🌹D𝙚𝙚𝙗𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙨𝙞𝙡𝙞𝙢𝙤𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙥𝙝𝙚𝙚𝙣𝙭𝙚𝙚
2.38K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
“Iyyesuus, ‘Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

ኢየሱስም ከፈሪሳውያንና ከሰዱቃውያን እርሾ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላቸው። (ማቴዎስ 16:6)
Download Telegram
🌹Bagaa geessan.
1 Samu'eel 5:4👇
Garuu yommuu isaan guyyaa itti aanu ganama kaʼanitti Daagon #taabota Waaqayyoo duratti addaan lafatti gombifamee ture! Mataa fi harki isaas irraa caccabee gubanii balbalaa irratti kufee ture; Qaama isaa qofatu hafe.

❤️ Daagon=jechuun Qurxummii jedhudha (Afaan Ibraayisxiittiin jecha #dag jedhuu irraa kani dhufeedha). Yookiin immoo Waaqa Qurxummii jedhama.
Haata’u malee lubbuu hin qabuu. #Fuula , #harka qaba ilma nama fakkaata, inni bira immoo eegee qurxummii qaba.

Haata’u malee waaqa tolfamaa biyya Filisxeemi.

➛Gaaffii tokko warra pheenxeefi

#Taaboonni akkamitti #daagoni caccabsee
Forwarded from Orthodox Promotion
Channel ’ootni mimmiidhagoo armaan gadii kunneen, barumsa mana Kiristiyaana Ortodoksii Tewaahidoo, Seeraa fi Dambii ishee haala eeggateen sagalee Waaayyoo lallabuu fi barsiisuu irratti argamu.

Channel ’oota kanneen keessatti: Lallaba, Koorsii, Faarfannaa, Walaloo, Jechoota Abbootaa, Seena qulqullootaa guyyaa guyyaadhaan Mana Kiristiyaanaa keenya keessatti yaadatamanii, Gaaffilee mana kiristiyaanaa keenya irratti gaafataniif deebii, Gorsa Abbootaa, PDF ykn Kitaabota afuuraa kan Ortodoksii Tewaahidoo, kkf argattu.

Channel ’oota kanneen keessa seennan mee maal dhabdu? Yoo akka barbaaddanitti dhabdanis waan barbaaddan kamillee gaafattanii argattu! Kanaafuu, itti goraatii Channel ’oota kanneen hundumaa tokko tokkoon “Join/Subscribe” taasifadhaa; irraas fayyadamaa; baradhaa!
🌹kutaa-5-ffaa 👇~
➛𝑔𝑎𝑎𝑓𝑖 𝑓𝑖 𝑑𝑒𝑒𝑏𝑖 𝙢𝙪𝙨𝙡𝙞𝙢𝙤𝙤𝙩𝙖.
Maarqoos 1:13
#inni guyyaa afurtama #Seexanaan_qoramaa gammoojjii keessa ture. Inni bineensota wajjin ture; ergamoonnis isa tajaajilan.

1=𝑔𝑎𝑎𝑓𝑖 𝑖𝑠𝑎𝑎𝑛𝑖 « 𝙠𝙞𝙧𝙞𝙨𝙩𝙤𝙤𝙨 𝙚𝙧𝙜𝙖 𝙬𝙖𝙖𝙦𝙖𝙮𝙮𝙤𝙤 𝙩𝙖𝙚 𝙖𝙠𝙠𝙖𝙢𝙞𝙩𝙩𝙞 𝙨𝙚𝙚𝙭𝙖𝙣𝙖𝙖𝙣𝙞 𝙦𝙤𝙧𝙖𝙢𝙖 𝙟𝙚𝙙𝙝𝙪
▬▬▬▬▬
🕹Deebii keenya-
➻Kiristoos nuuf qoramee fakkeenya ta'uf malee Seexanaa sodate yookiin Seexanaa balleessu dadhabe miti

❶➧Ibroota 2:18
#Inni mataan isaa waan dhiphina keessatti #qorameef warra qoramaa jiran #gargaaruu ni dandaʼa.

➋➧Ibroota 4:15
Nu luba oli aanaa #dadhabbii #keenya keessatti garaa nuu hin laafne hin qabnuutii; garuu kan waan hundaan #akkuma_keenya_qorame qabna; taʼus inni cubbuu hin hojjenne

➻kanafuu hanga ammaatti Kiristoos fakkeenya nuuf ta'uf akka qoramee sirriitti hubbanne jira💯

🛜 yoo fakkeenya nuuf ta'u qofa Qorame  malee Seexanni Kiristoos fuula isaa dhabatee hin beekuu.

➌➧Yaaqoob 2:19
Akka Waaqni tokkichi jiru ati ni amanta. Kun gaarii dha! #Hafuuronni hamoon iyyuu waan kana ni amanu; #sodaadhaanis ni hollatu

➍➧Maarqoos 3:11
#Hafuuronni xuraaʼoonis yeroo isa argan #fuula isaa duratti #kufanii, “Ati Ilma Waaqaa ti!” jedhanii iyyu turan.

➎➧Maarqoos 7:26
Dubartittiinis nama Giriik, kan biyya Sooriyaa keessatti Finiiqeetti dhalatee dha. Isheen akka inni intala ishee keessaa hafuura hamaa sana baasuuf Yesuusin kadhatte.

➏➧Maarqoos 9:20
Isaanis gurbicha isatti fidan. Hafuurichis akkuma Yesuusin argeen gurbicha dhidhiitachiise; gurbichis lafa dhaʼee hoomacha afaaniin baasee gangalate.

🛜 Kiristoos Aangoo isaattin humna isaatiin Seexanaa basuu isaa

➐➧Luqaas 4:36
Namoonni hundinuu dinqifatanii, “Maal barsiisni akkanaa! Inni taayitaadhaan, humnaanis hafuurota xuraaʼoo ni ajaja; isaanis ni baʼu” waliin jedhan.(Maarqoos 1:27)

🕹Namootaaf Seexanaa akka basanif Kiristoos Aangoo kenuu isaa.

➑➧Maarqoos 3:14-15
Innis akka isaan isa wajjin jiraatanii fi akka lallabaaf isaan erguuf namoota kudha lama muudee barattoota jedhee moggaase; akka isaan hafuurota hamoo baasaniifis taayitaa kenneef.

Namoonni immoo maqaa Kiristoos Seexanaa basuu isaanii.

❾➧Luqaas 10:17
Namoonni torbaatamii lamaan sunis gammachuudhaan deebiʼanii, “Yaa Gooftaa, hafuuronni hamoon iyyuu maqaa keetiin nuu ajajamaniiru” jedhan.

=➻𝑘𝑎𝑛𝑎𝑓𝑢𝑢 𝑘𝑖𝑟𝑖𝑠𝑡𝑜𝑜𝑠 𝑓𝑒𝑑ℎ𝑖 𝑖𝑠𝑎𝑎𝑎𝑛 𝑞𝑜𝑟𝑎𝑚𝑒 𝑛𝑢𝑢𝑓 𝑓𝑎𝑘𝑘𝑒𝑒𝑛𝑦𝑎 𝑡𝑎𝑒 : 𝑘𝑎𝑛𝑎𝑓𝑢𝑢 #𝑘𝑖𝑟𝑖𝑠𝑡𝑜𝑜𝑠_𝑤𝑎𝑎𝑞𝑎💯
▬▬▬▬▬▬
𝙦𝙪𝙧𝙖𝙣𝙖 𝙛𝙞 𝙝𝙖𝙙𝙞𝙨𝙖 𝙢𝙪𝙨𝙞𝙡𝙞𝙢𝙤𝙤𝙩𝙖 𝙠𝙚𝙚𝙨𝙨𝙖𝙩𝙞.
1=𝚖𝚊𝚚𝚊𝚊 𝚊𝚕𝚊𝚑𝚊𝚗 𝚜𝚎𝚎𝚡𝚊𝚗𝚒 𝚗𝚊𝚖𝚘𝚘𝚝𝚊 𝚝𝚘𝚔𝚔𝚘 𝚔𝚎𝚎𝚜𝚊 𝚋𝚊𝚑𝚎 𝚑𝚒𝚗 𝚋𝚎𝚎𝚔𝚞.
2=𝚔𝚊𝚍𝚑𝚊𝚗𝚗𝚊 𝚗𝚊𝚖𝚘𝚘𝚝𝚊 𝚑𝚊𝚗𝚐𝚊 𝚑𝚊𝚊𝚛𝚊𝚝𝚝𝚒 𝚜𝚊𝚋𝚊𝚋𝚊 𝚜𝚎𝚎𝚡𝚊𝚗𝚊𝚏𝚒 𝚍𝚑𝚘𝚛𝚔𝚊𝚖𝚎 𝚓𝚒𝚛𝚊

