โ yaada Muslimaaโผ๏ธ
โijoollee Muslimaa fi hordoftoonni #Muslimaa
akkasii jeeti ๐
=kitaaba Yohaannis
irraa dubbisaani
=Kiristoos #Raajii dha
Jedhuuโ
โYohaannis12:44๐
โ #Iyyaasuus(Kiristoos)
garuu sagalee isaa olii
fuudhee akkana jedhe
โ#Namni anatti amanu
hundi, anatti #qofa utuu
hin tain isa na #ergettis ni amana
โ=jecha na, ergee jedhuu
Kan fudhanni inni
#ergamaadha yookiin #raajiidha jedhuu
โkan Ergu suni immoo
#Waaqa jedhuu
=Deebii________โผ๏ธโ
โ kallattiidhaan
Jechuma kan osoo ilaalee
Akka Kiristoos raajii hin
Tane nuuf ibsa๐
akkamitti yoo,jeennee
โ #Namni anatti amanu
hundi, anatti #qofa utuu
hin tain isa na #ergettis ni amana
โhiika jecha Amanu
Jechu irratti
1=Anittis Amana
2=ana qofaa osoo hin tanee
Abbaatis Amana jedha
=iddoo jecha Amanu jedhuu irratti Abba fi ilmi waliixa jechuudhaa
โerga Akkasi taโe maali
Jeete amanta=
โraajii jeete mooโ
โWaaqayyo jeette โ
โ=yoo,raajiidha jeette Kiristoos
Qofti maalif raajii ta'a ree,Abbaanis raaji ta'u qaba
โ=yoo immoo Abbaan waaqa jeete, Amante Kiristoos
waaqa
Jeete Amanuu qabdaa
=//kana irratti ragaa tokko illee hin qabni jalqaba dura jecha kitaaba adda baafachuun dirqama.
โkan bira jecha
#ergamee
jedhuu yoo,ilaalu
โkani ergee hunma guddaa
Akka qabu godhanii ilaalu
โkan ergee immoo isaa
Gadii godhanii ilaaluu.
โjalqabaa dura Oso
#Kiristoos foonii nama hin
Uffaatni
โWaaqayyo ofuma
isa ergamee taโe gara nama
Dhufe moo, hin dhufne โ
Kan jedhuu hubbachun
Dirqama nuuti ta'a
โDeebi=_____โ
isaa Eeyyee Waaqayyo
Ofuma ergama taโe gara
Nama Dhufe jira
โFakkeenyaaf yeroo
Addaam irra lafee harkan isaan fudhe bakka lafee sana foonii
Guute kan akkasii godhee
Waaqayyo mitti
โ Addaami #lafa irraa
jiracha turee malee #samii
irra mitti,,,,kanafuu ofuma isa
Ergama godhee samii irraa
Kan Dhufe Waaqayyo erga
Ta'e
=ammas Kiristoos samii irra
Yoo,ergama taโe Dhufe
Maali jedhuu dandeessa
โfakkeenya biraa immoo
โyeroo Waaqayyo ofuma
Gara nama Dhufe ni argina
=yeroo mana Abrahaam seenee
Sana hooโ
=Waaqayyo mana Abrahaam yeroo jiru,,, kabaja isaa irraa
Xiqqaate jechuudhaa
Mitti Akkasi mitti...
โKanaafuu Kiristoos
Gara Namoota yookiin garac
Addunya kan yoo,Dhufe maaltuu isaa irraa hirita ree
Hoomtu hin hiritatu
๐นrakkoo Muslimaa
Akkaana turee
โผ๏ธwanta hundumaa samuuti
Hin qabatanii
โFakkeenyaaf Kiristoos
Kan dhaltee dubaroo Maariyaami irra akka taโe ifa
Gara samii bahee Abbaa biraa
Kan ergamee immoo akkamitti
Yoo,jeenne gaaffii itti finnu
Immoo deebi tokko illee hin qabnaan
โKiristoos foonii dubaroo Maariyaami irra
Amaluma Waaqummaan Abbaa irra dhaltee jechuudhaa
=Kanaafi qaama lama irraa
Qaama tokko, Amala lama irraa
Amaala tokko taโe
โ yeroo sana Kiristoos
Namootati mul'achuu kan
Jiruu qaama foonii qofaa
Inni dubbachaa kan abba biraa
Dhufe jecha jira
=Abbaan irraa immoo qaama fooniin hin dhalne, dirqama abbaa irraa kan dhaltee qaama Waaqummaa qofa malee
โHaaluma kana Abbaan
Akkamiti qaama Waaqummaa isaa ofii caalu danda'a reeโ
=Fakkeenyaaf wanti tokko
Qaama isaa irraa, amma qaama sana gahee kan bahuu irra gonkumaa caaluu hin danda'u.........
โ mee,amma immoo
Yoh 12:34-35๐
๐นAchiis namoonni
hedduun sun deebisanii
#Nuti_Kiristoos bara #baraan akka jiraatu #Seericha irraa dhageenyeerra. Maarree
ati akkamitti ilmi namaa ol kaafamuu qaba jetta?
Ilmi namaa kun
hoo eenyu?โ jedhaniin
๐น Kanaaf #Iyyaasuus(Kiristoos)
akkana isaaniin jedhe:
โ #ifni sun yeroo gabaabaadhaaf isin bira ni tura. Kanaaf dukkanni sun akka
isin hin liqimsine, yeroo ifa qabdanitti deemaa
namni dukkana keessa
deemu hundi, garamitti
akka deemu hin beeku
โ ijoollee ortodoksii
Hundi keessan hubbadha
Kiristoos bara baraa akka
Jiratu seera irraa dhageenye
Jedhuu =
โnamoonni sunii yeroo
Sana Kiristoos isaa hin
Beekne jechuudhaa
=garuu jecha seera ni
Beeku erga Kiristoos seera
Keessati bara baraan akka
Jiratu bareeffame
โKiristoos Waaqayyo jechuu
Wanti sii,rakkisuu maaltuu jira

๐นAkkuma #Museen
lafa onaa keessatti
bofa #fannise
#ilmi namaas
#fannifamuu qaba
โข kunis, isatti kan
amanu hundi jireenya
bara baraa akka
qabaatuuf
๐ป #แแดแ แ แแตแจ แ แณ
#แฅแฃแฅแ แฅแแฐ แฐแแ แฅแแฒแ
#แ แฅแญแฑ แจแแซแแ แแ #แจแแแแ แแญแแต แฅแแฒแแจแ แฅแแ แฅแแณแญแ แ #แจแฐแ แแ #แญแฐแแ แญแแฃแแ
โขYohaannis 3:14-15
โขแฎแแแต 3 :14-15
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
= #kutaa_3-ffaa
โ Duubi fannoo
โakka eeyyema
Waaqayyottin
1โmuseen Maaliif bofa
fanisuu isaa barbaachise _โ
2โMusee bofa meeqa
Fannise=____โ
3โMuseen bofaa lubbuu
Qabu dhisee, maalif bofaa.
#Siibila diimaa irraa tolche
Fannise=_________โ
====||====||====
โ jalqabaa dura
Jecha kan kan dubbate
#Waaqa keenyaa Kiristoos
โiddoo kana irratti
Kiristoos fakkeenya
Musee kan dubbaate
Fannoon Kiristoos
Akkuma wanta salphaa
Osoo hin tanee karaa
Raajotan dubbatame itti #fayyadama akka turan
ifa,Gochuuf
โakka fakkeenyati
rajji Muse Qofa yaa
fudhannuu malee
Raajooni #hundinuu
dubbatanii Jiru
โraajoonni hundinuu
Akka wa'ee fannoo
dubbatan Kitaaba
#Qulqulluu raga qabna
โYoh 5:39๐
๐isin #Kitaabota #Qulqulluudhaan jireenya
bara baraa arganna jettanii waan yaaddaniif kitaabota
sana #qorattu
#kitaabonni kunis
#waaee dhuma koo
dhugaa bau
โแฎแแแต 5 :39๐
#แฅแแแฐ #แ แแปแแแต แจแแแแ
#แแญแแต แฅแแณแแฝแ แญแแตแแฝแแแ แฅแแญแฑแ #แตแแจแแซแแฝแ #แฅแแญแฑแ แตแ #แฅแ #แจแแแฐแญแฉ แแธแ
๐นKanaafuu Kitaabni
hundinuu wa'e kiristoos
Ibsu Jedhuu isaatii
๐ป gara mataduree
Keenya yoo
deebinuu immo
๐ปfannoo Kiristoos
Raaji Muse akkamitti
ibsame kan jedhu ilaala
๐ปSer.lakkofsa21:4-9๐
israa'eloonni naanna'anii
biyya #Edoomi bira darbanii adeemuudhaaf tulluu Heromniii ka'anii karaa galaana #diimaa dhaquf ni deeman garuu karaa irratti baayye ni dadhaban
