🌹D𝙚𝙚𝙗𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙨𝙞𝙡𝙞𝙢𝙤𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙥𝙝𝙚𝙚𝙣𝙭𝙚𝙚
2.36K subscribers
47 photos
2 videos
9 files
113 links
“Iyyesuus, ‘Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

ኢየሱስም ከፈሪሳውያንና ከሰዱቃውያን እርሾ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላቸው። (ማቴዎስ 16:6)
Download Telegram
🌹#Mana keenya isa
lafa irraa kan
ta'e
#dunkaanni kun
yoo
#diigame, bara
baraaf samii irratti
mana
#harkaan utuu
hin tain
#Waaqayyoon
#ijaarame akka qabnu
beekna

#ድንኳን የሚሆነው
#ምድራዊ መኖሪያችን ቢፈርስ
#በሰማይ ያለ በእጅ ያልተሠራ
የዘላለም
#ቤት የሚሆን
ከእግዚአብሔር የተሠራ
#ሕንጻ እንዳለን እናውቃለንና
=2 Qorontoos 5:1
=2 ቆሮንቶስ 5:1
▬▬▬◈▬▬▬
=bara haaraa kabajuun
Ni beekamaa
=Namoonni tokko.tokko
Bara,gammachuu
bara jalala
bara milkaa’uu
=jedhanii
#afaan
qofaan dubbatu
◈bara gammachuu
Ta'u fi dhisuu isaa
Wanti beekamuu hin
Jiru....

◈Nuuti garuu warri Amanta
Dhugaa qabnuu jalqabaa
dura walii gorsuu qabna
Isaa booda, waqayyo
Keenyati dhiyaachuu
jalqaba yeroo deemnu
Bara jalala jechaa deemana
Maalif,"Waaqayyo jalalaa
Wani ta’ef, nuutis amma
Jalala dhuga Waani
qabnuuf ‼️

waggoota hundumaa Haata’u namnii
Gammachisu ta’e Gada
Ta'e keessa darbuu
Dirqama yeroo kamiyyuu
Wanta nama irraa eeggamuu

◈ gaaruu Waaqayyo
Qorumsa hedduu
Kan ijaan mul'atanii fi hin
Mulane irraa nuu,Ege jira
#Galata Waaqayyo Haata’u

#Waaqni keenya
#Yaada nuu,jajjabeessu
hedduu isaa nutti
Himme jira.Kanaaf
Jechi Waaqayyo
Bara baraan waani
Jiraatuf nutti immoo
Jechi isaa baraa bara
Wani eegnuuf nuttis
Bara barran jiran
Jechi isaas bara,baraan
Akka jiranuu nuu.
Tasisa

Luqaas 21:15
Ani
#dubbii fi #ogummaa #mormitoonni keessan
hundi mormuu yookiin
#falmuu
hin dandeenye isiniif
nan kenna

🌻jecha kana dubbate
Kiristoos
dinna keessan jecha
Dinni nuu mormuu
Seexanaa fi namaa
Hojji xuraawaa hojjatu
Kuni immoo yeroo
Kamiyyu nuu
Mormuu ykn nuu
Falmu garuu
Oguuma fi beekumsa
Waaqayyo kan isaan
Ni mo'ana.

🌹ወደረኞቻችሁ ሁሉ
ሊቃወሙና ሊከራከሩ
የማይችሉትን አፍና ጥበብ እሰጣችኋለሁና
=ሉቃስ 21:15

Luq 21:33-36👇
#Samii fi lafti ni darbu
#dubbiin koo garuu
matumaa hin
darbu.

Haatau malee, akka
malee
#nyaachuu fi akka
malee
#dhuguudhaan
#yaaddoo_jireenyaatiinis
garaa keessanitti ba'aan
akka hin
#ulfaanne ofii keessaniif ofi eeggadhaa
kun tauu baannaan garuu

guyyaan sun akka
tasaa utuu isin hin
yaadin isinitti dhufa

jechuunis akka
#kiyyootti isinitti dhufa. Sababiin isaas, guyyaan kun #namoota
guutummaa lafaa irra jiraatan irratti ni dhufa

Kanaaf
#dammaqaa
eegaa, akkasumas
wantoota tauun
isaanii hin oolle kana
hunda
#jalaa
bauu fi
#Ilma namaa
dura dhaabachuu akka dandeessaniif yeroo
hunda
#kadhannaa
dhiheessaa.

◈Waaqayyo dursee
Wanta gochuu qabnuu
Nutti hime jira
Kanaafuu akkuma
Jedhame gochuun
Kayyoo keenya

#ሰማይና ምድር ያልፋሉ
ቃሌ ግን አያልፍም

ነገር ግን
#ልባችሁ በመጠጥ
ብዛትና በስካር ስለ ትዳርም
#በማሰብ እንዳይከብድ
ያ ቀንም በድንገት እንዳይመጣባችሁ ለራሳችሁ ተጠንቀቁ

#በምድር ሁሉ ላይ በሚቀመጡ
ሁሉ እንደ ወጥመድ ይደርስባቸዋልና

እንግዲህ ሊመጣ ካለው
#ከዚህ ሁሉ ለማምለጥ
#በሰው ልጅም ፊት ለመቆም
እንድትችሉ
#ስትጸልዩ
ሁል ጊዜ ትጉ
=ሉቃስ 21:33-34

Luq 12:47-48👇
garbichi fedhii gooftaa
isaa hubatee
#qophaaaa
hin taane yookiin wanta
inni isa
#gaafatu
hin hojjenne sia
#baayee_garafama.

#Garbichi utuu hin #hubatin wanta isa #garafsiisu
hojjetu garuu
#muraasa garafama


Nama
#baayeen itti
kenname
#hunda irraa
baayeetu barbaadama
nama
#itti_gaafatamummaa
#hedduun kennameef irraas baayeetu barbaadama

🌻
#የጌታውንም ፈቃድ
አውቆ ያልተዘጋጀ እንደ ፈቃዱም
ያላደረገ ያ ባሪያ
#እጅግ ይገረፋል

#ያላወቀ ግን መገረፍ
የሚገባውንም ያደረገ
#ጥቂት
ይገረፋል

#ብዙም ከተሰጠው ሰው ሁሉ
ከእርሱ ብዙ
#ይፈለግበታል
#ብዙ_አደራም ከተሰጠው
ከእርሱ
#አብዝተው ይሹበታል
=ሉቃስ 12:47_48

◈ kanafuu obboloota
Koo,jabadha Waaqayyo
Isin fannaa Haata’u.
==//===//===
===========
Nagaan Tura
▬▬◈▬▬


yaada yoo qabtan👇
#Gutema123

◈karaa bira gara jalaa
@Leave_a_Comment
kan jedhuu xuqa bareessa
🌹Amantiin keessan
#Ogummaa namootaa
irratti utuu hin tain humna Waaqayyoo irratti kan
hundaae akka ta'uu.

👉 እምነታችሁም
በእግዚአብሔር ኃይል እንጂ
#በሰው ጥበብ እንዳይሆን

➢1 Qor 2:5
➢1 ቆሮንቶስ 2:5
=====||======
#Bagaa_Geessaan

• Muddee 24
• Ayyaanna qulqulluu
#Taklaymanotti guyyaa
dhaloota isaani

• Akkasumas boqonna
Aginixiyosi

🌻
#sirna_Qidasee
(sirna galatoo)
guyyaa kani Dubbifamu
• Efe 4:11-17
• 1 Phex 1;13-xum
• HDB 19:11-21
• Far 8;2
• Mat 18;1-12
• Sirna galatoo
duuka bu’oota
▬▬▬▬▬▬▬▬
❖ "Phawuloos" irraa
Kan dhageenye "


❖ kan ani dubbadhee fi
kan ani isiniif lallabes
jechoota
#ogummaa
warra nama sossobaniin
utuu hin tain
#Afuuraa fi
humna Waaqayyoo mulisuudhaan ture

❖ kana kan ani godhes amantiin keessan
ogummaa namootaa
irratti utuu hin
tain humna Waaqayyoo
irratti kan hundaae akka
tauufi

❖ Ammas namoota
bilchaatan gidduutti
ogummaa dubbanna,taus
kan dubbannu
ogummaa
sirna kanaa yookiin
ogummaa bulchitoota
sirna kanaa warra
baduuf jiranii miti

Kanaa mannaa
ogummaa Waaqayyoo isa
karaa iccitii Qulqulluu mulifame, jechuunis
ogummaa Waaqayyoo
isa dhokataa isa inni
sirna kana dura ulfina
keenyaaf dursee
murteesse sana dubbanna

#Bulchitoota sirna
kanaa keessaa
ogummaa kana kan
beeke tokko illee
hin turre,utuu beekaniiru
taee silaa

#Gooftaa isa ulfina
qabeessa tae sana
hin fannisan turan

🌻Haatau malee akkuma “Wantoota Waaqayyo
namoota isa jaallataniif qopheesse, iji hin argine
gurris hin dhageenye
yookiin garaan namootaas
hin yaadne” jedhamee barreeffame tae

Waaqayyo karaa
#Affuura isaa wantoota kana nutti muliseera,sababiin isaas Affuurri wanta hundumaa jechuunis wantoota
Waaqayyoo warra gadi
fagoo taan illee ni
#qora

#Yaada nama tokko
keessa jiru Affuura
namicha sana keessa
jiru malee, namoota
keessaa eenyutu
beekuu dandaa

👉 Haaluma wal-fakkaatuun
#Afuura_Waaqayyoo
malee, yaada Waaqayyoo
#namni beekuu dandau
hin jiru

Ammas nuti
wantoota Waaqayyo gaarummaadhaan nuu kenne beekuu akka dandeenyuuf, Afuura
#addunyaa utuu
hin tain
Afuura isa kan
#Waaqayyoo fudhanneerra
Kana malees, wantoota
kana kan dubbannu
#jechoota ogummaa
namootaa irraa baranneen miti

🌹kanaa mannaa
#dhimmoota Afuuraa jechoota
Afuuraatiin yommuu ibsinu dubbii Afuura irraa baranneen dubbanna.

Haatau malee
wantoonni kun
nama fooniitiif
gowwummaa waan
ta'aniif, namni akkasii

wantoota Afuura
Waaqayyoo irraa dhufan
hin fudhatu,Afuuraan kan qoraman waan taaniifis
inni isaan hubachuu
hin dandau

#Namni Afuuraa
garuu waan hundumaa
qora taus ofii isaatii
nama kamiin iyyuu hin
qoramu

#Kitaabni Qulqulluun
“Akka inni isa barsiisuuf, eenyutu yaada Waaqayyo beeke” jedha.

#Nuti garuu yaada
Kiristoos qabna
---- 1Qor 2:4-16------
""""""""""""""""
Eenyutu bishaanota
harkaan hammaaree safare
Eenyutu samiwwan taakkuudhaan safare
Eenyutu biyyoo lafaa guubootti naqee fixuu
danda'a
Eenyutu tullootaa fi gaarota madaalii irra kaa'a
Eenyutu humna
#Afuura Waaqayyoo shallaguu
danda'a
Eenyutus Waaqayyoon
#gorsee barsiisuu danda'a
‼️inni eenyuun gorsa
gaafata
‼️Yaada
ogummaa eenyu
irraa argata
‼️ Karaa qajeelaa eenyutu
isa barsiisa
‼️Beekumsa ittiin hubatus
Raji-isay 40:12-14

🌻
#የእግዚአብሔርን መንፈስ ያዘዘ ወይስ አማካሪ ሆኖ ያስተማረው
ማን ነው
ወይስ ከማን ጋር ተመካከረ ወይስ ማን መከረው? የፍርድንም መንገድ ማን አስተማረው

🌻እውቀትንስ ማን አስተማረው የማስተዋልንስ መንገድ ማን አሳየው
"Xumuraa irratti"
◉ Galani Waaqayyof
Haata’u Ameen.

@haadha_Waaqa_naJaladha

===||=====||===
🌹Afaan nama
Qulqullu Namoota
hedduu ni soora,

#Gowwoonni garuu hubannaa dhabuu isaaniitiin kan
kae ni duu.a
🎋
#የጻድቅ ከንፈሮች
ብዙ ሰዎችን
#ይመግባሉ
#ሰነፎች ግን ከልባቸው
ጕድለት የተነሣ ይሞታሉ.
◈fakkeenya 10:21
◈ምሳሌ 10:21
▬▬▬▬▬▬▬
❖Gorsa,kan
Irraa maali hubbachu
Dandeessan, hunduma
Isaa dubbisa 👇

🅰 ilmi ogeessi
#abbaa
isaa ni gammachiisa
ilmi gowwaan garuu
#haadha isaa ni gaddisiisa

🅱 Qabeenyi hamminaan argame gatii hin qabaatu,
Qajeelummaan garuu
dua irraa nama oolcha

🅰 Waaqayyo namni
Qulqulluun akka
#beelau
hin godhu,
Namoota hamoo garuu
wanta hawwan ni
#dhowwata

🅱 Harki hojii hiike
#hiyyummaa fida,
Harki jabaatee hojjetu garuu
#sooruma argamsiisa

? ilmi hubannaa guddaa
qabu
#waqtii bonaatti
midhaan walitti qabata
ilmi nama qaanessu garuu,
yeroo
#makaraatti_hirriba
cimaa rafa

🅰
#Eebbi mataa nama
Qulqulluu irra jira,
Afaan nama hamaa garuu
jeequmsa dhoksee qabata.

🅱 Yaadannoon nama
Qulqulluu
#eebba argamsiisa
#Maqaan nama hamaa
garuu tortoree bada

🅰 Namni
#garaa(laphee) ogeessa tae qabu qajeelfama
ni fudhata
#Namni gowwummaadhaan
dubbatu garuu ni hafa

🅱 Namni garaa Qulqulluudhaan
deddeebiu
#sodaa
malee deema
Namni karaa isaa jalaa
godhu garuu ni
#qabama

🅰
#Namni hammina
yaadee ija isaatiin dubbatu gadda fida
Namni gowwummaadhaan
dubbatus ni badaa

🅰 Afaan nama Qulqullu madda
#jireenyaa ti
Afaan nama hamaa garuu
#jeequmsa dhoksee qabata

🅱
#Jibbi falmii kakaasa,
#Jaalalli garuu balleessaa
hundumaa ni haguuga

🅰 Ogummaan afaan
nama hubataa irra jira,
Uleen garuu dugda nama hubannaa hin qabneef ta'a

🅰 Ogeeyyiin
#beekumsa ni kuufatu,Afaan nama hamaa garuu badiisa waama

🅱 Qabeenyi sooressaa isaaf
magaalaa dallaa dhagaa
qabdu dha.
Badiisni hiyyeessotaa garuu
hiyyummaa isaanii ti.

🅰 Hojiin nama Qulqulluu
gara
#jireenyaatti geessa;
Oomishni nama hamaa garuu gara
#cubbuutti geessa

🅰 Namni
#adaba fudhatu daandii gara jireenyaatti
geessu dha,
Namni
#sirreeffama tuffatu
garuu warra kaan karaa irraa
ni badaa

🅰 Namni
#jibba isaa
dhoksu soba dubbata
Namni oduu hamaa
babalisus gowwaa dha

🅱 Dubbiin yoo
#baayate dogoggora hambisuun
hin dandaamu
Namni
#arraba isaa to'atu
hundi garuu
of eeggataa dha

🅱
#Arrabni nama Qulqullu akkuma #meetii hunda
caalaa baeessa taee ti,
#Garaan nama hamaa
garuu gatii hin qabu

🅱
#Afaan nama Qulqullu namoota hedduu
ni soora,
Gowwoonni garuu hubannaa dhabuu isaaniitiin kan
kae ni duu.a

🅰
#Eebbi Waaqayyo
sooressa nama godha

🅱
#Nama_gowwaadhaaf gocha qaanessaa irratti hirmaachuun akkuma
#taphaa ti,
#Ogummaan garuu kan
nama hubannaa qabuu ti

🅱 Namni
#hamaan wanti
inni sodaate isa irra ga'a
Namoonni
#Qulqulluun garuu
hawwiin isaanii isaaniif
#guutama

🅱 Bubbeen yommuu darbu,
namni hamaan hin jiraatu
#Namni Qulqulluun garuu
bara baraaf buuura dha

🅰 Akkuma wanti dhangaggaaaan ilkaan
Balleesuu, Aarris ija
dheekkamsiisu,
Dhibaaaanis nama isa
ergate ni dheekkamsiisa

🅰 Waaqayyo
#sodaachuun umurii dheeressa.
Umuriin hamootaa
garuu ni
#gabaabbata

🅱 Wanti Qulqullooni eeggatan
#gammachuu argamsiisa,
#Abdiin hamootaa
garuu ni bada

🅱
#Daandiin Waaqayyo
nama balleessaa
hin qabneef
#dahoo dha.
Warra hammina hojjetaniif
garuu
#badiisa dha

🅰 Namni Qulqulluun
matumaa akka kufu
hin godhamu,
Namoonni hamoon garuu
lafa irra jiraachuu isaanii
itti hin fufan..

🅰
#Afaan nama Qulqulluu #ogummaa ni baasa,
Arrabni jalaan garuu ni
#cita.

🅰 Arrabni nama Qulqulluu
#wanta nama
gammachiisu beeka,
Afaan hamootaa
garuu
#jalaa dha
(fakkeenya 10:1-32)
------------------------------
Galani Waaqayyof
Haata’u Ameen.
----------------------------
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
||🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃||
🌼kutaa+27ffªª.👁📍
=gaaffii fi deebii
Muslimoota
Yohaannis 8:40👇
Amma garuu ana isa
#nama dhugaa Waaqayyo irraa dhagae isinitti hime ajjeesuu barbaaddu. Abrahaami kana
hin goone.
▬▬▬▬▬▬▬
➧gaafi isaani
Kiristoos Ani Nama
ofiin jedhee jira
kanafuu inni nama
malee Waaqa
mitii jedhuu
⓵⓵⓵⓵⓵⓵⓵⓵⓵
➧Deebii keenya
lakki inni Waaqa.

Raga kitaaba
⓵=Yohaannis 1:1
Jalqaba logoosi (jecha) ture logoosi (jechi) Waaqayyoo wajjin ture;
logoosi (jechi) waaqayyo ture.
➧logoosi (jecha) kani
jedhame Kiristoos.
💒 Kitaabni Yohaannis
kuni jalqabaa dura Afaani
Giriikiitiin bareffame
=hiika logoosi jechu achi irraa fudhe,
👉
#Λόγος👈
Jechi kuni Qube 5 qaba
➧Afaan Ingiliffaatiin immoo
word jedhama.
➧garuu kuni immoo
dogoggora ture
maalif
#word jechuun
afaanii Giriikiin immoo
leksi jedhama
👉
#λέξη👈
kanafu logoosi
yeroo jennu jecha qaama
qabu ta'u qaba.

yoo,*akkasii ta’e malee
hiika jedha leksi fi logoosi
jedhu wali hin madaluu.

⓶=Luqaas 21:14-15
akkamitti falmanna jettanii dursitanii hin yaadinaa
sababiin isaas,
#Ani_dubbii fi #ogummaa mormitoonni keessan hundi mormuu yookiin falmuu hin dandeenye #isiniif_nan_kenna.
➧oggummaa kani
nama keenuu Waaqayyo
qofaa kanafuu Kiristoos
Waaqayyo dha.

📍 iyyob 12:13

#Ogummaanii fi guddinni isa bira jira;
Inni
#Waaqa kaayyoo ti, hubannaas qaba.
በእግዚአብሔር ዘንድ
#ጥበብና #ኃይል አለ፤ ለእርሱ ምክርና ማስተዋል አለው
=(ኢዮብ 12 :13)
📍 1Motoota 4:29

#Waaqayyos_ogummaa fi
hubannaa guddaa, Akkasuma gara balina akka cirracha qarqara galaanaa tae
#Solomooniif ni kenne.
➜ kanafuu Kiristoos Waaqayyo dha.
▬▬▬▬▬▬
❤️📍Waaqni nama hin
tauu jedhu

Raajii_Hose 11:9
Ani dheekkamsa
koo isa bobau hin dhangalaasu.
Lammata Efreemiin hin balleessu,
Sababiin isaas
#Ani_Waaqa
dha malee #nama_miti,
Ani Isa Qulqulluu si gidduu
jiru dha;Aariidhaan
sitti hin dhufu.
▬▬▬▬▬▬▬
➧kanafuu Waaqayyo Ani
Waaqa malee nama mitii
ergaa jedhe, Kiristoos immoo Ani nama
jedhe jira, akkamitti inni
Waaqa ta'a jedhuu

➜deebi akka Jecha Raji hoseti, ani Waaqa malee nama miti jedhe male
#Ani_Foonii hin uffachu
hin jennee,

sababa immoo Ani Waaqa malee nama
mitii jechuun isa
yaada nama fi Waaqayyo
gargarii wanii ta’efi

💒 Ragaa kitaaba
⓷=Raaji isayaas 55:8-9
#yaanni koo yaada keessanii wajjin,
#Daandiin koos daandii keessanii wajjin tokko miti” jedha Waaqayyo

Akkuma samiin
lafa irraa olii fagaatu,
Daandiin koo daandii keessan irraa,
Yaanni koos yaada keessan irraa fagoo dha.

⓸=Yohaannis 8:14-15
#Kiristoos akkasi jedhee
isaanif deebisee “Ani eessaa akkan dhufee fi Eessa akkan dhaqu waanan beekuuf, waaee ofii koo yoon dhugaa bae illee, dhugaa baiinsi koo dhugaa dha.

#isin garuu Ani eessaa akkan dhufee fi eessa
akkan dhaqu hin beektan. Isin akka ilaalcha
#fooniitti_murteessitu;
ani garuu matumaa eenyutti iyyuu
hin murteessu.
▬▬▬▬▬▬
➧kanafu Jechi raajii hose dubbatee Ani Waaqayyo male,namatti inni jedhuu fi
isin akka ilaalcha fooniitti murtesitu jedhu.
maali ibsa yeroo jenu Waaqayyo fi Nama jidduu
garagarummaa jirudha

kanafuu Kiristoos Ani akka fooniitti hin murtessuu ergaa jedhee Kiristoos Waaqayyo jechudha.

➧deebii salphaa ani Waaqayyo malee nama
mitii jechuun. sadarkaa yaadan akka ta’e ifa,

📍💒
#sababa Kiristoos foonii nama uffateef wanti inni akka waaqa hin tanee dhowwuu gonkumaa
hin jiruu

➧sababa inni foonii nama uffatefi innii Waaqa mitii
kan jedhuu kitaaba keessa
gonkumaa hin jiruu

▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
❤️📍➧kanafuu Kiristoos sababa maaliif
#nama ofiin jedhe ree,yeroo jennu

➛inni foonii nama uffachu isaa
#Afaan isaan dubbatee ragaa bahuuf.
➧akkuma Phawuloos
dubbate 👇

➜namoonni tokkoo tokko lakki inni foonii nama hin uffane jedhanii akka mormii hin Uumneef
jala muree dubbate. akkasumas namni kaamiyu shakkii male dhugumaa Kiristoos fooniin nama uffata jedhanii akka Amaniniif.

⓹=Ibroota 2:14-16
Kanaaf, “ijoolleen” sun
#fooni fi dhiiga waan taaniif, innis foonii fi
dhiiga
#tae; kunis kan tae, dua isaatiin #Diyaabilos isa dua fiduuf humna qabu sana akka balleessuufi;

akkasumas, warra jireenya isaanii guutuu garbummaa sodaa duaatiin qabamanii turan bilisa baasuufi.

▬▬▬▬▬▬▬▬
🌸link kan xuqaa 👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
*******
🌹➡️ kutaa _ 56 ffªª 🌸👇
▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
🔳 Gaaffii fi Deebii
🔳 Muslimoota👈
Yohaannis 13:20👇
Dhuguma dhuguman isiniin jedha,
#isa_Ani_ergu kan simatu hundi Anas ni simata, namni Anaan simatu hundi immoo isa Ana erge Sana simata.”
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
👉 Gaaffii isaanii
1➩ kani Kiristoos erguu kuni Muhammadi jedhuu...😁
▬▬▬▬▬▬▬▬
🔳 Deebii keenya👇
🌺 kitaaba keenya keessa lakki
#foolii_muhammadi hin jiruu kani jedhuu ta'a.
📕Gaaffii nutti muslimoota gaafanu immoo
1=inni Kiristoos ergu kuni Eenyufi ergama...
2=Kiristoos eenyutu dubbachaa jiraduuka buoota isaa moobiyya Araba deeme isaanii wajjin dubbachaa jira..
🔺 lakki Kiristoos dukka buoota isaati dubbachaa jira yoo,ta’e ,kani Kiristoos erguu suni illee duuka bu'ootaf jechudha.

❤️ ragaa keenyaa immoo Kiristoos duukaa bu'oota isaatti isiniif erga jedhee.,
🍊Yohaannis 13:20
Dhuguma dhuguman
#isiniin jedha, isa #Ani_ergu kan simatu hundi Anas ni simata, namni Anaan simatu hundi immoo isa Ana erge Sana simata.”
🌺❤️ kanafi
#Jechi_isiini nan jedha jechuu eenyu ibsa kuni duuka buoota ibsaa, kanafuu yeroo duuka buooni jirani sana immoo #muhammadi kani jedhamuu hin jiru ,waggaa 600 booda dhufee ,yeroo sana immoo duuka buooni Kiristoos boqatani jiruu.
▬▬▬▬▬
➡️Qabxiiwwan kana ilaala.
A➩ Kiristoos qaama tokko ni erga.
B➩Abbaan immoo Kiristoos ni erga.
C➩ qaamni Kiristoos erguu kuni Affuurra Qulqulluu moomuhammadi laata
🌸 akka yaadaa
#Muslimoota yoo,ta’e
A=Abbaa
B=Kiristoos
C=muhammadi
Abbaa➛Kiristoos➛muhammad
➡️ Akka
#orthodoksi immoo
A=Abbaa
B=Kiristoos
C=Affuurra Qulqulluudha
➩Abbaa➛Kiristoos➛Affuurra Qulqulluudha.

deebii sirrii akka orthodoksitti dhugaa. maalif yoo,jedhame Affuurri Qulqulluun duuka bu'oota Kiristoos wajjin turee Kiristoos Ana booda kani dhufu jedhe ,kanafuu kuni immoo gara duuka bu'oota Kiristoos kani dhufee
#Affuura_Qulqulluudha malee muhammadi miti

🌺
#Ragaa_kitaaba_Qulqulluu
📍=Ⓐ👉Maatewos 10:20
Kana kani dubbatu isin qofa miti;
#Afuura_Abbaa keessaniitu karaa keessan dubbata malee
➩Kiristoos dukaa bu'oota jecha jira
📍=Ⓑ👉Luqaas 12:11-12
Yeroo walgaii uummataa duratti, akkasumas abbootii taayitaa mootummaa fi warra
#Aangoo qaban duratti isin dhiheessan akkamitti yookiin maali jennee #falmanna yookiin maali jenna jettanii hin
yaaddainaa sababiin isaas,
#Afuurri_Qulqulluun_saaatii sanatti wantoota dubbachuu qabdan isin barsiisa.