حَدَّثَنَا مُحَمَّدٌ، أَخْبَرَنَا عَبْدَةُ، عَنْ هِشَامِ بْنِ عُرْوَةَ، عَنْ أَبِيهِ، عَنِ ابْنِ عُمَرَ ـ رضى الله عنهما ـ قَالَ قَالَ رَسُولُ اللَّهِ صلى الله عليه وسلم ‏"‏ إِذَا طَلَعَ حَاجِبُ الشَّمْسِ فَدَعُوا الصَّلاَةَ حَتَّى تَبْرُزَ، وَإِذَا غَابَ حَاجِبُ الشَّمْسِ فَدَعُوا الصَّلاَةَ حَتَّى تَغِيبَ ‏"‌‏.‏ ‏"‏ وَلاَ تَحَيَّنُوا بِصَلاَتِكُمْ طُلُوعَ الشَّمْسِ وَلاَ غُرُوبَهَا، فَإِنَّهَا تَطْلُعُ بَيْنَ قَرْنَىْ شَيْطَانٍ ‏"‌‏.‏ أَوِ الشَّيْطَانِ‏.‏ لاَ أَدْرِي أَىَّ ذَلِكَ قَالَ هِشَامٌ‏.‏

Narrated Ibn `Umar:Allah's Messenger (ﷺ) said, "When the (upper) edge of the sun appears (in the morning), don't perform a
prayer till the sun appears in full, and when the lower edge of the sun sets, don't perform a prayer till it
sets completely. And you should not seek to pray at sunrise or sunset for the sun rises between two
sides of the #head of the #devil (or #Satan).
Afaanii Oromottin hikaa isa
Ergamaan alaha muhammad akkasii jedhee « ganama yeroo biiftuu Baatuu kadhannaa hin godhin ,galgalaas yeroo biiftuu lixuu kadhannaa hin godhin " yeroo sana biiftuun mataa ykn addaa Seexanaa irratti baatii jedhe » (Sahih al-Bukhari 3272)
👉kanafuu Seexanni hanga guyyaa kanatti Namoota fi Allaha kadhannaa dhorkee jira.
Kuni qorumsa Seexannati👈

𝑔𝑎𝑟𝑎 𝑡𝑒𝑙𝑒𝑔𝑟𝑎𝑚𝑎 𝑘𝑜𝑡𝑎👇
Maariyaami ijoollee qabdii dhugumaa Kiristoos alatti kani jedhuu irratti .

Afaan warra pheenxee cufu qabnaa.
Raaji-Amoos 5:13
Namni qalbeeffataan yeroo akkasiitti ni callisa
barri kun bara hamaadhaatii.
🌹Baga-Gessaan💞
1Phexros 1:10-12
#Raajonni waaʼee ayyaana isinii kennamuuf jiru sanaa dubbatan sun itti jabaatanii waaʼee #fayyina kanaa #qorachaa, #iyyaafachaas turan; isaanis yommuu #Hafuurri Kiristoos inni isaan keessa ture sun waaʼee dhiphina #Kiristoosiitii fi waaʼee ulfina itti aanu sanaa duraan dursee dubbatetti #yoomii fi #haala akkamii keessa akka taʼu #beekuuf #yaalaa turan.

#Namoonni Hafuura Qulqulluu isa #samiidhaa ergameen #wangeela isinitti lallaban sun waan amma isinitti himan keessatti utuu ofii isaanii hin taʼin isin akka #tajaajilan ifa ni taʼeef; waan kana #ergamoonni iyyuu #gad-fageenyaan arguu #hawwu.

➧Ayyaana Gaarii isiniif Haata’u
Audio
💞Mormii Orthodoksi fi Muslimaa. Jidduu ta’e
🕹Gutema,Gelana(orthodoksi
🕹seyfedin Abdelah(Muslima


Gaaffii Kiristiyaanaa (orthodoksif) dhiyaatee

🛜 #Kiristoos Waaqayyo ta'u isaa qabxii ibsuu
❶.Yohannis 1:9-11
➋.Maarqoos 12:28-29


Gaafii Muslimaaf dhiyaate

❶.➧ Waaqni Muslimoota Allah #Qullaa ta'u isaa qabxi ibsuu
Sahi Al- Bukari 6524👈


➋.➧ Amantaa Muslimaa #aadaadha

Ashi-Shamali-Al-Muhammadiyah 417👈


➌➧ #Dhukkee namni miilla isaa irratti yoo naqee jeenata moosiol Lixa

Sahi Al- Bukari 2811👈


𝙜𝙖𝙧𝙖 𝙩𝙚𝙡𝙚𝙜𝙧𝙖𝙢𝙖 𝙠𝙤𝙤𝙩𝙖👇

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
Baga Geessan :
❶➻Yohaannis 1:30
inni ani, « Namni na duubaan dhufu na #caala; inni na #dura tureetii’ jedhee waaʼee isaa dubbadhe sun isa kana

=𝑘𝑖𝑟𝑖𝑠𝑡𝑜𝑜𝑠 𝑤𝑎𝑎𝑞𝑢𝑚𝑚𝑎 𝑖𝑠𝑎𝑎𝑛 𝑒𝑒𝑛𝑦𝑢𝑢 𝑖𝑦𝑦𝑢𝑢 𝑑𝑢𝑟𝑎 𝑡𝑢𝑟𝑒.

garuu immoo foonii nama uffatteef ,barii lakkaa’ame waggaa 30tti cuuphame.

➋➻Luqaas 3:23
#Iyyaasuus yeroo tajaajila isaa jalqabetti umuriin isaa gara waggaa soddomaa ture. Innis akka waan ilma Yoosef tureetti yaadamaa ture:
ilma Eelii

𝑔𝑎𝑟𝑢𝑢 𝑘𝑖𝑟𝑖𝑠𝑡𝑜𝑜𝑠 𝑠𝑎𝑎𝑚𝑖 𝑖𝑟𝑟𝑎𝑎 𝑑ℎ𝑢𝑓𝑒:
➌➻Yohaannis 6:62
Yoos yoo utuu #Ilmi Namaa #iddoo_dur_turetti ol baʼuu argitan akkam taʼinna ree?

➍➻Yohaannis 6:38
Ani fedhii isa na erge sanaa guutuuf malee, fedhii koo guutachuuf #samii irraa #gad hin buuneetii.


𝑎𝑦𝑦𝑎𝑎𝑛𝑎 𝑔𝑎𝑎𝑟𝑖 𝑖𝑠𝑖𝑛𝑖𝑓 ℎ𝑎𝑎𝑡𝑎'𝑢.
🌹Guyyaa sadiif Farfannaa akka bishaanii Roobaa ganna fakkatun Waaqayyo waaqeesssa ture.

Seexanaa pheenxee fi Muslimaa rakkisaa jiru irraa qulqulleessine jira.


Akkasumas hafuura xuraa’oo magaalaa keeessaa jiru fi naannoo sana jiruu gadi tumne jira.


🌹ROOMEE 16:20
Waaqayyo inni nagaa kennu immoo dafee #Seexana #miilla keessan jalatti in #caccabsa( burkuteessa) ayyaanni #gooftaa keenya Iyyaasus isinii wajjin haa ta'u


𝙬𝙖𝙖𝙦𝙖𝙮𝙮𝙤 𝙗𝙖𝙧𝙖 𝙙𝙝𝙪𝙛𝙪𝙣 𝙣𝙪𝙪 𝙝𝙖𝙖 𝙜𝙖𝙝𝙪𝙪.
𝙣𝙖𝙜𝙖𝙖 𝙬𝙖𝙟𝙟𝙞𝙣 𝙤𝙧𝙩𝙝𝙤𝙙𝙤𝙠𝙨𝙞 𝙠𝙤𝙤 𝙗𝙖𝙖𝙮𝙚𝙚 𝙞𝙨𝙞𝙣 𝙟𝙖𝙡𝙖𝙙𝙝𝙖 🤝🤝🤝
Amanta Muslima dura biyya Araba kessatti Waaqni waaqeessa ture inni jalqaba ❝ #Hubal ❞ jedhama
➻Hubal kuni immoo #obboolleetti dubartoota sadi(3) qaba* yookiin immoo isaa afanii Ingiliffatiin (daughters ) jennu.
Maqaan dubartoota sadan immoo isanii kana👇
❶➻Allat
➋➻Al-Uzza
➌➻Manat.


yeroo Amma Muslimoonni maqaa Allat jettu sana xumura irraa qubee takka balleessaan Allah jedhuu.

Inni jalqaba=Allat👈
Inni lamaffa=Allah👈

Kanafuu Allah jechuun maqaa durii kani dubartii Allat irraa dhufee malee gara bira eessaa iyyuu hin dhufne.

Kanaafu Allah dubartii dha😜🐐

Fakkeenyaaf maqaa kana Allah eessaa fidee jeete osoo Muslimaa gaafate iddoo inni fidee hin beeknuu siin jedhuu 😜

Maqaa dubartii lamaffaa immoo Al-uzza jedhama kuni immoo Qubee ❝ #Al ❞ jedhuun jalqabaa.
Maqaan Allah 99 keessa tokko

المانِع - Al-Mani#

kana jedhun Al + Mani jechudha
Kani dubartii sana immoo
Al-Uzza=Al+ uzza jechudha.

Kanafuu Qubee Al jettu kuni eessa dhufte osoo Muslimaa gaafatee deebii isaa hin jiru😜

Link kana xuqaa dubbisa mee
Photo Dubartoota sadan(3) .

Muslimoonni Allah arshi gubbaa ta’e jira jedhu dubartii tana kuno
Allah=Allat.


Surraa 9:129👇
فَإِن : But if
تَوَلَّوْا۟ : they turn away,
فَقُلْ : then say,
حَسْبِىَ : "Sufficient for me
ٱللَّهُ : (is) Allah.
لَآ : (There is) no
إِلَٰهَ : god
إِلَّا : except
هُوَۖ : Him.
عَلَيْهِ : On Him
تَوَكَّلْتُۖ : I put my trust.
وَهُوَ : And He
رَبُّ : (is the) Lord
ٱلْعَرْشِ : (of) the Throne,
ٱلْعَظِيمِ : the Great."


Link kana xuqaa
Pre Islamic Arabian gods - Google ፍለጋ
https://www.google.com/search?client=chrome-mobile&sca_esv=ed897b2776f2f88d&sxsrf=ACQVn08RIOYV5ZnLLGzw2kFd_8myk-xXPg:1707031960553&q=Pre+Islamic+Arabian+gods&sa=X&ved=2ahUKEwiG3IPNlZGEAxVyRKQEHU9hCt8Q1QJ6BAg0EAI&biw=360&bih=648&dpr=2