#Sababa Kanaafi Akkasi jedhan #Lafa onaatti akka dhumnuuf biyya #Gibxii keessaa nu baaftaniiโ
โ Buddeenni hin jiruโ
โ bishaan hin jiruโ
โ nus nyaata kan jibbineโผ๏ธ jedhanii #Waaqayyoo fi #Musee irratti in dubbatan
yeroo kanati Waaqayyo yommus #bofoota isaan gidduutti in erge
bofoonni isaan #iddan(cininan) isaan keessaa #namoonni baay'een in #du'an Kana irratti jarri #Musee bira dhufanii
Nuyi Waaqayyo irratti
si iraati cubbu hojjane
#bofoota kana nu irraa akka #deebisuuf Waaqayyoon nuuf #kadhadhu jedhan
Museenis jaraaf in kadhate Waaqayyo immoo Museedhaan "Bofa #Nasaa irra tolchii
#Mukati fannisi
#Namni bofni #idde gara isaa yoo #ilaale in #fayya" jedhe. Museen ni hojjate namni bofni idde hundinuu, gara bofa #nasaa irraa tolfame sanaa yeroo ilaaletti in fayyanii
๐นqabxii hubbachu qabnuu
Bofa #lama jiraachuu isatti
=1=tokkoffan bofaa lubbuu
Qabu isaa Namoota hidee.
Ajjeesse.
=2=inni lamata bofa lubbuu
Hin qabnee isaa Naasa irraa
Hojjatame,namoota fayyise
๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป
โFakkeenyaa bofaa
Lubbu qabuu isaa
qoricha #Nama ajjeesuu
=1=โbofti qoricha ofii
keessa.Qabu inni
nama ajjeesee
โfakkeenyi isaa #Seexanaa
Ykn #Daabiloos dha
โ Mulโata Yoh 12:9๐
#jawwee guddaan sun
jechuunis #bofti inni jalqabaa, inni #Diyaabilosii fi Seexana jedhamu, inni guutummaa
lafaa dogoggorsu sun gadii darbatame; inni gara
lafaatti gad darbatame Ergamooni/maleekonni
isaas isaa wajjin gadi darbataman
=2=โbofti lubbuu qabu
suni Qoricha nama ajjeesuu
Qoricha kan jedhame soba fi cubbudha
โYoh 8:44๐
๐isin kan #abbaa
keessan kan Diyaabilosi
fedha abbaa keessaniis
raawwachuu barbaaddu
inni jalqabumaa kaasee
kan #nama_ajjeesu ture dhugaan isa keessa
waan hin jirreefis dhugaatti jabaatee hin dhaabanne
inni #sobduu fi abbaa sobaa waan taeef, soba yommuu dubbatu ofii isaa keessaa baasee dubbata
=inni jalqabaa nama
Ajjeessa turee jechuun
Jalqaba Addaami kan
Dogogora soba itti
Dubate isaa Waani ta'ef (ser.Uum3:1-5)
=3=โfakkeenyi biraa
bofti inni qoricha nama
ajjeesuu #Adaami
=Maalif sababa Addaamiif
Namoota jiran hundi #cubbuu
Isaan du'an yookiin
isatu sanyii isaa
ajjeesee (1 Qor 15:49)
====||===||====
โ Yaada yoo qabatanii๐
#Gutema123
โ kan channeel ๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
โ #kutaa_4-ffaa๐

๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
#Ani saboota #hundumaa
nan #sochoosa; wantoonni
gatii guddaa qabanis saboota hundumaa keessaa ni dhufu mana kanas ulfinaan nan guutaโ jedha #Waaqayyo Gooftaan Raayyaa.
