๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.36K subscribers
47 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒผkutaa+27ffยชยช.๐Ÿ‘๐Ÿ“
=gaaffii fi deebii
โŒ MuslimootaโŒ
โœYohaannis 8:40๐Ÿ‘‡
Amma garuu ana isa
#nama dhugaa Waaqayyo irraa dhagae isinitti hime ajjeesuu barbaaddu. Abrahaami kana
hin goone.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžงgaafi isaani
Kiristoos Ani Nama
ofiin jedhee jira
kanafuu inni nama
malee Waaqa
mitii jedhuu โ“
โ“ตโ“ตโ“ตโ“ตโ“ตโ“ตโ“ตโ“ตโ“ต
โžงDeebii keenya
lakki inni Waaqa.

Raga kitaaba
โ“ต=โœYohaannis 1:1
Jalqaba logoosi (jecha) ture logoosi (jechi) Waaqayyoo wajjin ture;
logoosi (jechi) waaqayyo ture.
โžงlogoosi (jecha) kani
jedhame Kiristoos.
๐Ÿ’’ Kitaabni Yohaannis
kuni jalqabaa dura Afaani
Giriikiitiin bareffame
=hiika logoosi jechu achi irraa fudhe,
๐Ÿ‘‰
#ฮ›ฯŒฮณฮฟฯ‚๐Ÿ‘ˆ
Jechi kuni Qube 5 qaba
โžงAfaan Ingiliffaatiin immoo
word jedhama.
โžงgaruu kuni immoo
dogoggora ture
maalif
#word jechuun
afaanii Giriikiin immoo
leksi jedhama
๐Ÿ‘‰
#ฮปฮญฮพฮท๐Ÿ‘ˆ
kanafu logoosi
yeroo jennu jecha qaama
qabu ta'u qaba.

yoo,*akkasii taโ€™e malee
hiika jedha leksi fi logoosi
jedhu wali hin madaluu.

โ“ถ=โœLuqaas 21:14-15
akkamitti falmanna jettanii dursitanii hin yaadinaa
sababiin isaas,
#Ani_dubbii fi #ogummaa mormitoonni keessan hundi mormuu yookiin falmuu hin dandeenye #isiniif_nan_kenna.
โžงoggummaa kani
nama keenuu Waaqayyo
qofaa kanafuu Kiristoos
Waaqayyo dha.

๐Ÿ“โœ iyyob 12:13

#Ogummaanii fi guddinni isa bira jira;
Inni
#Waaqa kaayyoo ti, hubannaas qaba.
แ‰ แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แ‹˜แŠ•แ‹ต
#แŒฅแ‰ แ‰ฅแŠ“ #แŠƒแ‹ญแˆ แŠ แˆˆแค แˆˆแŠฅแˆญแˆฑ แˆแŠญแˆญแŠ“ แˆ›แˆตแ‰ฐแ‹‹แˆ แŠ แˆˆแ‹
=(แŠขแ‹ฎแ‰ฅ 12 :13)
๐Ÿ“โœ 1Motoota 4:29

#Waaqayyos_ogummaa fi
hubannaa guddaa, Akkasuma gara balina akka cirracha qarqara galaanaa tae
#Solomooniif ni kenne.
โžœ kanafuu Kiristoos Waaqayyo dha.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โค๏ธ๐Ÿ“Waaqni nama hin
tauu jedhu

โœRaajii_Hose 11:9
Ani dheekkamsa
koo isa bobau hin dhangalaasu.
Lammata Efreemiin hin balleessu,
Sababiin isaas
#Ani_Waaqa
dha malee #nama_miti,
Ani Isa Qulqulluu si gidduu
jiru dha;Aariidhaan
sitti hin dhufu.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžงkanafuu Waaqayyo Ani
Waaqa malee nama mitii
ergaa jedhe, Kiristoos immoo Ani nama
jedhe jira, akkamitti inni
Waaqa ta'a jedhuu โŒ

โžœdeebi akka Jecha Raji hoseti, ani Waaqa malee nama miti jedhe male
#Ani_Foonii hin uffachu
hin jennee,

โœsababa immoo Ani Waaqa malee nama
mitii jechuun isa
yaada nama fi Waaqayyo
gargarii wanii taโ€™efi

๐Ÿ’’ Ragaa kitaaba
โ“ท=โœRaaji isayaas 55:8-9
#yaanni koo yaada keessanii wajjin,
#Daandiin koos daandii keessanii wajjin tokko mitiโ€ jedha Waaqayyo

Akkuma samiin
lafa irraa olii fagaatu,
Daandiin koo daandii keessan irraa,
Yaanni koos yaada keessan irraa fagoo dha.

โ“ธ=โœYohaannis 8:14-15
#Kiristoos akkasi jedhee
isaanif deebisee โ€œAni eessaa akkan dhufee fi Eessa akkan dhaqu waanan beekuuf, waaee ofii koo yoon dhugaa bae illee, dhugaa baiinsi koo dhugaa dha.

#isin garuu Ani eessaa akkan dhufee fi eessa
akkan dhaqu hin beektan. Isin akka ilaalcha
#fooniitti_murteessitu;
ani garuu matumaa eenyutti iyyuu
hin murteessu.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžงkanafu Jechi raajii hose dubbatee Ani Waaqayyo male,namatti inni jedhuu fi
isin akka ilaalcha fooniitti murtesitu jedhu.
maali ibsa yeroo jenu Waaqayyo fi Nama jidduu
garagarummaa jirudha

kanafuu Kiristoos Ani akka fooniitti hin murtessuu ergaa jedhee Kiristoos Waaqayyo jechudha.

โžงdeebii salphaa ani Waaqayyo malee nama
mitii jechuun. sadarkaa yaadan akka taโ€™e ifa,

๐Ÿ“๐Ÿ’’
#sababa Kiristoos foonii nama uffateef wanti inni akka waaqa hin tanee dhowwuu gonkumaa
hin jiruu

โžงsababa inni foonii nama uffatefi innii Waaqa mitii
kan jedhuu kitaaba keessa
gonkumaa hin jiruu

โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โค๏ธ๐Ÿ“โžงkanafuu Kiristoos sababa maaliif
#nama ofiin jedhe ree,โ“yeroo jennu

โž›inni foonii nama uffachu isaa
#Afaan isaan dubbatee ragaa bahuuf.
โžงakkuma Phawuloos
dubbate ๐Ÿ‘‡

โžœnamoonni tokkoo tokko lakki inni foonii nama hin uffane jedhanii akka mormii hin Uumneef
jala muree dubbate. akkasumas namni kaamiyu shakkii male dhugumaa Kiristoos fooniin nama uffata jedhanii akka Amaniniif.

โ“น=โœIbroota 2:14-16
Kanaaf, โ€œijoolleenโ€ sun
#fooni fi dhiiga waan taaniif, innis foonii fi
dhiiga
#tae; kunis kan tae, dua isaatiin #Diyaabilos isa dua fiduuf humna qabu sana akka balleessuufi;

akkasumas, warra jireenya isaanii guutuu garbummaa sodaa duaatiin qabamanii turan bilisa baasuufi.

โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒธlink kan xuqaa ๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
*******
๐ŸŒบ kutaa-93-ffaa๐Ÿ‘‡
      โžปgaaffii fi deebi
      โžปMusiliimota
โœYohaannis 1:1
jalqaba Dubbichatu ture Dubbichi Waaqayyo bira ture Dubbichi waaqayyo ture

๐Ÿ‘‡Gaaffii Muslimoota akkanaa ture
1=
#sagalee yookaan #Dubbiin suni kani eenyutu jedhu โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿณ Deebi keenya
Sagaleen ykn Dubbiin suni kani
#Abbaatti.
๐Ÿ‘‰sagalee yookiin dubbii jechuun afaanii Giriikii duriitiin
#ฮปฯŒฮณฮฟฯ…ฯ‚(logousi) jedhamee, haaluma wali fakkata jechi kuni wangeela Luqaas 9:26 irratti ilee ni argama.
Giriikii ammaattin immoo
#ฮ›ฯŒฮณฮฟฯ‚(Logos) jedhamee
Yohaannis 1:1 irrati kani argamu
ฮ›ฯŒฮณฮฟฯ‚(logos)

๐ŸฅฅHubabachiisa๐Ÿฅฅ
Jechii sagalee yookaan dubbii jedhuu kuni iddoo hedduutti ni argama ยซ Haataโ€™u malee akkuma iddoo hedduutti argamuu kana hiika inni ittiin hojii irraa oolu irree gargaara ยป
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ€amma gara mataa duree keenyaatti
โžปdubbii yookiin sagaleen suni kani Abbaatti jennee ture.
โœRagaa keenya๐Ÿ‘‡
โถโžปMulโ€™ata Yohaannis 19:13
#uffata_dhiigni itti facaafame #uffateera; maqaan isaa #Dubbii_Waaqayyoo jedhama.
โžปiddoo kanatti uffata dhiigni itti facaafame kani jedhu irraatti Kiristoos foonii nama uffachuu ibsa.
โžปkani uffata uffatee suni sagalee dha
โžป sagaleen immoo kani Abbaatti

โทโžปYohaannis 16:28.
Ani Abbaa biraa baสผee gara addunyaa dhufeera; ammas addunyaa dhiisee gara Abbaa nan dhaqa.
โžปAni Abbaa bira baee gara adunyaa dhufee kani jedhee Kiristoos.
โžปAbbaa bira kani bae immoo sagalee yookaan dubbii Abbati.

โœ sagalee yookiin Dubbiin yeroo hunda gargaari hin Bau sababa Kanaaf sagalee Abbaa kani taโ€™e Kiristoos akkasii jedhe ยซAni kophaa kiyya miti jedhee ยป
โธโžปYohaannis 8:16
#Abbaan inni na erge anaa wajjiniin waan jiruu fi #kophaa_koo waanan hin taaneef, utuman murteessee illee murtiin koo dhugaa dha.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
ษขแด€ส€แด€ แด›แด‡สŸแด‡ษขส€แด€แดแด€ แด‹แดแดแด›แด€๐Ÿ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
๐ŸŒน๐™–๐™ ๐™ ๐™ช๐™ข๐™– ๐™ฌ๐™–๐™ฃ๐™œ๐™š๐™š๐™ก๐™– ๐™ฎ๐™ค๐™๐™–๐™ฃ๐™ฃ๐™ž๐™จ ๐™ ๐™š๐™š๐™จ๐™จ๐™– ๐™œ๐™–๐™–๐™›๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ค๐™ฉ๐™–๐™› =๐™™๐™š๐™š๐™—๐™ž ๐™ ๐™š๐™ฃ๐™ฃ๐™–๐™ข๐™š ๐™Ÿ๐™ž๐™ง๐™– ๐™ ๐™–๐™ฃ๐™–๐™–๐™›๐™ช ๐™ก๐™ž๐™ฃ๐™  ๐™ ๐™–๐™ฃ๐™– ๐™ญ๐™ช๐™ฆ๐™–๐Ÿ‘‡
1.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 1:1(๐‘Ž) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/804

2.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 1:1(๐š‹) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/808

3.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 1:1(๐šŒ) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/817

4.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 1:1(๐š ) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/821

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/822

5.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 1:13 https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/825

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/826

6.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 1:14 (๐šŠ ) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/834

7.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 1:14 (๐š‹) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/836

8.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 1:14(๐šŒ ) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/838

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/839

9.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 1:18
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/843

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/844

10.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 1:25
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/848

11.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 3:13  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/874

12.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 4:6(๐šŠ)  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/162

13.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 4:6( ๐š‹) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/163

14.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 4:6(๐šŒ )   
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/164

15.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 4:19(๐šŠ) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/156

16.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 4:19(๐š‹)  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/158

17.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 4:20 https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/183

    18.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ  4:22(๐šŠ) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/167

19.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 4:22(๐š‹) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/168

20.yohannis 4:22(๐šŒ) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/193

21.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 5:30(a) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/197

22.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 5:30(๐š‹)   https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/198

23.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 6:11(๐šŠ)   https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/224

24.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 6:11(๐š‹) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/225

25.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 6:11(๐šŒ)  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/225

26.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 6:14 https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/228

27.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 6:38     https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/261

28.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 6:57(๐šŠ)  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/284

29.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 6:57(๐š‹)   https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/285

30.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 7:16 https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/293

31.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 7:33 https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/298

32.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 7:34(๐šŠ)  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/300

33.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 7:34(๐š‹)  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/301

34.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 7:40 https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/317
.
35.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 8:1-11
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/320

36.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 8:14 https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/327
.
37.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 8:20  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/329

39.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 8:21 (๐šŠ) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/332

40.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 8:21(๐š‹) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/333

41.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 8:26 https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/345

42.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 8:28    https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/358

43.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 8:40   https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/363

44.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 8:42 (๐šŠ) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/380

45.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 8:42(๐š‹) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/381

46.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 8:48   https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/394

47.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 8:50  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/401

48.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 9:3  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/410

49.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 9:17  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/417 

50.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 9:41 https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/421

51.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 10:14   https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/425

52.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 10:27  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/429

53.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 10:28 https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/436..

54.๐‘ฆ๐‘œโ„Ž๐‘Ž๐‘›๐‘›๐‘–๐‘  10:29  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/440

55.๐šข๐š˜๐š‘๐šŠ๐š—๐š—๐š’๐šœ 10:30(๐šŠ) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/445