🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.36K subscribers
47 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
πŸ‘‡kuta-103-itti fufa.πŸ‘‡
#Gorsa tokko Raajii Naahomi

➊Raajii-Naahoom 1:7
Waaqayyo #gaarii dha
yeroo rakkinaattis daΚΌoo dha.
Inni warra isa amanatan ni beeka

βž‹Raajii-Naahoom 1:3
Waaqayyo aariidhaaf #suuta kan jedhuu fi humna guddaa kan qabu dha, TaΚΌus waaqayo adaba barbaachisu kennuu irraa matumaa duubatti hin jedhu. Daandiin isaa bubbee fi obomboleettii badiisa geessisu keessa jira, Duumessoonnis akkuma awwaara miila isaa jala jiruu ti.

➌Raajii-Naahom 3:19
Badiisa si irra gaΚΌu irraa boqonnaa hin argattu. #Madaan kee fayyuu hin dandaΚΌu. Namoonni waaΚΌee kee oduu dhagaΚΌan hundi harka isaanii walitti rukutu; Sababiin isaas, gara jabina kee isa wal irraa hin cinneen kan hin miidhamne hin jiru.”
πŸ‘‰hanga sanatti dubbisaπŸ‘†πŸ‘†
πŸ‡wangeeli #Marqoosi itti fufa.
Hanga sanatti.
✍ #Gorsa_Raaji_sefoniyaa dubbisa.

➊.Raji sefoniyaa 3:9-10
π‘Žπ‘›π‘– π‘Žπ‘˜π‘˜π‘Ž β„Žπ‘’π‘›π‘‘π‘– π‘–π‘ π‘Žπ‘Žπ‘›π‘– #π‘šπ‘Žπ‘žπ‘Žπ‘Ž π‘€π‘Žπ‘Žπ‘žπ‘Žπ‘¦π‘¦π‘œπ‘œ π‘€π‘Žπ‘Žπ‘šπ‘šπ‘Žπ‘‘π‘Žπ‘›π‘–π‘–π‘“ π‘Žπ‘˜π‘˜π‘Ž #π‘€π‘Žπ‘™π‘–π‘– π‘”π‘Žπ‘™π‘’π‘’π‘‘β„Žπ‘Žπ‘Žπ‘› π‘–π‘ π‘Žπ‘Ž π‘‘π‘Žπ‘—π‘Žπ‘Žπ‘—π‘–π‘™π‘Žπ‘›π‘–π‘“π‘–π‘  #π‘Žπ‘“π‘Žπ‘Žπ‘›_π‘›π‘Žπ‘šπ‘œπ‘œπ‘‘π‘Ž π‘›π‘Žπ‘›π‘Ž π‘žπ‘’π‘™π‘žπ‘’π‘™π‘™π‘’π‘’π‘ π‘ π‘Ž.
πš πšŠπš›πš›πš’ πšŠπš—πšŠπšŠπšπš’ #πšœπšŠπšπšŠπšπšŠπš— πš’πš—πšπšŠπš•πš•πšŠπš— πš”πš˜πš˜ πš”πšŠπš—πš—πšŽπšŽπš— πš‹πš’πšπšπš’πš—πš—πšŠπšŠ'πšŠπš— πš•πšŠπšπšŽπšŽπš— #πš’πšπš˜πš˜πš™πš‘πš’πš’πšŠπšŠ πšπšŠπš–πšŠπšŠ πš”πšŽπš—πš—πšŠπšŠ πš—πšŠπšŠπšπš’ πšπš’πšπš’.

βž‹.Raji-sefoniyaa 3:17
Waaqayyo Waaqni kee
#sii wajjin jiru jabaa dha
Inni baayΚΌee sitti gammada;
inni jaalala isaatiin si boqochiisa #faarfannaadhaanis sitti gammada.

π‘”π‘Žπ‘Ÿπ‘Ž π‘‘π‘’π‘™π‘’π‘”π‘Ÿπ‘Žπ‘šπ‘Ž π‘˜π‘œπ‘‘π‘ŽπŸ‘‡

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha