiilaaxoosis barefama
#Iyyaasus Isa Naazreeti Mooti Yihuudootaa,
jedhu tokko barreessee fannoo sanatti maxxanse.
๐Ÿ‡ ๐™ฎ๐™ค๐™๐™–๐™ฃ๐™ฃ๐™ž๐™จ โ ๐‘–๐‘ฆ๐‘ฆ๐‘Ž๐‘Ž๐‘ ๐‘ข๐‘  ๐‘–๐‘ ๐‘Ž ๐‘›๐‘Ž๐‘Ž๐‘ง๐‘–๐‘Ÿ๐‘’๐‘’๐‘ก๐‘– ๐‘š๐‘œ๐‘œ๐‘ก๐‘– ๐‘ฆ๐‘–โ„Ž๐‘ข๐‘‘๐‘œ๐‘œ๐‘ก๐‘Ž โž kani jedhu ibseera
โทโžปMaatewos 27:37
Mataa isaa olittis barreeffama, #Kun Iyyaasuus Mootii Yihudootaa tiโ€ jedhuu fi inni ittiin himatame ibsu maxxansan.
๐Ÿ‡๐™ข๐™–๐™–๐™ฉ๐™š๐™ฌ๐™ค๐™ค๐™จ โ ๐‘˜๐‘ข๐‘›๐‘– ๐‘–๐‘ฆ๐‘ฆ๐‘Ž๐‘Ž๐‘ ๐‘ข๐‘  ๐‘š๐‘œ๐‘œ๐‘ก๐‘– ๐‘ฆ๐‘–โ„Ž๐‘ข๐‘‘๐‘œ๐‘œ๐‘ก๐‘Ž๐‘ก๐‘–โž kani jedhu ibseera
โธโžปMaarqoos 15:26
Barreeffamni himata isa irratti dhihaate ibsuu fi โ€œMootii Yihudootaaโ€ jedhu mataa isaa olitti barreeffamee ture.
๐Ÿ‡๐™ข๐™–๐™–๐™ง๐™ฆ๐™ค๐™ค๐™จ  โ ๐‘š๐‘œ๐‘œ๐‘ก๐‘– ๐‘ฆ๐‘–โ„Ž๐‘ข๐‘‘๐‘œ๐‘œ๐‘ก๐‘Ž โž kani jedhu ibseera
โนโžปLuqaas 23:38
Mataa isaa olittis barreeffamni, โ€œKun Mootii Yihudootaa tiโ€ jedhu jira ture.
๐Ÿ‡๐™ก๐™ช๐™ฆ๐™–๐™–๐™จ โ ๐‘˜๐‘ข๐‘›๐‘– ๐‘š๐‘œ๐‘œ๐‘ก๐‘– ๐‘ฆ๐‘–โ„Ž๐‘ข๐‘‘๐‘œ๐‘œ๐‘ก๐‘Ž๐‘Ž๐‘ก๐‘– โž kani jedhuu ibseera
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
๐ŸŒบ๐™™๐™š๐™š๐™—๐™ž ๐™ ๐™š๐™š๐™ฃ๐™ฎ๐™–.
Hundi isaanii sirriidhaa
Kitaabni arfaffaan(4n) isaanii iyyuu jecha Mootii Yihudoota jedhuu irratti wali fakkaata.
Gargarummaa isaa kana๐Ÿ‘‡
โžป ๐‘–๐‘ฆ๐‘ฆ๐‘Ž๐‘Ž๐‘ ๐‘ข๐‘  ๐‘–๐‘ ๐‘Ž ๐‘›๐‘Ž๐‘Ž๐‘ง๐‘–๐‘Ÿ๐‘’๐‘’๐‘ก๐‘–
โžป ๐‘˜๐‘ข๐‘›๐‘– ๐‘–๐‘ฆ๐‘ฆ๐‘Ž๐‘Ž๐‘ ๐‘ข๐‘ 
โžป ๐‘˜๐‘ข๐‘›๐‘–
โผ ammaa qabxiiwwan hubbachu qabnuu kani fanifamee eenyu โ“
Deebii isaa Iyyaasuus,
Ergaa akkasii taโ€™e
Iddoon Iyyaasuus itti guddaate eessaa โ“
Deebii isaa Naazireet=ok
(๐™ข๐™–๐™ฉ 2:23, 21:11,mar 16:6)
๐Ÿ…พ๐ŸŒบ Walumaa galatti Kitaabni Qulqulluun seenaa  tokko
Hunda isaa hin bareessine
Fakkeenyaaf idduma kanatti barreffamaa sana #afaanii meeqan akka bareeffame #Maatewos fi #Maarqoos irraa darbanii jiruu. Garuu immoo #Luqaas fi #Yohaannis guutummaatti ibsanii jiruu.
(๐™ก๐™ช๐™ฆ 23:38* ๐™ฎ๐™ค๐™19:20) ๐™™๐™ช๐™—๐™—๐™ž๐™จ๐™ž
๐Ÿ‡๐ŸŒป kanafi wangeelonni yaada #muraasa qofaa barreessanii jiru inni tokko kutaa tokko yoo, bareesse inni tokko immoo kutaa dabalataa yoo, bareesse kuni rakkoo hin qabuu.
๐ŸฅฅYohaannis 21:25
Iyyaasus waan biraa baayสผee hojjeteera. Utuu #tokkoon_tokkoon isaanii #barreeffamanii jiraatanii silaa ani waan addunyaan mataan ishee iyyuu kitaabota barreeffaman sanaaf iddoo gaสผu qabdu hin seสผu
๐Ÿ‘‰แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 21:25
แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แ‹ซแ‹ฐแˆจแŒˆแ‹ แ‰ฅแ‹™ แˆŒแˆ‹ แŠแŒˆแˆญ แ‹ฐแŒแˆž แŠ แˆˆ #แˆแˆ‰_แ‰ แŠฅแ‹ซแŠ•แ‹ณแŠ•แ‹ฑ แ‰ขแŒปแ แˆˆแ‰ฐแŒปแ‰แ‰ต แˆ˜แŒปแˆ•แแ‰ต แ‹“แˆˆแˆ แˆซแˆฑ แ‰ฃแˆแ‰ แ‰ƒแ‰ธแ‹แˆ แ‹ญแˆ˜แˆตแˆˆแŠ›แˆ
๐Ÿ‘‰Faarfannaa 40:5
Yaa Waaqa koo,Ati wantoota dinqisiisoo hedduu nuuf gooteetta, Yaadawwan nuuf qabdus hedduu dha. Kan siin gitu tokko illee hin jiru; Ani waaสผee wantoota kanaa #himuu fi dubbachuuf utuun yaalee, #Lakkoofsi isaanii gita hin qabu