โ Ibroota 12:25-26
#Iyyaasuus isa arsaa kakuu #haaraa tae, akkasumas #dhiiga facaafame isa karaa
#dhiiga Abeel irra aaluun dubbatuttil dhihaattaniittu.
#Isin isa #dubbachaa jiru
sana dhaggeeffachuu akka hin#didne of eeggadhaa. Namoonni isa lafa irratti akeekkachiisa#Waaqayyo
biraa dhufe dubbatu
sana dhaggeeffachuu didan adaba irraa erga hin oollee, nutiisa #samii irraa dubbatum sana irraa yoo garagalle akkamittiadaba jalaa
ooluu dandeenyaโ
#Yeroo sanatti #sagaleen isaa#lafa_sochoose,amma garuu, โAl_tokko dabalee lafa #qofa utuuhin tain, samiis nan #sochoosaโjedhee #waadaa galeera.
Jechoonni โali tokko dabaleeโ jedhan wantoonni hin sochooneakka itti fufaniif, wantoonni sochoan, jechuunis wantoonnitolfaman akka balleeffaman argisiisu. Kanaafuu, #Mootummaa sochouu hin dandeenye fudhachuuf akka jirru waan beeknuuf, gaarummaa guddaa isa karaa fudhatama qabuun, sodaafi ulfina guddaadhaan #tajaajilaqulqulluu Waaqayyoof dhiheessuu itti dandeenyu fudhachuu
keenya itti haa fufnu. Sababiin isaas, Waaqni keenya #ibidda gubee balleessu dha.
๐น inni bira sababa lafti sochoโaatefi Kiristoos Waani sodaateefi
โFar 68:8
#Lafti ni kirkirte;
#Waaqayyoon kan kae
#samiin bokkaa roobse;
Siinaan kunis Waaqayyo isa
#Waaqa_Israael ta'een kan
kae ni #kirkire.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐นGaafi 4ffaa
4=namoonni du'anis turan
Maalif awwaala keessa
bahaniโ
=Deebi
โDubbin Kiristoos akka raawamatufi
โYohaannis 5:25
#Dhuguma dhuguman isiniin jedha, #sa'aatiin warri #du'an
#sagalee #Ilma_Waaqayyoo ittidhagaan ni dhufa; saa'atiin sunis amma dha; #warri isa dhagaanis ni #jiraatu.
โYohaannis 5:28
Kana hin #dinqisiifatinaa; sababiin isaas, sa'aatiin warri #awwaala keessa jiran #hundi #sagalee isaa itti
dhagaan ni dhufa;
โโinni bira Kiristoos
Waaqayyo ta'u isa ibsuuf
Kunis namoonni kuni erga
du'ani ture jira #qaamni isaani Hundi #biyyee taโe jira
Kanaafu amma biyyee irraa
Qaama isaani tolche du'a
isaan kaasee jira.(Ser.Uum 1:7)
โFar 104:29
Yommuu #fuula kee dhoksitu
ni jeeqamu. #lubbuu isaanii
yoo fudhatte, #du'anii_biyyootti deebiu.Yoomu fuula kee,itti qabde immo lubbuu ni argatu
Atis irra lafaa ni haaressita.
โฌโฌโฌโฌโฌ
๐นGaafi 5 ffaa
5=erga awwaala keessa
bahanii eessaa jirtanโ
Isaa booda du'an moo
hin dunneโ
=deebi
Erga #awwaala keessa bahanii
Gara #IYarusalemi deemani
Isaa booda wa'ee #Kiristoos
Dubbacha turanii'
โmat 27:53
#Kiristoos erga #du'aa kaee booda, #namoonni awwaala gidduudhaa ba'an
gara #magaalaa qulqulluutti ni seenan; #namoonni #hedduunis
isaan #argan.
โjechi #namoota heddunis isaan argan jedhu = #addunyaa kana irratti namoota baay'e #barisiisu isaanii ibsa
แแดแแต 27:53
#แจแตแแฃแคแแ แ แแ แจแแแฅแฎแฝ แแฅแฐแ แแฐ แ แตแตแต แจแฐแ #แแกแ #แแฅแแแฝ_แณแฉ.
๐ #Baayina namoota kan meeqaYero jennuu immoo
500-600 jidduu ni ta'u
โ 1Qor 15:6
Achiis ali tokkotti obboloota #500 caalanitti mulate;
#isaan keessaa tokko
tokko #du'aniiru; #hedduun isaanii #garuu amma iyyuu
nuu #wajjin jiru.
โkanafuu namoonni kunis
Kuni isaanii akkauma #Alaazaari, du'ani jiruu yookiin
Akkuma #Muse, akkuma #Abrahaami,du'ani jiruu
Kuni isaani immoo akkuma
#Henok, Eliyaas,gara samii fudhatamni jiruu
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โ Link kan xuqaa seena๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
===//====//====

๐ผkutaa+27ffยชยช.๐๐
=gaaffii fi deebii
โ Muslimootaโ
โYohaannis 8:40๐
Amma garuu ana isa
#nama dhugaa Waaqayyo irraa dhagae isinitti hime ajjeesuu barbaaddu. Abrahaami kana
hin goone.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โงgaafi isaani
Kiristoos Ani Nama
ofiin jedhee jira
kanafuu inni nama
malee Waaqa
mitii jedhuu โ
โตโตโตโตโตโตโตโตโต
โงDeebii keenya
lakki inni Waaqa.
Raga kitaaba
โต=โYohaannis 1:1
Jalqaba logoosi (jecha) ture logoosi (jechi) Waaqayyoo wajjin ture;
logoosi (jechi) waaqayyo ture.
โงlogoosi (jecha) kani
jedhame Kiristoos.
๐ Kitaabni Yohaannis
kuni jalqabaa dura Afaani
Giriikiitiin bareffame
=hiika logoosi jechu achi irraa fudhe,
๐ #ฮฯฮณฮฟฯ๐
Jechi kuni Qube 5 qaba
โงAfaan Ingiliffaatiin immoo
word jedhama.
โงgaruu kuni immoo
dogoggora ture
maalif #word jechuun
afaanii Giriikiin immoo
leksi jedhama
๐ #ฮปฮญฮพฮท๐
kanafu logoosi
yeroo jennu jecha qaama
qabu ta'u qaba.
yoo,*akkasii taโe malee
hiika jedha leksi fi logoosi
jedhu wali hin madaluu.
โถ=โLuqaas 21:14-15
akkamitti falmanna jettanii dursitanii hin yaadinaa
sababiin isaas,
#Ani_dubbii fi #ogummaa mormitoonni keessan hundi mormuu yookiin falmuu hin dandeenye #isiniif_nan_kenna.
โงoggummaa kani
nama keenuu Waaqayyo
qofaa kanafuu Kiristoos
Waaqayyo dha.
๐โ iyyob 12:13
#Ogummaanii fi guddinni isa bira jira;
Inni #Waaqa kaayyoo ti, hubannaas qaba.
แ แฅแแแ แฅแแญ แแแต #แฅแ แฅแ #แแญแ แ แแค แแฅแญแฑ แแญแญแ แแตแฐแแ แ แแ
=(แขแฎแฅ 12 :13)
๐โ 1Motoota 4:29
#Waaqayyos_ogummaa fi
hubannaa guddaa, Akkasuma gara balina akka cirracha qarqara galaanaa tae #Solomooniif ni kenne.
โ kanafuu Kiristoos Waaqayyo dha.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โค๏ธ๐Waaqni nama hin
tauu jedhu
โRaajii_Hose 11:9
Ani dheekkamsa
koo isa bobau hin dhangalaasu.
Lammata Efreemiin hin balleessu,
Sababiin isaas
#Ani_Waaqa
dha malee #nama_miti,
Ani Isa Qulqulluu si gidduu
jiru dha;Aariidhaan
sitti hin dhufu.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โงkanafuu Waaqayyo Ani
Waaqa malee nama mitii
ergaa jedhe, Kiristoos immoo Ani nama
jedhe jira, akkamitti inni
Waaqa ta'a jedhuu โ
โdeebi akka Jecha Raji hoseti, ani Waaqa malee nama miti jedhe male
#Ani_Foonii hin uffachu
hin jennee,
โsababa immoo Ani Waaqa malee nama
mitii jechuun isa
yaada nama fi Waaqayyo
gargarii wanii taโefi
๐ Ragaa kitaaba
โท=โRaaji isayaas 55:8-9
#yaanni koo yaada keessanii wajjin,
#Daandiin koos daandii keessanii wajjin tokko mitiโ jedha Waaqayyo
Akkuma samiin
lafa irraa olii fagaatu,
Daandiin koo daandii keessan irraa,
Yaanni koos yaada keessan irraa fagoo dha.
โธ=โYohaannis 8:14-15
#Kiristoos akkasi jedhee
isaanif deebisee โAni eessaa akkan dhufee fi Eessa akkan dhaqu waanan beekuuf, waaee ofii koo yoon dhugaa bae illee, dhugaa baiinsi koo dhugaa dha.
#isin garuu Ani eessaa akkan dhufee fi eessa
akkan dhaqu hin beektan. Isin akka ilaalcha
#fooniitti_murteessitu;
ani garuu matumaa eenyutti iyyuu
hin murteessu.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โงkanafu Jechi raajii hose dubbatee Ani Waaqayyo male,namatti inni jedhuu fi
isin akka ilaalcha fooniitti murtesitu jedhu.
maali ibsa yeroo jenu Waaqayyo fi Nama jidduu
garagarummaa jirudha
kanafuu Kiristoos Ani akka fooniitti hin murtessuu ergaa jedhee Kiristoos Waaqayyo jechudha.
โงdeebii salphaa ani Waaqayyo malee nama
mitii jechuun. sadarkaa yaadan akka taโe ifa,
๐๐ #sababa Kiristoos foonii nama uffateef wanti inni akka waaqa hin tanee dhowwuu gonkumaa
hin jiruu
โงsababa inni foonii nama uffatefi innii Waaqa mitii
kan jedhuu kitaaba keessa
gonkumaa hin jiruu
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โค๏ธ๐โงkanafuu Kiristoos sababa maaliif #nama ofiin jedhe ree,โyeroo jennu
โinni foonii nama uffachu isaa #Afaan isaan dubbatee ragaa bahuuf.
โงakkuma Phawuloos
dubbate ๐
โnamoonni tokkoo tokko lakki inni foonii nama hin uffane jedhanii akka mormii hin Uumneef
jala muree dubbate. akkasumas namni kaamiyu shakkii male dhugumaa Kiristoos fooniin nama uffata jedhanii akka Amaniniif.
โน=โIbroota 2:14-16
Kanaaf, โijoolleenโ sun #fooni fi dhiiga waan taaniif, innis foonii fi
dhiiga #tae; kunis kan tae, dua isaatiin #Diyaabilos isa dua fiduuf humna qabu sana akka balleessuufi;
akkasumas, warra jireenya isaanii guutuu garbummaa sodaa duaatiin qabamanii turan bilisa baasuufi.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ธlink kan xuqaa ๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
*******

๐น๐โงkutaa-30ffยชยช๐๐น
๐Gaaffii fi Deebi
โMuslimootaโ
โYohaannis 8:50
Ani ofii kootiif ulfina hin barbaadu; inni ulfina barbaaduu fi murtii godhu #Tokko jira.
---------------------------
Gaaffii isaanii
1=โง #ulfina kan barbaduu Abbaa qofaa jedhuu..โ
2=โง #murtii kani kennuu Abbaa qofa jedhuu...โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
#Deebii keenya=lakki Abbaa qofa miti kan jedhu ta'a.
๐โง.Deebi=1ffยชยช
โถ=โYohaannis 8:54
Iyyaasus(kiristoos) deebisee akkana jedhe: โ #Ani yoon ulfina ofiif kenne, ulfinni koo #gatii hin qabu. #Inni(Abbaan) ulfina Anaaf kennu, #Abbaa koo isa isin #Waaqa keenya jettan sana dha .
โท=โYohaannis 5:23
namni hundi #akkuma #Abbaadhaaf ulfina kennu, #Ilmaafis(kiristoos) ulfina
akka kennuufi. Namni Ilmaaf ulfina hin kennine, Abbaa isa isa ergeefis ulfina hin kennu.
