๐Nyaata jinnii kani warra Muslimaโ
โ.๐๐๐๐ ๐ ๐๐จ๐๐:- Namni tokkoo misensa Ergama Muhamad keessa taโe tokko bishaan okkoteeti baate Muhamad wajjiin qaama salqunnamtii isaanii dhiqachuufi deemanii muhamad akkasi jedhe Ati eenyu jedhen? Ani Abu hureradha jedhanii achuman muhamad akkasi jedhanii #dhagaa walitti nuf qabi qaama #salqunnamtii keenya ittiin qulqullessina jedhani garuu #lafee fi #hudani_binensota dhisi jedhanii kana booda namichi suni dhagaa walitti qabeefi kanaa booda dhagaa bitaa fi mirga keenya godhane itti fayyadamnee isa booda namichi bishanii Batuuf suni muhamad akkasi jedhe gaafate maalidha lafee fi hudani bineensa jedhanii โyeroo kana muhamad isanii kuni #nyaata #jinniwanitii jedheen
๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐ฃ๐ฎ๐.
๐kuni soba jinnii lafee nyaatee hin beektu
โ.Erga lafee fi hudaan bineensa jinnii nyaatee eessa dhufee lafee fi hudaan bineensa lafaa guutee ree..?
โ.osoo lafee fi hudani hin jiruu taโe siila jinni badee jechu barbade muhamad.โ
โRagaa ๐
sahi-Al-Bukhar-3860
Vol-5:- kitaba-58
Hadiisa-200