โ Ulfina #Waaqayyo biraa argamu caalaa
ulfina #namoota biraa
argamu waan jaallataniif ture
= #แจแฅแแแ แฅแแญ แญแฅแญ
แญแแ
#แจแฐแแ แญแฅแญ แแฐแแแ
=Yohaannis 12:43
=แฎแแแต 12 :43
====//=====
#sirna_qidase guyyaa
Kan =6/1/2014)
โkitaaba Yohaannis
12:36-50
=Haataโu malee, nuuti
Lakkoofsaa 34 irraa
eeggala,
โ Achiis namoonni
hedduun sun deebisanii
โNuti #Kiristoos bara
baraan akka jiraatu
Seericha irraa
dhageenyeerra
โMaarree ati akkamitti
Ilmi namaa olii kaafamuu
qaba jetta? Ilmi namaa kun
hoo eenyu?โ jedhaniin
โ Kanaaf #Iyyaasuus
akkana isaaniin jedhe
โ #Ifni sun yeroo gabaabaadhaaf isin bira
ni tura
Kanaaf #dukkanni sun akka
isin hin liqimsine
#yeroo ifa qabdanitti deemaa
#namni dukkana keessa
deemu hundi #garamitti
akka deemu hin beeku
โ isin #ilmaan ifaa
akka taataniif, yeroo ifa
qabdan kanatti ifichatti #amanaa.โ
#Iyyaasus wantoota kana
erga dubbatee booda achii deeme isaan jalaas ni dhokate.
โ inni #dinqii hedduu
isaan duratti kan hojjete
taus, isaan garuu isatti hin amanne;
โkunis kan tae
wanti #isaayyaas_raajichi
โYaa Waaqayyo wanta nu
irraa #dhagaetti kan amane eenyuโ
#irreen Waaqayyo hoo
eenyutti mulifameโ jedhee dubbate akka
raawwatamuuf ture
โ #Sababii isaan
#amanuu itti hin dandeenye ilaalchisee #Isaayyaas
ammas akkana jedheera
โ โ #isaan_ija isaaniitiin arganii
#garaa isaaniitiin hubatanii,
akka hin deebinee fi #anis akka
isaan hin #fayyisnetti, inni ija isaanii jaamseera
#garaa isaaniis #jabeesseera.โ
โ #isaayyaas wantoota kana
kan dubbate #ulfina isaa waan argeef ture
#waaee isaas dubbateera
โTaus #bulchitoota
keessaa illee
hedduun isaanii isatti
amananii turan
haa tau malee
#mana_sagadaa
keessaa akka hin #ariamneef sababii #Fariisotaatiif jedhanii waaee isaa
#ifatti hin dubbatan turan
โ sababiin isaas #ulfina Waaqayyo biraa argamu
#caalaa, ulfina #namoota
biraa argamu waan
#jaallataniif ture
โ #Iyyaasuus garuu
sagalee isaa olii
fuudhee akkana jedhe
โ#Namni anatti amanu
hundi, anatti qofa utuu
hin tain isa na ergettis ni amana;
โ #namni na argu hundi
isa na erge Sanas ni #arga
โ #Namni anatti amanu
hundi #dukkana keessa
akka hin jiraanneef
#ani ifa taee gara
addunyaa dhufeera
โ Haa tau malee
namni tokko #dubbii koo dhagaee yoo eeguu baate
ani isatti hin murteessu
sababiin isaas ani
addunyaa #fayyisuuf malee addunyaatti murteessuuf
hin dhufne
โ #Nama ana tuffatuu fi
dubbii koo hin fudhannetti
kan murteessu tokko jira
#Dubbii ani #dubbadhetu #guyyaa dhumaatti isatti murteessa
Sababiin isaas, wanta ani
jedhuu fi wanta ani
dubbadhu Abbaa
isa ana erge sanatu
na ajaje malee
ani ofii kootiin kakaee hin dubbanne
โ #Ajajni isaas jireenya bara baraa akka tae ani beeka Kanaaf, ani
wantan dubbadhu hunda akkuma Abbaan anatti himettan dubbadha
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
=hiikkaa jechoota
Bareeffama kana
Keessatti fayyadamnee
Hundi isaa hiika qaba.
=ijoollee #Muslimaa
Hundi isaanii jecha
Kitaaba kan irraatti
Ni guufatuu
=akkuma isaayaas jedhee
iji fi lapheen ijoollee
#Musiliimaa hundi duudaa
Ta'e jira.
= mee, ijoolleen ortodoksii
Yeroo tokko Dubbisa
Yeroo biraa bakka Muslimoonni
Itti dogoggora jiran kan ilaala
โฌโฌโฌโโฌโฌโฌ
Nagaan Tura
๐น=channeel kan irratti๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

Telegram
๐นD๐๐๐๐๐ ๐ข๐ช๐จ๐๐ก๐๐ข๐ค๐ฉ๐๐ ๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐ฃ๐ญ๐๐โโโโโ
โIyyesuus, โBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ isaaniin jedhe.โ (Maat.16:6).
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)
๐นkutaa_18ffยชยช๐ ๐ ๐๐Gaaffii fi Deebi๐๐
๐Musiliimoota๐
====//=====
โYohaannis 7:33๐
Iyyaasuus(Kiristoos)
akkana jedhe:
โGara isa na #erge
Sanaa #deemuu koo
dura yeroo xinnoodhaaf
isinii wajjin nan tura.
====//===//====
โ Gaafii isaanii
Kiristoos ergamaa dha
Jedhu.....โ
โโโโโโโโโโโ
=Deebi keenya
โ Kiristoos Abbaa
Bira ergamee dhufee
Yeroo jennuu Abbaa fi
Ilmi walii caaluu hin
Argisiisuu.
โ Sababiin isaan #Abbaan Addunyaa
akka fayyiyu barbada.
โfedhin ilma(Kiristoos)
Addunyaa akka fayyisuudha.
๐ragaa kitaaba
Qulqulluu
๐ ฐ Qabxiiwwan fedhii
Abba ibsan
=1=โYohaannis 3:16
Isatti kan #amanu hundi #jireenya bara baraa
akka qabaatuuf
malee akka hin badneef, #Waaqayyo Ilma
isaa isa tokkicha hamma kennuufitti addunyaa
kana #baayee_jaallateera.
๐น iddoo kan irratti
Namni humna Waaqayyon
Na, jaladhu jedhuu jira.โ
=gonkumaa hin jiruu
Waaqayyo fedha isaan
Nuu, jaalatee malee.
=2=โYohaannis 6:40
#fedhiin_Abbaa koo
namni Ilma beekee
isatti amanu hundi
jireenya bara baraa
akka qabaatuufi,Anis guyyaa dhumaatti
#duaa isa nan kaasa.
=3=โ1Yohaannis 4:19
Inni dursee waan
nu jaallateef nuti jaalala
ni argisiisna
=4=โ1Yohaannis 4:9-10
#jaalalli Waaqayyoo karaa kanaan mulateera; kunis nuti karaa isaa jireenya
akka argannuuf Waaqayyo #tokkic tokkicha Ilma
isaa gara addunyaatti
erge.
=5=โRoome 5:8
Waaqayyo utuu nuti #cubbamoota taanee jirruu, Kiristoos nuuf jedhee akka du'u gochuudhaan #jaalala nuuf qabu argisiiseera.
Amma #dhiiga isaatiin
Qulqulloota jedhamnee waan waamamneef,
karaa isaa dheekkamsa Waaqayyoo jalaa akka oollu beekamaa dha.
๐ ฑ fedhii Kiristoos ta'u
Immoo qabxiiwwan ibsan
=1=โLuqaas 19:10
#Ilmi namaa
kan #bade barbaaduuf, akkasumas
#fayyisuuf dhufeera.โ
=2=โLuqaas 5:32
#Ani namoota Qulqulloota utuuhin tain, cubbamoonni akka yaada geddaratan #waamuufan dhufe.โ
=3=Luqaas 15:4
โIsin keessaa namni #hoolota_100 qabu hoolaan tokko yoo jalaa badde, hoolota 99 sana
lafa onaa keessatti dhiisee ishii jalaabadde sana hamma argatutti kan hin
barbaadne jiraaโ
=4=โmaatewos 18:12-13
Maal isinitti fakkaataโ #Namni tokko hoolota 100 yoo qabaatee
fi isaan keessaa hoolaan tokko yoo jalaa #badde, hoolota 99 sana gaara
irratti dhiisee ishii jalaa badde sana
barbaacha hin deemuu? Dhuguman isiniin jedha, yoo ishii argate
hoolota 99n warra hin badne sana
caalaa ishiitti guddaa #gammada .
=5=โYohaannis 10:27_28
Hoolonni koo sagalee
koo ni dhagau, ani isaan
beeka, isaanis ana
duukaa buu.
#Ani jireenya bara baraa isaaniif nan kenna; isaan matumaa hin balleeffaman; eenyu illee harka koo keessaa isaan hin butatu.
=6=โMulโata 1:5
#Iyyaasuus Kiristoos
isa โDhugaa Baatuu Amanamaa,โ isa
โwarra #duan keessaa hangafaโ ta'ee
fi isa โBulchaa mootota lafaaโ tae irraa.
Isa nu #jaallatee fi #dhiiga #ofii isaatiin cubbuu keenya irraa bilisa nu
baase sanaaf,
โแซแฅแญ 1:5
แจแณแแแแ แแตแญแญ แจแแณแแ แ แตแญ แจแแตแญแ แแแฅแณแต แแฅ แจแแ #แจแขแจแฑแต แญแญแตแถแต แธแแ แฐแแ แแฅแแแฐ แญแแแข #แแแฐแฐแ #แจแแขแ แณแฝแแ แ แฐแ แแ แ แ6
====//=====//=====
๐นโKiristoos gara isa
Na,erge nan deema
Jechuun isa #dubbii
#Raajoota rawwachuufi
=raajoonni Waaqayyo
Oli bahee jedhanii jiruu
๐ kanafuu Kiristoos
#Afaani isatti anii oli
Nan bahaa jedhee oli
Bahee jira.
๐โFaarfannaa 47:5-6
#Waaqayyo Gooftaan #sagalee gammachuutiin, sagalee fiinootiinis #oli ba'eera; Waaqayyoon faarfannaadhaan jajadhaa! Isa faarfadhaa! Mootii keenya faarfannaadhaan jajadhaa! Isa faarfadhaa
๐โ Farfannaa 68:18
Ati gara olii baatee
Booji'amtootasi ni fudhattee, yaa,
waaqa keenya ati isaan
Gidduu jiraachuufi ,namoota Eeyyee ,namoota dida ta'an illee akka kennaatti ni fudhatee..
แแแแญ 68:18
#แแฐ แแญ แแจแแ แฅ #แแญแฎแ แแจแญแ แฅ แตแฆแณแแ แแฐแแฝ แฐแ แ แฅ แฐแแแ แแแแแแฝ แ แแซ แซแตแฉ แแแต
====//====//=====
โlink kan fayyadama
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
===๐๐==๐๐==

๐
ฑ kutaa-92-ffaa๐
๐ชท Gaaffii fi Deebi
๐ชท Muslimoota
โฌโฌโฌโฌโฌ
๐๐๐๐๐ isaanii akkasii jedha siila Kiristoosiin Waaqa jettu, #Waaqni immoo #Obboloota qaba jedhuu โ
Yohaannis 20:17
#Iyyaasuus โAni amma iyyuu gara Abbaatti waanan ol hin baaneef, na hin qabin. Kanaa mannaa dhaqiitii #obboloota_kootiin, โAni gara Abbaa koo fi gara Abbaa keessanitti, gara Waaqa koo fi gara Waaqa keessanitti oli nan baสผaโ jedhii isaanitti himiโ jedheen.
โฌโฌโฌโฌ
๐ชท Deebi keenya๐
Eeyyee Waaqni Obboloota qaba.
Yookaan Kiristoos Obboloota qaba.
๐jalqabaa dura Kiristoos Waaqa jedhame wamamu isaa hubadhu.
Yohaannis 20:28
Toomaasis deebisee, โGooftaa ko, #Waaqa ko โ jedheen.
โ ๐๐ข๐ข๐ ๐๐๐ง๐ ๐ข๐๐ฉ๐-๐๐ช๐ง๐๐ ๐ ๐๐๐ฃ๐ฎ๐๐๐ฉ๐ ๐๐๐๐๐๐ฃ๐.
๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐ ยซ ๐๐๐๐๐๐๐ก๐ ๐๐๐๐ ยป ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ข, โ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ก๐ ๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐.
Namni Waaqayyof wanta hedduu jedhamanii ni waamamu.
1โปmichuu
2โปilma
3โปijoollee
4โปGarbicha
5โปobboloota
๐๐๐๐๐ฅ๐๐ค๐ค๐๐๐ ๐ โ๐๐๐(5) ๐๐๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐.
A).๐ข๐๐๐๐ช๐ช.
Namni akkamitti Waaqayyof michuu ta'u danda'a isaa jedhuufi.(wanta waqayyo isaa ajajee fudhatee yoo Amanee michuu jedhama).
โถโปYohaannis 15:14
#Wanta Ani isin #ajaju yoo raawwattan, isin #michoota koo ti.
โทโปYaaqoobi 2:23
yaadni Kitaabota Qulqulluu inni, โAbrahaam Waaqayyotti #amane, kunis qajeelummaatti isaaf lakkaaสผameโ jedhus ni raawwatame; inni #michuu #waaqayyo jedhamee waamameera.
โธโปIsaayaas 41:8
โYaa Israaสผel, ati garuu tajaajilaa koo ti, Yaa Yaaqoob, ati isa ani filadhe dha, Ati sanyii Abrahaam isa #michuu koo taสผe sanaa ti,
โปIddoo kanatti Abrahaami yaada Waaqayyof wani fudhatee michu jedhame
โนโปMaatewos 11:19
#Ilmi_namaa immoo nyaachaa fi dhugaa dhufe; namoonni garuu, โKunoo nama albaadhessaa fi nama wayiniidhaaf bule, #michuu warra #qaraxa_sassaabanii fi cubbamootaaโ jedhaniin. Kanas taสผe sana, ogummaan qajeelaa taสผuun ishii hojii ishiitiin mirkaneeffameera.โ
โปiddoo kanatti ilma nama kani jedhame Kiristoos; inni immoo michuu namoota cubbamoota jedhamu isaatti ยซ ๐๐ข๐๐๐ ๐๐ข๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฆ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐ ๐๐ข๐โ๐๐ก๐๐๐ ๐ฆ๐๐๐๐ ๐ค๐๐๐๐ ๐โ๐๐ ๐๐๐๐๐,๐ฆ๐๐๐๐ ๐ฆ๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐โ๐ข๐ข ๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐ ๐๐๐โ๐๐๐ข.ยป.
Fakkeenyaaf namichi ๐ฏ๐๐๐ ๐๐ฌ๐ค๐ค๐จ๐ jedhamu hojjataa qaraxa ture , Kiristoos gara isaa dhaqee jira yeroo kana,๐ฏ๐๐๐ ๐๐ฌ๐ค๐ค๐จ๐ ๐๐๐ง๐๐๐๐ข๐ ๐ฌ๐๐๐๐๐ฃ ๐ฉ๐ค๐ ๐ ๐ค ๐ฉ๐๐ ๐๐ก๐ข๐ ๐๐๐ง๐๐๐๐ข๐ ๐๐๐๐๐๐ข๐.๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฏ๐๐ ๐๐ฌ๐ค๐ค๐จ=๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐ก๐. ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ โ๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐โ๐๐๐ ๐ก๐๐ก๐๐๐ โ๐๐๐๐ ๐๐๐๐โ๐๐๐ โ๐๐๐๐๐ก๐ข ๐๐๐โ๐โ ๐ฎ๐๐ง๐ค ๐๐ค๐๐๐ ๐๐๐ง๐๐๐๐ข๐ ๐๐ค๐๐๐ฉ๐ ๐๐ข๐ข๐ค๐ค ๐๐ฉ๐ ๐๐๐ง๐๐๐๐ข ๐ฌ๐๐๐๐๐ฃ ๐ฌ๐๐ก๐๐ฆ๐๐ญ๐.
โบโปLuqaas 19:1-9
#Iyyaasus gara Yerikootti seenee achi keessa darbaa ture. Yeroo kanatti namichi #Zakkewoos jedhamu tokko achi kan ture siสผa taสผu, inni geggeessaa warra #qaraxa sassaabanii fi sooressa ture. Zakkewoos, namni Iyyaasus
jedhamu kun eenyu akka taสผe ilaaluuf yaalii gochaa ture; garuu gabaabaa waan taสผee fi namoonni hedduun achi waan turaniif isa arguu hin dandeenye. Iyyaasus karaa sana irra darbuuf waan jedhuuf, isa ilaaluuf dursee fiigee muka harbuu tokko irra ol baสผe.
Iyyaasus yommuu bakka sana gaสผu, ol jedhee isa ilaalee, โZakkewoos, ,#Ani harสผa mana kee waanan ooluuf dafii gad buสผiโ jedheen. Innis dafee gad buสผee gammachuudhaan keessummummaa isa simate. #Namoonni sun hundis yommuu kana argan, โInni keessummaa taสผee gara mana #cubbamaa kanaa adeemeโ jedhanii gunguman. #Zakkewoos garuu kaสผee dhaabatee Gooftaadhaan, โYaa Gooftaa kunoo, qabeenya koo keessaa #walakkaa isaa hiyyeeyyiidhaaf nan kenna; ani eenyu irraa iyyuu saamee kanan fudhadhe hundumaas dachaa afur godhee nan deebisaโ jedhe. Yeroo kanatti #Iyyaasus akkana jedheen: โInnis #ilma_Abrahaam waan taสผeef, harสผa mana kanaaf #fayyinni_dhufeera Sababiin isaas #Ilmi_namaa kan bade barbaaduuf, akkasumas #fayyisuuf dhufeera.โ