๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.36K subscribers
47 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
โœ #kutaa_1_Ffaa
======โ–ณ======
1.Taaboonni maalif
Gara lagaati bahaโ“
=Deebi isaa
1.sababa tokkoffaa
๐Ÿ‘‰seera oriti keessatti
Taabooni waqayyo
Laga Yordaanos deemee
Addan kute fakkeenya
Cuphaa wani rawwatefi
๐Ÿ”ˆ ragaa kitaaba Qulqulluu
(1) kitaaba Iyyaasuu 3:5-8๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰Sana booda Iyyaasuun #lubootaan #Taabotaf kakuu fuudhaatii sabicha dura
darbaaโ€ jedhe
Kanaafuu, isaan taabota
kakuu sana fuudhanii
sabicha dura ni deeman

Achiis Waaqayyo
Iyyaasuudhaan akkana jedhe: โ€œAkkuman #Musee
wajjin ture sii wajjinis
akkan tau akka beekaniif, guyyaa kanatti
guutummaa #Israael
duratti olii sin qaba

#Luboota Taaboota kakuu baatanis Yommuu
qarqara #laga_Yordaanos geessan
achuma Yordaanos
#keessa dhaabbadhaa
jedhii ajaji.
โžขโžขโžขโžขโžข
qabxiiwwan hubbachu
Qabnu
โœ lubbooni jirachuu
โœ Taaboota Waaqayyo jirachuu
โœ Israa'eloonni jirachuu
โœ lagani Yordaanos jirachuu
โœ Iyyaasuun jirachuu
โžขkanafuu iccitii cuuphaa
Yero gara lagaa deemtu
lubboni jirachuu qabuu
Taabooni jirachuu qaba
Fakkeenyi israeellota
Nuu,Namooni jirachuu qabna
Faakkeenyi Iyyaasuu
Immo phaaphaasii fi
namoota Aango oli ana qabuu

โžข ergaa Phaawuloos
ilaali Kuno
โœ 1Qor 10:2๐Ÿ‘‡
#hundi isaanii #Musee
hordofanii #duumessichaa fi #galaanichaan_cuuphaman
++++++++++
Jechi hundi isaanii
jechuu Israa'elota
-dummeessicha kan
Jedhame gara tokkoon
Dummeessa amma samii
Irra jiru
Gara biraan immoo #Affuura
Qulqulluu ibsaa
-mat 17:5
- HDB 2:2
-Luqaas 3:22
โžขMusee hordofanii Israa'eloni
Ni cuuphaaman jedha
โžข Waaqa Aangoo Musee
Gara Iyyaasuu ni barase

โ—ˆragaa kitaaba
โœser.keessaa.deebii 34:9๐Ÿ‘‡
#Museen_harka isaa
isa irra kaaee waan
tureef #Iyyaasuun
ilmi Nawe nama
#Affuura #ogummaatiin
guutame ture
Israaelonnis isa dhagauu jalqaban; akkuma
Waaqayyo Musee
ajajes ni godhan
โœ kitaaba Iyyaasuu 3:7๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰Achiis Waaqayyo #Iyyaasuudhaan akkana
jedhe: โ€œAkkuman
#Musee_wajjin ture
#sii wajjinis akkan tau
akka beekaniif
guyyaa kanatti
guutummaa Israael
duratti ol sin qaba
โžนโžนโžนโžนโžนโžน
akkuma Musee wajjiin
Ture sii, wajiin nan ta'a
Jedha, kanafuu Musee
Yoo, cuuphe, Iyyaasuu nis
Ni cuuphaa
-Muse fi Iyyaasuun
Aangoo walii fakkaatu
Qabu....
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
seenaa kana xinnoo
Dubbisi mee, wanta
Sii, hubbachisu qaba

:kitaaba Iyyaasuu 3:13

#faanni miila luboota
Taabota Waaqayyo
isa Gooftaa guutummaa
lafaa ta'ee baatan sanaa
bishaan Yordaanos akkuma #tuqeen, #bishaan
Yordaanos inni
gubbaadhaa yaa'aa ture
yaauu isaa ni #dhiisa; bishaanichis akkuma hidha lagaatti ni #dhaabbata
โžขyeroo lubbooni Taboota
Batani bishaanii Yordaanosi
Seenani bishaanii dubatti
Deebie dhabata jechuudhaa
โžนFar 113/114:3-5๐Ÿ‘‡
#Galaanichi kana
argee #baqate;f
#Yordaanosis #duubatti deebie

Gaaronni akka
korbeeyyii hoolaatti
Tabbawwanis akka
hoolotaatti burraaqan

๐Ÿ”ŠYaa galaanaa,maaltu
akka baqattu si godheโ“
Yaa Yordaanos, maaliif
duubatti deebiteโ“
โ—ˆWalumaagalatti
Iccitti Taabooni gara
Lagaa itti deemi tokko
Isaa kan

