🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.36K subscribers
42 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
❌ #Ati yaa Betlihem ishee biyya Yihudaa keessaa Ati mandaroota gurguddoota Yihudaa hundumaa irra
hin xinnaattu
β–¬ sii, keessaa kan mo'u
tokko saba koo Israa'elin
kan bulchu in ba'a’
kan jedhu jira
✍ #αŠ αŠ•α‰Ί ቀተ αˆαˆ”αˆ
α‹¨α‹­αˆα‹³ αˆα‹΅αˆ­
#αŠ¨α‹­αˆα‹³ αŒˆα‹’α‹Žα‰½ αŠ¨α‰Ά αŠ α‰³αŠ•αˆ½αˆ αˆ•α‹α‰€αŠ• αŠ₯αˆ΅αˆ«αŠ€αˆαŠ• α‹¨αˆšαŒ α‰₯α‰…
αˆ˜αˆ΅ααŠ• αŠ¨αŠ αŠ•α‰Ί α‹­α‹ˆαŒ£αˆαŠ“
α‰°α‰₯ሎ α‰ αŠα‰’α‹­ αŠ₯αŠ•α‹²αˆ… α‰°αŒ½αŽαŠ αˆαŠ“ α‰ α‹­αˆα‹³ ቀተ αˆαˆ”αˆ αŠα‹α‘ αŠ αˆ‰α‰΅
➹=maatewos 2:6
➹=αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 2:6
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
Dubbiin rajoota ni
Xumurame,
➒Kiristoos ni dhalate
Beetaliheemitti,biyyaa
Yihuudaa keessatti
✍matewoos 2:1πŸ‘‡
πŸ‘‰Bara Heroodis
mootichaatti
Iyyaasuus Beetaliheem magaalaa #Yihudaatti
erga dhalatee booda, namoonni urjii lakkaaan
biyya Baha
Biiftuutii gara
IYerusaalemi dhufanii.

β—ˆ Luqaas 2:1-7πŸ‘‡
πŸ‘‰Bara sana namoonni guutummaa#addunyaa
irratti argaman akka
galmeeffaman
#Awugusxos_Qeesaar
biraa labsiin ni bae

🌾 #Galmeeffamuun inni jalqabaa kun kan godhame yeroo Qereenewos bulchaa #Sooriyaa turetti dha.)

Kanaaf, namni
hundi galmeeffamuuf
gara magaalaa itti
#dhalatee dhaqe

#Yosee fis #manaa fi sanyii #Daawit keessaa
waan dhalateef, galmeeffamuuf magaalaa #Naazireet ishii
#Galiilaa #keessatti
argamtuu kaee, gara #Yihudaa
magaalaa Daawit
ishii #Beetaliheem
jedhamtutti ol bae

#Innis kaadhima isaa Maariyaam ishii dauu
jalageessee wajjin galmeeffamuu dhaqe

#Utuma achi jiraniis
yeroonishiin itti deessu
ni gae

Ishiinis ilma ishii isa
hangafaa ni deesse
bakka #keessummoonni
bulan keessa iddoon
waan hin jirreef mucicha
huccuudhaan martee
moraa horiinkeessaa
nyaatu keessa ciibsite

β—ˆMul’ata Yoh 4:7-8πŸ‘‡
πŸ‘‰Uumamni jiraataan
inni tokkoffaan
#leenca fakkaata
πŸ‘‰uumamni jiraataan
inni lammaffaan
#qotiyyoofakkaata
πŸ‘‰uumamni jiraataan
inni sadaffaan fuula
#namaa fakkaatu qaba
πŸ‘‰uumamni jiraataan
inni arfaffaan
#risaa balaliu fakkaata ture.

✍Uumamawwan jiraatoon #arfansun tokkoon
tokkoon isaanii
#qoochoo ja'a ja'a
qabu turan

πŸ‘‰naannoonisaanii fi
keessi isaanii #ijaan kan guutaman turan
#Isaanis
πŸ‘‰ #halkanii fi guyyaa
utuu wal irraa hin kutin

#Qulqulluu, qulqulluu, qulqulluu dha
waaqayyo inni Hundumaa Dandau,inni ture
inni jiruu fi inni dhufu
jedhu turan
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
β–¬Gooftaan keenya
Garuu yeroo dhalatuu
Fuula #nama kan fakkaatuu
Maariyaami fi yoseef,salomen
Jiru Ture
β–¬ fuula #qotiyyoo kan fakkatu
Immo mooraa horii keessatti
Dhalate.
β–¬ fuula #leencaa kan fakkatuu
Immoo naannoo yihudaa leenci jira Ture (mik 5:2)
β–¬fuula #Risaa kan immoo
Naanno yihudaa jiruu (mik 5:2)

β—ˆhiika kitaaba Qulqulluu
Isaa Raaji mikiyaas dubbatee
Ati, yaa,beetilemi magaalaa
Yihuudaa keessaa tuffatamee
Hin haftuu inni jechuu

β—ˆkan jechuun bineensota
Fi allattiwwani fi bineeldoota
Ni jiru Wani ta’efi

πŸƒHaaluma kanaa Kiristoos

✍ #Kirubeel irraa jiratu
#hojji_Sami irraa jiruu gara lafaa fidee nuti mul'ise

=kirubeel tokko fulaa 4 fi qoochoo 4 qaba
🌾haluma kan Kiristoos
Kirubeel 4,irraa jirta

✍=fuuli kirubeel 4
=4+4+4+4=16
✍=qoochoon kirubel 4
=6+6+6+6=24
✍=iji kirubeel 4
=lakkoofsa isaa hin
Beekamu.
✍ hiika ija, sababa
Maalif Waaqayyo kirubel
Ijan qaama isanii guutee ❓
=___beekumsa guutuu qabachuu yookaan
beekumsa akka qaban ibsa______

β—ˆakkuma ergamoonni
Sami irratti Kiristoos
Galateffatan
=(Hisqi'el 1:10-12)

β—ˆ hojjin Kuni immoo
Lafa irraatti mul'ate

➒Luqaas 2:8-14πŸ‘‡
#Biyya sanatti
tiksitoonni #halkan
#hoolota isaanii eegaa
ala bulan jiru turan

✍ Akkuma tasaa
Ergamaan (maleekaan)
Waaqayo isaan
dura dhaabate

ulfinni waaqayyo
naannoo isaaniitti ibse
isaanis baayee sodaatan
✍ Ergaman//Maleekaan
sun garuu akkana
isaaniinjedhe

#Hin_sodaatinaa Kunoo
ani#misiraachoo namoota hundaaf #gammachuu guddaa argamsiisu
isinittinan hima.

#Hara #magaalaa_Daawit keessatti #fayyisaan
isiniif dhalateera
innis Kiristoos
#Goofticha dha

✍ Kun mallattoo
isiniif haatau
Da'imaani tokko huccuudhaan maramee mooraa
horiin keessaa nyaatu
keessa utuu ciisuu argitu

✍Akkuma tasaa
raayyaan #samii hedduun
#Ergamoonni (maleekaa) sanaa wajjin mulatanii
akkana jedhanii
Waaqayyoon galateeffatan