๐นBagaa geessan.
1 Samu'eel 5:4๐
Garuu yommuu isaan guyyaa itti aanu ganama kaสผanitti Daagon #taabota Waaqayyoo duratti addaan lafatti gombifamee ture! Mataa fi harki isaas irraa caccabee gubanii balbalaa irratti kufee ture; Qaama isaa qofatu hafe.
โค๏ธ Daagon=jechuun Qurxummii jedhudha (Afaan Ibraayisxiittiin jecha #dag jedhuu irraa kani dhufeedha). Yookiin immoo Waaqa Qurxummii jedhama.
Haataโu malee lubbuu hin qabuu. #Fuula , #harka qaba ilma nama fakkaata, inni bira immoo eegee qurxummii qaba.
Haataโu malee waaqa tolfamaa biyya Filisxeemi.
โGaaffii tokko warra pheenxeefi
#Taaboonni akkamitti #daagoni caccabseeโโโ

Forwarded from Orthodox Promotion
Channel โootni mimmiidhagoo armaan gadii kunneen, barumsa mana Kiristiyaana Ortodoksii Tewaahidoo, Seeraa fi Dambii ishee haala eeggateen sagalee Waaayyoo lallabuu fi barsiisuu irratti argamu.
Channel โoota kanneen keessatti: Lallaba, Koorsii, Faarfannaa, Walaloo, Jechoota Abbootaa, Seena qulqullootaa guyyaa guyyaadhaan Mana Kiristiyaanaa keenya keessatti yaadatamanii, Gaaffilee mana kiristiyaanaa keenya irratti gaafataniif deebii, Gorsa Abbootaa, PDF ykn Kitaabota afuuraa kan Ortodoksii Tewaahidoo, kkf argattu.
Channel โoota kanneen keessa seennan mee maal dhabdu? Yoo akka barbaaddanitti dhabdanis waan barbaaddan kamillee gaafattanii argattu! Kanaafuu, itti goraatii Channel โoota kanneen hundumaa tokko tokkoon โJoin/Subscribeโ taasifadhaa; irraas fayyadamaa; baradhaa!

๐นkutaa-5-ffaa ๐~
โ๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ข๐ช๐จ๐ก๐๐ข๐ค๐ค๐ฉ๐.
โMaarqoos 1:13
#inni guyyaa afurtama #Seexanaan_qoramaa gammoojjii keessa ture. Inni bineensota wajjin ture; ergamoonnis isa tajaajilan.
1=๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐ ยซ ๐ ๐๐ง๐๐จ๐ฉ๐ค๐ค๐จ ๐๐ง๐๐ ๐ฌ๐๐๐ฆ๐๐ฎ๐ฎ๐ค๐ค ๐ฉ๐๐ ๐๐ ๐ ๐๐ข๐๐ฉ๐ฉ๐ ๐จ๐๐๐ญ๐๐ฃ๐๐๐ฃ๐ ๐ฆ๐ค๐ง๐๐ข๐ ๐๐๐๐๐ชโ
โฌโฌโฌโฌโฌ
๐นDeebii keenya-
โปKiristoos nuuf qoramee fakkeenya ta'uf malee Seexanaa sodate yookiin Seexanaa balleessu dadhabe miti โ
โถโงIbroota 2:18
#Inni mataan isaa waan dhiphina keessatti #qorameef warra qoramaa jiran #gargaaruu ni dandaสผa.
โโงIbroota 4:15
Nu luba oli aanaa #dadhabbii #keenya keessatti garaa nuu hin laafne hin qabnuutii; garuu kan waan hundaan #akkuma_keenya_qorame qabna; taสผus inni cubbuu hin hojjenne
โปkanafuu hanga ammaatti Kiristoos fakkeenya nuuf ta'uf akka qoramee sirriitti hubbanne jira๐ฏ
๐ yoo fakkeenya nuuf ta'u qofa Qorame malee Seexanni Kiristoos fuula isaa dhabatee hin beekuu.
โโงYaaqoob 2:19
Akka Waaqni tokkichi jiru ati ni amanta. Kun gaarii dha! #Hafuuronni hamoon iyyuu waan kana ni amanu; #sodaadhaanis ni hollatu
โโงMaarqoos 3:11
#Hafuuronni xuraaสผoonis yeroo isa argan #fuula isaa duratti #kufanii, โAti Ilma Waaqaa ti!โ jedhanii iyyu turan.
โโงMaarqoos 7:26
Dubartittiinis nama Giriik, kan biyya Sooriyaa keessatti Finiiqeetti dhalatee dha. Isheen akka inni intala ishee keessaa hafuura hamaa sana baasuuf Yesuusin kadhatte.
โโงMaarqoos 9:20
Isaanis gurbicha isatti fidan. Hafuurichis akkuma Yesuusin argeen gurbicha dhidhiitachiise; gurbichis lafa dhaสผee hoomacha afaaniin baasee gangalate.
๐ Kiristoos Aangoo isaattin humna isaatiin Seexanaa basuu isaa
โโงLuqaas 4:36
Namoonni hundinuu dinqifatanii, โMaal barsiisni akkanaa! Inni taayitaadhaan, humnaanis hafuurota xuraaสผoo ni ajaja; isaanis ni baสผuโ waliin jedhan.(Maarqoos 1:27)
๐นNamootaaf Seexanaa akka basanif Kiristoos Aangoo kenuu isaa.
โโงMaarqoos 3:14-15
Innis akka isaan isa wajjin jiraatanii fi akka lallabaaf isaan erguuf namoota kudha lama muudee barattoota jedhee moggaase; akka isaan hafuurota hamoo baasaniifis taayitaa kenneef.
Namoonni immoo maqaa Kiristoos Seexanaa basuu isaanii.
โพโงLuqaas 10:17
Namoonni torbaatamii lamaan sunis gammachuudhaan deebiสผanii, โYaa Gooftaa, hafuuronni hamoon iyyuu maqaa keetiin nuu ajajamaniiruโ jedhan.
=โป๐๐๐๐๐๐ข๐ข ๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐ ๐๐๐โ๐ ๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐ข๐ข๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ฆ๐ ๐ก๐๐ : ๐๐๐๐๐๐ข๐ข #๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐ _๐ค๐๐๐๐๐ฏ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ฆ๐ช๐ง๐๐ฃ๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐จ๐ ๐ข๐ช๐จ๐๐ก๐๐ข๐ค๐ค๐ฉ๐ ๐ ๐๐๐จ๐จ๐๐ฉ๐.
1=๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ก๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐.
2=๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ก๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐
ุญูุฏููุซูููุง ู ูุญูู ููุฏูุ ุฃูุฎูุจูุฑูููุง ุนูุจูุฏูุฉูุ ุนููู ููุดูุงู ู ุจููู ุนูุฑูููุฉูุ ุนููู ุฃูุจููููุ ุนููู ุงุจููู ุนูู ูุฑู ู ุฑุถู ุงููู ุนููู ุง ู ููุงูู ููุงูู ุฑูุณูููู ุงูููููู ุตูู ุงููู ุนููู ูุณูู " ุฅูุฐูุง ุทูููุนู ุญูุงุฌูุจู ุงูุดููู ูุณู ููุฏูุนููุง ุงูุตูููุงูุฉู ุญูุชููู ุชูุจูุฑูุฒูุ ููุฅูุฐูุง ุบูุงุจู ุญูุงุฌูุจู ุงูุดููู ูุณู ููุฏูุนููุง ุงูุตูููุงูุฉู ุญูุชููู ุชูุบููุจู "โ. " ูููุงู ุชูุญูููููููุง ุจูุตููุงูุชูููู ู ุทููููุนู ุงูุดููู ูุณู ูููุงู ุบูุฑููุจูููุงุ ููุฅููููููุง ุชูุทูููุนู ุจููููู ููุฑููููู ุดูููุทูุงูู "โ. ุฃููู ุงูุดููููุทูุงูู. ูุงู ุฃูุฏูุฑูู ุฃูููู ุฐููููู ููุงูู ููุดูุงู ู.
Narrated Ibn `Umar:Allah's Messenger (๏ทบ) said, "When the (upper) edge of the sun appears (in the morning), don't perform a
prayer till the sun appears in full, and when the lower edge of the sun sets, don't perform a prayer till it
sets completely. And you should not seek to pray at sunrise or sunset for the sun rises between two
sides of the #head of the #devil (or #Satan).
Afaanii Oromottin hikaa isa
Ergamaan alaha muhammad akkasii jedhee ยซ ganama yeroo biiftuu Baatuu kadhannaa hin godhin ,galgalaas yeroo biiftuu lixuu kadhannaa hin godhin " yeroo sana biiftuun mataa ykn addaa Seexanaa irratti baatii jedhe ยป (Sahih al-Bukhari 3272)
๐kanafuu Seexanni hanga guyyaa kanatti Namoota fi Allaha kadhannaa dhorkee jira.
Kuni qorumsa Seexannati๐
๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ก๐๐

Maariyaami ijoollee qabdii dhugumaa Kiristoos alatti kani jedhuu irratti .
Afaan warra pheenxee cufu qabnaa.
Afaan warra pheenxee cufu qabnaa.
Raaji-Amoos 5:13
Namni qalbeeffataan yeroo akkasiitti ni callisa
barri kun bara hamaadhaatii.

๐นBaga-Gessaan๐
1Phexros 1:10-12
#Raajonni waaสผee ayyaana isinii kennamuuf jiru sanaa dubbatan sun itti jabaatanii waaสผee #fayyina kanaa #qorachaa, #iyyaafachaas turan; isaanis yommuu #Hafuurri Kiristoos inni isaan keessa ture sun waaสผee dhiphina #Kiristoosiitii fi waaสผee ulfina itti aanu sanaa duraan dursee dubbatetti #yoomii fi #haala akkamii keessa akka taสผu #beekuuf #yaalaa turan.
#Namoonni Hafuura Qulqulluu isa #samiidhaa ergameen #wangeela isinitti lallaban sun waan amma isinitti himan keessatti utuu ofii isaanii hin taสผin isin akka #tajaajilan ifa ni taสผeef; waan kana #ergamoonni iyyuu #gad-fageenyaan arguu #hawwu.
โงAyyaana Gaarii isiniif Haataโu

Maariyaami Dhugumaati Kiristoos Qofa Deessee=1.pdf
697.4 KB
kitabaa kana dubbisa ยซDhugaan jiruu kanuma #kiristoos malee #Maariyaami Nama bira #gonkuma hin deenyee ยป
link kana xuqaa ๐
Gara telegraama ๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
๐๐๐๐
link kana xuqaa ๐
Gara telegraama ๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
๐๐๐๐
Forwarded from ๐นD๐๐๐๐๐ ๐ข๐ช๐จ๐๐ก๐๐ข๐ค๐ฉ๐๐ ๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐ฃ๐ญ๐๐โโโโโ (Gutema Gelana)
Maariyaami Dhugumaati Kiristoos Qofa Deessee=1.pdf
697.4 KB
kitabaa kana dubbisa ยซDhugaan jiruu kanuma #kiristoos malee #Maariyaami Nama bira #gonkuma hin deenyee ยป
link kana xuqaa ๐
Gara telegraama ๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
๐๐๐๐
link kana xuqaa ๐
Gara telegraama ๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
๐๐๐๐
Audio
๐Mormii Orthodoksi fi Muslimaa. Jidduu taโe
๐นGutema,Gelana(orthodoksi
๐นseyfedin Abdelah(Muslima
โGaaffii Kiristiyaanaa (orthodoksif) dhiyaatee
๐ #Kiristoos Waaqayyo ta'u isaa qabxii ibsuu
โถ.Yohannis 1:9-11
โ.Maarqoos 12:28-29
โ Gaafii Muslimaaf dhiyaate
โถ.โง Waaqni Muslimoota Allah #Qullaa ta'u isaa qabxi ibsuu
Sahi Al- Bukari 6524๐
โ.โง Amantaa Muslimaa #aadaadha
Ashi-Shamali-Al-Muhammadiyah 417๐
โโง #Dhukkee namni miilla isaa irratti yoo naqee jeenata mooโsiol Lixa โ
Sahi Al- Bukari 2811๐
๐๐๐ง๐ ๐ฉ๐๐ก๐๐๐ง๐๐ข๐ ๐ ๐ค๐ค๐ฉ๐๐

โBaga Geessan :
โถโปYohaannis 1:30
inni ani, ยซ Namni na duubaan dhufu na #caala; inni na #dura tureetiiโ jedhee waaสผee isaa dubbadhe sun isa kana
=๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐ ๐ค๐๐๐๐ข๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ฆ๐ข๐ข ๐๐ฆ๐ฆ๐ข๐ข ๐๐ข๐๐ ๐ก๐ข๐๐.
โgaruu immoo foonii nama uffatteef ,barii lakkaaโame waggaa 30tti cuuphame.
โโปLuqaas 3:23
#Iyyaasuus yeroo tajaajila isaa jalqabetti umuriin isaa gara waggaa soddomaa ture. Innis akka waan ilma Yoosef tureetti yaadamaa ture:
ilma Eelii
๐๐๐๐ข๐ข ๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐โ๐ข๐๐:
โโปYohaannis 6:62
Yoos yoo utuu #Ilmi Namaa #iddoo_dur_turetti ol baสผuu argitan akkam taสผinna ree?
โโปYohaannis 6:38
Ani fedhii isa na erge sanaa guutuuf malee, fedhii koo guutachuuf #samii irraa #gad hin buuneetii.
๐๐ฆ๐ฆ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐ โ๐๐๐ก๐'๐ข.

๐นGuyyaa sadiif Farfannaa akka bishaanii Roobaa ganna fakkatun Waaqayyo waaqeesssa ture.
Seexanaa pheenxee fi Muslimaa rakkisaa jiru irraa qulqulleessine jira.
Akkasumas hafuura xuraaโoo magaalaa keeessaa jiru fi naannoo sana jiruu gadi tumne jira.
๐นROOMEE 16:20
Waaqayyo inni nagaa kennu immoo dafee #Seexana #miilla keessan jalatti in #caccabsa( burkuteessa) ayyaanni #gooftaa keenya Iyyaasus isinii wajjin haa ta'u
๐ฌ๐๐๐ฆ๐๐ฎ๐ฎ๐ค ๐๐๐ง๐ ๐๐๐ช๐๐ช๐ฃ ๐ฃ๐ช๐ช ๐๐๐ ๐๐๐๐ช๐ช.
๐ฃ๐๐๐๐ ๐ฌ๐๐๐๐๐ฃ ๐ค๐ง๐ฉ๐๐ค๐๐ค๐ ๐จ๐ ๐ ๐ค๐ค ๐๐๐๐ฎ๐๐ ๐๐จ๐๐ฃ ๐๐๐ก๐๐๐๐ ๐ค๐ค๐ค