๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.36K subscribers
47 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
โžก๏ธ๐Ÿ…ฐ kutaa-43 ffยชยช ๐ŸŒธ๐ŸŒธ
            ๐ŸšธGaaffii fi Deebii
๐ŸšผMusiliimota
๐Ÿ“คโฌ‡๏ธ Yohaannis 11:34
kiristoos akkas jedheโ€œ
#Eessa isa keessan?โ€ jedhe. Isaanis, โ€œYaa Gooftaa, kottuu ilaaliโ€ jedhaniin #แ‹ˆแ‹ดแ‰ต แŠ แŠ–แˆซแ‰ฝแˆแ‰ต? แŠ แˆˆแˆแŠฅแŠแˆญแˆฑแˆ แŒŒแ‰ณ แˆ†แ‹ญแฅ แˆ˜แŒฅแ‰ฐแˆ… แŠฅแ‹ญแก แŠ แˆ‰แ‰ต(แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 11:34)
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ”ปGaafi isaanii
1=Kiristoos maalif iddoo
#Alaazaari itti awwaalamee walale  jedhuu..๐Ÿ‘Œ
*Eessa isaa keessan jedhee maaliif gaafata jedhuu.
๐Ÿ‘‰Waaqayyo wanta hundumaa beeka ,erga inni Waaqa taโ€™e jedhuu.โ“โ“
๐Ÿ”ด kanafuu inni Waaqayyo miti jedhuu.โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ†ช๏ธDeebi keenya
#Lakki Kiristoos Waaqayyo wanta #hundumaa_beeka kan jedhuu ta'a'.
โžžRaga_kitaaba

โžก๏ธ=Yohaannis 21:17๐Ÿ‘‡
Ammas sia sadaffaadhaaf Yaa Simoon ilma Yonaa baayee na jaallattaa?โ€ jedheen. Pheexiros, Iyyaasus(Kiristoos) sia
sadaffaadhaaf, โ€œBaayee na jaallattaa?โ€ jedhee waan isa gaafateef ni gadde. Kanaaf Pheexiros, โ€œYaa Gooftaa,
#ati_waan_hundumaa_beekta akka ani baayee si jaalladhus
beektaโ€ jedheen.Iyyaasus(Kiristoos)
akkana jedheen: โ€œIlmoolee hoolaa koo eegi jedhee

โœkana booda
#hiika kitaaba ilaala.โฌ‡๏ธ

โ“ต=Ser.Uum 3:9
Waaqayyonis
#Adaami waamee #Eessa jirta?โ€ isaan jedhe

โ“ถ=Ser.Uum 4:9
#Waaqayyo Qaayeelin โ€œObboleessi kee Abeel #eessa
jira? jedhee gaafate; innis, โ€œAni
hin beeku. Ani eegduu obboleessa kootii tii?โ€ jedhee deebise
โžก๏ธ kanafuu
#jechi Eessa jedhuu
#Amala_Waaqayyo akka taโ€™e ni ibsaa ,
โžžWaaqayyo Adaami eessa jirta jedhee kani gaafatee iddoo Adaami jiruu walale miti
โžžWaaqayyo Qaayeelin obboolldessi kee,eessa jira jedhe kani gaafatee iddoo
#Abeeli jiruu walale miti.
โ–ฌkunoo ragaa keenya๐Ÿ‘‡

โ“ท=Far.Daawit 139:7
Afuura kee jalaa eessattan
miliquu dandaa?
#Fuula kee duraa hoo eessattan baqachuu dandaa.

โ“ธ=Kitaaba fakkeenya 15:3
#ijji Waaqayyo bakka hundumaa jira Namoota hamoos namoota
gaariis ni ilaala.

โ“น=Ibroota 4:13
#Uumamni ija isaa jalaa dhokatu tokko illee hin jiru; kanaa mannaa, wanti hundi ija isa nu gaafatu sanaa duratti qullaa fi #ifatti kan saaxilame dha
โžก๏ธ Waaqayyo wanta hundumaa ni arga ,Kiristoos wanta laphee nama keessa jiruu hundumaa  ni beeka.

โคด๏ธWaaqayyo yaadaa laphee nama keessa jiruu ni beeka ,isaan gaafachuu hin barbachisu.
โ“บ=Far.Daawit 139:1-2
Yaa Waaqayyo , ati akka
gaariitti na qorte, na
beektas.Yommuun taauu fi yommuun kau ni beekta
#Yaada koo fagoodhaa ni hubatta

โ“ป=Yohaannis 2:25
Kiristoos wanta
#nama_keessa jiru waan beekuuf,eenyu illee waaee namaa akka isaaf dhugaa bau isa hin barbaachisu ture.
โžก๏ธ Waaqayyo erga wanta
#hundumaa_beekee maalif eessaa jirta jedhe gaafata
ree..โ“
โœDeebii
Keessa namoota(nama) sana ,
#Qulqulluu fi #jalaa ta'u isaa namoota ifa gochuuf =eessaa jirta, eessaa isaa keessan jedhee.

โ“ผ=Luqaas 16:15
kiristoos akkana isaaniin jedhe
#Isin namoota duratti Qulqulloota akka taatan dubbattu, #Waaqayyo garuu #laphee keessan beeka. Sababiin isaas, wanti namoota duratti bakki guddaan kennamuuf
Waaqayyo duratti jibbisiisaa dha.

โคด๏ธsababa maaliif
#Kiristoos eessa isaa keessan Alaazaari jedhee ๐Ÿ‘‡

โžก๏ธSababa
#Tokkoffaa keessa namoota sana ifaa gochuuf
Malee wanta biraf mitii.
Osoo isaan hin gaafane inni beeka turee.(Yoh 2:25)

โžก๏ธ sababa
#lamaffaa Kiristoos maalif eessa isa keessan jedhee , #Abbaa isaa wajiin #qixa ta'u ibsuuf ,akkuma bara durii #Adaami essaa jirta jedhee
Qaayeelin obbolleessi kee,eessa jira jedhee

Kiristoos immoo dubbii kan fayyadame jira.๐Ÿ‘‡
โ“ฝ=โžก๏ธ Ibroota 1:3
Inni(Kiristoos)ulfina Waaqayyoo ni calaqqisa,
#eenyummaa isaas sirriitti bakka bua, akkasumas waan hundumaa humna dubbii isaatiin jiraachisa. Inni cubbuu keenya erga qulqulleessee booda, iddoo oli aanaa mirga isa Suurra Qabeessa sanaa taae แŠฅแˆญแˆฑแˆ #แ‹จแŠญแ‰ฅแˆฉ_แˆ˜แŠ•แŒธแ‰ฃแˆจแ‰…แŠ“_แ‹จแ‰ฃแˆ•แˆญแ‹ฉ แˆแˆณแˆŒ แˆ†แŠ–แฅ แˆแˆ‰แŠ• แ‰ แˆตแˆแŒฃแŠ‘ แ‰ƒแˆ แŠฅแ‹จแ‹ฐแŒˆแˆแฅ แŠƒแŒขแŠ แ‰ณแ‰ฝแŠ•แŠ• แ‰ แˆซแˆฑ #แŠซแŠแŒป แ‰ แŠ‹แˆ‹ แ‰ แˆฐแˆ›แ‹ซแ‰ต แ‰ แŒแˆญแˆ›แ‹ แ‰€แŠ แ‰ฐแ‰€แˆ˜แŒ 
(แ‹•แ‰ฅแˆซแ‹แ‹ซแŠ• 1:3))
โœ Kiristoos
#eenyummaa Waaqayyo ni ibsa wanii taโ€™e eessa isaa gootan jedhee.

Kiristoos addunyaa dura akka turee immoo kunoo๐Ÿ‘‡
โ“พ=Ibroota 13:8
Iyyasus Kiristoos
#kaleessa,
hara, bara baraanis isuma sana
โœkan jedhuun bara Adaami fi Qaayeeli kan dubbatee Kiristoos jedhuudha.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Link kan xuqaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
======//=========