🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.36K subscribers
47 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
🌹Baga Gessanii 🌷
➊.➧kitaba-Iyyobi 10:5
#Barri kee akka bara #namaatii❓
Yokaan #waggonni kee akka waggotaaf namatii❓
βž‹.➧2 Phexiros 3:8
Yaa obbolota jallatamo, #Waqayyo biratti guyyan tokko akka #waggaa_kuma tokkoo, waggan kumni tokko immoo akka guyyaa tokko akka taΚΌe hin dagatinaa.
➌.➧Farfana 102:24
Anis akkanan jedhe: Yaa Waaqa ko, #walakkaa #umurii kotti na hin fudhatin
#waggoni kee dhalotaa hamma dhalota hundatti itti fufu
➍.➧Ibrota 1:12
ati akkuma wayyatti isaan marta isan akkuma #uffatatti geddaramu;
ati garu sanuma
umurin kees gonkuma dhuma hin qabu.
➎.➧Aster 8:16
#Yeron sun Yihudotaf #ifa, gamachu, #ilillee fi yero ulfinaa ture
➏➧Isayas 65:20
Kana boda #daaimni guyyoota murasa qofa jiraatus taΚΌe #Manguddon umurii utuu hin qufin duΚΌu achitti hin argamu. Namni umuriin isaa wagga #dhibba taee #duu kam iyyuu akkuma ijollumaan isatti duΚΌetti ilalama, Namni cubbamanis umuriin isaa wagga dhibba yoo taΚΌe ille #abarama ni taΚΌa

❣️Ayyana garii isinif Hata’u
πšπšŠπš›πšŠ πšπšŽπš•πšŽπšπš›πšŠπš–πšŠ πš”πš˜πšπšŠπŸ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha