๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
48 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒนkutaa-8-ffaa:
๐Ÿ‘‰gaaffii fi deebii Muslimoota.
โžŠ=gaaffii isaanii akkasii ture ยซ Kiristoos barattoota isaa Pheexiroos, Indiriyaas, Yohaannis fi Yaaqoob iddoo kami waamee.โ“
A๐Ÿ‘‰Galiilaa..โ“
B๐Ÿ‘‰Geensereex..โ“
C๐Ÿ‘‰Beetisayidaa... โ“

โœMaarqoos 1:16
Iyyaasuus utuu qarqara Galaana #Galiilaa irra deemaa jiruu #Simoonii fi obboleessa isaa #Indiriiyaas utuu isaan kiyyoo galaanatti darbachaa jiranuu arge; isaan qurxummii qabdoota turaniitii.

โœMaarqoos 1:19
Iyyaasuus takka adeemee, #Yaaqoobii fi #Yohannisin ilmaan Zabdewos, bidiruu isaanii keessa taa'anii kiyyoota isaanii utuu tottolfatanii arge.
[Maatewos 4:18-22] dubbisaยซ kani #Maarqoos wajjiin tokkummaa ยป

โœLuqaas 5:1
Gaaf tokko Iyyaasus utuu Haroo #Geensereex bira dhaabatee jiruu, utuu namoonnis isatti naannaสผanii dubbii Waaqayyoo dhagaสผaa jiranuu

โœLuqaas 5:10
ilmaan Zabdewoos warri michoota #Simoon turan jechuunis #Yaaqoobii fi #Yohannis akkasuma dinqisiifatan.
Iyyaasus Simสผooniin, โ€œHin sodaatin; ati ammaa jalqabdee qabduu namootaa ni taataaโ€ jedhe.

โœYohaannis 1 :44
Fiiliphoosis akkuma #Indiriiyaasii fi #Phexros nama magaalaa #Beetisayidaa ture

๐ŸŒท=Deebi keenya=๐Ÿ‘‡
baratootanni 4n kuni namoota Magaalaa Beetisayidaatti.

Beetisayida jechuun immoo hikaa isaa ยซ Mana Qurxummii ยปjechudha, sababi mana Qurxummii jedhameef Qurxummii nannoo sanatti ni bittaa, ni gurguramaa kanaafi.
โœ haroo #Gaalilaa jechuu fi haroo #Geensereex jechuun tokkummaa.

maqaan bara durii haroo Gaalilaa ittin wamama turee Geensereex jedhama.

geensereex jechun immoo baganaa Farfannaa jechudha

๐™ญ๐™ช๐™ข๐™ช๐™ง๐™– ๐™ž๐™ง๐™ง๐™–๐™–๐™ฉ๐™ž

Kitaabni walitti bu'ee ykn wali falleessa isaa jedhufi. deebi gara olii sirriitti ilaali.
Kiristoos barattoota jalqabaa kani argee Magaalaa beetisayidati.(Yohaannis 1:44)

#lamaffaa immoo haroo Gaalilaati. (Maarqoos 1:19)

#sadaffa immoo ammasi (Geenerseex) Luqaas 5:1

baratoonni guutummaatti Kiristoos wajjiin kani deemanii iddoo kani isaa booda gara mana isaanitti hin deebine.

Luqaas 5:8
Simoon Phexrosis yommuu waan kana argetti jilba Iyyaasuusiti  kufee, โ€œYaa Gooftaa, ani nama cubbamaa dha; narraa fagaadhu!โ€ jedhe.

Luqaas 5:10-11
ilmaan Zabdewoos warri michoota Simoon turan jechuunis Yaaqoobii fi Yohannis akkasuma dinqisiifatan.
Iyyaasuus Simสผooniin, โ€œHin sodaatin; #ati_ammaa #jalqabdee qabduu namootaa ni taataaโ€ jedhe. Isaanis bidiruuwwan isaanii gara qarqaraatti ol baasanii waan #hunda_dhiisanii isa duukaa buสผan. [Mat 4:22,Marq 1:20]
โž›๐‘—๐‘’๐‘โ„Ž๐‘– ๐‘Ž๐‘š๐‘š๐‘Ž ๐‘—๐‘Ž๐‘™๐‘ž๐‘Ž๐‘๐‘‘๐‘’ ๐‘—๐‘’๐‘‘โ„Ž๐‘ข ๐‘“๐‘–
โž›๐‘ค๐‘Ž๐‘› โ„Ž๐‘ข๐‘›๐‘‘๐‘Ž ๐‘‘โ„Ž๐‘–๐‘ ๐‘Ž๐‘Ž๐‘›๐‘– ๐‘—๐‘’๐‘‘โ„Ž๐‘ข ยซ ๐šก๐šž๐š–๐šž๐š›๐šŠ ๐š’๐š‹๐šœ๐šŠ : ๐š”๐š’๐š›๐š’๐šœ๐š๐š˜๐š˜๐šœ ๐š๐šž๐šž๐š”๐šŠ ๐š‹๐šž'๐šž ๐š’๐š‹๐šœ๐šŠ.

