🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.35K subscribers
41 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
#Barabbaan sababii fincila magaalaa keessatti kaΚΌeetii fi ajjeechaa namaatiin mana hidhaa keessa buufamee ture.
   =Luqaas 23:19

#Hiika maaqa isaa « Barabbaan» jechun Jecha Afaani ❝Aramikki tti❞
-kunis jechoota lama irra walitti dhufe.  #Βαραββᾢν= #Bar(Βαρ) jechun #ilma jechudha
#Abbaan(Ξ±Ξ²Ξ²αΎΆΞ½) jechun immo Abbaa jechudha.
jechoonni laman kuni yoo walitti dhufan "ilma Abbaa" jechudha.

βž›Haata’u malee Kiristoos namicha kana harka Seexanaa baasee jira

Namichi Barabbaan jedhamu tokko #finciltoota goolii kaasanii nama ajjeesan wajjin mana hidhaa keessa ture.
  =Maarqos 15:7

Isaan amma illee iyyanii, β€œLakki, Barabbaan malee isa miti!” jedhan. Barbaan kun #saamtuu ture.
   =Yohannis 18:40

Luboonni hangafoonnii fi maanguddoonni garuu akka Barabbaan gad dhiifamee, #Iyyaasus(kiristoos) immoo ajjeefamu akka isa kadhataniif namoota sossoban.
    =Maatewos 27:20

kunis ijoollee Waaqaa kanneen bittinnaaΚΌan walitti qabee tokko gochuuf malee saba sana qofaf miti.
=Yohannis 11:52

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha