🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
🌹 #Qophi_kuta_6_ffaa
❖Gaafi fi deebi
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
Musilimoonni
Gaafi tokko =kiristoos
Nama wani ta'ef
Dadhabe iddoo
Bishani ta'e"""
osoo waaqayyo ta'e
Hin dadhabuu jedhu....❓

πŸ‘‰yohannis 4:6πŸ‘‡
#Boolli #bishaanii
Yaaqoob achi jira
ture. #Iyyaasus karaa
deemuu isaatiin waan #dadhabeef boolla bishaanii sana bira ta'ae
Yeroon isaas gara
saaatii ja'aa ture
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
➜Deebi keenya
Immoo mali ta'u qaba..❓
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
➜share godha
Hiriyoota keessanif
➜yero hunduma
Kitabaa qulqullu
Dubbisa...
➜deebi sirri namota
Isin gaafate deebisa
Malee ani hin beeku
Hin jedhinβ€ΌοΈβŒ

⏸ link kan xuqa
Seena hordoffa

‼️ #haadha_Waaqa_naJaladha ‼️
====//======
akkuma phawulosi
Namooni fannoo
Kiristoosi dinna ta'an
Kani jiru jedhu....
➜musilimoonni
Afaani isaani isaa
Affuurra xurawaan guutame
Nuuti gadi dhisa olu
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
yaa, obboolota koo
Jabadha.😭😭😭