🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.37K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
🌹Deebi isa "A" ta'a
--------------------------
βž›dhugaa dha
Mika'el
#Haanga surafel fi kirubeeli mitii

➧RAGAA
βž›Dirsaana Mikaa'el
kan ji'a
#Amajjii Dubbifamuu lakkoofsa -91 irratti ni argatuu.
➧(3:91)
β–¬β–¬β–¬β–¬
የαŒ₯ር α‹΅αˆ­αˆ³αŠ ሚካኀል =α‰αˆ­ 91
➧(3:91)
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
βž›Ragaa Dabalataa kitaaba Raajii-Hisqi'el fi isayaas dubbisuu dandeessu
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
✍
#Namoonni deebi shakkala turtani sagalee jireenya isin haa, dhageechisu.
======//=====
βž› Anii gaaffii illee tokko tokko isiniif qopheessuun koo, gara fuula duratti akka isin ofii keessani
#Dubbistani jedhinni

➧Fakkeenyaaf barsisoonni keenya namoonni muraasni wanta hunda isinitti himmuf hin barbadani
kuni immoo rakkoo guddadhaa,, kanafi. namoonni baay'een orthodoksi keessa deemu

✍garuu kana booda haala gaariin jabadha kitaabota dubbisaa,,,,

➧kunuma namni dubbate
#qofa fudhatee akka hin deemnee ofii kee, illee ilaali duraa

β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
➧gaaffii lama isin gaafadhee turee deebi isaa
#argachuu kan isin dhorkee
ofii keessani dubbisuu dhiistanii
#odduu. namoota tokko tokko qofa fudhatani wani deemtaniif πŸ™ˆπŸ™ˆπŸ™ˆ

βž›lamaffaa akkasii hin godhina adaar..❓❓
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
➧kana booda gara gaaffii hin deemuu,.ni gahaa baqa.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬

🌹amma iyyuu gaaffii kana namoota kan biraan gaha gaafadha mee..❓

=deebii maali isin jedhuu laata..... ❓