🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.48K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
Haala dubbii Kiristoos fi Abbaa jidduu jiru ibsuuf malee.
✍ Fakkeenyaaf seera Uumama 1:26 irratti akkasii jedha ❝ koota nama akka bifaa keenyaa fi fakkeenya keenyaatti yaa, Uumanu jedha.
πŸ‘‰ akka jecha kanati qaamni tokko qaamaa biraattin koota yeroo jedhuu , wani qaamni tokkichi suni qaama biraa kadhatuu fakkaata, garuu iddoo kanati kuni kadhannaa irree hin ibsu Sababiin isaa qaamni tokko kadhate, qaamni immoo biraa kadhatama yoo,ta’e
Xumuraa irratti nama Aangoo tokkoo ,yoo, uumamni, erga Aangoo isaanii wali qixxee ta’e immoo maali kadhachuu hin barbaachisuu " kanafuu jedhi koota jedhuu maali ibsa ree, waliin dubbii qofaa ibsa jenne Amana.

✍ Haaluma wali fakkata Kiristoos immoo ani Abbaa isiniif nan kadhadhaa yeroo jedhuu. Waliin dubbii isaanii qofaa ibsuuf.
Ragaa kitaaba Qulqulluu
kunoo πŸ‘‡
β“»βž»Yohaannis 14:13-14
#Abbaan karaa Ilmaa #ulfina akka argatuuf, wanta
isin maqaa kootiin
#kadhattan hunda Nni isiniif nan raawwadha. Wanta akkamii iyyuu #maqaa kootiin yoo
kadhattan ani nan raawwadha.
βž›kanafuu Ani isiniif nan rawwadha jedhe jira ,Qaamni raawatu kuni immoo Waaqa
β“Όβž»Yohaannis 14:16
Ani Abbaa nan
#kadhadha Abbaanis inni bara
baraan akka isinii wajjin jiraatuuf gargaaraa kan biraa isiniif ni kenna.
➝kuni illee waliin dubbii Kiristoos fi Abbaa ibsa Ilmi Abbaan Afuurra Qulqulluu ergi jedhanii
β“½βž»Yohaannis 15:7
Anaa wajjin tokkummaadhaan yoo jiraattanii fi
#dubbiin koos isin keessa yoo jiraate,
wanta barbaaddan
#kadhadhaa, innis, isiniif ni raawwatama.

β“Ύβž»Yohaannis 15:16
Anatu isin filate malee, isin ana hin filanne; ani isin deemtanii firii godhachuu keessan akka itti fuftanii fi firiin keessanis akka jiraatuuf isin muudeera;
kanas kanan godhe, wanta
#maqaa kootiin Abbaa kadhattan hunda inni
akka isinii kennuuf jedheeni.
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
✍itti fufa......
πŸ‘‰link waldaa keenya kunoo isaa kana xuqaaπŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
=========||========