๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.36K subscribers
47 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
Gaafi musilimoota "Deebi
Isaa kana fakkaata
โžœ kuta.8ffยชยช
=======
โžข gaafi isaani akkasi
Jedhu kiristoos #Ergamadha
jedhu... yookin immoo kan
Ergamee dhufe jedhu..
๐ŸŒนYoh 4:34-๐Ÿ‘‡
๐Ÿƒ #kiristoos akkana isaaniin jedhe: #Nyaanni koo
#fedhiiisa na #erge sanaa hojjechuu, hojii inni anaaf kennes guutummaatti raawwachuu dha.
#แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ… แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹
แ‹จแŠฅแŠ”แˆต แˆ˜แ‰ฅแˆ #แ‹จแˆ‹แŠจแŠแŠ•
แˆแ‰ƒแ‹ต แŠ แ‹ฐแˆญแŒ แ‹˜แŠ•แ‹ต
แˆฅแˆซแ‹แŠ•แˆ แŠฅแˆแŒฝแˆ แ‹˜แŠ•แ‹ต แŠแ‹
โžœแ‹ฎแˆแŠ•แˆต 4 :34
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ– Deebi isaa....โ“
Yoh 4:31-38๐Ÿ‘‡
๐ŸŒพYeroo kanatti #barattoonni
isaa, โ€œRabbii
#nyaadhu maleeโ€ jedhanii
isa kadhatu turan

Haatau malee inni, โ€œAni nyaatan nyaadhu qaba
isin garuu waaee isaa
#hin beektanโ€ isaaniin jedhe.

Kanaaf, barattoonni isaa โ€œNamni nyaata isaaf
fide jiraa laata?โ€
waliin jedhan.
kiristoos akkana
isaaniin jedhe:
โ€œNyaanni koo, fedhii
isa na erge sanaa hojjechuu, hojii inni anaaf kennes guutummaatti
raawwachuu dha.


Isin makarri ga'uuf jia
afurtu hafa jettu
mitii? Kunoo, ani
isiniin nan jedha
Ija keessan ol kaasaa maasicha ilaalaa
midhaan bilchaatee
haamaadhaaf ga'eera. Ammuma iyyuu

inni facaasuu fi inni haamu akka waliin gammadaniif
inni haamu miindaa
isaa argachaa jira;

jireenya bara baraatiifis
firii walitti qabaa jira
Kana ilaalchisee
mammaaksi, โ€˜Inni tokko
ni facaasa,
inni tokko immoo ni
haamaโ€™
jedhudhugaa dha

Ani wanta isin itti
hin dadhabne akka haammattan isin
nan erge. Warri kaan itti dadhabaniiru
isin garuu buaa dadhabbii isaanii irraa hirmaattan.โ€
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžœ mateewos 9:37-38๐Ÿ‘‡
โœ Achiis #barattoota isaatiin, โ€œDhuguma iyyuu
#midhaan sassaabamu baayee dha, #hojjettoonni
garuu muraasa.
Kanaaf #Gooftaan makarichaa, hojjettoota
garamakara isaatti
akka ergu #kadhadhaaโ€ jedhe
โžœluq 10:1-3๐Ÿ‘‡
Kana booda #Gooftaan namoota 70 kan biraa
muudee #lamalama godhee gara #magaalaa fi iddoo deemuuf jedhu
hundatti of dura
isaan erge

Achiis akkana isaaniin jedhe: โ€œ #Dhuguma iyyuu
#midhaan sassaabamu
baayee dha,hojjettoonni
garuu muraasa
Kan naaf, Gooftaan makarichaa hojjettoota
gara makara isaatti
akka ergu kadhadhaa. #Dhaqaa Kunoo ani
akka #hoolota_yeeyyii
gidduu jiraniitti isin
nan erga
โœ 1Qor 3:8-9
innidhaabus tae
inni bishaan obaasu
tokko dha; taus
namni hundi akkuma
#hojii isaatti badhaasa
isaa ni fudhata

Sababiin isaas #nuti
warra#Waaqayyoo
wajjin hojjennu dha

Isinmaasii Waaqayyoo
isa misoomaa jirudha akkasumas isin gamoo Waaqayyoo ti.
โžข Efesoon 2:19-22๐Ÿ‘‡
isin kana booda keessummaa fi orma miti; kanaa mannaa
isin #qulqullootaa wajjin lammiibiyya tokkoo ti akkasumas miseensota
#maatii_Waaqayyoo ti
kanamalees bu`uura ergamootaa fi raajotaa
irratti ijaaramtaniittu
dhagaan golee inni
buuura tae immoo
Kiristoos Iyyaasuus dha Guutummaan gamoo
sanaa inni isaa wajjin tokkummaa qabuu fi kutaawwanisaa hundis
walitti makamee #mana
Qulqullummaa waaqayo
isa Qulqulluu ta'ee
guddachaa jira

Isinisiddoo Waaqayyo
Afuuraan jiraatu
ta'uuf tokkummaa isaa
wajjin qabdaniin
ijaaramaa jirtu

โžข 1Qor 9:16๐Ÿ‘‡
Ammas misiraachicha
yoonlallabe #dirqamni
waan ana irra jiruuf boonuuf sababii hin qabu
Misiraachicha yoon
lallabuu baadhe
garuu anaaf #wayyoo!

โžข Raaji miikiyasi 7:19-20
#Inni ammas gara
laafinanutti argisiisa balleessaakeenyas
toannaa jala nigalcha
Ati cubbuu isaanii
hundumaa galaana
gadi fagoo
keessatti ni darbatta.

Ati akkuma bara duriitti
abbootii keenyaaf kakattetti
Yaaqoobitti amanamummaa,
Abrahaamittis jaalala amanamaa ni argisiista

โ– Yoh 17:4-5
Ani hojiiakkan hojjedhu
anaaf kennite xumuree
#lafa irratti ulfina sii kenneera.

Kanaaf, yaa Abbaa
ulfina #ani addunyaan uumamuu isaa dura
si biratti qabu sanaan
ati of biratti ulfina

anaaf kenn i
๐ŸŒนYoh 5:17๐Ÿ‘‡
Kiristoos akkasi jedhen โ€œAbbaankoo hanga
ammaatti #hojjechaa jira;
anis nan #hojjedhaโ€
jedhee isaaniifdeebise

โ–ser.Uum.3:8-10
Addaami fi hewwan
guyyichakeessaa yeroo qilleensi qilleensautti
utuu waaqayyo iddoo
#biqiltuu sana keessa
deemuusagalee isaa ni dhagaan
;
namichii fi haati manaa isaas mukeetii
iddoo biqiltuu gidduu
seenanii fuula Waaqayyo duraa ni dhokatan.

Waaqayyos irra deddeebiee namicha waamuudhaan, โ€œEessa jirta?โ€ isaan
jedhe.
Dhuma irrattis namichi
โ€œAni iddoo biqiltuu gidduutti sagalee kee dhagaee
qullaakoo waanan
tureef nan sodaadhe;