2โœ inni lammaffaan
Immo seeri kuni dhaloota
Hanga dhaloota yaadatamuu
Qaba jedhee waaqayyo
Wani ajajeefi.
Seeri Kuni immoo Taaboota
Wajjin ta'u qaba waggaa
hanga waggaatti kunoo
Nuuti ni kabajana..
โ—ˆragaa kitaaba
โœ kitaaba Iyyaasuu 4:6-7๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰innis isin gidduutti
#mallattoo taee
ni #tajaajila Yeroo
booda ijoolleen keessan
#Dhagoota kana
as kan keessan
maaliifiโ“ jedhanii yoo
isin gaafatan,akkana
jedhaa isaanitti himaa
Akkana kan goone,
#bishaan Yordaanos
#Taabota_kakuu
Waaqayyo duratti waan
dhaabbateefi. Taabotichi Yordaanosiin yommuu
ceetti, bishaan Yordaanos
ni dhaabbate.
Dhagoonni kunis
saba Israa'eelif
#yaadannoo dhaabbataa
taanii tajaajilu
โžน แŠฅแŠ“แŠ•แ‰ฐ แ‰ แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แ‰ƒแˆ
แŠชแ‹ณแŠ• #แ‰ณแ‰ฆแ‰ต แŠแ‰ต แ‹จแ‹ฎแˆญแ‹ณแŠ–แˆต
แ‹แŠƒ แˆตแˆˆแ‰ฐแ‰‹แˆจแŒ  แŠแ‹
#แ‹ฎแˆญแ‹ณแŠ–แˆตแŠ• แ‰ แ‰ฐแˆปแŒˆแˆจ แŒŠแ‹œ
แ‹จแ‹ฎแˆญแ‹ณแŠ–แˆต แ‹แŠƒ แ‰ฐแ‰‹แˆจแŒ 
แŠฅแŠแ‹šแˆ…แˆ แ‹ตแŠ•แŒ‹แ‹ฎแ‰ฝ แˆˆแŠฅแˆตแˆซแŠคแˆ
แˆแŒ†แ‰ฝ #แˆˆแ‹˜แˆ‹แˆˆแˆ_แˆ˜แ‰ณแˆฐแ‰ขแ‹ซ
แ‹ญแˆ†แŠ“แˆ‰ แ‰ตแˆ‰แŠ แ‰ธแ‹‹แˆ‹แ‰ฝแˆ
=แŠขแ‹ซแˆฑ 4:7

โ—ˆKun Afaanni Grikii
Dubbisuu yoo, dandeessee
Ilaali
#ฮตฯƒฮตฮฏฯ‚ ฮธฮฑ ฯ„ฮฟฯ…ฯ‚ ฮฑฯ€ฮฑฮฝฯ„ฮฌฯ„ฮต ฯŒฯ„ฮน ฯ„ฮฑ ฮฝฮตฯฮฌ ฯ„ฮฟฯ… ฮ™ฮฟฯฮดฮฌฮฝฮท ฯƒฯ„ฮฑฮผฮฌฯ„ฮทฯƒฮฑฮฝ ฮผฯ€ฯฮฟฯƒฯ„ฮฌ ฯƒฯ„ฮทฮฝ ฮบฮนฮฒฯ‰ฯ„ฯŒ ฯ„ฮทฯ‚ ฮดฮนฮฑฮธฮฎฮบฮทฯ‚ #ฯ„ฮฟฯ… ฮšฯ…ฯฮฏฮฟฯ…. ฮ”ฮนฮฑฮบฯŒฯ€ฮทฮบฮต ฮท ฯฮฟฮฎ ฯ„ฮฟฯ… ฯ€ฮฟฯ„ฮฑฮผฮฟฯ, #ฯŒฯ„ฮฑฮฝ ฮท ฮบฮนฮฒฯ‰ฯ„ฯŒฯ‚ ฯ€ฮตฯฮฝฮฟฯฯƒฮต ฮผฮญฯƒฮฑ ฮฑฯ€ฯŒ ฯ„ฮฟฮฝ ฮ™ฮฟฯฮดฮฌฮฝฮท. ฮˆฯ„ฯƒฮน, ฮฑฯ…ฯ„ฮญฯ‚ ฮฟฮน ฯ€ฮญฯ„ฯฮตฯ‚ ฮธฮฑ ฮตฮฏฮฝฮฑฮน ฮณฮนฮฑ ฯ„ฮฟฯ…ฯ‚ ฮ™ฯƒฯฮฑฮทฮปฮฏฯ„ฮตฯ‚ ฮผฮนฮฑ ฯ…ฯ€ฯŒฮผฮฝฮทฯƒฮท ฯ€ฮฑฮฝฯ„ฮฟฯ„ฮนฮฝฮฎยป.