📍=Ⓒ👉Luqaas 21:13_15
Kunis akka dhugaa baatan carraa isiniif bana.Kanaaf,
#akkamitti_falmanna jettanii dursitanii hin yaadinaa sababiin isaas, #Ani_dubbii fi #ogummaa #mormitoonni keessan hundi mormuu yookiin falmuu
hin dandeenye isiniif nan
#kenna
📍=Ⓓ👉Yohaannis 15:26_27
#Gargaaraan, jechuunis
#Afuurri dhugaa inni Abbaa keessaa bauu fi #inni_Ani Abbaa biraa isiniif #ergu yommuu dhufu, inni waaee koo
dhugaa ni baa isinis jalqabumaa kaasee anaa wajjin waan jirtaniif anaaf dhugaa ni baatu
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➛Lakki jeetani akkuma pheenxee sana ija keessan dunufatani iyyuu yoo,ta’e qofa iyya kaa.
➛Kiristoos muhammadi ni erga
Yoo,jettanii immoo Kiristoos Waaqayyo jechuu keesaani,Sababiin isaa Qur’aanaa keessatti muhammadi kani ergee Alaha dha jettani jiruu. ,Qur’aani immoo muhammadi kani erge Alahadha jedha.
Kanafu
#filannoo_lamaa qofa qabduu
A➩Alaha jechuun Kiristoos jechudha
B➩ muhammadi kani erge Kiristoos moo, Alaha.
📍=Ⓔ👉Suura 35:4

وَإِن يُكَذِّبُوكَ فَقَدْ كُذِّبَتْ رُسُلٌ مِّن قَبْلِكَ ۚ وَإِلَى اللَّهِ تُرْجَعُ الْأُمُورُ

(Yaa
#Muhammad!) Yoo si sobsiisan, #ergamtoonni si duraas (akkuma kee) sobsiifamanii jiru Dhimmoonni hundis gara Rabbiitti deebifamu.

😁Jecha Qur’aanaa tokko tokkoon immoo kuno hiikaa isaa ilala👇

وَإِن : And i
يُكَذِّبُوكَ : they deny you,
فَقَدْ : then certainly
كُذِّبَتْ : were denied
رُسُلٌ : Messengers#
مِّن : before you.
قَبْلِكَۚ : before you.
وَإِلَى : And to
ٱللَّهِ : Allah#
تُرْجَعُ : return
ٱلْأُمُورُ : the matters.
kanafuu jechi ergamoota (messengers ) jedhuu ,Raajii muhammadi dura yoo,tani, muhammadi immoo isaani booda wani dhufefi, allahatu isaa ergee jechudha.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🌹link waldaa kana👇👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
======//===//========
🌷kutaa-7-ffaa:
Gaaffii fi Deebii Muslimoota.

Maarqoos 1:15
innis“Barri sun gaʼeera(xumurame) mootummaan Waaqayyoo dhiʼaateera; qalbii jijjiirradhaatii wangeelatti amanaa!” jedhe

➊=Gaaffii isaanii Kiristoos mootummaa hin qabu inni iyyuu mootummaa Waaqayyo lallabaa jedhuu.
➋=Kiristoos wangeela lallabee jedhee barumsa akkamitti jedhuu

🕹Deebi keenya. =1=
Eeyyee Kiristoos mataan isaa iyyuu #Mootummaa qaba

⓵➛2Pheexiroos 1:11
akkasiin gara #mootummaa bara #baraa kan #Gooftaa keenyaa fi #Fayyisaa keenya Iyyaasuus Kiristoositti galuun guutummaatti isiniif kennama.

⓶➛Efesoon 5:5
Akkuma beektanii fi ofii keessanii hubattanitti, namni halaleen yookiin namni xuraaʼaan yookiin namni sassata isa waaqolii tolfamoo waaqeffachuu taʼe raawwatu #Mootummaa_Kiristoosii fi #Mootummaa_Waaqayyoo keessatti dhaala tokko illee hin qabaatu.

⓷➛2 ximotewos 4:1
Waaqayyo durattii fi Kiristoos Iyyaasus isa karaa mulʼachuu isaa fi #Mootummaa_isaatiin warra jiranii fi warra duʼan irratti murteessuuf jedhu duratti cimseen kana si ajaja:

💧𝑘𝑎𝑛𝑎𝑎𝑓𝑢 𝑘𝑖𝑟𝑖𝑠𝑡𝑜𝑜𝑠 𝑚𝑜𝑜𝑡𝑢𝑚𝑎𝑎 𝑞𝑎𝑏𝑎
inni Mataa isa waee mootummaa isaa labsee ❝ jechi « #bari » xumurame yookiin barri sun ga’ee jedhe ❞
kani Raajonni durii dubbachaa turan xumura irratti Kiristoos ni dhufaa kani jedhuu ture

🕹Deebii lamaffaa =2=
wangeela Kiristoos lallabee kani akkamii ture isaa jedhuu immoo. barattoota isaa gaafachuu qofaa deebiin isaa.

🅰 tokkooffaa Kiristoos isaanii gaafadha jedhee jira. 𝑤𝑎𝑛𝑡𝑎 𝑎𝑛𝑖 𝑑𝑢𝑏𝑏𝑎𝑑ℎ𝑒 𝑘𝑎𝑛𝑖 𝑏𝑒𝑒𝑘𝑢 𝑏𝑎𝑟𝑎𝑡𝑜𝑜𝑡𝑎 𝑗𝑒𝑑ℎ𝑒. 𝑏𝑎𝑟𝑎𝑡𝑜𝑜𝑛𝑛𝑖 𝑖𝑚𝑚𝑜 𝑖𝑠𝑎𝑎 𝑏𝑎𝑟𝑒𝑒𝑠𝑠𝑎𝑛𝑖 𝑗𝑖𝑟𝑢💯

⓸➛Yohaannis 18:21
Ati maaliif na gaafatta? #Warra waan #Ani isaaniin jedhe dhagaʼan gaafadhu. Kunoo #isaan waan ani jedhe #beeku.

⓹➛Maatewos 10:26-27
Kanaafuu isaan hin sodaatinaa. Wanni haguugamee utuu hin mulʼifamin hafu yookaan wanni dhokfamee utuu hin beekamin hafu tokko iyyuu hin jiruutii. Waan #ani dukkana keessatti isinitti himu guyyaa adiin odeessaa; waan gurratti isinitti hasaasan, bantii manaa irraa #labsaa.

⓺➛1Yohaannis 1:1
Nu waaʼee Dubbii jireenyaa kan jalqabaa kaasee ture, kan #dhageenye, kan #ija keenyaan argine, kan ilaallee fi kan harki keenyas qaqqabe kana labsina.

🅱 inni lamaffaa immoo Kiristoos ogummaa barattoota isaatti wani Kanaafi : barattoota isaa wanta hunda bareessani.

⓻➛Luqaas 21:15
Anuu afaanii fi #ogummaa diinonni keessan tokko iyyuu dandaʼanii dura hin dhaabanne yookaan hin mormine isiniif nan kennaatii.

🆑 sadaffaa Afuura Qulqulluun barattoota wani gargaruuf wanta hundumaa hubbachisa.

⓼➛Yohaannis 16:13-14
#Hafuurri dhugaa sun yommuu dhufutti gara dhugaa hundaatti #isin_geessa. Inni waan dhagaʼu qofa dubbata malee ofuma isaatiin hin dubbatu; waan dhufuuf jirus isinitti hima. Inni sababii #waanuma_koo fuudhee isinitti beeksisuuf ulfina naa kenna.

⓽➛Yohaannis 15:26
Jajjabeessaan ani Abbaa biraa isinii ergu, jechuunis Hafuurri Dhugaa inni #Abbaa keessaa baʼu sun yommuu dhufutti waaʼee koo dhugaa baʼa.

𝙭𝙪𝙢𝙪𝙧𝙖 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙩𝙞
Kani « #𝑘𝑖𝑟𝑖𝑠𝑡𝑜𝑜𝑠» lallabaa ture fi kani isaa dura ta’e hunda sababa Kanaafi dukaa bu'oonni Kiristoos barreessanii.💯💯💯

𝑘𝑢𝑡𝑎-6-𝑑𝑢𝑏𝑏𝑖𝑠𝑎 :𝑙𝑖𝑛𝑘 𝑘𝑎𝑛𝑎 𝑥𝑢𝑞𝑎.

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/1010

=dhugaan jiru kanuma yaa Muslimoota.