๐Ÿ•น=Kanaafuu Kiristoos barattoota isaa kana jiratoota magaalaa beetsayida kani ta'ani fi namoota Qurxummii hojjatan Haroo nannoo magaalaa isaanii jiruu Gaalilaa(geenresex) irraa waamee. (hundu sirriidha).

link telegrama๐Ÿ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
๐Ÿ‡kutaa-9-ffaa:-
๐Ÿ“Gaafii fi Deebii Muslimoota.
1=๐™œ๐™–๐™–๐™›๐™ž ๐™ž๐™จ๐™–๐™–๐™ฃ๐™ž ๐™–๐™ ๐™ ๐™–๐™จ๐™ž ๐™ฉ๐™ช๐™ง๐™š"ยซ #Kiristoos gara #Qifirnaahom kani deemee kophaa isaa mooโ“barattoota isaa wajjiin jedhuu โ“
๐™ง๐™–๐™œ๐™–๐™– ๐™ž๐™จ๐™–๐™–๐™ฃ๐™ž ๐™ž๐™ข๐™ข๐™ค ๐™ ๐™–๐™ฃ๐™– ๐™ฉ๐™ช๐™ง๐™š.
โžŠโž›Maarqoos 1:21
Achiis gara #Qifirnaahom #deeman. Akkuma guyyaan Sanbataa gaสผeenis mana sagadaa seenee barsiisuu jalqabe
=โž›iddoo kanatti jechii ยซ#Deeman ยป jedhuu #Kiristoos fi #barattoota ibsa.

โž‹โž›Luqaas 4:31
#Innis gara #Qifirnaahom, magaalaa Galiilaa keessaatti gad buสผe; guyyaa Sanbataas namoota barsiise
=โž›iddoo kanatti jechi ยซ#inniยป jedhu #Kiristoos qofa ibsa.

๐Ÿ•น๐™™๐™š๐™š๐™—๐™ž ๐™ ๐™š๐™š๐™ฃ๐™ฎ๐™–.
โœ jechi #Qifirnaahom jedhuu jechoota #Ibraayisxiitti lama irraa kani argamee sii taโ€™u " #Qifir " jechuun #ganda jechudha.
" #Naahom jechun immoo #mijataa(#qananii) jechuudha.
walitti immoo =Ganda mijata ykn Ganda Qanani qabdu jechudha. ykn magaalaa qanani qabdu jedhudha.

โœganda Qifirnaahom Kiristoos fi barattootni dhaqanii jiruu. Maarqoos Kiristoos fi barattoota jedhe ibse, Luqaas immoo Kiristoos  jedhee malee barattootnii hin jiran hin jenne.akka barattootni wajjin jiran qabxii ibsu.

๐Ÿ’ž jecha #guyyaa_Sanbataas #mana_sagadaa jedhuu Maarqoos(Mar 1:21) fi Luqaas(Luq 4:31) irratti ni argama.   โ kana booddee mana sagadaa keessa yeroo gadi bahan eessaa dhaqanii

โ“ตโž›Maarqoos 1:29-30
#Isaanis akkuma #mana #sagadaatii baสผaniin #Yaaqoobii fi #Yohannis wajjin mana #Simoonii fi #Indiriiyaas dhaqan. Haati niitii Simoonis dhukkuba dhagna gubaadhaan qabamtee ciifti turte; #isaanis yommusuma waaสผee ishee Iyyaasusitti(kiristoos) himan.
=โž›eenyudha Kiristoositti kan himme barattoota ๐Ÿ’ฏ


โ“ถโž›Luqaas 4:38
#Iyyaasuus #mana sagadaatii #baสผee mana #Simoon dhaqe. Haati niitii Simoonis dhukkuba dhagna gubaa hamaadhaan qabamtee dhiphachaa turte; #isaanis akka Iyyaasus ishee gargaaru isa #kadhatan.
=โž›eenyuudha Kiristoos kani kadhatan barattoota๐Ÿ’ฏ.

๐‘˜๐‘Ž๐‘›๐‘Ž๐‘“๐‘ข๐‘ข ๐‘š๐‘Ž๐‘›๐‘Ž ๐‘ ๐‘Ž๐‘”๐‘Ž๐‘‘๐‘Ž ๐‘˜๐‘’๐‘’๐‘ ๐‘ ๐‘Ž ๐‘Ž๐‘˜๐‘˜๐‘ข๐‘š๐‘Ž ๐‘๐‘Žโ„Ž๐‘Ž๐‘›๐‘– ๐‘š๐‘Ž๐‘›๐‘Ž ๐‘ ๐‘–๐‘š๐‘œ๐‘œ๐‘›๐‘– ๐‘Ž๐‘˜๐‘˜๐‘Ž ๐‘‘๐‘’๐‘’๐‘š๐‘Ž๐‘›๐‘– ๐‘–๐‘๐‘Ž๐‘Ž, ยซ ๐‘˜๐‘Ž๐‘›๐‘Ž ๐‘—๐‘’๐‘โ„Ž๐‘ข๐‘› ๐‘๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘Ž๐‘ก๐‘œ๐‘œ๐‘›๐‘– ๐‘˜๐‘–๐‘Ÿ๐‘–๐‘ ๐‘ก๐‘œ๐‘œ๐‘  ๐‘ค๐‘Ž๐‘—๐‘—๐‘–๐‘› ๐‘š๐‘Ž๐‘›๐‘Ž ๐‘ ๐‘Ž๐‘”๐‘Ž๐‘‘๐‘Ž ๐‘ก๐‘ข๐‘Ÿ๐‘Ž๐‘› ๐‘—๐‘’๐‘โ„Ž๐‘ข๐‘ข๐‘‘โ„Ž๐‘Ž, ๐‘–๐‘›๐‘›๐‘– ๐‘˜๐‘ข๐‘›๐‘– ๐‘–๐‘š๐‘š๐‘œ ๐‘˜๐‘Ž๐‘›๐‘– ๐‘–๐‘๐‘ ๐‘ข ๐‘ค๐‘Ž๐‘—๐‘—๐‘—๐‘› ๐‘ž๐‘–๐‘“๐‘–๐‘Ÿ๐‘›๐‘Ž๐‘Žโ„Ž๐‘œ๐‘š ๐‘‘โ„Ž๐‘Ž๐‘ž๐‘Ž๐‘›๐‘– ๐‘—๐‘’๐‘โ„Ž๐‘ข๐‘‘โ„Ž๐‘Ž.

Fakkeenyaaf.-
Luqaas yeroo ibsuu Adaam jalqabee hanga Kiristoos jiruu dhaloota jiru Luqaas ibsee jira (luq 3:26-38).
Maarqoos garuu hin ibsinee. Kiristoos akka foonii nama uffatee walalle miti Maarqoos

๐™ญ๐™ช๐™ข๐™ช๐™ง๐™– ๐™ž๐™ง๐™ง๐™–๐™–๐™ฉ๐™ž.
yaada dabalataa tokkoo yoo bareesse tokkoo immoo bareessu dhisuu danda'a. 

โ“ทโž›Yohaannis 20:30-31
Iyyaasuus(kiristoos) barattoota isaa duratti mallattoowwan biraa kanneen #kitaaba kana keessatti #hin barreeffamin hedduu hojjete. Wantoonni kunneen garuu akka #Iyyaasus inni Kiristoos Ilma Waaqayyoo taสผe akka amantaniif, amanuudhaanis akka #maqaa isaatiin #jireenya qabaattaniif barreeffame.

โ“ธโž›Yohaannis 21:25
Kana malees Iyyaasus(kiristoos) waan biraa #baayสผee hojjeteera. Utuu #tokkoon tokkoon isaanii barreeffamanii jiraatanii silaa ani waan addunyaan mataan ishee iyyuu kitaabota barreeffaman sanaaf  #iddoo gaสผu qabdu hin seสผu.


๐Ÿ’ฏ๐š๐šŠ๐š›๐šŠ ๐š๐šŽ๐š•๐šŽ๐š๐š›๐šŠ๐š–๐šŠ ๐š”๐š˜๐š๐šž๐Ÿ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha