๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.36K subscribers
47 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒป Waaqayyo kuno
Duumeessa Ariftaan gara
biyya Gibxi Ni dhufa:
๐Ÿ‘‰แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แ‰ แˆแŒฃแŠ•
แ‹ฐแˆ˜แŠ“ แŠฅแ‹ญแ‰ แˆจแˆจ แ‹ˆแ‹ฐ
แŒแ‰ฅแ… แ‹ญแˆ˜แŒฃแˆ
=Raji-Isaayyaas 19:1
=แŠขแˆณแ‹ญแ‹ซแˆต 19:1
๐ŸŒพ========๐ŸŒพ
=
#kuta_4_Ffaa
Goondasa:Maariyami
๐Ÿ‘‰Isaayyaas jechuun
Qoricha jechuudha.
๐Ÿ‘‰Abbaan isaayaas
Amoosi jedhama
๐Ÿ‘‰bara inni Raaji dubbatee
Dhalota Kiristoos dura
Bara,688-740 tti
๐Ÿ‘‰Kitaaba Tokko qofaa
Bareesse.Kitaabni
kuni boqonna 66 qaba
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โœWaaqayyo
#Dumeessa
Ariftaan gara,biyyaa
Gibxii ni Dhufa yeroo jennuu
โ– jalqabaa dura Waaqayyo
Maalif,Arifachuu isaa
Barbachise_____โ“

โ– Kitaba
#hosee irratti
Abbaan ilma isaa
Gara,Gibxii akka wamee ni
Beekama,(hose 11:1)

โ– haali inni gara Gibxi
itti deemu immoo
dumeessani

โœWaaqayyo jedhee kan
Wamame amma immoo
Ilma ykn Kiristoos'
=akkuma hoseen ilma
Jedhe, Isaayyaas immoo
Waaqayyo jedhee
=ilma=Waaqayyo
Jechun Tokkuma Kuni
Aangoo Waaqummaa isatti

โœDumeessa kan jedhamtee
#Maariyaamadha
Sababiin isaa haati fi mucaa
Fudhi deemi jedhamee.

๐ŸŒนdumeessa
#Ariftaa kan
Jedhu Hiika akkana qaba
โœ=1: Tokkoffan Ergama Waaqayyo, Herodis jala
Akka deeman yeruma sana
Tau ibsa
sababii isaa
#halkanii Waani
Deemanif (Mat 2:14)
โœ=2:Lamaaffan guyyaan
#fayyina amma wani jedhameef
Kiristoos dafee iccitii hundumaa rawwachuu qaba,
Isaan keessa dubbi
rajoota Jechudha
=2Qor 6:2:Luq 4:19-20
โœ Sadaffaan Maariyaami haati Kiristoos wanta hunda ariitiidhaan kan rawwatuu ta'u Ishe ibsuuf
=Luq 1:39:Yoh 2:1-8.
====||====||===
๐ŸŒนWaaqayyo maalif samii
irraa iyyuu
#xawoota biyya Gibxii balleessuu hin danda'u
maalif dumeessan dhaquun barbaachise____ โ“

โ—ˆjalqabaa dura Waaqayyo
Tessoo isaa
#samii irra
Inni bira immoo dumeessi Waaqayyo
#gaditti
#lafa olitti Argama:

โžขKuni jalqabaa irratti
Wa'ee haadha isaa
#kabaja
ishee ibsuuf.
Dubaro Maariyaami
#Namoota kani olitti
#Waaqayyo gaditti jechuu ibsa

๐ŸŒปDumeessan biyya Gibxii
Qofa deemee malee biyya
Biraa dumeessan hin deemnee
Kuni immoo Guutumati
Dubaroo Maariyaami ilma
Ishee waliin akka deemtee
Ibsuuf......
Kanaafuu kan shakkii tokko
Male Amanun dirqama

โœ Akkuma
#Eliyaas dumesaa xinnoo fayyadamee Roobaa
Gaarin Roobee bilqilche
1mot 18:45:Yaaqoobi 5:16-17

=fakkeenyummaa kan Ilmi
Ishe dummeessa dhugaa fayyadamee xaawooti
Gibxii balesse.

๐ŸŒนWaaqayyo sami tae osoo
jiru Xaawooti biyya Gibxi balleessu hin dandau kan
jedhu irraati..โ“

โœSer.Uum 11:5๐Ÿ‘‡
ijoolleen Addaami kan
hojjatan magaala
#ijaarsa isaani ilaaluuf Waaqayyo
#gadi bu'e
๐Ÿ‘‰ แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญแˆ แ‹จแŠ แ‹ณแˆ แˆแŒ†แ‰ฝ แ‹จแˆ แˆฉแ‰ตแŠ• แŠจแ‰ฐแˆ›แŠ“ แŒแŠ•แ‰ฅ
แˆˆแˆ›แ‹จแ‰ต
#แ‹ˆแˆจแ‹ฐ
=แ‹˜แแŒฅแˆจแ‰ต11:5
โœHaaluma kan Waaqayyo ammas cubbuu biyya Gibxii balleessuuf dhaqee

Yakki biyya Gibxii fi yakki
biyya Baabilon
#tokkummaa kan jechuun kallattii
kamiyyuu yoo Tae cubbuun,cubbuumaโ€ผ๏ธ
โœFakkeenyaaf
#sobaan cubbuu yoo,hojjate cubbuma
โœhaatuun cubbuu yoo
hojjatee kunis cubbuuma
garuu fulaa duraa
Waaqayyotti murtii irratti
Gargaruma qaba =mut 22:12

๐ŸŒปbiyyi Gibxii fi Babiloon
Wali fakkeenya qabuu akkasumas gargarummaas qabuu.

โ›ณ๏ธ Walumaagalatti yaadaa
Kan ni xumura..
โ›ณ๏ธ wa'ee Dumeessa qabxii
Kan qofa osoo hin tanee
Kan bira illee akka jiruu
Beekamadha..
||~~~
๐ŸŒน
@haadha_Waaqa_naJaladha

====||====||=====
๐Ÿ’’ kutaa+25ffยชยช๐Ÿ“๐Ÿ’’
=Gaafi fi Deebi
๐Ÿ“Musiliimota
โœYohaannis 8:26๐Ÿ‘‡
Ani waaee keessan
wantan dubbadhuu fi wantan itti murteessu hedduu qaba.
#Dhugaa dubbachuuf,
#Inni na, #erge dhugaa dha; anis wantan
isa irraa dhagae addunyaatti dubbachaan jira.โ€
--------------------
๐Ÿ“Gaaffii isaani
1= Kiristoos eegamadha
Jedhu....โ“
2= wanta Abbaa irraa
Dhage dubbata malee
Dubbiin kani isaa mitii
Jedhu....โ“
-------------------------
deebi=โ“ตffaa
โœKiristoos ergamaadha
Jechuun samii irraa dhufee
Foonii namaa uffachuu ibsuf,
๐Ÿ“ =Ani abbaa biraa argame Dhufee jedhee malee, wanta biraa ibsuuf. Mitti

๐Ÿ“kunis dubbii kitaaba
Qulqulluu yaa, raawwatamuuf.
1=โœRaajii_Isayaas 64_1
#gaaronni
akka kirkiraniif,
Maali ta'a
#samiiwwan tarsaastee utuu gadi #buuteeโ€ผ๏ธ
โžง
#แˆฐแˆ›แ‹ฎแ‰ฝแŠ• แ‰€แ‹ตแ‹ฐแˆ… แˆแŠแ‹ #แ‰ฅแ‰ตแ‹ˆแˆญแ‹ต! แ‰ฐแˆซแˆฎแ‰ฝแˆ แˆแŠแ‹ แ‰ขแŠ“แ‹ˆแŒก!
=แŠขแˆณแ‹ญแ‹ซแˆต 64:1
2=โœYohaannis 1:11
Inni gara biyya
isaa dhufe; haatau malee, sabni Isaa
isa hin simanne.
โž› แˆˆแˆฐแ‹ แˆแˆ‰ แ‹จแˆšแ‹ซแ‰ แˆซแ‹ แŠฅแ‹แŠแ‰ฐแŠ›แ‹ แ‰ฅแˆญแˆƒแŠ• แ‹ˆแ‹ฐ
#แ‹“แˆˆแˆ แ‹ญแˆ˜แŒฃ แŠแ‰ แˆญแข

แ‰ แ‹“แˆˆแˆ แŠแ‰ แˆจแฅ แ‹“แˆˆแˆ™แˆ แ‰ แŠฅแˆญแˆฑ แˆ†แŠแฅ แ‹“แˆˆแˆ™แˆ
#แŠ แˆ‹แ‹ˆแ‰€แ‹แˆแข

#แ‹จแŠฅแˆญแˆฑ แ‹ˆแ‹ฐ แˆ†แŠแ‹ แˆ˜แŒฃ
#แ‹จแŒˆแ‹› แ‹ˆแŒˆแŠ–แ‰นแˆ แŠ แˆแ‰ฐแ‰€แ‰ แˆ‰แ‰ตแˆแข
=(แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 1:9-11)
3=โœ Roome 10:6-8
Qulqullumaa isa amantiidhaan argamu
ilaalchisee garuu akkana jedhamee
barreeffameera:

โ€œAti garaa keetti,
โ€˜Eenyuutu gara
#samiitti olii baaโ“ hin jedhin;
kun
#Kiristoosiin_gadi buusuufi; yookiin โ€˜Eenyutu gara qileetti
gadi buaโ“โ€™ hin jedhin; kunis Kiristoosiin warra
#duan keessaa olii baasuufi.โ€
Haatau malee Kitaabni Qulqulluun maal jedha? โ€œDubbichi sitti
#dhihoo, jechuunis afaan kee keessaa fi garaa kee keessa jiraโ€; kunis, โ€œdubbiiโ€ amantii isa nuti
lallabnu dha.

โžง
#แŠจแŠฅแˆแŠแ‰ต แ‹จแˆ†แŠ แŒฝแ‹ตแ‰… แŒแŠ• แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ… แ‹ญแˆ‹แˆแกโ€” #แ‰ แˆแ‰ฅแˆ…แกโ€” แˆ›แŠ• แ‹ˆแ‹ฐ #แˆฐแˆ›แ‹ญ_แ‹ญแ‹ˆแŒฃแˆโ“ แŠ แ‰ตแ‰ แˆแฅ แ‹ญแˆ… แŠญแˆญแˆตแ‰ถแˆตแŠ• #แˆˆแˆ›แ‹แˆจแ‹ต แŠแ‹แค
แ‹ˆแ‹ญแˆแกโ€” แ‰ แˆแ‰ฅแˆ…แกโ€” แ‹ˆแ‹ฐ
#แŒฅแˆแ‰ แˆ›แŠ• แ‹ญแ‹ˆแˆญแ‹ณแˆ? แŠ แ‰ตแ‰ แˆแฅ แ‹ญแˆ… แŠญแˆญแˆตแ‰ถแˆตแŠ• #แŠจแˆ™แ‰ณแŠ• แˆˆแˆ›แ‹แŒฃแ‰ต แŠแ‹แข

แŠแŒˆแˆญ แŒแŠ• แˆแŠ• แ‹ญแˆ‹แˆโ“ แ‰ แŠ แแˆ… แ‰ แˆแ‰ฅแˆ…แˆ แˆ†แŠ– แ‰ƒแˆ‰
#แ‰€แˆญแ‰ฆแˆแˆƒแˆแค แ‹ญแˆ…แˆ แ‹จแˆแŠ•แˆฐแ‰ฅแŠจแ‹ แ‹จแŠฅแˆแŠแ‰ต แ‰ƒแˆ แŠแ‹แข
=(แˆฎแˆœ 10:6-8)

4=โœEfesoon 4:8-10
โ€œ
#inni yommuu
gara
#oliitti ba'e boojiamtoota fudhate; kennaa godhee kenneโ€jedha.

#Maarree jechi, โ€œgara
oliitti baeโ€ jedhu,
#gadi bueera, jechuunis
gara
#lafaatti gadi bueera jechuu malee
maali jechuu taaโ“
Inni wantoota hundumaa gara guutummaatti geessuuf jedhee
#samiiwwan_hunda
gararraatti olii bae sun isuma gadi bue
sana dha.

๐Ÿ“แˆตแˆˆแ‹šแˆ…แกโ€” แ‹ˆแ‹ฐ แˆ‹แ‹ญ
#แ‰ แ‹ˆแŒฃ แŒŠแ‹œ แˆแˆญแŠฎแŠ• แˆ›แˆจแŠจแก แˆˆแˆฐแ‹Žแ‰ฝแˆ แˆตแŒฆแ‰ณแŠ• แˆฐแŒ แก แ‹ญแˆ‹แˆแข

#แ‹ˆแ‹ฐ แˆแ‹ตแˆญ แ‰ณแ‰ฝแŠ› แŠญแแˆ แ‹ฐแŒแˆž #แ‹ˆแˆจแ‹ฐ แˆ›แˆˆแ‰ต แŠซแˆแˆ†แŠแฅ แ‹ญแˆ… แ‹ˆแŒฃ แˆ›แˆˆแ‰ตแˆต แˆแŠ• แˆ›แˆˆแ‰ต แŠแ‹?

แ‹ญแˆ… แ‹จแ‹ˆแˆจแ‹ฐแ‹ แˆแˆ‰แŠ• แ‹ญแˆžแˆ‹ แ‹˜แŠ•แ‹ต
#แŠจแˆฐแˆ›แ‹ซแ‰ต แˆแˆ‰ แ‰ แˆ‹แ‹ญ แ‹จแ‹ˆแŒฃแ‹ แ‹ฐแŒแˆž แ‹ซแ‹ แŠแ‹แข
=(แŠคแŒแˆถแŠ• 4:8-10)
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ—ˆKiristoos ergamee
Jechuun samii irraa
Dhufee foonii namaa
Uffaate, fayyina namoota
Hundaa hiree.

Rajjonni kootu gadii bui
Jedhanii kadhacha turani
Kanaaf Kiristoos sami
Irraa dhufee, yeroo kanaa
Immoo ergama jedhame.

โžงDeebi=โ“ถffยชยช
โ—ˆdubbii hundinuu kan
Kiristoos
=1โžงYohaannis 17:10
#wanti kan
koo tae
#hunding kan kee ti; #wanti kan
kee tae hundis kan koo ti; anis isaan
gidduutti ulfina argadheera.
2=โžงYohaannis 8:51
Dhuguma dhuguman isiniin jedha, namni
#dubbii_koo eegu
hundi matumaa hin duu.โ€
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒนlink kan xuqaa
hordofa๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
====//====//===