โธ=โ1Yohaannis 2:23
#Ilma kan ganu hundi Abbaas immoo hin qabu.
Ilma amanee kan fudhatu hundi garuu Abbaas qaba.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐โง.Deebi=2ffยชยช
โต=โYohaannis 5:27
Ilma namaa waan taeefis #murtii akka kennu Aangoon isaaf kennameera.
โถ=โYohaannis 5:22
#Abbaan matumaa eenyuutti iyyuu hin murteessu; kanaa mannaa #hundumaa irratti akka murteessuuf Ilmaaf Aangoo kenneera;
โท=โ2 ximotewos 4:1
Waaqayyo duratti, akkasumas Kiristoos Iyyaasus isa karaa mulachuu isaa fi #Mootummaa isaatiin
warra #jiranii fi warra #duan irratti murteessuuf jedhu duratti cimseen
si ajaja
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐นโงsababa maalif Kiristoos ulfinni fi murtii Abbaa qofa jedhee reeโyeroo jennuu
namoonni dubbii Kiristoos fudhachuu wani didaniif
isaan Abbaas guutumaatti hin beekaani akkasumas kiristoos illee hin beekani guutummatti
1๏ธโฃ=โYohaannis 8:55
Taus isin isa hin
beekne, ani garuu isa beeka. #Ani isa hin beeku yoon jedhe, akkuma keessan sobduun taa. Haatau malee ani isa beeka, dubbii isaas
eegaan jira.
2๏ธโฃ=โYohaannis 15:21-25
isaan isa na erge Sana waan #hin beekneef, sababii maqaa kootiin wantoota kana hunda isin irratti ni raawwatu. Ani dhufee utuu isaanitti
hin himne taee, silaa #cubbuu isaanitti hin tau ture. Amma garuu
cubbuu isaaniitiif sababii dhiheessan hin qaban. #Namni na jibbu
hundi Abbaa koos ni #jibba. Ani hojiiwwan namni kan biraan hojjetee hin beekne isaan gidduutti utuun hin hojjenne taee, silaa cubbuu isaanitti hin tau ture; amma garuu anaan arganii na jibbaniiru, #Abbaa koos jibbaniiru. Haatau malee, kun kan tae, wanti Seera isaanii keessatti, โIsaan #sababii malee na jibbanโ jedhamee #barreeffame akka raawwatamuufi (far 35:19)
โงแฅแแ แจแแ แ แ แฃแดแ แฐแแ แญแ แแ(แฎแแแต 15:23)
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
0๏ธโฃโงlink kan xuqa seena๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
====โจณโจณโจณ====

๐นkutaa_ยณโถ ffยชยช๐ทdubbisa
๐ ฑGaafi fi Deebi.
โฉMusiliimota๐ผ
โYohaannis 10:28๐
Ani #jireenya bara baraa isaaniif nan kenna; isaan matumaa hin balleeffaman(hoomtu hin badu) eenyu illee harka koo keessaa isaan hin butatu(fudhatu)
๐ "Kiristoos jireenya akkamii kenuu danda'u jedhuu...โisaa booda immoo ofuma isaanii jireenya inni jedhee kan turee jedhuu.โ ๏ธ
๐ ฑ Yohaannis 17:2-3
akkuma ati namoota hunda irratti Aangoo
isaaf kennite, innis warra ati isaaf kennite hundaaf #jireenya_bara baraa akka kennuufi. Jireenya bara
baraa #argachuu akka dandaaniif, si isa #Waaqa dhugaa tokkicha taatee fi #Iyyaasuus Kiristoos isa ati ergite sana beekuu qabu.
โkanafuu akka yaada isaanitti jireenya jechuun kan turee jedhu.โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐Deebii keenya๐
Akka deebii isanitti Abbaa fi Kiristoos beeku qofatu jireenya bara baraa fida
โก๏ธ gaaffii keenya kana irratti akkamitti Kiristoos fi Abba beekuu qofa hiikaa isaa maali dha kani jedhu ta'a ... ๐
โiddoo kana irraatti Kiristoos #dubbii dhokta dubbate maale hiika isaa ifa hin goonee * Sababiin Kiristoos kan duraa waee #hiika jireenya bara bara dubbachaa waani tureefi amma garuu xinnoo ishe dubbatee. kunis Jechi kuni iddoo kana irratti ifa mitii (Yoh 17:2-3)*akkamitti akka taโe hooma hin ibsu.
๐ yaadaa Bira immoo namni jireenya bara bara kana argatu Kitaabni haalagaragaraan ni ibsaa.
โต=seera egudhan
=Mat 19:16-17)
โ=wanta Addunyaa kana dhisani Kiristoos duuka budhan
=Mat 19:29)
โท=Hojii gaarii hojjachuun
Mat 25:46
โธ=Affuuri Qulqulluun jireenya akka kenuu
=Roome 8:11)
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ค ยซ amma gara deebii keenyatti kootaโง Kiristoos jireenya bara bara isiniif nan keenna kan jedhee,maalif sababi jalqabaa barsiisa turee ammas irraa deebi'ee itti himme. โ๏ธยป
๐ พ Ragaa Kitaabaโ๏ธ
โถ=Yohaannis 1:3-4
Wanti hundi karaa isaa tae wanta tae keessaas isa malee wanti tae tokko
illee hin jiru. Wanti karaa isaa tae #jireenya
ture; jireenyi immoo #ifa namootaa ture.
โท=Yohaannis 3:14-15
Akkuma Museen lafa onaa keessatti #bofa
fannise, Ilmi namaas fannifamuu qaba; kunis, isatti kan #amanu
hundi #jireenya bara baraa akka qabaatuuf
โธ=Yohaannis 5:21
Akkuma Abbaan namoota duan kaasee #jireenya isaaniif kennu, #Ilmis
nama barbaadeef jireenya ni kenna.
โน=Yohaannis 5:29
warri wanta #gaarii hojjetan duaa kaiinsa jireenyaatiif warri wanta gadhee hojjetan immoo duaa kaiinsa murtiitiif awwaala keessaa ni bau.
โ=Yohaannis 5:39-40
โIsin Kitaabota Qulqulluudhaan #jireenya bara baraa arganna jettanii waan yaaddaniif #kitaabota sana qorattu; kitaabonni kunis
waaeedhuma koo dhugaa bau. Taus, isin jireenya #argachuuf gara koo dhufuu hin barbaaddan.
โป=Yohaannis 6:27
Nyaata baduuf hin hojjetinaa; kanaa mannaa #nyaata hin badnee fi jireenya bara baraa argamsiisuuf, isa #Ilmi namaa isiniif kennu sanaaf hojjedhaa; sababiin isaas, Waaqayyo Abbaan
chaappaa isaa Ilma irratti godhee
mirkaneesseera.โ
โผ=Yohaannis 6:35
Iyyaasus(kiristoos) akkana isaaniin jedhe: โ #Ani nyaata jireenyaa ti. Namni
#gara koo dhufu hundi matumaa hin #beelau; namni anatti amanu hundis matumaa hin #dheebotu.
โฝ=Yohaannis 6:40
#fedhiin Abbaa koo namni Ilma #beekee isatti #amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuufi; anis guyyaa
dhumaatti #duaa isa nan kaasa.โ
โพ=Yohaannis 6:53-54
Iyyaasus(Kiristoos)akkana
isaaniin jedhe: โ#Dhuguma dhuguman isiniin jedha, #foon Ilma namaa yoo nyaattanii fi dhiiga isaa
yoo dhugdan malee, ofii keessaniin #jireenya hin qabdan. Namni foon koo nyaatuu fi dhiiga koo
dhugu hundi jireenya bara baraa qaba; anis guyyaa dhumaatti #duaa
isa nan kaasa;
โฟ=Yohaannis 7:38
Akkuma #Kitaabni
Qulqulluun jedhu, anatti kan amanu hundi: โLagni #bishaan_jireenya kennuu isa keessaa ni yaaa.โ
โซ=1Yohaannis 5:12-13
#Namni Ilma sana
qabu jireenya kana qaba; namni Ilma Waaqayyoo hin qabne jireenya kana hin qabu. Ani wantoota kana kanan isiniif #barreessu, isin warri #maqaa
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
link xuqa hordofa.
@haadha_Waaqa_naJaladha
++++๐๐