🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.36K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
πŸ‡ π™œπ™–π™§π™—π™žπ™˜π™π™– (π‘¦π‘˜π‘›) π™©π™–π™Ÿπ™–π™–π™Ÿπ™žπ™‘π™–πŸ‘‡
✍Tajaajila yookiin Garbicha jechuun Afaanii Giriikiitiin
#δούλους (Duulosi) jedhama.
Yeroo tokko tokko immoo
#παίδά (paiidaa) jedhama.
➻ amma garuu δούλους/δοῦλος fayyadamna.
🌺 π‘›π‘Žπ‘šπ‘›π‘– π‘Žπ‘˜π‘˜π‘Žπ‘šπ‘–π‘‘π‘‘π‘–
#π‘”π‘Žπ‘Ÿπ‘π‘–π‘β„Žπ‘Žπ‘Ž π‘¦π‘œπ‘œπ‘˜π‘–π‘› #π‘‘π‘Žπ‘—π‘Žπ‘Žπ‘—π‘–π‘™π‘Ž π‘€π‘Žπ‘Žπ‘žπ‘Žπ‘¦π‘¦π‘œπ‘œ π‘—π‘’π‘‘β„Žπ‘Žπ‘šπ‘Ž....❓❓
β“΅βž»
#𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚒𝚒𝚘 πšŠπš”πš”πšŠ πš’πšœπšŠπšŠ #πšžπšžπš–πšŽπšŽ πš”πšŠπš—πš’ πšŠπš–πšŠπš—πšžπšž 𝚒𝚘𝚘 𝚝𝚊𝚎.
β“Άβž»
#πšπšŠπš›πšŠπšŠ 𝚐𝚞𝚞𝚝𝚞𝚞 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚒𝚒𝚘 πš”πšŠπš—πš’ #πš“πšŠπš•πšŠπšπšž.
β“·βž»
#πšπšžπš‹πš‹πš’ πšπš’ #πšŠπš“πšŠπš“πšŠ 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚒𝚘 πš”πšŠπš—πš’ 𝚎𝚎𝚐𝚐𝚞𝚞
β“Έβž»
#πšπšžπšπš‘πšŠπšπšŠπš–πšŠ πš”πšŠπš—πš’ πššπšŠπš‹πšž 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚒𝚒𝚘 πš‹πš’πš›πšŠπšπš’

❢➻Isayaas 44:21
Ati
#tajaajilaa(Garbicha) koo waan taateef Yaa Yaaqoob, yaa IsraaΚΌel, wantoota kana yaadadhu Ani si #tolcheera, ati tajaajilaa(garbicha) koo ti Yaa IsraaΚΌel, ani si hin irraanfadhu.

❷➻Sera.Uumama 26:24
Halkan sana waaqayyo isatti mulΚΌatee, β€œAni Waaqa abbaa kee Abrahaami. Ani sii wajjin waanan jiruuf hin sodaatin;
#Abrahaam_tajaajilaa(garbicha) kootiif jedhee sin eebbisa, sanyii kees nan baayΚΌisa” isaan jedhe.

❸➻Seera.Lakkoofsa 12:8
Ani fuulaa fuulatti, karaa namaaf hin galleen utuu hin taΚΌin ifatti isatti nan dubbadha; inni fuula waaqayo ni arga. Maarree isin
#tajaajilaa(garbicha) koo #Musee mormitanii dubbachuu kan hin sodaanne maaliifi?”

❹➻Sera.lakkoofsa,14:24
#Tajaajilaan koo #Kaaleb garuu ilaalcha adda taΚΌe waan qabuuf, akkasumas garaa guutuudhaan ana duukaa waan buΚΌeef, ani dhugumaan biyya inni dhaqee ture sanatti isa nan galcha; sanyiin isaas ishii ni dhaalu.

❺➻2 Samuel 7:5
Dhaqi
#tajaajilaa(Garbicha)koo #Daawitiin akkana jedhi Waaqayo akkana jedha: β€œAti mana ani keessa jiraadhu naaf ijaaruu qabdaa?

❻➻isaayaas 43:10
Waaqayyoo akkana jedha: β€œIsin dhugaa baatota koo ti, Eeyyee,
#tajaajilaa koo #isan filadhe dha; Kunis, isin akka beektanii fi akka natti #amantaniif, Ani isuma taΚΌuu koos akka hubattaniifi. Ana dura Waaqni bira hin jiru Ana boodas hin jiru.

❼➻Maatewos 25:23
Gooftaan isaas
#Garbicha(Tajaajila)gaarii fi amanamaa nana, baΚΌeessa goote! Ati wantoota muraasa irratti amanamaa taateetta. Ani immoo wantoota hedduu irratti sin muuda. Gara gammachuu gooftaa keetti seeni’ isaan jedhe.

❽➻Yohaannis 15:20.
Wantan isinitti hime kana yaadadhaa
#Garbichi tokko gooftaa isaa hin caalu. Isaan na ariΚΌataniiru yoo taΚΌe, isiniinis ni ariΚΌatu; dubbii koo eeganiiru yoo taΚΌe, dubbii keessanis ni eegu.

❾➻Yaaqoob 1:1
Yaaqoob isa
#garbicha_Waaqayyoo fi #garbicha_Gooftaa Iyyaasus Kiristoos taΚΌe irraa, gosoota 12n warra bakka adda addaatti bittinnaaΚΌaniif: Nagaan isiniif haa taΚΌu!

❿➻Sera.Uumama 18:3
Achiis akkana jedhe: β€œYaa waaqayyo, si duratti fudhatama argadheera yoon taΚΌe, maaloo, ana
#tajaajilaa kee bira hin darbin.

❢❢➻Kitaba-Nahimiya 9:14
Sanbata kee isa qulqulluu isaanitti ni beeksiste; karaa
#tajaajilaa kee #Musees #ajajawwan, #dambiiwwanii fi #seera isaaniif ni kennite.
πŸ‘‡π”€π”žπ”―π”ž Tπ”’π”©π”’π”€π”―π”žπ”ͺπ”ͺπ”ž Kπ‘œπ‘œπ‘‘π‘ŽπŸ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha