๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.41K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒนibidda fuudhi
โžชโ–ฝ แŠฅแˆณแ‰ต แ‹แˆฐแ‹ต
=Raji _Hisqi'el 10:6
=แˆ•แ‹แ‰…แŠคแˆ 10:6
โœงโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโœง
โ™จ๏ธBagaa_Geessan(19)
Ayyaanna Ergama Qulqulluu
Gabra'el..

โžชgochaa dinqisiisaa Ergama
Gabra'el hojjatee keessa muraasa isaa
โžชeebbi isaa hundumaa keenya wajjin Haataโ€™u Ameen.

=โ™จ๏ธ โœฆ ibida fudhi
โœฆโžชjecha kan kana dubbatee Waaqayyo dha
โœฆโžชibidda immoo kan fudhuu eegama Gabra'eli dha
โœฆโžช dubbi kan immoo kan dhaga'e Hisqi'el

โ–ฝโžช Haataโ€™u malee
#Gabra'eeli tti ibidda kan keenne immoo kirubeelii,, #kirubeelii irraa harka guutuu fudhe, Gabra'eelin
isaa booda Waaqayyo ibidda samii irraa namoota gadi facaasi jedheenii

โœฆ=Gabra'eelin garuu yeroo kanaa akka Waaqayyo jedhee sana hin goonee hanga waggaa 7 tti ibidda harkaa isatti qabatee
โœฆ =Kana irratti ergamoonni hanga namaf Waaqayyo kadhatanii ibsaa malee yeruma sana ibidda gadi lakkisuu ni danda'a turee,garuu innii akkasii hin gone (his 10:1-15)

โžชiddoo ibidi itti gadi lakkifamuu Iyarusalemi ykn (Israa'el) turee* namoota gochaa hamma hojjatan irratti

โ™จ๏ธ Sababin isaa yeroo sanatti cubbu guddaa hojjatan

1โžชwarri
#dhiraa namoota 70 ta'an xaawotti waaqeessa
(his:8:11)
2โžช namoonni 25 kan ta'an
#aduu,dhaf,sagadan
(his 8:16)

3โžชdubartoonni immoo xaawoti maqaa isaa
#Tamuzi jedhamuu waqeessan,isaafi bo'aan
( his:8:14)
4โžชnamoota baay'ee wani ajjeessanif
(his 8:12,9:6

5โžชWaaqayyo mallattoo argisiisuu didee wanii jedhaniif
(his 9:9)
6โžชbiqiltuu baala qabu muranii
#urgooftuu jedhanii ishii,funyaan isanitti godhan waqeessan,
(his 8:17)
โœ=ergaa isaan kan godhanii Waaqayyo ergamoota 7 isanitti erge
1โžชErgama Qulqulluu Mikaa'el
2โžชErgama,Qulqulluu Gabra'el.
3โžชErgama Qulqulluu ura'el
4โžชErgama Qulqulluu Ruufa'el
5โžชErgama Qulqulluu fanuel
6โžชErgama Qulqulluu saquel
7โžชErgama Qulqulluu Afani'.

โžชWaaqayyo ergamoota kan dura ergamaa Gabra'el ergee namoota hojjii gaarii hojjatan fi hin hojjanne addaan basi mallattoo itti godhi,jedhee isaa,booda
Ergamonni 6 hafan namoota hedduu ajjeesan,.
isaa booda,Waaqayyo yeroo lamaffaa ibida samii irraa itti gadi facasi jedhee haala kan turee
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Kanaaf adaba isaan irraa gahee
1 โžค
#harki hundinuu dadhabaa in ta'a,humni hundinuus akka bishaan in ta'a (hiq 7:17)
=
#แŠฅแŒ… แˆแˆ‰ แ‰ตแ‹ฐแŠญแˆ›แˆˆแ‰ฝ แŒ•แˆแ‰ แ‰ตแˆ แˆแˆ‰ แŠฅแŠ•แ‹ฐ แ‹แŠƒ แ‰ตแ‰€แˆแŒฃแˆˆแ‰ฝ
(แˆ•แ‹แ‰…แŠคแˆ 7 :17)
2โžคcubbuu isaanii gufuu isaanitti ta'eef,
#nyaatanii beela hin ba'an, garaa isaaniis hin gutamuu (his 7:19)
=แŠฅแˆญแˆฑ แ‹จแŠƒแŒขแŠ แ‰ณแ‰ธแ‹ แ‹•แŠ•แ‰…แ‹แ‰ต แˆ†แŠ–แŠ แˆแŠ“ แˆฐแ‹แŠแ‰ณแ‰ธแ‹แŠ• แŠ แ‹ซแŒ แŒแ‰กแˆ
#แˆ†แ‹ณแ‰ธแ‹แŠ•แˆ แŠ แ‹ญแˆžแˆ‰แˆ
(แˆ•แ‹แ‰…แŠคแˆ 7 :19)
3โžคโ€œAla seefi jira, keessa immoo dha'ichaa fi beelatu jira; isa ala jiru seefin in ajjeesa, isa magaalaa keessa jiru beellii fi dha'ichi in fixa(his 7:15)t
=
#แˆฐแ‹ญแ แ‰ แ‹แŒญ แ‰ธแŠแˆแˆญแŠ“ แˆซแ‰ฅ แ‰ แ‹แˆตแŒฅ แŠ แˆˆแค แ‰ แˆœแ‹ณ แ‹ซแˆˆแ‹ แ‰ แˆฐแ‹ญแ แ‹ญแˆžแ‰ณแˆแฅ แ‰ แŠจแ‰ฐแˆ›แˆ แ‹ซแˆˆแ‹แŠ• #แ‰ธแŠแˆแˆญแŠ“ แˆซแ‰ฅ แ‹ญแˆแŒแ‰ณแˆ(แˆ•แ‹แ‰…แŠคแˆ 7:15)
4โžค isaan
#nagaa in barbaadu; garuu nagaan tokko illee hin jiru
(His 7:25)
= แŒฅแ‹แ‰ต แˆ˜แŒฅแ‰ถแŠ แˆ
#แˆฐแˆ‹แˆแˆ แ‹ญแˆปแˆ‰ แŠฅแˆญแˆฑแˆ แŠ แ‹ญแŒˆแŠแˆ (แˆ•แ‹แ‰…แŠคแˆ 7:25)
5โžค
#badiisi badiisa irratti dabalama, #oduunis oduu duukaa bu'u, isaan raajii biraa mul'ata in barbaaddatu; garuu seerri luboota harkaa, gorsis jaarsolii harkaa in bada(his 7:26)
=
#แ‹ตแŠ•แŒ‹แŒค แ‰ แ‹ตแŠ•แŒ‹แŒค แˆ‹แ‹ญ แ‹ญแˆ˜แŒฃแˆแฅ #แ‹ˆแˆฌแˆ แ‹ˆแˆฌแ‹แŠ• แ‹ญแŠจแ‰ฐแˆ‹แˆแฅ แŠจแŠแ‰ขแ‹ฉแˆ แ‹˜แŠ•แ‹ต แˆซแ‹•แ‹ญแŠ• แ‹ญแˆปแˆ‰แค #แŠจแŠซแˆ…แŠ‘แˆ แ‹˜แŠ•แ‹ต #แ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ตแฅ แŠจแˆฝแˆ›แŒแˆŒแ‹Žแ‰ฝแˆ แ‹˜แŠ•แ‹ต แˆแŠญแˆญ แ‹ญแŒ แ‹แˆ(แˆ•แ‹แ‰…แŠคแˆ 7:26)
6โžคisin seefi sodaattaniittu; anis seefi isinitti nan fidaโ€ jedha
#Waaqayyo gooftaan kana
dubbateera(his 11:8)
=
#แˆฐแ‹ญแแŠ• แˆแˆญแ‰ณแ‰ฝแŠ‹แˆ แŠฅแŠ”แˆ แˆฐแ‹ญแแŠ• แŠ แˆ˜แŒฃแ‰ฃแ‰ฝแŠ‹แˆˆแˆแฅ แ‹ญแˆ‹แˆ แŒŒแ‰ณ แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ
(แˆ•แ‹แ‰…แŠคแˆ 11:8)t
๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป
Tolumaan waaqyyoo
#guddaa waaniin taโ€™ef immoo dhifama isaniif godhee jira

1โžคEgaa isaan deebi'anii xaawoti tolfamoo fi wanta
#xurawa hundumaa achi keessaa in baasu
Ani
#laphee_haaraa isaaniif nan kenna; #Affuura haaraas isaan keessa nan kaa'a; #laphee isa akka #dhagaa isaan keessaa baasee laphee isa akka #foonii isaaniif nan kenna
(his 11:18-19)
=๐ŸŒปแ‹ˆแ‹ฐแ‹šแ‹ซแˆ แ‹ญแˆ˜แŒฃแˆ‰แฅ
#แŒธแ‹ซแ‰แŠ•แŠ“ แˆญแŠฉแˆฑแŠ•แˆ แŠแŒˆแˆญ แˆแˆ‰ แŠจแŠฅแˆญแˆตแ‹‹ แ‹ซแ‹ˆแŒฃแˆ‰แข

แ‰ แ‰ตแŠฅแ‹›แ‹œแˆ แ‹ญแˆ„แ‹ฑ แ‹˜แŠ•แ‹ต แแˆญแ‹ดแŠ•แˆ แ‹ญแŒ แ‰ฅแ‰แŠ“ แ‹ซแ‹ฐแˆญแŒ‰ แ‹˜แŠ•แ‹ต แŠ แŠ•แ‹ต แˆแ‰ฅ แŠฅแˆฐแŒฃแ‰ธแ‹‹แˆˆแˆแฅ แ‰ แ‹แˆตแŒฃแ‰ธแ‹แˆ
#แŠ แ‹ฒแˆต แˆ˜แŠ•แˆแˆต แŠฅแˆฐแŒฃแˆˆแˆแฅ แŠจแˆฅแŒ‹แ‰ธแ‹แˆ แ‹แˆตแŒฅ #แ‹จแ‹ตแŠ•แŒ‹แ‹ฉแŠ• แˆแ‰ฅ แŠ แ‹ˆแŒฃแˆˆแˆ #แ‹จแˆฅแŒ‹แŠ•แˆ แˆแ‰ฅ แŠฅแˆฐแŒฃแ‰ธแ‹‹แˆˆแˆ แŠฅแŠแˆญแˆฑแˆ แˆ•แ‹แ‰ฅ แ‹ญแˆ†แŠ‘แŠ›แˆ #แŠฅแŠ”แˆ แŠ แˆแˆ‹แŠญ แŠฅแˆ†แŠ“แ‰ธแ‹‹แˆˆแˆ (แˆ•แ‹แ‰…แŠคแˆ 11:18-20)
2โžค isaan akka seerrata kootti in adeemu, wanta na duratti Qulqulluu ta'es in eegu isaan
#saba koo in ta'u, anis #Waaqayyo isaanii nan ta'a
(his 11:20)
โœฆโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโœฆ
Kadhannaa Qulqulloota humna qaba wanii taโ€™ef
Eebbi Qulqulleeti
#Iyaaluxa fi Qirikoosii nu,fanaa Haataโ€™u
Ameen
๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
๐ŸŒน๐Ÿ€kutaa_17ffยชยช๐Ÿ€๐Ÿ€๐ŸŒบ๐Ÿ“Gaaffi fi Deebi๐Ÿ“
โ—ˆMusiliimoota
--------------------------------
โœYohaannis 7:16
Iyyaasuus akkana jedhee isaaniif deebise:
Wanti ani
#barsiisu
kan isa na erge sanaa ti
malee kan koo miti.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ—ˆ Gaaffiin isaanii
Kiristoos Barumsa
isaa mitii ,kani Abbaatii
Osoo kani isaa taโ€™e kiyya
Jechuu qaba turee ....โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
=Deebi keenya
โœ lakki kanuma isati
๐Ÿ‘‰Ragaa kitaaba
Qulqulluu

1=โœMatewoos 7:24
Namni
#dubbii_koo
kana dhagaee hojii irra oolchu,nama hubataa mana isaa
#qarsaa
irratti ijaarrate fakkaata.
_๐Ÿ“dubbii kiyya jedhe jira
Kanafuu ,kan Abbaa hin jennee ,
โ—ˆ mana kani jedhamee
#Qaama_namatii malee
Mana muka ykn,sibiilaan
Ijaaranii miti.
=1Qorontos 3:16_17
#Isin_mataan keessan #mana_Qulqullummaa Waaqayyoo akka taatanii fi
Afuurri Waaqayyoo akka
isin keessa jiraatu hin beektaniiโ“

Namni kam iyyuu mana Qulqullummaa Waaqayyoo yoo diige, Waaqayyo isa ni diiga; sababiin isaas
manni qulqullummaa Waaqayyoo
Qulqulluu dha, manni qulqullummaa
sunis isini.
โ—ˆ
#Qarsaa kan jedhamee
Kiristoos

1Qorontos 3:11
bu'uura isa kaaame,
jechuunis Iyyaasuus Kiristoosiin alatti namni kam iyyuu bu'uura kan biraa kaa'uu hin dandau.

Efesoon 2:20
#bu'uura Ergamootaa fi Raajotaa irratti ijaaramtaniittu;
#dhagaan golee inni bu'uura tae immoo
Kiristoos Iyyaasusi dha.
====
2=โœ Yohaannis 16:15
Wanti
#Abbaan qabu #hundi kan koo ti. #Inni wanta kan koo ta'e irraa fudhatee isinitti beeksisa kanan jedhes kanumaafi.
๐ŸŒนkanafuu dubbii Abbaa,hundii kan Kiristoos
Dubbi Kiristoos hundi,kan abbaatti,
----------------------------
"garuu Kiristoos osoo
Dubbii kuni kani isaa
Taโ€™e jiruu ,kan Abbaati
Jechuun ,isaa yihudoonni
Kiristoos Waaqayyo ta'u
Isaa wanii hin beekneef

โ—ˆ kanafuu jalqabaa Waaqayyo Abbaa
,yoo beekan ,akkuma salphaatti
Kiristoos Waaqayyo ta'u isaa beekuu jechudha

โ—yoomi iyyuu yoo,taโ€™e
Abbaa beekanii jechuun
Kiristoos beekan jechudha

1Yohaannis 2:23
Ilma(Kiristoos) kan
ganu hundi Abbaas
immoo hin qabu.
#Ilma amanee kan fudhatu #hundi garuu #Abbaas qaba.
=1 แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 2:23
#แ‹ˆแˆแ‹ตแŠ• แ‹จแˆšแŠญแ‹ต แˆแˆ‰ แŠ แ‰ฅ แŠฅแŠ•แŠณ แ‹จแˆˆแ‹แˆแค แ‰ แ‹ˆแˆแ‹ต แ‹จแˆšแ‰ณแˆ˜แŠ• แŠ แ‰ฅ แ‹ฐแŒแˆž #แŠ แˆˆแ‹
โœ Yohaannis 8:19
Isaanis, โ€œ
#Abbaan kee eessa jiraโ“โ€
jedhaniin.
#Iyyaasuus, โ€œIsin #Anas ta'e #Abbaa koo hin #beektan.
๐Ÿ‘‰
#Utuu ana
beektaniittu taee, Abbaa koos nibeektu turtanโ€ jedhee deebiseef.
๐ŸŒนKiristoos beekuu
Jechuun Abbaa beekuu
Jechudha.

โœ2Yohaannis 1:9
#Namni_barumsa Kiristoos irra darbee deemuu fi isatti hin jiraanne hundi #Waaqayyoon hin qabu.

๐Ÿ‘‰
#Namni barumsa
kanaan jiraatu,
#inni Abbaa fi #Ilma qaba

2 แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 1:9
#แˆˆแˆšแ‹ˆแŒฃ แˆแˆ‰ แ‰ แŠญแˆญแˆตแ‰ถแˆตแˆ #แ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แˆˆแˆ›แ‹ญแŠ–แˆญ แˆฐแ‹ แŠ แˆแˆ‹แŠญ แ‹จแˆˆแ‹แˆ

๐Ÿ‘‰
#แ‰ แŠญแˆญแˆตแ‰ถแˆต แ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แˆˆแˆšแŠ–แˆญ #แŠ แ‰ฅแŠ“_แ‹ˆแˆแ‹ต แŠ แˆ‰แ‰ต
โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—
"kanafuu dubbii Kiristoos
Hundi kan abbaatti
"dubbii Abbaa hundii
Kan Kiristoos yeroo
Jennuu Kanumaa ibsaa
=================
๐Ÿ“ragaa dabalataa
Dubbisuu yoo,
Barbaadanii
โœKutaa_12ffaa
โœKutaa_15ffaa
Dubbisa
----------------------------
๐ŸŒนlink kan fayyadama
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
======//=====