๐ŸŒบerga haala bareeffama kitaaba Qulqulluu akkasii ta'u hubbate immoo ยซ barreefamni fannoo gubbaa sanatti barreeffamee ยซ ๐™ž๐™ฎ๐™ฎ๐™–๐™–๐™จ๐™ช๐™จ ๐™ž๐™จ๐™– ๐™ฃ๐™–๐™–๐™ฏ๐™ž๐™ง๐™š๐™š๐™ฉ ๐™ข๐™ค๐™ค๐™ฉ๐™ž ๐™ฎ๐™ž๐™๐™ช๐™™๐™ค๐™ค๐™ฉ๐™–ยป
" kani jedhuu ta'a (๐‘ฆ๐‘œโ„Ž 19:19)

๐Ÿ‘Haaluma wali-fakkaata maatewos ,Maarqoos ,Luqaas
Iyyaasuus isa Naazireet kani jedhuu osoo hin ibsine biraa darbanii jiruu.Sababni inni guddaan Iyyaasuus isaa Naazireetitti ta'u isaa beekamaadha kayyoon himmata yihudoota mormii guddaa kani taโ€™e Kiristoos mootii yihudoota irratti wani taโ€™ef

๐ŸŒบMormii mursaa๐Ÿ‘‡
๐ŸฅฅMaarqoos 15:2
Philaaxosis, โ€œAti Mootii Yihudootaa tii?โ€ jedhee isa gaafate. Innis, โ€œAtumti iyyuu jette kaaโ€ jedhee deebiseef.
๐ŸฅฅYohaannis 19:3
gara isaatti dhihaataniis, โ€œYaa Mootii Yihudootaa, nagaan siif haa taสผu!โ€ jedhu turan. Akkasumas isa kabalu turan.
๐ŸฅฅMaatewos 27:42
Warra kaan oolcheera; ofii isaa garuu oolchuu hin dandeenye! Inni Mootii Israaสผeli; mee amma muka irratti fannifame irraa haa buสผu; nutis isatti ni amanna.
๐ŸฅฅYohaannis 19:21
 Dura buutonni lubootaa Yihudootaa garuu Philaaxosiin, โ€œโ€˜Ani Mootii Yihudootaa tiโ€™ akka inni jedhe barreessi malee, โ€˜Mootii Yihudootaaโ€™ jettee hin barreessinโ€ jedhan.
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
๐Ÿณ๐™ฌ๐™–๐™ก๐™™๐™– ๐™ ๐™–๐™ฃ๐™– ๐™๐™ค๐™ง๐™™๐™ค๐™›๐™ช ๐™ฎ๐™ค๐™ค,๐™—๐™–๐™ง๐™—๐™–๐™™๐™š ๐Ÿ‘‡๐™ญ๐™ช๐™ฆ๐™ž๐Ÿ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha