๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
โœ yaada Muslimaaโ€ผ๏ธ
โ—ˆijoollee Muslimaa fi hordoftoonni
#Muslimaa
akkasii jeeti ๐Ÿ˜

=kitaaba Yohaannis
irraa dubbisaani
=Kiristoos
#Raajii dha
JedhuuโŒ

โž›Yohaannis12:44๐Ÿ‘‡
โœ
#Iyyaasuus(Kiristoos)
garuu sagalee isaa olii
fuudhee akkana jedhe
โ€œ
#Namni anatti amanu
hundi, anatti
#qofa utuu
hin tain isa na
#ergettis ni amana

โ—ˆ=jecha na, ergee jedhuu
Kan fudhanni inni
#ergamaadha yookiin #raajiidha jedhuu
โ—ˆkan Ergu suni immoo
#Waaqa jedhuu
=Deebii________โ€ผ๏ธโ“
โœ kallattiidhaan
Jechuma kan osoo ilaalee
Akka Kiristoos raajii hin
Tane nuuf ibsa๐Ÿ‘‡
akkamitti yoo,jeennee
โœ
#Namni anatti amanu
hundi, anatti
#qofa utuu
hin tain isa na
#ergettis ni amana
โ—ˆhiika jecha Amanu
Jechu irratti
1=Anittis Amana

2=ana qofaa osoo hin tanee
Abbaatis Amana jedha
=iddoo jecha Amanu jedhuu irratti Abba fi ilmi waliixa jechuudhaa
โ—ˆerga Akkasi taโ€™e maali
Jeete amanta=
โž›raajii jeete mooโ“
โž›Waaqayyo jeette โ“
โ—ˆ=yoo,raajiidha jeette Kiristoos
Qofti maalif raajii ta'a ree,Abbaanis raaji ta'u qaba
โ—ˆ=yoo immoo Abbaan waaqa jeete, Amante Kiristoos
waaqa
Jeete Amanuu qabdaa
=//kana irratti ragaa tokko illee hin qabni jalqaba dura jecha kitaaba adda baafachuun dirqama.

โœkan bira jecha
#ergamee
jedhuu yoo,ilaalu
โž›kani ergee hunma guddaa
Akka qabu godhanii ilaalu
โž›kan ergee immoo isaa
Gadii godhanii ilaaluu.

โž›jalqabaa dura Oso
#Kiristoos foonii nama hin
Uffaatni
โ—ˆWaaqayyo ofuma
isa
ergamee taโ€™e gara nama
Dhufe moo, hin dhufne โ“
Kan jedhuu hubbachun
Dirqama nuuti ta'a
โ—ˆDeebi=_____โ“
isaa Eeyyee Waaqayyo
Ofuma ergama taโ€™e gara
Nama Dhufe jira

โœFakkeenyaaf yeroo
Addaam irra lafee harkan isaan fudhe bakka lafee sana foonii
Guute kan akkasii godhee
Waaqayyo mitti

โ—ˆ Addaami
#lafa irraa
jiracha turee malee
#samii
irra mitti,,,,kanafuu ofuma isa
Ergama godhee samii irraa
Kan Dhufe Waaqayyo erga
Ta'e
=ammas Kiristoos samii irra
Yoo,ergama taโ€™e Dhufe
Maali jedhuu dandeessa

โœfakkeenya biraa immoo
โž›yeroo Waaqayyo ofuma
Gara nama Dhufe ni argina
=yeroo mana Abrahaam seenee
Sana hooโ“
=Waaqayyo mana Abrahaam yeroo jiru,,, kabaja isaa irraa
Xiqqaate jechuudhaa
Mitti Akkasi mitti...
โž›Kanaafuu Kiristoos
Gara Namoota yookiin garac
Addunya kan yoo,Dhufe maaltuu isaa irraa hirita ree
Hoomtu hin hiritatu

๐ŸŒนrakkoo Muslimaa
Akkaana turee
โ€ผ๏ธwanta hundumaa samuuti
Hin qabatanii
โ—ˆFakkeenyaaf Kiristoos
Kan dhaltee dubaroo Maariyaami irra akka taโ€™e ifa
Gara samii bahee Abbaa biraa
Kan
ergamee immoo akkamitti
Yoo,jeenne gaaffii itti finnu
Immoo deebi tokko illee hin qabnaan

โ—ˆKiristoos foonii dubaroo Maariyaami irra
Amaluma Waaqummaan Abbaa irra dhaltee jechuudhaa
=Kanaafi qaama lama irraa
Qaama tokko, Amala lama irraa
Amaala tokko taโ€™e

โ—ˆ yeroo sana Kiristoos
Namootati mul'achuu kan
Jiruu qaama foonii qofaa
Inni dubbachaa kan abba biraa
Dhufe jecha jira
=Abbaan irraa immoo qaama fooniin hin dhalne, dirqama abbaa irraa kan dhaltee qaama Waaqummaa qofa malee
โ—ˆHaaluma kana Abbaan
Akkamiti qaama Waaqummaa isaa ofii caalu danda'a reeโ“

=Fakkeenyaaf wanti tokko
Qaama isaa irraa, amma qaama sana gahee kan bahuu irra gonkumaa caaluu hin danda'u.........

โœ mee,amma immoo
Yoh 12:34-35๐Ÿ‘‡
๐ŸŒนAchiis namoonni
hedduun sun deebisanii
#Nuti_Kiristoos bara #baraan akka jiraatu #Seericha irraa dhageenyeerra. Maarree
ati akkamitti ilmi namaa ol kaafamuu qaba jetta?
Ilmi namaa kun
hoo eenyu?โ€ jedhaniin
๐ŸŒน Kanaaf
#Iyyaasuus(Kiristoos)
akkana isaaniin jedhe:
โ€œ
#ifni sun yeroo gabaabaadhaaf isin bira ni tura. Kanaaf dukkanni sun akka
isin hin liqimsine, yeroo ifa qabdanitti deemaa

namni dukkana keessa
deemu hundi, garamitti
akka deemu hin beeku
โ—ˆ ijoollee ortodoksii
Hundi keessan hubbadha
Kiristoos bara baraa akka
Jiratu seera irraa dhageenye
Jedhuu =
โ—ˆnamoonni sunii yeroo
Sana Kiristoos isaa hin
Beekne jechuudhaa
=garuu jecha seera ni
Beeku erga Kiristoos seera
Keessati bara baraan akka
Jiratu bareeffame
โ—ˆKiristoos Waaqayyo jechuu
Wanti sii,rakkisuu maaltuu jira
๐ŸŒน๐Ÿ’’ kutaa-28ffยชยช.๐Ÿ€๐ŸŒน
โŒ=gaaffi fi deebi=โŒ
โœMuslimoota*

โžงโœ=Yohaannis 8:42๐Ÿ‘‡
#Iyyaasuus(kiristoosi) akkana isaaniin jedhe
โ€œ
#Ani_bakka kana kanan dhufe isa #biraa waan taeef, #Waaqayyo utuu
Abbaa keessan taee na jaallattu turtan
Isatu
#na_erge malee, ani ofii kootiin kakaee hin dhufne.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒน=gaaffii isaani
1=Kiristoos ergamadha jedhuu....โ“โ“
kanafuu inni
#raajidha jedhuu...โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒน=deebii keenya๐Ÿ‘‡
โœ
#ergamaa jechuun
Abbaa isaa biraa
gara namoota dhufuu isa
jecha ibsuu malee.
hiika bira hin qabuu.

โžงFakkeenyaaf Kiristoos gara namoota wanta dhufeefi Aangoo
#Waaqummaa isaa wanti hirisu hoomtuu hin jiru
โžงfooni nama uffatee gadii ofii qabu isaa qofa male

1=โœFiliphisiiyus 2:6_7
inni(Kiristoos)
#bifa
#Waaqayyootiin kan ture taus, Waaqayyoo wajjin qixxee tauuf hin
yaadne.hoomtu hin lakkoofne
Kanaa mannaa
#duwwaa
of godhe; bifa garbummaa fudhatees #nama tae.

๐ŸŒนโžงyookiin
#ergama jechuun Waaqayyo wani hin tanefi ergamaa
jechu mitti.

๐ŸŒนSababiin isaa
#Affuurri Qulqulluun gara namoota ergame turee.

โœ
#Affuurri_Qulqulluuni osoo Waaqayyo taโ€™e jiru
jecha "
#Ergama" jechuun ibsame jira.

๐Ÿ’’ RAGAA KITABBA
QULQULLUU๐Ÿ‘‡

2=โœYohaannis 14:26๐Ÿ‘‡
#Gargaaraan(jajjabeesaa)
jechuunis
#Affuurri_Qulqulluun inni #Abbaan maqaa kootiin #ergu sun garuu wanta hunda isin barsiisa; wantoota ani isinitti hime hundas isin #yaadachiisa

โžงkanafu Affuurri Qulqulluun #ergame
jedha๐Ÿ‘†

๐ŸŒนAffuurri Qulqulluun
#ergama,yookiin kan #ergamee jedhame jira.

โค๏ธ gaaru Affuuri Qulqulluun
#Waaqayyo

3=โœYohaannis 4:24
#Waaqayyo_Affuura
warri isa #waaqeffatanis Affuuraa fi dhugaadhaan waaqeffachuu qabu
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžœkanafu
#jechi ergama
yookiin erge jedhu,
#Waaqummaa hirisu
hin danda'u.

๐ŸŒน
#Affuurri_Qulqullunni osoo Waaqayyo taโ€™e jiru
yoo,
#ergame, wanti Waaqummaa isaa hirisu hin jiru..

โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžœHaaluma wali fakkaatun
akkuma Affuurri Qulqulluun
#osoo Waaqayyo taโ€™e jiruu gara namoota dhufee.

โžœ
#Kiristoos immoo osoo Waaqayyo taโ€™e jiruu garaa
namoota dhufee jira.
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
๐Ÿ’’
#hiika jecha ani
isaa
#biraa dhufee jedhu
โžงKiristoos jalqabaa dura
Abbaa wajjiin akka turee
qabxii ibsuudha.

๐Ÿ‘‰
#Rajoota hundii isaanii
nutti, yookiin Waaqayyo
#bira_dhufnee jedhani kan
dubbata hin jiru
gonkumaa โŒ

Kitaabni Kuni afaanii
#Giriikiitiin barrefame
jalqabaa dura
kanafu jedhi Waaqayyo
#bira_dhufne jedhu" #ฮ˜ฮตฯŒ ฮฎฯฮธฮฑ #ฮฑฯ€ฯŒ)

โžงkanafuu Jechi
Ani Waaqayyo biraa dhufee jedhuu
#Kiristoos_qofaa
malee #rajoonni nuuti Waaqayyo bira dhufne kan
jedhuu hin jiru.

๐Ÿ’’jechi xinnoo ishee
walitti dhihaatu tokko jira

4=โœYohaannis 1:6
Yeroo sanatti
#namichi waaqayyo #bira_ergamee dhufe tokkoo #maqaan isaas #Yohaannis
jedhama ture.

๐ŸŒน
#jechi Waaqayyo
#bira_ergame jedhu fi
jechi
#Ani Waaqayyo
#bira_dhufe jedhuu hikaa gargaara qaba

๐Ÿ’’kanafuu Yohaannis cuphaan Ani Waaqayyo bira hin dhufnee jedhe Afaanii isaan dubatee jira
=nutti lafaa kana,irraa Kiristoos immoo samii irraa jedhee ragaa bahe.

5=โœYohaannis 3:27-31
#Yohaannisis deebisee akkana jedhe: โ€œNamni tokko samii irraa yoo
isaaf kenname malee, waan tokko iyyuu argachuu hin dandau.

#Ani_Kiristoos miti; kan
isa dura
#ergame
sana dha maleeโ€™ jechuu koo isinumti iyyuu dhugaa anaaf baatu.

#Inni misirroo qabu
#hundi dhirsa misirrooti. Michuun dhirsa misirroo sanaa garuu yommuu dhaabatee sagalee
isaa dhagau, sagalee dhirsa misirroo sanaatiin kan kae guddaa gammada. Kanaaf, amma gammachuun koo
guutuu taeera.

#Inni_dabalaa adeemuu qaba; ani immoo #hiracha
(xinnacha) adeemuun qaba.โ€

#Inni(Kiristoos) #oli gubbaadhaa #dhufe warra kaan hunda irra ni #caala.

#Inni(#Yohannis)//Namoonni// #lafaa immoo kan lafaa ti, wantoota lafaas ni dubbata.

#Inni(Kiristoos) #samii #irraa_dhufe warra kaan hunda irra ni #caala
โœkanafuu Yohaannis
akka samii irraa hin dhufnee ibse jira.

โœsamii irraa kan
dhufee๐Ÿ‘‡
โœ=1=Abbaadha
ser.Uum 2:7
โœ=2=Kiristoos
Yohaannis 8:42

Yohaannis 3:31
โœ=3=Affuurra Qulqulluudhaa
Yohaannis 14:26


โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžงKiristoos immoo
ani Waaqayyo biraa dhufee jechun isaa =wangeela Yohaannis 1:1,irraa kan jiruu ibsufi
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒนlink kan xuqi๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