๐นAti garuu ni #jiraatta
isaan hundi isaanii
akkuma uffataa
ni #moofau
โ #แ แแฐ แแ แธแแฐแ แตแแซแแ
แแแ แฅแแฐ แแฅแต แซแจแแ
=Ibroota 1:11
=แแฅแซแแซแ 1:11
===//==//===
โ #Bagaa_Geessan
โ Ibroota 1:11-12๐
โIsaan ni badu
ati garuu ni jiraatta
isaan hundi isaanii
akkuma uffataa ni moofau
๐ati akkuma uffataas
isaan ni marmarta
isaanis ni #jijjiiramu
#Ati garuu isuma sana #waggoonni kees
matumaa #dhuma
hin qaban
โฌโฌโฌโฌโฌ
๐ปwaggaa #haaraan
Akka jiruu yeroo ibsu
Kitaabni Qulqulluun
Akkasi jedha
=Waaqayyo fuulduraatti
Bari haaraan Maali
Fakkaataโ
โAti ni jirta,
โWaggoonni kee
dhumaa Hin qabni
โakkuma uffata
Ni marata
โAti garuu isuma
Sana
๐นerga Phaawuloos
Kan irraa kan
Hubbaannu garuu
Waaqayyo bara haaraa
Lakkawwun akka hin
barbaachisne ibsaโผ๏ธ
โ Haataโu malee
Bara lakkaawama kan
Dhufe guyyaa Waaqayyo
#Sami fi lafaa Uume
Sana irraa akka taโe ifa
โHaataโu malee
bartuu namaf uumamee
Namni baraaf
hin Uumamne
โจ๏ธMaarqoos 2:27-28
#Sanbatatu_namaaf uumame
malee
#namni Sanbataaf hin uumamne
#Kanaaf #Ilmi namaa Sanbataaf illee Gooftaa dha
โณ๏ธ #แฐแแ แต แตแ แฐแ
#แฐแแฅแฎแ แ แฅแแ
#แฐแ แตแ แฐแแ แต แ แแฐแแ แจแ
#แฅแแฒแแ แจแฐแ แแ แแฐแแ แต
แฅแแณ #แแณแ แแ แ แแธแ
=แแญแแต 2:27-28
=Sanbata jechuun
Guyyoota jiran keessa tokko
Guyyoota tokoo(1) hanga
Guyya torba(7)
kan jiranidha
=guyyaa jiran kan
Walitti lakkoofsne
โTorbe tokoo argana
โtorbee afurii lakkoofsne
Ji'a tokko argana
โ ji'a 12 lakkoofsne
Wagga tokko argana
๐นkanafuu waggatu namaaf
Uumame male
Namni waggaaf hin
Uumamne.
Yoo,jeene sirriidha
โyoo,akkasii taโe immoo
Namni waggaa haaraa
iraatti Aangoo qaba
โ Kanaafuu bara
Gammachu
Bara gaarii
Bara jaalala
Jeenne dubbanna
Malee,osoo nuuti
Bara irratti Aangoo
Hin qabnuu taโe
Akkasi jechuu hin
Dandeenyu...
โinni biraa Waaqayyo
Fuula duratti waggoonni.
Hundinu akkuma Uffata
Moofa ni taโu jedha
โyeroo akkasii jennu
Waggooni akkamitti
Akka uffata Moofaa
Tau danda'a.โโ
=Haataโu malee
Waaqayyo fulaa duratti
Bari hundinuu waliqixxeedha
Male bari kaleessa Moofaa
Tae bari itti anu haaraadha
Hin jedhamu
โsababi Kitaabni akkasii
Jedhe immoo Waaqayyof
Bara lakkaawuun akka
Hin danda'amne ibsuuf
Akkasi jedhamee
โyookiin waqqayyo bara
Kanas, bara biraas inni
Isuma sana wanii taโef
=far_Daawit 102:25-27
โ"namni foonii
Waani qabuuf
Qorumsa hedduu
Keessa osoo jiraatu
Bara haaraa gochuu
Dide bara mooraa
Keesaa jira yeroo
Hunduma
โ๏ธ fakkeenya tokko
#Dubarti yeroo dheeraadhaaf
Bara Moofaa keessa jiracha
Ture,
Bara tokko immo bara haaraa
Jirachun qaba jeette akkuma
Yaada ishee bara haaraa
Jiraate tokko,
Kitaabni Qulqulluun
Haala kanaa seenaa
Ishe nuuti hima.
โ=kutaa 1-ffaa
isaan hundi isaanii
akkuma uffataa
ni #moofau
โ #แ แแฐ แแ แธแแฐแ แตแแซแแ
แแแ แฅแแฐ แแฅแต แซแจแแ
=Ibroota 1:11
=แแฅแซแแซแ 1:11
===//==//===
โ #Bagaa_Geessan
โ Ibroota 1:11-12๐
โIsaan ni badu
ati garuu ni jiraatta
isaan hundi isaanii
akkuma uffataa ni moofau
๐ati akkuma uffataas
isaan ni marmarta
isaanis ni #jijjiiramu
#Ati garuu isuma sana #waggoonni kees
matumaa #dhuma
hin qaban
โฌโฌโฌโฌโฌ
๐ปwaggaa #haaraan
Akka jiruu yeroo ibsu
Kitaabni Qulqulluun
Akkasi jedha
=Waaqayyo fuulduraatti
Bari haaraan Maali
Fakkaataโ
โAti ni jirta,
โWaggoonni kee
dhumaa Hin qabni
โakkuma uffata
Ni marata
โAti garuu isuma
Sana
๐นerga Phaawuloos
Kan irraa kan
Hubbaannu garuu
Waaqayyo bara haaraa
Lakkawwun akka hin
barbaachisne ibsaโผ๏ธ
โ Haataโu malee
Bara lakkaawama kan
Dhufe guyyaa Waaqayyo
#Sami fi lafaa Uume
Sana irraa akka taโe ifa
โHaataโu malee
bartuu namaf uumamee
Namni baraaf
hin Uumamne
โจ๏ธMaarqoos 2:27-28
#Sanbatatu_namaaf uumame
malee
#namni Sanbataaf hin uumamne
#Kanaaf #Ilmi namaa Sanbataaf illee Gooftaa dha
โณ๏ธ #แฐแแ แต แตแ แฐแ
#แฐแแฅแฎแ แ แฅแแ
#แฐแ แตแ แฐแแ แต แ แแฐแแ แจแ
#แฅแแฒแแ แจแฐแ แแ แแฐแแ แต
แฅแแณ #แแณแ แแ แ แแธแ
=แแญแแต 2:27-28
=Sanbata jechuun
Guyyoota jiran keessa tokko
Guyyoota tokoo(1) hanga
Guyya torba(7)
kan jiranidha
=guyyaa jiran kan
Walitti lakkoofsne
โTorbe tokoo argana
โtorbee afurii lakkoofsne
Ji'a tokko argana
โ ji'a 12 lakkoofsne
Wagga tokko argana
๐นkanafuu waggatu namaaf
Uumame male
Namni waggaaf hin
Uumamne.
Yoo,jeene sirriidha
โyoo,akkasii taโe immoo
Namni waggaa haaraa
iraatti Aangoo qaba
โ Kanaafuu bara
Gammachu
Bara gaarii
Bara jaalala
Jeenne dubbanna
Malee,osoo nuuti
Bara irratti Aangoo
Hin qabnuu taโe
Akkasi jechuu hin
Dandeenyu...
โinni biraa Waaqayyo
Fuula duratti waggoonni.
Hundinu akkuma Uffata
Moofa ni taโu jedha
โyeroo akkasii jennu
Waggooni akkamitti
Akka uffata Moofaa
Tau danda'a.โโ
=Haataโu malee
Waaqayyo fulaa duratti
Bari hundinuu waliqixxeedha
Male bari kaleessa Moofaa
Tae bari itti anu haaraadha
Hin jedhamu
โsababi Kitaabni akkasii
Jedhe immoo Waaqayyof
Bara lakkaawuun akka
Hin danda'amne ibsuuf
Akkasi jedhamee
โyookiin waqqayyo bara
Kanas, bara biraas inni
Isuma sana wanii taโef
=far_Daawit 102:25-27
โ"namni foonii
Waani qabuuf
Qorumsa hedduu
Keessa osoo jiraatu
Bara haaraa gochuu
Dide bara mooraa
Keesaa jira yeroo
Hunduma
โ๏ธ fakkeenya tokko
#Dubarti yeroo dheeraadhaaf
Bara Moofaa keessa jiracha
Ture,
Bara tokko immo bara haaraa
Jirachun qaba jeette akkuma
Yaada ishee bara haaraa
Jiraate tokko,
Kitaabni Qulqulluun
Haala kanaa seenaa
Ishe nuuti hima.
โ=kutaa 1-ffaa