๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.38K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒนAti garuu ni #jiraatta
isaan hundi isaanii
akkuma uffataa
ni
#moofau
โœ
#แŠ แŠ•แ‰ฐ แŒแŠ• แŒธแŠ•แ‰ฐแˆ… แ‰ตแŠ–แˆซแˆˆแˆ…
แˆแˆ‰แˆ แŠฅแŠ•แ‹ฐ แˆแ‰ฅแˆต แ‹ซแˆจแŒƒแˆ‰
=Ibroota 1:11
=แ‹•แ‰ฅแˆซแ‹แ‹ซแŠ• 1:11
===//==//===
โ—ˆ
#Bagaa_Geessan
โœ Ibroota 1:11-12๐Ÿ‘‡
โœIsaan ni badu
ati garuu ni jiraatta
isaan hundi isaanii
akkuma uffataa ni moofau
๐Ÿ‘‰ati akkuma uffataas
isaan ni marmarta
isaanis ni
#jijjiiramu
#Ati garuu isuma sana #waggoonni kees
matumaa
#dhuma
hin qaban
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒปwaggaa
#haaraan
Akka jiruu yeroo ibsu
Kitaabni Qulqulluun
Akkasi jedha
=Waaqayyo fuulduraatti
Bari haaraan Maali
Fakkaataโ“

โœAti ni jirta,
โœWaggoonni kee
dhumaa Hin qabni
โœakkuma uffata
Ni marata
โœAti garuu isuma
Sana

๐ŸŒนerga Phaawuloos
Kan irraa kan
Hubbaannu garuu
Waaqayyo bara haaraa
Lakkawwun akka hin
barbaachisne ibsaโ€ผ๏ธ

โ—ˆ Haataโ€™u malee
Bara lakkaawama kan
Dhufe guyyaa Waaqayyo
#Sami fi lafaa Uume
Sana irraa akka taโ€™e ifa

โ—ˆHaataโ€™u malee
bartuu namaf uumamee
Namni baraaf
hin Uumamne
โ™จ๏ธMaarqoos 2:27-28
#Sanbatatu_namaaf uumame
malee
#namni Sanbataaf hin uumamne
#Kanaaf #Ilmi namaa Sanbataaf illee Gooftaa dha
โ›ณ๏ธ
#แˆฐแŠ•แ‰ แ‰ต แˆตแˆˆ แˆฐแ‹
#แ‰ฐแˆแŒฅแˆฎแŠ แˆ แŠฅแŠ•แŒ‚
#แˆฐแ‹ แˆตแˆˆ แˆฐแŠ•แ‰ แ‰ต แŠ แˆแ‰ฐแˆแŒ แˆจแˆ

#แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆแˆ แ‹จแˆฐแ‹ แˆแŒ… แˆˆแˆฐแŠ•แ‰ แ‰ต
แŠฅแŠ•แŠณ
#แŒŒแ‰ณแ‹‹ แŠแ‹ แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹
=แˆ›แˆญแ‰†แˆต 2:27-28

=Sanbata jechuun
Guyyoota jiran keessa tokko
Guyyoota tokoo(1) hanga
Guyya torba(7)
kan jiranidha
=guyyaa jiran kan
Walitti lakkoofsne
โœTorbe tokoo argana
โœtorbee afurii lakkoofsne
Ji'a tokko argana
โœ ji'a 12 lakkoofsne
Wagga tokko argana
๐ŸŒนkanafuu waggatu namaaf
Uumame male
Namni waggaaf hin
Uumamne.
Yoo,jeene sirriidha

โœyoo,akkasii taโ€™e immoo
Namni waggaa haaraa
iraatti Aangoo qaba
โ—ˆ Kanaafuu bara
Gammachu
Bara gaarii
Bara jaalala
Jeenne dubbanna
Malee,osoo nuuti
Bara irratti Aangoo
Hin qabnuu taโ€™e
Akkasi jechuu hin
Dandeenyu...

โœinni biraa Waaqayyo
Fuula duratti waggoonni.
Hundinu akkuma Uffata
Moofa ni taโ€™u jedha
โœyeroo akkasii jennu
Waggooni akkamitti
Akka uffata Moofaa
Tau danda'a.โ“โ“
=Haataโ€™u malee
Waaqayyo fulaa duratti
Bari hundinuu waliqixxeedha
Male bari kaleessa Moofaa
Tae bari itti anu haaraadha
Hin jedhamu

โ—ˆsababi Kitaabni akkasii
Jedhe immoo Waaqayyof
Bara lakkaawuun akka
Hin danda'amne ibsuuf
Akkasi jedhamee
โ—ˆyookiin waqqayyo bara
Kanas, bara biraas inni
Isuma sana wanii taโ€™ef
=far_Daawit 102:25-27

โ—ˆ"namni foonii
Waani qabuuf
Qorumsa hedduu
Keessa osoo jiraatu
Bara haaraa gochuu
Dide bara mooraa
Keesaa jira yeroo
Hunduma

โ™ˆ๏ธ fakkeenya tokko
#Dubarti yeroo dheeraadhaaf
Bara Moofaa keessa jiracha
Ture,
Bara tokko immo bara haaraa
Jirachun qaba jeette akkuma
Yaada ishee bara haaraa
Jiraate tokko,
Kitaabni Qulqulluun
Haala kanaa seenaa
Ishe nuuti hima.


โœ=kutaa 1-ffaa