๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.36K subscribers
47 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐Ÿ jinnii obboloota eenyuti โ“

๐™ง๐™–๐™œ๐™–๐™– ๐™ ๐™š๐™š๐™ฃ๐™ฎ๐™–.
โž›jami -At-Tirmidhi-18
โž›Volume-1
โž›hadisa-18,    fulaa -51

๐™๐™ž๐™ž๐™ ๐™–๐™– ๐™ž๐™จ๐™–๐™–-:- ergamaa Allah kani taee muhammad akkasii jedhe ยซ gonkumaa lafe fi udaan bineensota ofii hin qulqulleessina.

lafee fi udaan bineensota meeshaalee #obboloota keenya #jinniitti jedheen ยป

๐™œ๐™–๐™–๐™›๐™ž ๐™ ๐™š๐™š๐™ฃ๐™ฎ๐™–
โžŠ.jinni udaan jaldeessa nyaatu yookiin wanta xuraaโ€™oo nyaatu akkamitti obboloota kooti jedha.โ“

โž‹.Raajoota durii keessa eenyutu jinnii obboloota keenya jedhee bekka..โ“

โžŒ.Ergaa obboloota kee taโ€™e saalqunnamtii rawwadha kaa jinnii wajjiin. โ“


๐™ข๐™–๐™ก๐™ค๐™ค ๐™ก๐™ช๐™—๐™—๐™ช๐™ช ๐™ ๐™š๐™š๐™จ๐™จ๐™–๐™ฃ ๐™›๐™–๐™ฎ๐™ฎ๐™ž๐™จ๐™–๐Ÿ‘ˆ