🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.38K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
🌹ifni #Adeessa akka
ifa aduu ni ifa
ifni
#aduu akka ifa
guyyaa 7 tti
dacha 7 ni ifa
✍
#α‹¨αŒ¨αˆ¨α‰ƒ α‰₯αˆ­αˆƒαŠ•
αŠ₯αŠ•α‹° α€αˆα‹­ α‰₯αˆ­αˆƒαŠ•
#α‹¨α€αˆα‹­αˆ α‰₯αˆ­αˆƒαŠ• αŠ₯αŠ•α‹°
αˆ°α‰£α‰΅ α‰€αŠ• α‰₯αˆ­αˆƒαŠ• αˆ°α‰£α‰΅
αŠ₯αŒ₯ፍ α‹­αˆ†αŠ“αˆ
=➹Raaji-Isay 30:26
=βžΉαŠ’αˆ³α‹­α‹«αˆ΅ 30:26
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
TULLUU=Tabori

Kuta -3 ffaa

♨️ guyyaa kan Kiristoos
Tullu dheeraa Tabori oli
bahe jira Sababin inni
Tullu Tabori oliBahee

=1πŸ‘‰ iccitii heddun
isaa Tullu oli dheeraa
irra akka ta’e seera oritti
keessa jira

➴Fakkeenyaaf

✍1=Adaamaa jalqabaa
iddoon inni qubatee
(seera.Uumam 2:8)

✍2=Dooni Noohi
Tulluu dheeraa irraa
qubatee jirti
(seera.Uumama 8:4)

✍3=Abrahaami ilma
isaa Arasa itti dhiyeesse
Tullu dheeraa irra turee (seera.Uumama 22:2)

✍4=Yaaqoobi yeroo
jalqabaa Waaqayyo
rafee. BEETEL Tulluu
dheera iirra
(seera.Uuma 28:12)

✍5=iddoo lubni
Malkiseedeq i
Asara itti dhiyeesse
turee
(seera.Uumama 14:19)

✍6=Musen Tulluu
dheeraa irratti seera
fudhatee turee
(seera.Bau34:28

=β—ˆ Tulluu dheeraan
yookiin gaara Fakkeenyi
isaa mana Kiristiyaanaa
ni fakkama

✍ Fakkeenya Qofa ta’e hafee,mitti isuma dhuga
ta’e dha

β™¨οΈβž΄mana Kiristiyaanaa
kan caaluu Kiristoos
guyyaa kan gara mana Kiristiyaanaa dhufe
Jira

β—ˆakkuma inni jedhee

🌾Ani garuu isinitti
nan hima,
#Mana qulqullummaa
irra kan caalu as jira
=Mat 12:6
🌾➹ነገር αŒαŠ• αŠ₯αˆ‹α‰½αŠ‹αˆˆαˆ
#αŠ¨αˆ˜α‰…α‹°αˆ΅ α‹¨αˆšα‰ αˆαŒ₯
αŠ¨α‹šαˆ… አለ
=αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 12:6
♨️ sababin Gara Tullu
oli bahee seera oriritti
osoo hin cabsin
oli bahe

β—ˆ=akkuma inni
jedhee
πŸ‘‰Ani seera raajoota
diguuf hin dhufnee
jajjabeessuf malee
jedhee jira

‼️ ifni adeessa akka
ifa aduu ni ifa jechun
"gargartoota yookiin
Arditti yookiin
Abboota 72 jechudha
=
#Adeessi fakkeenya
Abboota 72 ni ta’u
(Luq 10:1)

=Fakkeenyi
#aduu
du'aa bu'oota 11
Mat 10:4-6)

=12+72+36=120
➹HDB 1:15 Dubbisa

✦ifni addeessa akka
ifaa aduu ni ifa
jechuun
#Kabajni fi hojjin
Abboota 72 akka
duuka bu'oota 12
ni ta'a jechuudha

✦ifni
#aduu,akka
ifaa guyyaa 7 ni caala
jechuun Ifni dukaa
bu'oota Yeroo
Kiristoos Tulluu
Taboor irraa oli bahee
sana duuka bu'ooni
argani jiruu

❖ Haaluma kan
duuka bu'oota 3
πŸ‘‰Pheexiroos,
πŸ‘‰Yaaqoob
πŸ‘‰Yohaannis

Duuka buoonni
hundinuu aduu
ni fakkeeffamu

♨️Akka adu guyyaa
7 ni ifu,dachaa ni ta'u
jechuun
❖duuka bu'oota Tullu
Tabor irraa turan 3
sana caala
#Duuka,bu'oota osoo
Tulluu oli hin bahin
hafaan iccitiin tullu
Tabor ifaa ta’e jira

βž›Warri Tullu Tabori
oli hin bahin hafan
isaa kan turee

1πŸ‘‰ Indiriyaas
2πŸ‘‰Filiphoosii
3πŸ‘‰Bartolomewos
4πŸ‘‰Toomaasii
5πŸ‘‰Maatewos
isa qaraxa
sassaabu
6πŸ‘‰Yaaqoob
ilma Alfewoos
7πŸ‘‰Taadewos
8πŸ‘‰Simoon
isa hinaafticha
yookin Naatinael
9πŸ‘‰Yihudaa
Asqorotuu isa
yeroo booda
Kiristoos dabarsee

♨️ icciitti kan barattoota
11 Ni beeku garuu hundi
isaan hin bareessine
Malee

🌼 kan bareessan
βž›maatewos
βž›marqoos
βž›Luqaas
βž›Phexiroos
✦✦✦✦✦✦✦
namoonni iccitii
kuni ifaa ta’e immoo
namoota 83 turee
=11+72=83

RAAJI_iSAAYASA
30:26 irraa kan jiru
Hikni isaa kan turee

2 far_Daawit 88/89:12
ilaala Amma immoo
β—ˆ
#Kabba fi #kibbaa
situ uume tulluun
#Taaborii fi tulluun Hermoonemin maqaa
keetti in gammadu"

=β—ˆ
#αˆ°αˆœαŠ•αŠ“ ደቑα‰₯αŠ• αŠ αŠ•α‰°
#αˆαŒ αˆ­αˆ… α‰³α‰¦αˆ­αŠ“ αŠ αˆ­αˆžαŠ•α‹”αˆ
α‰ αˆ΅αˆαˆ… α‹°αˆ΅ α‹­αˆ‹α‰Έα‹‹αˆ
➴=αˆ˜α‹αˆ™αˆ­ 88/89:12)

♨️ Maalif kibba fi
kabba
Qofa ta'e___❓

♨️ Tulluu kuni laman
maalif gammadu_❓

♨️Maqaan Kiristoos
Tullu illee ni
gammachiisa
Jechudha

=sa'aati yoo,qabatanii
Kitaabolee kan Dubbisa
1βž›Far_Daawiit 133:3
2βž›Far _Daawit 98:8
3βž›Abboti murti 4:6
4βž›kitaaba_Iyyaasu
12:1,19:22
5βž›seera.keessa deebi
3:8-9
6βž›kitaaba iyyoobi
26:7

➴=kutaa 4 ffaa jira

♨️ link kan kan iirra
barumsa yeroo darbee
Ni argatuπŸ‘‡

➴
@haadha_Waaqa_naJaladha

♨️ yaada yoo,
qabatanii Immoo
gara kan koota πŸ‘‡
=
@Gutema123