๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
48 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
โฏ๐ŸŒนkutaa_20ffยชยชโฏ๐ŸŒน
=๐Ÿ“Gaafi fi Deebi๐Ÿ“=
๐ŸŒนMusiliimoota๐Ÿ‘‡
โœ Yohaannis 7:40
#Namoota sana keessaa
warri kana dhagaan tokko tokko,โ€œDhuguma iyyuu
kun
#Raajicha dhaโ€
jedhan.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โฏ Gaaffii isaanii
Kiristoos Raajii dha
Jedhuu....โ“
โฉ deebi keenya
Kiristoos Kiristoos foonii
Nama uffatee wanta dhufee,
1=Nama tokko
Tokkooti,raajii fakkata
2=Namoota tokko tokkoti
Immo samii irraa wani dhufee Kiristoos fakkata
================
โฏRagaa kitaaba

โœseera keesaa
Deebi 18:15
#Waaqayyo gooftaan keessan isin #gidduudhaa, #obboloota keessan keessaa, #raajii akka kootii isiniif in kaasa; isin isaaf dhaga'aa
โœแ‹˜แ‹ณแŒแˆ 18 :15
แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แŠจแŠ แŠ•แ‰ฐ แˆ˜แŠซแŠจแˆ แŠจแ‹ˆแŠ•แ‹ตแˆžแ‰ฝแˆ… แŠฅแŠ•แ‹ฐ แŠฅแŠ” แ‹ซแˆˆ
#แŠแ‰ขแ‹ญ แ‹ซแˆตแŠแˆฃแˆแˆƒแˆแค แŠฅแˆญแˆฑแŠ•แˆ แ‰ณแ‹ฐแˆแŒฃแˆˆแˆ…
=kanafuu namoonni
Kuni sababa kanafis Raajii dha. Jedhuu
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โฏ namoonni tokko tokko
Immo sababa
#Kiristoos
Jedhani immoo

โœ Raajii mikiyaas 5:2
Ati immoo yaa mandara
#Betlihem-Efraataa, mandaroota Yihudaa warra gurguddoota keessaa ati ishee xinnoo dha; #Israa'elin kan #mo'u(bulichu)_tokko si keessaa anaaf in ba'a; hundeen isa si keessaa ba'uuf jiruus kan #bara durii durii bara baraa ti

แˆšแŠญแ‹ซแˆต 5 :2
แŠ แŠ•แ‰บแˆ
#แ‰คแ‰ฐ แˆแˆ”แˆ แŠคแแˆซแ‰ณ แˆ†แ‹ญแฅ แŠ แŠ•แ‰บ แ‰ แ‹ญแˆแ‹ณ แŠ แŠฅแˆ‹แ‹แ‰ต แˆ˜แŠซแŠจแˆ แ‰ตแˆ†แŠš แ‹˜แŠ•แ‹ต แ‰ณแŠ“แˆฝ แŠแˆฝแค แŠจแŠ แŠ•แ‰บ แŒแŠ• แŠ แ‹ˆแŒฃแŒก แŠจแ‰€แ‹ตแˆž #แŒ€แˆแˆฎ แŠจแ‹˜แˆ‹แˆˆแˆ แ‹จแˆ†แŠแฅ แ‰ แŠฅแˆตแˆซแŠคแˆแˆ แˆ‹แ‹ญ #แŒˆแ‹ฅ แ‹จแˆšแˆ†แŠ• แ‹ญแ‹ˆแŒฃแˆแŠ›แˆแข
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โฉ kana booda yaadaa
Kitaaba keessa jiruu ilaala

โœYohaannis 7:37_44
Guyyaa dhumaatti, jechuunis guyyaa
#ayyaanichaa isa guddaatti
#Iyyaasuus(kiristoos)
dhaabatee
#sagalee isaa oli fuudhee akkana jedhe: โ€œ #Namni dheebote yoo jiraate, gara koo dhufee
haa dhugu.

Akkuma
#Kitaabni
Qulqulluun jedhu, anatti kan
#amanu hundi: โ€˜ #Lagni bishaan jireenya kennuu isa keessaa
ni yaaa.โ€™โ€

Haatau malee, inni kana kan dubbate waaee lubbuu(hafuura) isa warri isatti amanan argachuuf jedhan sanaa ture;

sababiin isaas amma iyyuu Affuurri gadi hin bunne turee

#Namoota sana keessaa
warri kana dhagaan tokko tokko,โ€œDhuguma iyyuu kun
#Raajicha dhaโ€
jedhan.

Kaan immoo, โ€œKun
#Kiristoosiโ€ jedhu turan. Tokko tokko tokko garuu akkana jedhu turan: โ€œKiristoos Galiilaadhaa ni dhufaa?

Kitaabni Qulqulluun Kiristoos
#sanyii Daawit keessaa, akkasumas
#Beetaliheem ganda Daawitii akka
dhufu ni dubbata mitii?โ€

Kanaaf, isa ilaalchisee namoota sana
gidduutti
#waliqoqqooduun ni uumame.
Isaan keessaa tokko tokko
isa qabuu kan barbaadan taus, namni tokko illee isa hin qabne.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โฏ kanafuu namoonni
Tokko Erga kiristoos
raajii dha jedhee
Yaada lamaffaa namoonni
Kiristoos jedhanii sana
Fudhachuu qaba

โฉ isaa booda raajii fi Kiristoos kan jedhuu
Garagarumma isa
Ibsuu qaba.akkasumas
Tokkummaa isa

=raajii jechuun akkuma
Kiristoos akkuma rajoota
Foonii uffachuu ibsuuf
โฏ Kiristoos yeroo jennuu
Samii irraa dhufuu ibsuu
Kunis samii irra dhufee
Sanyii Daawit irraa dhalachuu kan ibsuu
Ta'a.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒนlink kan fayyadama
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====//====