๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒนAkkuma #Museen
lafa onaa keessatti
bofa
#fannise
#ilmi namaas
#fannifamuu qaba
โžข kunis, isatti kan
amanu hundi jireenya
bara baraa akka
qabaatuuf

๐ŸŒป
#แˆ™แˆดแˆ แ‰ แˆแ‹ตแˆจ แ‰ แ‹ณ
#แŠฅแ‰ฃแ‰ฅแŠ• แŠฅแŠ•แ‹ฐ แˆฐแ‰€แˆˆ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ
#แ‰ แŠฅแˆญแˆฑ แ‹จแˆšแ‹ซแˆแŠ• แˆแˆ‰ #แ‹จแ‹˜แˆ‹แˆˆแˆ แˆ•แ‹ญแ‹ˆแ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ฒแŠ–แˆจแ‹ แŠฅแŠ•แŒ‚ แŠฅแŠ•แ‹ณแ‹ญแŒ แ‹ #แ‹จแˆฐแ‹ แˆแŒ… #แ‹ญแˆฐแ‰€แˆ แ‹ญแŒˆแ‰ฃแ‹‹แˆ
โžขYohaannis 3:14-15
โžขแ‹ฎแˆแŠ•แˆต 3 :14-15
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
=
#kutaa_3-ffaa
โ—ˆ Duubi fannoo
โ—ˆakka eeyyema
Waaqayyottin
1โž›museen Maaliif bofa
fanisuu isaa barbaachise _โ“
2โž›Musee bofa meeqa
Fannise=____โ“
3โž›Museen bofaa lubbuu
Qabu dhisee, maalif bofaa.
#Siibila diimaa irraa tolche
Fannise=_________โ“

====||====||====
โ—ˆ jalqabaa dura
Jecha kan kan dubbate
#Waaqa keenyaa Kiristoos
โ—ˆiddoo kana irratti
Kiristoos fakkeenya
Musee kan dubbaate
Fannoon Kiristoos
Akkuma wanta salphaa
Osoo hin tanee karaa
Raajotan dubbatame itti
#fayyadama akka turan
ifa,Gochuuf

โ—ˆakka fakkeenyati
rajji Muse Qofa yaa
fudhannuu malee
Raajooni
#hundinuu
dubbatanii Jiru

โœraajoonni hundinuu
Akka wa'ee fannoo
dubbatan Kitaaba
#Qulqulluu raga qabna

โœYoh 5:39๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰isin
#Kitaabota #Qulqulluudhaan jireenya
bara baraa arganna jettanii waan yaaddaniif kitaabota
sana
#qorattu
#kitaabonni kunis
#waaee dhuma koo
dhugaa bau

โ—ˆแ‹ฎแˆแŠ•แˆต 5 :39๐Ÿ‘‡
#แŠฅแŠ“แŠ•แ‰ฐ #แ‰ แˆ˜แŒปแˆ•แแ‰ต แ‹จแ‹˜แˆ‹แˆˆแˆ
#แˆ•แ‹ญแ‹ˆแ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ณแˆ‹แ‰ฝแˆ แ‹ญแˆ˜แˆตแˆ‹แ‰ฝแŠ‹แˆแŠ“ แŠฅแŠแˆญแˆฑแŠ• #แ‰ตแˆ˜แˆจแˆแˆซแˆ‹แ‰ฝแˆ #แŠฅแŠแˆญแˆฑแˆ แˆตแˆˆ #แŠฅแŠ” #แ‹จแˆšแˆ˜แˆฐแŠญแˆฉ แŠ“แ‰ธแ‹

๐ŸŒนKanaafuu Kitaabni
hundinuu wa'e kiristoos
Ibsu Jedhuu isaatii

๐ŸŒป gara mataduree
Keenya yoo
deebinuu immo

๐ŸŒปfannoo Kiristoos
Raaji Muse akkamitti
ibsame kan jedhu ilaala

๐ŸŒปSer.lakkofsa21:4-9๐Ÿ‘‡
israa'eloonni naanna'anii
biyya
#Edoomi bira darbanii adeemuudhaaf tulluu Heromniii ka'anii karaa galaana #diimaa dhaquf ni deeman garuu karaa irratti baayye ni dadhaban
#Sababa Kanaafi Akkasi jedhan #Lafa onaatti akka dhumnuuf biyya #Gibxii keessaa nu baaftaniiโ“
โ—ˆ Buddeenni hin jiruโ“
โ—ˆ bishaan hin jiruโ“
โ—ˆ nus nyaata kan jibbineโ€ผ๏ธ jedhanii
#Waaqayyoo fi #Musee irratti in dubbatan
yeroo kanati Waaqayyo yommus
#bofoota isaan gidduutti in erge
bofoonni isaan
#iddan(cininan) isaan keessaa #namoonni baay'een in #du'an Kana irratti jarri #Musee bira dhufanii
Nuyi Waaqayyo irratti
si iraati cubbu hojjane
#bofoota kana nu irraa akka #deebisuuf Waaqayyoon nuuf #kadhadhu jedhan
Museenis jaraaf in kadhate Waaqayyo immoo Museedhaan "Bofa
#Nasaa irra tolchii
#Mukati fannisi
#Namni bofni #idde gara isaa yoo #ilaale in #fayya" jedhe. Museen ni hojjate namni bofni idde hundinuu, gara bofa #nasaa irraa tolfame sanaa yeroo ilaaletti in fayyanii

๐ŸŒนqabxii hubbachu qabnuu
Bofa
#lama jiraachuu isatti

=1=tokkoffan bofaa lubbuu
Qabu isaa Namoota hidee.
Ajjeesse.

=2=inni lamata bofa lubbuu
Hin qabnee isaa Naasa irraa
Hojjatame,namoota fayyise
๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป

โœFakkeenyaa bofaa
Lubbu qabuu isaa
qoricha
#Nama ajjeesuu

=1=โœbofti qoricha ofii
keessa.Qabu inni
nama ajjeesee
โž›fakkeenyi isaa
#Seexanaa
Ykn
#Daabiloos dha

โ—ˆ Mulโ€™ata Yoh 12:9๐Ÿ‘‡
#jawwee guddaan sun
jechuunis
#bofti inni jalqabaa, inni #Diyaabilosii fi Seexana jedhamu, inni guutummaa
lafaa dogoggorsu sun gadii darbatame; inni gara
lafaatti gad darbatame Ergamooni/maleekonni
isaas isaa wajjin gadi darbataman

=2=โœbofti lubbuu qabu
suni Qoricha nama ajjeesuu
Qoricha kan jedhame soba fi cubbudha

โ—ˆYoh 8:44๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰isin kan
#abbaa
keessan kan Diyaabilosi
fedha abbaa keessaniis
raawwachuu barbaaddu
inni jalqabumaa kaasee
kan
#nama_ajjeesu ture dhugaan isa keessa
waan hin jirreefis dhugaatti jabaatee hin dhaabanne
inni
#sobduu fi abbaa sobaa waan taeef, soba yommuu dubbatu ofii isaa keessaa baasee dubbata
=inni jalqabaa nama
Ajjeessa turee jechuun
Jalqaba Addaami kan
Dogogora soba itti
Dubate isaa Waani ta'ef (ser.Uum3:1-5)

=3=โœfakkeenyi biraa
bofti inni qoricha nama
ajjeesuu
#Adaami
=Maalif sababa Addaamiif
Namoota jiran hundi
#cubbuu
Isaan du'an yookiin
isatu sanyii isaa
ajjeesee (1 Qor 15:49)
====||===||====

โœ Yaada yoo qabatanii๐Ÿ‘‡
#Gutema123

โœ kan channeel ๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha

โœ
#kutaa_4-ffaa๐Ÿ‘‡