🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
Audio
🌹Falmii phenxee fi Orthodoksi
βΆβž›Orthodoksi Β«GutemaΒ»
βž‹βž›phenxee Β«Pasteri Tadala

Mata Dure falmii
Luqas 11:27-28
Yohannis 1:4
β–¬β–¬β–¬
Namota Qulqullota sagadu Kitabni ni ibsa.

βΆβž›Seera.Uumama 37:9
Ergasiis abjuu biraa abjootee obboloota isaatti hime Akkanas jedheen Kunoo, ani abjuu biraa abjoodheera; aduu fi jiΚΌi urjiiwwan kudha tokkos #gad jedhanii naa #sagadu

βž‹βž›1sena bara 29:20
Sana boddees Dawit yaaΚΌii guutuudhaan Waaqayyo Waqa keessan galatefadhaa jedhe.Kanaafuu hundi isanii Waqayyo Waqa abbotii isanii ni galateffatan fuula Waqayootii fi fuula moticha duratti addan #gombifamanii ni #sagadan
β–¬β–¬
Rome 13:7
Waan nama hundaf kennuun isin irra jiru kenna yoo qaraxa taΚΌe qaraxa yoo gibira taΚΌe immoo gibira basaa yoo sodachuu taΚΌe sodadha yoo ulfina kennuu taΚΌes, #ulfina kennaa

Gafii pasterii fidu dide.
1=Kiristos #obbolleetti qaba moo hin qabu❓

2=lakkofsi #1335 Kiristoos wajjin hariroo akkami qaba❓

3=jechi #Kiristos jedhuu kaku mofa keesa jira moo❓hin jiru❓
π™œπ™–π™§π™– π™©π™šπ™‘π™šπ™œπ™§π™–π™’π™– π™ π™€π™©π™–πŸ‘‡

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha